Ani akka yaada kooti muca kun I yoo ati dhifite demte ofi ajesi ati immo umuri kee guutu itti gaba hafta kanafu fudhu sii wayya jalali hamadha yaa obboleso ati nama gariidha mucan baay'ee sii jaalati warri yaada koo degartan like godha❤❤
Inshaa'allah kun baay'ee dubbii nama dhibuudhaa ani garuu dubbii kun haala nama sodaachisuudhaa ❤❤❤❤ garuu ani wonnii gaafii natti ta'e haati manaa kee nikaayaa narraa hiikii woy siin jetti waan jedhuudhaa
A'uzubillaah wallahi intalli Kuni Nama dura bulti qabuf hin taatu maalif obsaa waan jedhamu hin beektu maali akkana godhachun sammu fayyaa qaba garu 🤔 dhiisi ijoolleefi haadha mana keeti deebi'ii jaalalaa Akkana hin argine Kuni waan biraa ta'u ooltu Haalli isii baay'ee Nama jibbisiisa
Mali qiyamani 😮subahanalha tuni duranu sababa barbda jirtii😊Astofurulha tuni Maqa shamarani nu nyate 😢😢ayii ya rabii ya alha ani sayid gara na nyate walha uuuuffffee rabii sifiha lafisu inshalha ❤❤😢😢
100% durumayyu mucaan sun beeka waan kana godhi siin jedhe. Isatu itti gaafatamu qaba. Ammalle sila nama biraatin nama inni yin shakkinen camera oksitani mucaan san iccitti irra baasu qabdan. Lafa duwwatti miti beeka si goosise.
Dabalata ammo, sumayan ijolle na agarsiisu dide jette isii hinkomatin. Sila "good job" siin haa jettu feeta? Maqa isii hinkomatin ballessin please kan bira otu ta'e mana kanatti hin deebi'in jarti tiyya jette maqa Nan dhahin siin jettu. Jettus mirga qabdi. Bakka issi of buusa laala.
Ajibuma arga jira wallahi bara keena kana maalin jiru kee baleese wayi sobdu wayi jiru jechun yoo wani bada dalagani maale kun piraki ifati dalaga maale maali baleese siti dubarti maratee jirti wallahi yaa raabi nu basi hayi saido mucani sirrati dalage 😢😢😢😢😢
Abaan Daraartuu Qabamee
ruclips.net/video/fHfRjl06gFs/видео.htmlsi=idv2bKt2A5AOU-XN
Saido yom dhumaa qirankii kee
youtube.com/@naaf904?si=fY7r6Dkg3wukfuub
PRAANKII NU GODHA JIRTA
Saido as mk wrwb . Video kebaay'een hordofa. Pls youtube hojjedhu natti gurguri. 🙏🥰
Saido dhisii prank gochuu.kanaa abbaa.fedhee.mukaa.ha.koruu.fudhiimucatii.bayee.sijalatii
Ani akka yaada kooti muca kun I yoo ati dhifite demte ofi ajesi ati immo umuri kee guutu itti gaba hafta kanafu fudhu sii wayya jalali hamadha yaa obboleso ati nama gariidha mucan baay'ee sii jaalati warri yaada koo degartan like godha❤❤
Yaadni kee naaf ta'eera dhugaa!
Duga keetii
Sooba wanti kun
Dhuga keeti
Dhugaa jetee
Wan ofii
Ana garuu hadhaa ijollee keyitu namarare dhugaa rabbu😭😭😭😭😭mal gaba garuu oso waliif jittani sumaya midikin🩷
Us numara dhirtii hangaa 4 fudhuun humaa mitti hin ulfeysiin odu
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Kijibdu haati isa maal tate 😏
Maloo yaa obolesaa koo hadhaa ijolee ketiit debi maloo sumayaa hin bachisin rabi biratii sii gafataa😢😢😢
Ane knjdhu etli mte hkbduy amuwli agsu etu etchmnekkkkk😊
Ammaa piraaniki Ayuu iraati dalaagii dubaartii biraa fidii isilee hin fudhaa silee hin fudhaa jedhiin achii bodaa dhugaa sumasaa argitii isiin ❤❤❤❤❤
dhuga keti 👍
🎉dhugaa jete🎉🎉
Kkkk baala irrati baalamo
😂😂😂
Yadaa bareeda fakkata
Yaa Obolesa Kenya malumatuu waan Rabbiin hin. Jalanee Dalaga isin jedhee Birakii
Toybaa yara rabbii debiii.
