Hirkoo marsaa 2ffaa kutaa 10ffaa

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 13 окт 2024
  • Hirkoo marsaa 2ffaa kutaa 10ffaa

Комментарии • 568

  • @One-Tanemo
    @One-Tanemo 7 дней назад +85

    Kan na dura dhufee hin jiru Like natti roobssaa hundi keessanuu❤🎉😊😊😊

  • @KorsaAbdisa-p7d
    @KorsaAbdisa-p7d 7 дней назад +26

    Wayyoo torbeen hin fagaatee nujala dhugaa warrii akkakoo baay ee jaallattan Like ittii roobsaa maaloo hadaraa

    • @JabirZenu-t1w
      @JabirZenu-t1w 2 дня назад

      Baayyeen isin ajaa'ibsiifadha umurii dheeraa naa jiraadhaa!

  • @workidebele915
    @workidebele915 7 дней назад +29

    Maati nafi taa'a nafisi Oro ko🙏❤🌳💚❤

    • @GedaShifera
      @GedaShifera 7 дней назад +2

      Ani sin ta'am fira

    • @TaduBekele-v8g
      @TaduBekele-v8g 7 дней назад +1

      ❤❤❤❤❤

    • @JamalKuwit
      @JamalKuwit 7 дней назад +2

      Jabaadhu

    • @WillbeFreeoneday
      @WillbeFreeoneday 7 дней назад +1

      Maali Abbaa fi haati kee maal tahan nuti maati siif tahan

    • @workidebele915
      @workidebele915 7 дней назад

      @@WillbeFreeoneday Leshi isini akkumaa jiraaniti ta'nitti kaa'a sanyii to

  • @FamiAhmed-uq5bx
    @FamiAhmed-uq5bx 7 дней назад +5

    Hirkoo tiyyaa dhiisuu hin qabdu nuti oromoon hundi si deggarrattii sirna gaa'elaa isa guddaasan godhi❤❤❤❤🎉🎉❤❤❤

  • @TujubaGedefa-c8p
    @TujubaGedefa-c8p 7 дней назад +5

    Tiyyaa dhisiif maloo hirkoon yaa sii fudhuu tiyyuukooo❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉❤❤❤

  • @GurmesaFituma
    @GurmesaFituma 5 дней назад +2

    Hirkooon yoom fudhaa Dadaffaakaa❤❤😂😂. Garruu Birriin ittii baayyaatee Gaamta Hoojjii kee Nyaadhuu😂😂

  • @mersanderesa
    @mersanderesa 7 дней назад +4

    Ijoollee tana qimamiiwwan❤❤❤❤❤❤.....Aartii Oromoof shoora guddaa bahaa jirtu dhugaa

  • @solomontakele1636
    @solomontakele1636 7 дней назад +4

    Hirkoo ❤
    Ayi Gamtaa! Hirkoo gufachiisuuf raftee hinbultukaa 😅

    • @qashtiintalajimma2407
      @qashtiintalajimma2407 7 дней назад +1

      Akka waan dhugaa ta,ee na,aarsa dhuga😂

    • @solomontakele1636
      @solomontakele1636 7 дней назад

      @@qashtiintalajimma2407 Nama milkaa'uuf tattaafatu akkasiin gufachiisuuf yaalu. Gamtaanis namoota milkaa'ina namaa hinjaallanne bakka bu'ee hojjeta. Waanti akkasi hawaasa keessa jiraachuu isaa waan beektuuf ammoo yeroo diraamicha ilaaltu si aarsa 🥰

  • @Bekatechtube
    @Bekatechtube 7 дней назад +13

    WARRII KOLFITTAN LIKE TUQAA

  • @meetiigutematube6255
    @meetiigutematube6255 7 дней назад +9

    😂😂😂 sanbani ga,uuf quban lakka,aa yaa dibabee hirkoo heduu isini jaladhaa ❤❤❤❤❤

  • @MusinKasim-z2d
    @MusinKasim-z2d 2 часа назад +1

    ❤❤❤❤❤❤❤

  • @REDIMANTUBE
    @REDIMANTUBE 7 часов назад

    Ya irko tiyya mikina tanatti hin taphatiniti akka ishen barbaaddutti gabbari fuudhi♥💚♥

