🎉🎉❤❤❤Www matii jalalaa waaqayoo umurii dhera wali bira sin yaa jiraachisuu.. Akkamii namati tola yoo matii tokkummaa qabatani.. Waaqayoo ille kan jalata .yeroo hundumaa Fkn garii ta,a hafa🎉🎉🎉🎉 Dr kenyaa Amma ille Jirenyaa Keessani waaqani yaa Ebisuuu
Uuuuuuuuuffff waqayyoo siin haa ebbiissuu ebifamaa dhuga bayyee nama maratu ossoon siin lalee hin qufiin na jala dhumee daqiqan dhuga waqayyoo i Love your family Dr naf and ayyuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Wow umrii nu dherafhu Dr kenyaa si jalanna matii ke wajjiin Umrii nu dheradhuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Gowani ilmaa oromoo tokoo tokoo mee waa iraa baradhaa Dr kanaa iraa rabbii umrii dherttuu isifi haa kenuu
Masha alaa rabbin islamumaa bichaa dhorkatee malee wani biraa irraa hin hafnee
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@@Sabritube2404dhugaa kee jete rabiin hawafaqu inshalhaa❤
Mati nafii thi mee ❤
@@Sabritube2404 innoo iyesuus Kan hundaa caaluu qaba ijolleen iyesus fikiridha
Ayyuu atti innum fayyiitte kan harmeen kun amaatti kee ta'aan,,, isaanoo armee keeti malee amatti hin fakkatan bifaanis immoo isaanuum fakkata dhugaa huundii kessan waqayyoo waal birra isiin haa tursissuu❤❤❤❤❤❤
Hadha ofi Abba ofii rabbii umrii isaani nufi haa dheressuu 🥰🥰🥰🥰🥰
Mati ebifama waaqayyoo walin isin haa jirachisuu❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Waaqayyoon waliin umurii keessan ha dheeressu nuuf jiraadha maatii jaalala ❤❤❤❤❤
Ufffeee eebbifamaa
dhugaa waqqaa bayyeen gochaa keessaan itii gamadee jallali keessaan kaan bara baraa siinif ha ta,uu maati jalalaa dhugaa💯💯💯💯😍😍😍😍😍
Mucaan keessan akkuma dafee dhalate dafee guddataara rabbii isiniif haguddisu❤❤
Wowwwww baayyee namtii toltuu maatii jaalaala waqayyoo waali biraa siin yaa bulchuu ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Wow. Dhugaa baay'ee namatti toltuu maatii keessaani waalin umurii dheraa jiradhaa❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Dr oso Lale isin hin qufin video dhumate ira nuf debi,a baye siin jalana umi dheradha 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Matii jalalaa bayye bareddu waaqayyo baraa jirenya keessan haa Ebbisuu Ebbifamaa ❤❤❤
Yaa mashaallah wollahii ijaa ummata irraa hafaa maatii jalalaa Dr Nafi ati dhugaa Dr wogaa kumaa maatii kee wolin Gamadii jiradhuu❤🥰🥰
Mattii jaalalaa dhugaa bayee Dasii nama jetuu waliin umurii siin yaa dherechuu ❤❤❤
Maatii kaanaa bayee bayee jalaaadhaaa uuuuuuuf waqaayyoo umurii dheeraa isiin ha jiraachisuu💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕🥰
Woww bayee bareduu ebifamaa garuu hojetuu keessaan hin dagatinaa adaraa guyaan haraa bor mitii 😢😢❤️🙏❤️
Dhugaa ketii ❤❤❤❤😢😢😢
😢😢😢
Dhugaa ketii haytii ko
Dhugaa keti😢😢😢
Ufff akkasuman ko hojettuu laltanii anillee eshii lalleen gaddee
Mashalla mashalla mashalla dhuga rabbi himiman qabachun dadhabe mati akkana argee hin bekku rabiin ijaa hama issinirra ha qabu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