Mucatii lee Rabbiin haa Qajelchuu insha'Allah
Mucaa tana akkana godhu keetif rabbin ilmaan ketinii si garsisaa wally insha allah
Yaa saidoo rabbiin siif haa lafisuu namnii ilmoo dhala qabuu qalbii dubartii hin midhuu atii fudhii 😢😢😢😢😢😢 sumyyaa fayyadhuu dubii dhumaa sanumaa baqa kana bodaa dubii tee midiyya iraa hin fidiin kalsii😢😢😢😢
Ya sa'ido obbolleysa kiyya rabbii jedhi muchayyo tana fuudhi sababa kanaan wan adda takka rabbii si milkeessu mala, walumaan taha sumeyyas amansisa gamachuu teeysan rabbii nuha garsisu Ammiiiiin!!!
Dhugake jette wallahi aniis akkasuman yaada Ture
Dhugaa rabbii fudhii Mucayyoo tana dhiste atis umrii tee Guutu gammachu hin argatu Sumayyaan hadha teti obbolyti teeti irraati fudhu hin taatu isiin haa naf hayyamtu jechun Kee manaman dhaadha dhuguu jirta Dhiira mii ati fudhii yokin ni fidhamta beeki akkamii Garaa jabate nama bochifta
Dhugaa keti wolhi
Warii akan jetani kuni samu qabdani
Tee odu waayii
Yaa sa'idoo kiyya rabbi sihaa gargaaru wly
Murtteen rabbuma biraahi 😢😢😢
Rabbiin ayuma tana keyrii siif godhuun nimalaa❤❤❤ Abshiraa fuudhi fuudhi😢😢
yaa rabbi amrii jabaate furiif sa'id kanaa wollah an sumayyaalleen, hayuunlleen kan itti faradun qabu garuu sa'id balaa tasaarra buhee hedduu garaa na nyaate😢😢😢
Aboo ATI Lee Durba argate dhiisi. Fuudhii Qalbii isi hin cabsini. yaa saido Keenya ❤❤❤❤aboo ijoolen Homa hin taatu dhiisi
Dhugaa.jete.jiradhuu
Dhaltuu jechaa ilmo ofii dhabuu hin qabuu@@AstuBestu
Anii oso Abba mana ko tate walahii suman fusiisa ❤
M Allah eee wly
Suubaan Allah baraa maali kessaa jiraa siilaa gidiin naa fudhii rabbiin siif haa lafisuu yaa Seido kenyaa 😢
Aja'iba dhuga rabbi 😢😢😢
6
Qiyaman dhiyate ya rabbi nu basii dirqaman na fudhii jetii rabbi si ha lafisu sa.ido 😢
Kaameeraan kuni waan dhooysaan waraabamaa jiru natti hinfakkaatu waan maayikiin haasayamu fakkaata sagaleen qulqulluudha nutti hin taphatinaa
Yaa rabii ilmoo rikashaa akanaa naa kenini mali tun salpho intalaa rikashiin
Yaa Rabbii dhalaa nafi kenini kkkk subunallaah
Dhugaa ketii wly
@@hamdiyatube1130 dhugaa dhaa
Tana,intala rabii gubee esaa sii fide rabii yaa rabii kiyaa anile ilmoo dhala nii qabaa garuu ofii jibe yaa rabii nuu satarii 😢😢
Inshaa'allah kun baay'ee dubbii nama dhibuudhaa
ani garuu dubbii kun haala nama sodaachisuudhaa ❤❤❤❤
garuu ani wonnii gaafii natti ta'e haati manaa kee nikaayaa narraa hiikii woy siin jetti waan jedhuudhaa
Wolahi anile san sodan qabaaa
Maal Ati Rabbiin hin sodaattuu Maaliif Itti Xabatta Aboo Waan biraa Dhiisi Fuudhi😢😢
Yaa ummata kijibba rabbuma kessanif malii akka jechu heddan yaa subhaan allah kijibaa dhumaa qabinee qabaten amma Astgafurullah
Wallaahi rabbi sumayaan walitti isiin haa deebisu tuni. Hintali giddin naa fudhi siin jetti obsa hin qabu rabbi isii haa qajeelchuu
Diirqama naa fuudhii maalii ajibaa kunii seeratii dhiiyatuu qabdii
Mucaati tun fayyada gaaruu moo jalaluma akkana godha😢😢😢
Isaan lamaanuu prank nu godhaa jiranii hin sobaminaa
Dhugaa fayaa mitii oso fayaa qabatee akamtii akana godhatii Waly sufuu gatee
tuni bultifuu hin tatuu Talleen .Taan kabajjaa qabduu summaayyaa 😢😢❤ abboo mali dhalla akkan dhiraaf bottuu
😂😂😂😂😂😂
Anayuu naa ajjibdee wly 😂😂😂tuu
