Wow ati bar qaamni kee hundi beekumsaan ijaarrame biyya keenyaaf ati Jim Rohn fi Jack ma isa dhugaati, ta'us viidiyoo jireenya namaa jijjiru kana namoonni baay'een ilaala hin jiran. Ani hin beeku namoonni baay'een eessa akka oolan, ammas carraa kanatti fayyadamanii fayyina sammuu osoo argachuu danda'anii mana barumsaa kee irraa hafuun gugguuffii hamtuun xaxamanii jiraachuu ittuma fufu...koottaa waliin youtube Impact Seminar irraa yaa barannuu yaa saba guddaa tuni dhaamsa nama deemsi dhugaan galteefiti. Thank you Ashu.
Galatoomi Barsisaa kabajamaa keenya ❤
A great sound!
Galatooma nama jabaa keenyaa ❤❤❤❤❤❤ itii nuu fufaa❤❤❤❤❤❤❤ obboo Ashanafii
Bayyee Galatoomaa obboo Ashannafi dhamsaa bareedaa nuf dabarsite Galatoomi garu ammoo sagantaa afaan oromootin osoo nu fooyyessite itti dabalte guddaa Galatoomi
Ajaa'iba! Obbo Ashannaafi, hedduu ulfaadhaa, galatoomaa.
Amazing Person Thank you Mr. Ashenafi Taye
Galatooma❤
Waw
Bayyee Galatoma Gorsa guddaa nuf kennat🙏🙏🙏
Galatooma obboo ashee ergaa bareeda nuuf dhiheessu keessanif ❤❤❤
አለት አለት ብርታት ፍቅር ለምትሠጥህ ባለቤትህ ምስጋና ይገባታል❤❤ አሼ ተባረክ
obboo ashanafii galatomaa jabaa keenyaa kan afaan amaarriffaa sana oromiffaatti nuuf jijjiraa mee itti nuu fufaa ........................................
Wow ati bar qaamni kee hundi beekumsaan ijaarrame biyya keenyaaf ati Jim Rohn fi Jack ma isa dhugaati, ta'us viidiyoo jireenya namaa jijjiru kana namoonni baay'een ilaala hin jiran. Ani hin beeku namoonni baay'een eessa akka oolan, ammas carraa kanatti fayyadamanii fayyina sammuu osoo argachuu danda'anii mana barumsaa kee irraa hafuun gugguuffii hamtuun xaxamanii jiraachuu ittuma fufu...koottaa waliin youtube Impact Seminar irraa yaa barannuu yaa saba guddaa tuni dhaamsa nama deemsi dhugaan galteefiti. Thank you Ashu.
What a great personality!
Bayyee galatooma obbo ashenafi!
Ashee waaqayyoo si haa Eebbisuu
Woow Dr. Ashannaafii dhugumattu Atin Nama Kennaa Addaa Qabu Hedduu Nuuf Galatooma❤❤❤ Isin Jaalanna Isin Kabajnas
Jeddumaa Vidiyoo Eda Nuuf Gadi Lakkiftan previte Jala galchitan
Daddafi nuf hojjedhuu Maloo
Galatooma 🙏.
Guyyuma guyyaan nu ajaayibsiisaa jirtu! ulfaadhaa!
Waan Gaarii Gootan Ashee karaa Amaariffa si Hordofa Ture Gara Afaanii Kanaanis Nu Gargaaruuf Yaaduun kee kan jajjabeeffamu dha.
Thank so much ❤❤🙏
Galatooma baay ee gaarii dha
baayyee galatooma ❤❤❤ nam jabaa keenya
Woow bayyee galatoomi bro🎉🎉🎉🎉🎉
Obboo Ashanaafii bayyee galatoma saganta keessaan baayyen hordoofa turee, Amma immoo afaan oromotin eeggaluun keessan ammoo bayyee bayyee bayyee nama boonsa, sababni isaas uummata bal'aa oromiyaa qaqaba jirtuu waan taeef
Wow❤
Afaan Amariffaan baay'ee si hordofaa ture. Karaa kananis dhufuun kee baay'ee na gammachiise.
Waaqni si haa eebbisu
Tokkoo anaa😢😢😢
❤❤❤❤❤❤
Galatooma
bayyee galatomaa ❤❤❤❤
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Galatomaa
galatooma barsiisa keenyaa.
Galatoomaa garuu fuulduraaf seensa (hook) vedio osoo sirraa'ee gaarii dha.
Galatoomi! Tole jenneerra. Yaada keessan otuu nuuf ibsitee caalaa nutti tola.
ani vidi'olle kessan bayyen hordofan ture wantaan hin bekne heddus heddus irra baradhulle,itti fuffinsani fi dhabattan gara hojjitti jijjirre bu'aniin barbadu fidudhaaf naa rakkadhe naan egala guyyottan murasa boda bakkuma durittan debi'e of arga....ammas ammas irra deddebi'e kan na mudatu kanadha...bara darberra yeroo isiin afaan amarifattin barsissa turta irra egalleen hamma ammatti barnotni isiin barsiftaan baayyee waan natti toluuf isiin hordofa jiradhulle rakko jalqabani tumuru dhabuti fi akkan barbadetti hujitti jijjiru dadhabu kanatu naa rakisa jira...knaaf mal naan jetturre? yoon carra qabessa tahe carra argadhe debi kessan naan ega sababiin isaas akka hujiin isinitti bayatu wanan hubadhufani...
Sagalen hin dhagahamu sirriti
በቴሌግራም መልዕክት አስቀምጫለሁ ይመልሱልኚ አቶ እሸቱ በጣም ነው የማከብረወት
ወይኔ የትርጉም ያለህ??
ገለቶማ፣አቶ፣አሽናፊ
@impact podcast
❤❤❤