🎉🎉❤❤❤Www matii jalalaa waaqayoo umurii dhera wali bira sin yaa jiraachisuu.. Akkamii namati tola yoo matii tokkummaa qabatani.. Waaqayoo ille kan jalata .yeroo hundumaa Fkn garii ta,a hafa🎉🎉🎉🎉 Dr kenyaa Amma ille Jirenyaa Keessani waaqani yaa Ebisuuu
Mashaallah mashaallah mashaallah tabaarakaallah rabbiin rabbiin maatii kee woliin umuurii sii haa dheereessuu haadhafi abbaan gacheena namaatti❤❤❤👍💪💪💪👍👍
Matii jalalaa namatii toltuu dhugaa jalalii kesanii kanii barabaraa isinifii haa ta'u❤❤❤❤❤😊
woooowww obboloonnisaa akkam babareedu masha Allah ❤❤❤❤ waliin umrii dheeradha maatii jaalalaa fii kabajaa❤❤
Woow!Dr baayee baredaa namaatii tolaa dhugaa maatii ebifaamoo isiniif haa jiraatanii dhugaa akkaamii namaatii toluu maloo❤❤❤❤❤
Waaqayoo siif haa guddisuu ijaa hamaa irraa Siif haa qabu mucaa daima kana midiyaa irra osso baasu batanii❤❤❤
Yeroon anii laluu annaa qofadhaa kaan naa duraa like godhee hin jiruu amma hoo
matii jalala rabbiin umrii barkaa qabduu isif haa kennu dr.kenna❤❤❤❤❤🎉
Akkatani siin jaladhuu ❤❤❤❤❤waqayyo amayyuu kana caalati waali siin jaalachisuu waalin umurii dheradha all family ❤❤❤❤❤❤❤
❤❤
❤❤❤❤❤❤❤Waqayyoo umurri dherraa isin akkenuu bettassaba koo badhee isinitti gamadda waqayoo isin itti agamaduu bettassaba jallala🎉🎉🎉🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Mashallah Dr rabbin walin umurii sin hadheresuu maatii Jalallaa sini jalanaa wly Mather kee akam das jedhuu Malin turaa ❤❤❤❤
Uuuuuffffff dhugaa waqayyoo akkam namatti Toluu waqayyoo hunddumaa keessan waali birraa olchee siin yaa bulchuu❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Wow wow wow bayyee namatii toaltuu waqayoo baraa kee jirenyaa kee haa ebisuu gamachuu malee gaddii isiin hin argiin waalif jiradhaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Woooow dhugaa bayyee namati toltuu umurii dheeraa nuuf jiraadhaa my family ❤
Dr maaloo harmeen kee nuuf fidii ammaasi bayyeema naati toluu dhugaa ❤
Maatii waaqayyo ganama eebbise fayyaa fi umurii dheeraa waliin isiniif haa kennu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waqayyoo umurii dheeraa waliin isinaa jiraachiisuu
Mucaa keesaniis waqayyoo isiniif haa guddisuu ebbiifamaa matii jalaataamoo ta'aa ❤️🥰🥰❤️❤️💯💯
Umrii dheera wajjiin jiraadha maatii jaalala ❤❤❤❤ jechoota isiniif bareessu dhabe dhugaa❤hamtuun isin hin argin
Mashaallaah bayyee namati toltuuu umurii dheeraa woliin jiraadhaa ❤❤mati jalaala ❤❤❤
You are our role model. Be blessed all nafi family🎉
Waqqaayyoo umuuri waliin isiin haa dhereesu Ani harme nafyaadii bayeen jalaadhaa ❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤Uuuffe akkan itti isin jaladhuu
Dr naaf yaadi Kan akka kee hubatee Hubaachisaan kun kuma kuma oso dhalate maal qaba
Wawooo mashaallah ijaa hamtuun sinrra haqabuu matii jalalaa akkam nama gammachisaa yeroo gammachu matii gutuu argaani ❤❤❤❤❤❤❤❤😘😘😘😘
Maatii jalalaa Rabbiin walinii umrii isinii haa dheresuu ❤❤❤❤❤❤❤
Wowow Mati Jallala waqayo isina ebisuu daachaa daachaa dabale ❤Akm nama hawisistu Malo Ijra haaffa❤❤
Uuuuf rabbiin walin umrii saa dheressuu mati jalalaa 😢😂😂😂😂❤❤❤❤❤Akkuma ittii naa marartuu hatii Dr kenyaa dubushe koo❤❤❤
Dhugaa baay'ee namaati toltu imiimaan qabachuu dadhabee.waalii umurii dheeradha❤❤❤