Nii jalatee kaa malii ree yoo jaalatee safuu mo namnii jalatee bo.uu mittii namaaf du.uunu nii jiraa
Tanayyu ta bultiif tatu ya rabbi jaarti akkana nama jaalattu naaf hiri❤
𝐎𝐝𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐞 𝐦𝐚𝐥 𝐠𝐨𝐨𝐭𝐞𝐞 𝐣𝐚𝐥𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐝𝐡𝐮𝐮𝐠𝐚𝐧 𝐪𝐚𝐚𝐛𝐚𝐦𝐭𝐞𝐞 𝐦𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞
Ayuu rabbii qabda dhisi rabbii obsa sif haa keenu kan sijalaatu rabbii sif haa razaqu bulti isas hin baleesin dhiraara of qusadha ya shamaaran 😢❤
Ani Kan Jedhu ,ilmoon,Haadha,Bira Jirtii,Humaa,hin Taatu Mucayyoo Tana,Fuudhi Wly Rabbiin irra Sigaafata,Obboleesa,kiyya Atis Oboleetti Qabda, ilmoo Shamaraatille,Qabda,Jireenya,mucayyo,Duraa hin Balleessin Wly
A'uzubillaah wallahi intalli Kuni Nama dura bulti qabuf hin taatu maalif obsaa waan jedhamu hin beektu maali akkana godhachun sammu fayyaa qaba garu 🤔 dhiisi ijoolleefi haadha mana keeti deebi'ii jaalalaa Akkana hin argine Kuni waan biraa ta'u ooltu Haalli isii baay'ee Nama jibbisiisa
Rabbiin sif haa lafisuu 😢an sifin Rakkadhe saido miskinaa
Ati Sila Shari,aa isa kamtu ammadhu jedha nama nika irra hin qabne hammatta ati😢😢sub hanallah
Isaan jedhekaa😂😂
Intala kana ayi salphoo malif jirenya isa digda dhiri isaa male hin jiru gadhe maqaa wara kee nyate 😅😅
Yaa rabbii furmataa fidi ati ni dandesa yaa Allah 😢😢😢🤲🤲🤲
Saido koo rabbin si haa qarqaruu waani jabaate 😢
Kan amma akkas si gootu booda ho akkam ta'a?? Subahanallah 😢 dubartin tasgaboftu woya! Sumeya ❤️😢
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢way jalaala tana moo 😢😢😢😢😢ya miyoo rabbii ruhii kee siha olchuu mama too 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢ya rabbii Koo gara na nyatee
Dhisii dem ijjolee kee sif wayaa sanuu biyyii yaamaan badetii mattii ketii debii micoo kun jalala qofaa mitii waan biratuu keessaa jiraa malee namnii akkamitii xiqumalee of qabuu dhadhabaa ijjolee matiif in yaaduu esheen of malee
Kkkkkkk
Dhugaa keti
Kunii jallaa mitii wollaay 😅
😮😮😮😮😮😢😢😢😢😢
Jirenyaa issi balesse dhise demma Dirqamaa fudhu qaba😢
Rabbin walifii isin haa dhisuu woalhii Rabbin jaalalaa umee walitii isn haa qabuh garaa nama nyatan woalhii
Garutu ati rabbin sin dhiisu wly malif jannan ergaman rabbii s.a.w s.a.w isidha nuti hime adunya tanarrati khanafu rabbiif jacha fudhii warren akka kiyya like godha
Macan qurana itii qarasisaa namii dhugan namaa jaltuu Akmaa yeroo Namaa kenuu dhabaa
Waa'aleeykumasalam warahamatullahi wabarakatuu yaa saidoo Kenya Abshiruu yaa obbolleewwaani kiyyaa warooni komatii kuni mee sumayya iraa kadhaa wariini affaani isin beytaani 😢😢😢😢
Saidoo Rabin siihaa lafisuu inshaa allaah 😢😢
Rabbii keessan sodadha ya ilman mahamad! Malif akkanatti walitti taphatan
Subaahani allaah yaa Rabbii bara akkami kesaa jirtuu silaa gidin naa fudhii jedhuun maali Saido Rabbii sifi haa lafsuu hin raakatee moo maali sin dhiraa dhaabdee moo maalii yaa allaah 😢😢😢😢😢😢
Yoo lubbun nama sif jate bate fula Rabiti iti gafatamta sumeya jacha hin olin tana boda mica tana iti hin gurarin jalaali kana Rabiti sedo🥹🥹💔
lubbu abumaa of baseenirraa rabbiin irraa gafataa
iccciii waree