  • @SalamSelam-z3k
    @SalamSelam-z3k 13 часов назад

    ❤❤❤❤🎉🎉 bbbbbbb isin jaaladha dhuga nuuf jiraadhaa ❤❤

  • @JohnNugie
    @JohnNugie 7 дней назад +3

    Mucaayyoo haaraan dhufte kun gaazeteessu ni dandaassi

  • @YahiqobGetacho
    @YahiqobGetacho 9 часов назад

    Hirkoo cubbuun Tiyya sii ajjeesa

  • @lalisafufa7511
    @lalisafufa7511 7 дней назад +3

    Wellcome Hirko.....nice to see you again.

  • @shime9317
    @shime9317 2 дня назад +1

    Eebbifamaa waan nu bashanasistaniif

  • @Waqayyoof
    @Waqayyoof 7 дней назад +2

    Bagaa nagaan dhuftan qaxaleewwan oromoo❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @WorkeyWorkey-x5u
    @WorkeyWorkey-x5u 7 дней назад

    Jajjabeewaan kenyaa nuuf jiradhaa❤ amnii akkaa koo diramaan kuun isinitii tolee like 👍 godhaa🎉

  • @Ñæníí430
    @Ñæníí430 7 дней назад +2

    Walittii aartan jechuudhagaa H&T😂❤❤

  • @MeetiiBarsisaa
    @MeetiiBarsisaa 7 дней назад +1

    Jabaadha qaqaliwwan Artistootakenya❤❤❤❤❤❤❤ bay'ee nu boharsaa jirtu

  • @IbsaTolesa
    @IbsaTolesa 7 дней назад

    Waaqayyo isiniin keenya gochuu isaaf heddun gammada dhugaa I love you all Crew and special Kofin team appreciated ❤❤❤❤❤❤

  • @sifaangarramuu6711
    @sifaangarramuu6711 День назад

    Qaxallewwaan kumaa nuuf jiraadha 💕💕🙏

    • @dinkatamiru4487
      @dinkatamiru4487 6 часов назад

      Gatii cidhaatu dabbare, ......malee ajaiba

  • @OlyadKedir
    @OlyadKedir 7 дней назад +1

    Dhuguma Movies baayee nama gammachisuu hojjaataa jirtu. Baayee galatooma. ❤❤🎉🎉😅😅

  • @Ñæníí430
    @Ñæníí430 7 дней назад +3

    Wel come jaalatamtoota kenyaa ❤😂

  • @Oro769
    @Oro769 6 дней назад +2

    Baasin hin xiqqaata dhugaa 😂😂😂😂😂😂 29:41

  • @WolooTube
    @WolooTube 6 дней назад

    Natu hunda dura comment barreesse mee as goraa maatii kiyya ta'aa jaallattoonni wolaloo ❤😢

  • @TakaleGiduma
    @TakaleGiduma 6 дней назад +1

    Hin yaadda'in ummata million 60 qabda .Ayyii hirkoo sumaan maal godhuu kolfan nu fixxee

  • @Ñæníí430
    @Ñæníí430 7 дней назад +2

    Wly hedduu Dass Namaa jedha ini hardhaa Kun 😂😂😂

  • @AhmedOmar-lt4ih
    @AhmedOmar-lt4ih 7 дней назад +1

    Warra Hirkoo jaalatan qofti llaik godha ❤

  • @TemamSuleyman-qv7fz
    @TemamSuleyman-qv7fz 3 дня назад

    Dibaabee Hirkoon diraamaa ajaahibaa nuti torban isaa gahuu yeroo hunda hawwiin eegnudha.
    Taatota diraamaa kanaanis jabaadhaa jechuun barbaade.
    🙏🙏🙏🙏
    ♥️💚♥️

  • @AmanMucaarsi
    @AmanMucaarsi 2 дня назад

    Diramaa qofaa osoo hin fuudhuu qabdaa hirkoo

  • @TSaayeeTekela
    @TSaayeeTekela 4 дня назад +1

    Nuufi'jiradhaaa baay'ee sin jalanaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Oolmaadhiraa
    @Oolmaadhiraa 7 дней назад