rabbiini maatii kee woli umarii sii dheerreesuu dr nayadii kee namani bayyee barumasa sirraa argata jedhee yadaa ani akka kotii mashallaa mashallaaa❤❤❤❤❤
Waqayyoo umurii kessani haa dheresuu ❤❤❤❤ maatii ebbifamoo❤❤❤❤❤
Maashalah ijaraa haafaa umuri dhertuu waliin jiradha Akkan itti isin jaaladhuu❤❤❤❤❤❤❤
Kaan caala Waal birraa jiràadha. Waaqayyoo jalalaa sinif haa dabaluu dacha dacha ❤❤❤
Maatii jalatamoo waqayyoo akkanumaatii wal bira siin haa bulchuu❤❤❤❤❤❤❤❤
Mee dhironii.gatuu fi sobduu asii irtii ofii ilaa yoo ijaa fi Qalbii Qabatanii isaa fiduu malee umurii.dheraa wajii jiradhaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Maashallah ilmi keysan guddate rabbi galman ha gahu dhuga rabbi anis ilma milki jedhamun qaba akkuma kessani kan hangafatis kanafin milkii ko jedhen moggasef ❤❤❤❤❤❤❤❤
Matii bayyee namitti tolani waqyoo jalalaa sif kenera!! Umuri walif dheradhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤
Wow mashalaa Allah Mashalaa Allah rabbiin ijaa hamtuu irraa isiinii haa qabu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wawwwuu maati jalala waalif jiradha umuri dhera bayye namati toltu ebifama❤❤❤❤❤❤
Matti jallaa dhuga namati toltu fakanya namfi tatu isani waqayo umuri dhera walin isan yaa jirachusi ebbifamma🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Uuuuuuuuuffff waqayyoo siin haa ebbiissuu ebifamaa dhuga bayyee nama maratu ossoon siin lalee hin qufiin na jala dhumee daqiqan dhuga waqayyoo i Love your family Dr naf and ayyuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Maatii jalalaa rabbiin umrii kessan isin hundaa waliin isin haa dheressuuu maatii guutuu waliin❤❤❤❤
Baga waaqayyo isin gammachiise! Maatii eebbaa fi jaalalaa ta'aa!❤❤❤
Dhugaa Mattin kee hunduu bayye namatti ammas gamachu dhuma hin qabne qabadha 🥰🥰🥰🥰💯💯💯💯💯💯
Maashaa Allaah Dr Qaalii daa'imaati teessaan RABBII isiin haa gudiisuu🥰🥰
Maashallah family keysan guutu keysan heddun jaaladha darba jiraadha kessayyu harme tessan bashasha nama ❤❤❤❤❤❤❤
Mashaallaah maati Jallaala Raabbin umuuri dheretuu wojinin wojinin isaan haa jirachisuu bayyee manati tolotuu maati jalaala ❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰
Wowwww Wowwww ebbiiffamma mattii Jalaala Waaqayyoo Umurii dheraa Waliin siin haa jiraachissuu ❤❤❤❤❤❤❤
Maatii jaalalaa hedduu namatti toltu Umurii dheeraa waliin jiraadha🥰🥰🥰🥰🙏
Uufe da,ima duru nan jalladha ergan argadhe walirra faggo tenyemo kanuman argutu ko nati fakkati isinif ha guddisu❤❤
Wowwo matii jalaa ijaraa hafaa umurii dheraa walifi jiradhaa dhugaa rabbii 🎉🎉🎉🎉🎉
Khaa isiin guute isiin hin irrisin hundii keeysan umrii isiin haa dheereysu 🎉🎉🎉🎉
Masha Allah family biyyaa kun heduu jalalaa bekuu biyyaa na yadachistan Dr video kesan lalee na hinafsistan
Maatii jalajala dhugaa rabii das jetanii mucaa ketis rabbi si haa gudisuu.maashalah ❤
Wawwww bayyee namatii toltuu ❤❤❤❤❤ warii hadhaa fi abbaa qabaan jabefadhaa fkn isiniif hatayuu dr nafyad
anii yeroon qabenaa godhee mana baredaa ijaradhee jiruu matiin gutuun yeroo mana koo dhufaan kessii ko bayyeen ifitii gadaa wantaa abbaa koo ofbiraa dhabeef …