Wani kuni pirnk jedheni malee itti yaddametti mucaan sunfi mucatii woli gallan wan kana dalagani marafuu rabbiin sii haa gargaruu si'do 😢😢😢
Dhugamaa
Ee wly sayidorra dalagani
Ani lee akkasii Shakeel mucan suni rakkoo qabaa
Kkkkkkkkk namichaa isaan kubaa gadii laluu suni naa kolofisisee
😂😂😂 agarataan 👍👍👍👍 qanyii itti maramtee 😳😳😳
Atii ijolee sanuu qabadha isii kichuu hini galafatini maloo fudhii 😢😢😢
Obbooleessoo ati namni saidoo jedhamtu nama ilmaan namaa badii guddaa barsiisaa jiruudha. Rabbii keetti taawubaa deebi'i ati musiibaa namaati
Mucaatiin barnotaa hiqabduu namni gareedhaan sirbaa basaa diraamaas wolumaan dalagaa yaraabii keenaa mal nuaagaarsiisaa emaageen yaraabii imaanaaf sabirii nufkeenii
Mali qiyamani 😮subahanalha tuni duranu sababa barbda jirtii😊Astofurulha tuni Maqa shamarani nu nyate 😢😢ayii ya rabii ya alha ani sayid gara na nyate walha uuuuffffee rabii sifiha lafisu inshalha ❤❤😢😢
100% durumayyu mucaan sun beeka waan kana godhi siin jedhe. Isatu itti gaafatamu qaba.
Ammalle sila nama biraatin nama inni yin shakkinen camera oksitani mucaan san iccitti irra baasu qabdan. Lafa duwwatti miti beeka si goosise.
Dhugumaa kee jetee Anilee Akasumaa jedhee
Dabalata ammo, sumayan ijolle na agarsiisu dide jette isii hinkomatin. Sila "good job" siin haa jettu feeta? Maqa isii hinkomatin ballessin please kan bira otu ta'e mana kanatti hin deebi'in jarti tiyya jette maqa Nan dhahin siin jettu. Jettus mirga qabdi. Bakka issi of buusa laala.
Dhukaa dubiin tunu yoo Pirankii tahu bate mucan saniif Ayyuun wal quba Qabatu Hin olana
Saidoo mucayoo ana fudhii qabidaa qailibii isii hin cabsiini ilimoo intalaa hin qoramattini rabini sihalafisuuu😢😢😢😢😢😢
Gurbaa rabbi sodadhuu mucoo itti hin taphatinii fudhii ati nama akkamii ❤ana hin tainii sila amma sii agarsiisa please please...
Saidoo rabbii jedhii fudhii ijjolleen huguru hin dhayxuu echumatii hayyamsifadhuu micayooon hin midhiin sumayaa situu itti ballessee❤❤❤❤❤❤❤❤❤
😝😝😝
Bayyee baredii moo Ayyun😢😢
Atii irra fudhii maloo gurbaan rakkate bar
Ajibuma arga jira wallahi bara keena kana maalin jiru kee baleese wayi sobdu wayi jiru jechun yoo wani bada dalagani maale kun piraki ifati dalaga maale maali baleese siti dubarti maratee jirti wallahi yaa raabi nu basi hayi saido mucani sirrati dalage 😢😢😢😢😢
Dhugaa jetee
Intala kana akka malee salphiftee obbolessa koo adaraa ammuma fuudhi please 😢😢😢😢
Subbahanalla namni na arga jette rifata Rabbin sii argu hin dhise settemo nama baqate karara dabde Rabbin Eessatu sii arga hareda ke ofirra haddi maqa isllama batte fakki isellama hin bellesina jallajalaluhu
Dhugamaa muccatin tun nagama garuu😮😮😮😮 duran jalatii mo piraki irraa as😊😊
Wly Anisii kanaa naa dhibee😂😂😂😂
Adeeroo qoosaa dhiisaa ilmaan teetif dursa kenni
Wallaahi rabbiin yeroo gabaabduu keessatti walitti isiniif qabee wal isin haa fuusisu inshaa allaah 😊😢
Anaii dhuga dubachufii mucatiin tunii Gara na nyate dubaratiidhaa fudhi saiid baqa shariiyadhaa hayamaa 😢😢😢😢
"Way suma jaalatti Numa jaalatamta"haa siin jennuufiimii wanni waan akkanaa dalayduuf.siin jennee siif miciyyoo dhiisi goota keenya jaalatamaa.ah! Silaan ijaan si'arkee naafi siitu walbeeka.rabbiin waan ati miciyyoo tana goote sirraa haakafalu.