    Bagaa sabani dhufe wal argine hirko ko nuf jiradha qaqaliwan Jolee tenyaa ❤❤❤

  • @DebeleNegase
    @DebeleNegase 7 дней назад +1

    Ijoollee oromoo umuriin keessan nuuf ha dheeratu!!!!!!!!! Ajaayibam

  • @Somali547
    @Somali547 7 дней назад

    Milion4 qabatee hirkoo biyya san keessa baha malee karoora fuudhaà hin qabu😂

  • @isketupi2191
    @isketupi2191 6 дней назад +1

    Gurbaa gataa jedhamuu kanaa diramaa Kanna kesaa basaa yeroo hundaa naa arsaa😢

  • @godawajjiitube
    @godawajjiitube 7 дней назад +2

    Welcome Hirkoo ❤❤❤🎉🎉🎉❤❤❤🎉🎉🎉

  • @kennadubaro2910
    @kennadubaro2910 7 дней назад +1

    Silaa Margeen bunaa gamtaa qofaaf danfistee moo 😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅❤

  • @WORKINEFIKIRU-BEKELE
    @WORKINEFIKIRU-BEKELE 7 дней назад

    Adaraakee keessan daftanii hin tmxumuriina bayyee isin jalanaa sambata hawwiin eeganaa dhugaa nuf jiradhaa ❤😘😘😘

  • @milkesadiriba5770
    @milkesadiriba5770 7 дней назад

    HIR-KOO family kabajnii fi jaalalli ani isiniif qabu guddaadha❤❤❤❤❤

  • @Kabani-s9p
    @Kabani-s9p 7 дней назад +1

    Waqayyoo dangakessan Haa ballista Hirkoofi Isaafaana kan hojjettan bayye namsttivtoladhugaa

  • @BorifanChala-to5nv
    @BorifanChala-to5nv 2 дня назад

    Wayyooo nan du'e dhugaa...😂😂😂😂

  • @AhmedaliHamawi
    @AhmedaliHamawi 7 дней назад +1

    Dibaabee hirkoo namni jaalattan like roobsa

  • @ااين-و9ز
    @ااين-و9ز 7 дней назад

    Wayii irkoo keenyaa akkam namatii toltaa❤❤ waanii isiin gotaan hundii isaayuu Gara nama nyaataa ❤❤

  • @DiribeTadale
    @DiribeTadale 6 дней назад

    Wayyoo anaf du'a giddutti ji'a tokko qofatu hafe maaloo waaqayyoo si haa oolchuu❤😂

  • @Hinso.Kenesa
    @Hinso.Kenesa 5 дней назад

    waaqayyo inni isiniin nuuf kenne haa eebbifamu. baay'een isinitti bohaare.

  • @KadiirMohammed-q3s
    @KadiirMohammed-q3s 7 дней назад +1

    Hirkoo koo oohh maal jechu deemta amma hirkoo kun namtichi siin sobin

  • @TaruGudeta
    @TaruGudeta 2 дня назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ nuu jiiraadhaa

  • @sagalendhufee9620
    @sagalendhufee9620 3 дня назад

    Maloo waaqayyoo jedhatoo matii naa ta'a oro koo🙏🙏🙏🙏🙏

  • @Nafisa-tk6os
    @Nafisa-tk6os 7 дней назад

    🎉walhii irigoo atii kolofan nuu ajestee maloo dafaa fidaa pilia❤❤❤❤❤❤🎉

  • @wal-male
    @wal-male 7 дней назад +2

    Namni wan harkan qabe ho namaf dhisa wan ijaan arge dhisi

  • @OromiyaBabile
    @OromiyaBabile 6 дней назад

    Akkuma oromoottu haga jollee tana namni dandeetti Art qabu jiraayii

  • @SaaliiMan-t7c
    @SaaliiMan-t7c 5 дней назад

    Awwalaan anatulaaele like nattiroobsaa

  • @ZERITUZELEKE-DESALEGNE-bt4cy
    @ZERITUZELEKE-DESALEGNE-bt4cy 4 дня назад

    Bariidhuma galtakaa😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @DURSAAABDII-r7s
    @DURSAAABDII-r7s 6 дней назад +1