Dhugaa rabbii maatii jaalalaan nama booji.u umrii waliin isin haa dheeressu
Mee worii yoo akkan matii woli gahe gamaduu argittaan biyyaa orommaatti mati keessaan yadattan akka kiyyaa bottaan jirtuu .yomumaa lata nu garabumma jala bane kaa gamannu😢😢😢 .isin umrii dheraa jiradhaa dr❤❤
Maatii jaalalaa rabbiin umrii keessan isin haa dheeressu ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
mashaa allaah rabbiin umrii issani siif haa dherrssuu ❤❤❤❤❤dr kenyaa ani hadhaa fi abbaa kiyyaa yaddee immimani qabachuu dadhabbee😭😭❤️❤️❤️❤️
Wow umrii nu dherafhu Dr kenyaa si jalanna matii ke wajjiin Umrii nu dheradhuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Wwwwww best family urmi dheradha darba jiradha hora bula waqayo walif isini haa dhisu dassi jettu jiradha mati jalala 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Dr Waaqayyoo umari waali innii yaa dheeresuu 💯💯❤❤ Garuu yeroo hundumaa mothers kessan Arguu Osouma boo'uu video dhuma😢
waqayo walin umrii dhera sin ya jirachisu Dr ❤❤❤❤muca kesan waqayo sini ya gudisu❤❤
Matii jalaa waqaayoo.ijaa hamatuu isiniraa Haa qabuu akatan isin jaladhuu dhugaa umurii dheradhaa❤❤❤❤❤❤
Umurii dheeraa isiniif haa kennu maatii jaalalaa❤❤❤❤
Wooowww maatii ebbifamoo umuriii dheeraa jiraaadhaa❤❤❤❤❤
Are please silkii joo Dr😅
Bayyee baredduu umrii dheeradha❤❤❤❤
Maatii gaarii wojiin tura baye isiin jalaanaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Mashaaa Allah tabarkaala rabbii si haa guddisuu❤❤❤❤❤
Matiiiii ebifamoo nana umuriiii dheraa jiradhaa ijiii hamtuun isiin hin argiiin❤❤❤❤❤
Dhugaa waqayoo matii kun Bay.eedhumaa tokoo natii toluu jiradhaa❤❤❤❤
Waaqayyoo fayyaa fi Jaalala guutuu wajjin isiin haa jiraachisu dhugaa ❤
mati jalala waqayoo wani hama sinira haa qabuu umuri dhera wolifi jiradha ♥️♥️♥️♥️♥️♥️namota bayetu wani baye sinira baraata dhuga 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Woooooooooow ❤️ rabbi umuri dhera sifi maati keef haa kennu
Matii ebbiifamoo hamman siin hin argiin umurii dheraa waaliin jiradha❤
Wowuu maatii jaalalaa umuurii siif haa dheeratanii🎉🎉❤❤❤❤❤
Maati jaalala akkam namati toluu dhugaa waqayyo jaalala isaa isiniif haa bayyisuu ammayyu ija hamtu isinirra haa qabu maati jaalala😍😍😍😍😍😍
Maati jalalaa kanuma caala dachaan horaa bayy,adhaa❤❤❤,Dr,keenya namaa jabaa .yeroo hundaa ,waan ijaaf ijoo qabuu ,dhaloota kan barsisu nuuf jiraadhu🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Wowow dhugaa baay'ee namatti toltuu waaqayyoo umurii kessan haa dheressuu♥️♥️♥️♥️🎉🎉🎉
Dr mashallah umurii dheraa waliin jiradhaaa❤
❤❤❤❤❤❤ Maattii jalaala Ijarahfa Bayee Nama hawatuu
matii jalaala jabadhaa rabbii umuri issini haa dheresuu daimaa kessani rabbi issini haa gudisuu❤❤❤❤
Wagaa 1000walin isin haa tursisuu matii jalalaa❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Doctor marfee daa ima dafee guddisu waraantemoo mucaa 😂😂😂😂 wow ammayyuu waaqayyo siif haaguddisu❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤
Maatti jalaalaa jalaala zalaaqii isin haa goodhuu❤❤❤❤❤❤
Woow umurii dheertuu siifaa jiraatan Dr ❤❤