Wayyoo waan Akkana dhagahu hin fedhu garaan ko nan danda'uu yeroo akkas dubartiin si jaallattu fuudhii malee saido
Dhisi demi ijolee kee sitti hin caltuu 😢😢😢
Lubbun itaala taana isiin hin maraaru Warren commenti
@@manhalam4141 namaa marartii garuu baldhistee yaduu dadhabde kanaf jedhee
Fuudhuqabda❤waan fe,ehaata,uu fuudhuqabda abshiir ❤
Jalali dhugaa waan nama godhiin hin qabuu mucaan tuun dhugaan sii jalatii ammas atii kararatii nama akkaa itii kolfuu gotee fudhii ❤️😭
Kolkollee bulti nama diyidu nabama ha rabbii isii haa taasiisuu
Uuuuuuuuf jaalalli gowwaa nama gooti wallahi ho billahi isin hunduu garaa na nyaattu wallahi fiilmi fakkaatam jarana kun sumiyaanis dhugaa qabdi dubbida itti ta'e ayyunis jaalalli hamaadha ija nama dhoowwa takka maqaan bade sayidoonis taphatti egale lubbun namaa yoo badee umrii guutu maatin ishiin adda cituu gaga'amas fida daa'ima hammana taate of galaafachuun garaa nama nyaatti sumiyaa marisisi dafii nikaa hidhu saido billaa aleek hayaati miskiina ❤❤❤❤❤
Filima barèeda hojjattan jabaadha
😂😂
Ani xummura filmichaa ega jira😂inshaa allaah
😂😂@@JamilaaMoosisaa
Yaa sa'ido rabi hin sodatu hadhaa irraa hin dhalanee mali 😭😭😭😭😭😭☝️☝️☝️
Wolhii sobanii.kesanii.isinitii.bekameraa.dhisaa.jirenaa.dhugaa.akumaa.duratii.jiradhaa
As wr wb abishiir rabiituu beekaa wanii jabaatee uudhaa isinii halaafisuu rabbin
Tun jartiif ijolee keetin wal sin agarsisuu dhugaa rabii maltuu akkas ishi godhaa😢😢😢
@@Xhjcgj dhugaa rabii nama dabaartii dubartii yoomaa of qabdee das namaa jetii tun ofummaa.nasanastiihoo😁🫢
Wayoo jalhalhii tunii gowwaa namaa gotii uuuuuuuuuf wallhii garaa namaa nyatii😭😭😭😭😭
Dhugaa jaalalli gowwaa nama gooti ka argetu beekaa
Namoonni hedduun durriyyee jechaa jiru garuu isiin jaalala dhugaa waan qabduuf isatu akkana godhaa jiraa😢😢
❌❌❌❌❌❌❌
Murtiin jirtuu si harkaa jiritii sumayaa Amasisi fudhii Aboo wayii haramaa yo sin jalalaa keti jechaa lubbuu dhabduu 😭😭😭😭😭😭
Saidoo Aboo Rabbii sodaadha
Hawaasa pirkii gootani ni gayaa dhisa
Guyarra waan hariya nuti fida jirtani bar
Nudhiisa please 🙏
Yáa Saido Rabbii jedhitii hin barfaatinii Ayuu fudhii hin midhiin maraa hawaasa hin gadisiisin😢😢😢😢
Kijibaa kesanii.dhisaa.mudii.oromoo.iratii.hiqabatinaa
Dhugaa ketti rabii
Yaa obbolesaa kiyaa garii fii qalii maloo garu yoo ishiif ubbatee maloo garu dhugaa rabbii rabbumaf jedhitoo maloo maloo garu 😢😢😢😢😢😢😢😢😢 uuuuuuuuuuuuuufffffffff 😭😭😭😭😭😭
Ijaa jabatii initalii
🤬🤬🙄🫤
Kkķkķ tun ija re'ee liqimsitee xiqqo jetuu of ajesuuf fiydii boddelee ofuma ajeftii
Silaa fayyaa qabdii namitiin yaa rabbii nu qajelchii🤲🤲🤲🤲🤲