    Wow,: qaxxaleewwan kenyaa jabadhaa

  • @HanaSisy-h6o
    @HanaSisy-h6o 5 дней назад

    Akkan isiin jaaladhu installation Kazuma akka keessanni argaattan dhugaaa❤❤❤❤❤❤

  • @tafademisse6695
    @tafademisse6695 3 дня назад

    Amazing 🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤

  • @JemalBaneta
    @JemalBaneta 6 дней назад

    Isin jaaladheef akkam isin godharee❤❤❤❤❤❤

  • @SalihaHamza-r9m
    @SalihaHamza-r9m 5 дней назад

    Ani haga sanbanni gahuttin sardama❤❤❤❤❤😊😂😂

  • @CheerfulDaisy-ez7ln
    @CheerfulDaisy-ez7ln 4 дня назад

    Baay'een isin jaaladha dhugaa

  • @HawigalasheHawi
    @HawigalasheHawi 5 дней назад

    Gamtaan offii jirenyaa hin qabuu jirenyaa nama hikaa🤣🤣🤣🤣❤❤🥰🥰

  • @JamilaJojo-zl9vj
    @JamilaJojo-zl9vj 7 дней назад +1

    Antu dura like godhe 🥰🥰🥰🥰😀😀😀😀😀😀

  • @quluceiluu5780
    @quluceiluu5780 6 дней назад

    Way Hirkoo😂😂😂 Maltu Na Egata Jedhe

  • @logostheOrthodox
    @logostheOrthodox 6 дней назад

    Hirkoo anuu sijira Qarshii barbaadduu natti himi

  • @abditube-1
    @abditube-1 6 дней назад

    Yaa Rabbii hirkon kolfan nu fixe atumti haasa'i hirko😂😂❤

  • @LeliTasisa
    @LeliTasisa 6 дней назад +1

    Wayyoo garaakoo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @DiribeTadale
    @DiribeTadale 6 дней назад

    Akkumma ani itti jara kana jaaladhu maaloo Uuphaaaaa Huundi keessan❤❤❤❤

  • @AyaAyantu
    @AyaAyantu 7 дней назад

    Kkkkkkk yaa Jara nana ebifama jabadha baye sin jaladha mati irko hunduma kesanu ❤❤❤❤

  • @AliyiiGursuum-kt2sm
    @AliyiiGursuum-kt2sm 7 дней назад

    gamta kan akka kee kanati yaduu jiraa tanan akkamin qalahomsa jirenya komana mee

  • @filentube8556
    @filentube8556 4 дня назад

    😂😂😂😂😂😂😂😂kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk hojii Tessa nyaadhaa 😂😂😂😂😂

  • @AlamuddinUsmaail
    @AlamuddinUsmaail 7 дней назад +1

    Hirkoo fuudhi nutu sirraa kaffalaa

  • @amaarryasin725
    @amaarryasin725 День назад

    Jabadha jolle qalli

  • @OduuDhugaa-f8v
    @OduuDhugaa-f8v 6 дней назад

    uuuffeee kaa tiyyaa uttu wajjiin diraama hojettuu akkuma kenyaa sii kolfisisaa mitti hirkoon kee

  • @hasomamad
    @hasomamad 7 дней назад +1

    Anii guyyaa isaa wallaale ijo guyyaa isaa naf himaa mee rakkadhee abboo

  • @awwolnagash
    @awwolnagash 7 дней назад

    Hirko dhiisi lakki tiyya siif wayyati tiyyan si jaallatti ❤❤❤❤

  • @Nagiest-jw9fz
    @Nagiest-jw9fz 7 дней назад

    Nuni jirrdhaaa Dhugaa naatii faakatee jaabdhaa hi turtini baay ee namatii tolaa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉😢😢

  • @worldoflove4340
    @worldoflove4340 6 дней назад

    Tokko dhufe bilbila Gamtaa na barbaada nan arrabsa nan jedhe.onnee isa irra kaase aaree 😅😅
    Tv cabsufin ka'e
    Maanni namni akkasi
    Namni yeroo hundaa hamaa yaadu jedhe😂😂😂😂

  • @BontuuAPP
    @BontuuAPP 7 дней назад

    Malooo kolfaa dhumnee😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂 nu jiradha umurii dheraa ❤❤❤❤

  • @BontuuBontuu-d5i
    @BontuuBontuu-d5i 7 дней назад

    Wowowowow baayee tokkoo namati tola ❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂🎉🎉🎉🎉🎉

  • @BonsaTulu
    @BonsaTulu 7 дней назад

    Nan gubadhan ture osoo araaramuu baatanii tiyyaa fi Hirkoon

  • @Maryammohamed-l3d
    @Maryammohamed-l3d 7 дней назад

    Wow jabadhaa beyee nu buharsitu kifati biya ormaa dubi hadhaa ormaa na dagachiftau❤❤

  • @destabeyene7689
    @destabeyene7689 7 дней назад +1

    Gamta hirkoo jelan kaatin mee😂😂😂😂😂😂

  • @MizbaahuuAllii
    @MizbaahuuAllii 6 дней назад

    Kolfaan.dhumne😂😂😂😂😂😂😂❤

  • @MADDAWAABEEILKAAHOOGISOB-on5lg
    @MADDAWAABEEILKAAHOOGISOB-on5lg 4 дня назад

    Wow cidha hirkoo 🎉🎉🎉🎉

  • @DiribaAdugna-j5t
    @DiribaAdugna-j5t День назад

    Waaa bayyee namatii toltuu

  • @marartuasnke
    @marartuasnke 6 дней назад

    komidi ota keenyaa jabadhaa naamaa bashaanansisa🙏🙏🙏🙏👍👍👍👍👍👍👍👍💙💚❤❤💌

  • @biraneefiqireewarquu7835
    @biraneefiqireewarquu7835 7 дней назад

    Wel come matii jalalaa ❤❤😂wayyoo hirkoo😅

  • @OromiyaBabile
    @OromiyaBabile 6 дней назад

    Kophaa ko ta'een akka maraata kolfe dhugaa yeroo hirkon kufu😂😂

  • @ALIMAKADIR-d7f
    @ALIMAKADIR-d7f 6 дней назад

    Kkkkk❤❤❤❤😂 Abeet Hirkoo🎉🎉🎉🎉🎉 nufixankaa kolfaan.

  • @HAmzaaAhamaad
    @HAmzaaAhamaad 7 дней назад

    Namnii jalatan laikii godhaa❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @GadisaGirmaye
    @GadisaGirmaye 6 дней назад

    Nama bashannansiisaa ergaa guddaa qaba, hiriyuummaa keessatti kan akka Gamtaa waan namaaf yaadu fakkaatee, bolla nama buusuu barbaadu meeqatu jira; namni nuti akka hiriyaatti ilaallu yaada akkamii akka nuuf qabu hubachuun gaariidha.

  • @galaane-x2e
    @galaane-x2e 7 дней назад

    Italaa moo hadhaa manat dibabee hirkoo😉😊😂❤❤❤😂😂😂😂😂😂

  • @FantoFanto-pc1qv
    @FantoFanto-pc1qv 7 дней назад

    Wwwowww jabadhaa bayee namatii toltuu gamtaa hojii kee ❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂😂😂

  • @Jon_dniel
    @Jon_dniel 7 дней назад

    Hirkkoo ko hadha mana kettii arrarsi daddaffii

  • @FikaduBelacho-w7l
    @FikaduBelacho-w7l 4 дня назад

    Hirko oromoo

  • @JadeeW2333
    @JadeeW2333 3 дня назад +1

  • @iyasudiro7371
    @iyasudiro7371 5 дней назад

    Reefun eegalee maatii naaf tahaa Oro keenya

  • @abaytesfaye2619
    @abaytesfaye2619 6 дней назад

    Ija ija isheetti jedhe Hirkoon!

  • @SamuelDeresa-cq8gb
    @SamuelDeresa-cq8gb 7 дней назад +1

    Uuuufff hirkoo oso ati hin jurree ta'ee maalitti boharra