Wly dubbin tuni heeduu ulfatadha rabbi sif haa lafisuu saido koo😢😢
Wly safuu dagataan seraa Amantaa keenya cabsaa jirtuu rabbin isiin haa qajeelchuu
Dhugumaa
Wanni na dhibe waliigaltanii Hawaasa pirankii godhaa jirtanii mo dhugaadha wanni kun yoodhugaa taate waan ulfaataadha dhugaa
Ayyuu maalii tuni marraattuu balagee dha bultii waggaa meeqaa ijaarrattee sababa intaaloo marratani diigamee jechuudha subanallaah intaaloo balagee dha tunii Sumaya hedduu takkaa gara naa nyaatee wellaah
😢😢😢😢😢😢😢😢 hedduu garaa nama balleesitii Ayyuun
Yaa rabbi bada sayidii maaluma sitti dhalatee garuu rabbi sii haa laffisu
Wayiii.ajaibaaaa.walhiii
Wantii kunii pirankii Tahuu shabaka Anii Amaayuu
Saido Wlhy attilee garaa naa nyattee isilee garaa naa nyattee fuudhiu❤😢😢😢😢
Innaa lillhii Winna Ilhyyi Rajjuni Rabbin isii Haa lafissu 😢😢😢
Abshir saido hin baata dadafi erga isheen sijaallatte dafii halaal kee godhadhu ilmaan kees ilmaan keeti yoomu yoo isheen si dhorkite iyyuu ijollen ofif si barbaaddi Sumayyaan osoo kabajnuu ilmaan sirra kutuun ishee nutti hin tolle haa ta'u miira keessa waan jirtuufi
Fudhi wallahi hamtuu fakkatteti keyritti siif jijjiiramti🎉🎉🎉
Wolayii Anii sahidodhaf garan naa nyatee Namii bultii kesee senee bekutu bekaa gizee bultii ofii kesatii yeqamani tokoo dhufee Akam Akaa Namii yeqamuu
Ilmaan kee siif wayadha maalii issiin rakkon ifin ajesaa jechisisu duraanu bakka itti jiduu brbadii ilmon dhalaa kabajan hiree isi egaatii
As wr wb Ani haga ammaattii piraankii natti fakkaata sababni isaa haasaha hundaaf kaameraa maaf fayyadamta yoo ammoo piraankii hin taane ammoo ati ilma dhiiraati haga afuriittuu shari’aan siif hayyama maal dubbii dheeressita dubartiin immoo inaaffaa qabdi kanaaf hayuu fuudhiin sumayyaanis ima obsitii Ati yeroo kanatti sumayyaa oli rabbi immoo sii ol akka jiru hin dagatin
Ayii jallalaa wani nama gotu hini betuu😭😭😭😭
Rabbiif jedhiitii fuudhi wly rabbi sin dhiisuu ati ishee dhiifnaan shari'aan afur eeyyame qalbii dubartii in cabsin ati ishee dhiifnaan rabbi sin dhiisu wly sumeyyaa amansiisi fuudhi rabbiif jedhiitii
miskina akkatti bochifttu kana rabbin sirra kafaluf taa rabbi sodadhu
Abajuu naa fakata baraa kana oso jirachu batele Nama rakkisu Wallah Bilay bara intalii dhala takka Abbaf Hadhaa obboolleyan hunda dagate safuu walalte Dhuga heduu jibe ani 😢😢😢😢
Sa'iid dhugaa rabbi garuu Jireenyii mucaatti tanaa dhirootaaa biraa biraatti heduu akkan fokkatuu ta'ee jiraa ishees dhirri biraas akkaan kee itti fakkaachuu dandaa'aa dubaraa tokko tokko sammun issani xiqoodha😢😢
Sedoo 😢Dhugaa Rabbii sii haa gargaruu