Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
Mee warri filmii kana laalttan akka kiyya gammaddan like❤ godha isin jaallatamttoota
😂😂😂an kolfaan dueee
😅😅😅😅😅
Dhugaa dhumaa filmiin kanaa baay'ee nama ajayibaa❤❤❤
Haha😂 Har'as fiigicha moo hahee😅
😁
Oromon Sadarkaa kana caalaa akka guddatuuf Oromoo tiyya like share gochuun nu jajjabessa ❤🎉🎉❤
Yeroo ISAAN fiigan warri kolfitan like👍 tuqaa 😄😄😄😄😄😄😄
😂😂😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤
😅
Namnii akka koo Filmii kana jalataan like 👍 ittii robsaa 🎉
ayi oromoo fiilmiin kun utuu afaan biraatiin ta'ee sa'aatii kana gidduutti view hammamii, like hammamii, share hammamii akka argatu tilmaamaaadaraa wal bira ha dhaabbannu oromookoo
Dhugaa Keeti Bro Wal Bira Dhaabbachuu Qabna ❤
@@Nimiye33An kan ummata kenyaa kun nadhiba bayyee bayye, garuu wal bira dhaabbachuun diina hinaafsisuu qabna
Dhugaa keti
Dhugadhaa abeee Kenya walii arabusuu bekkaa
Fiilmiin abdii guddaan eegaa ture gadhiifamu isaa gaafan argu baay'ee gammade! Dhugaa waaqayyo Nuuf jiraadhaa guys❤❤❤
Wow Baayyee Bareeda Fiilmii Ajaa'ibaa ❤❤❤❤❤
❤ jajjabeeffamuu qabdu jajjabaadhaa qaxaleewwan
Woooooow! Dhugaa baayyee namatti tola
Maaloo kootaa like godhaa oromooooooooooooo🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Sher godhaa hiryotaa keessanii
Nuuf Rabbiin umrii keessan yaa dheeressu sabboontota joollee biyya koo ❤isin jaalladha❤❤❤❤❤
Woow ❤❤❤❤ obbolaa koo jabaadhaa.....(.....).....!
Wow Amazing❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wow baayee namatti tola jabaadhaa ❤❤
Dhugaa baay'ee tokko namatti tola jabadhaa waanin isin tumsuu dhabuus❤❤❤❤
Wowowowoww well comee❤❤❤❤
Wooooowwwwww amazing 😍😍😍😍😍😍😍
Hojii ajaa'ibaati dhugaa jaaladheeraa👌 hojiileen isin hojjattan hunduu Dinqiidha nuuf jabaadhaa Itti nuuf fufaa...❤️
Fiilmii ajaa'ibaa kana jedhee ibsuu hin danda'u ❤❤❤❤❤❤
Aartii'n Oromoo harka keessan keessa jirti. Nuuf jabaadhaa!!!
Wow best movie❤Ergaa jabduudha Kalaqan isin jaallanna kan kana caalu eegna ammas
Wow interesting 😘😘😊😊😊
Wow 😘😘😘😘👌👌👌👌👌
Wow Amazing movie I love it ❤🎉🎉🎉🎥🎥
Woww❤❤❤❤ oromoon koo akkam lamatti toltu narraa hin hafiinaa maleee
Baayedhuman ittin bohaare dhugaa fiigichi Kun garuu biyyafu hin ta'a 😂😂😂😂😂 akka namati toltan yeroo fiigdan 😂😂😂😂
Wooow amezingy best movie❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉
Wow jajjabeewwan keenya hojii bareedaadha jabaadhaa❤❤❤
This is the moment i have been waiting for thanks
Wwwwwoooowww aja.iibaa dhugaaa❤❤❤❤
Baga nagaan dhuftan!!! welcome!!
wow Amazing❤❤❤
Baay'een eegee ❤❤❤❤Baga nagaan dhuftam 🌹🌹🌹🌹🌹
Dhugaa waqaa filmii ajaa'ibaa❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤ qaaliwwaan keenya nuf jiraadhaa
I am excited ❤❤❤❤❤❤❤❤
Well come🎉🎉🎉🎉🎉
jabaadhaa qaaliwaan koooooo♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Hawwii yeroo hundumaa Koo ture baga nagaan dhuftan!!
Warra fiilmii Afaan Oromoo ammayyeesse 🙏
An bayyumaan gammadee🎉
Wowo jabota❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
What a wonderful 👍
Hojii bareedaa dha jabaadha
Wow bayye namatti tola 🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
Wowow qaliwan koo jabadhaa ❤🎉🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤l like it 😍
Filmii baay'ee bareedadha Galatooma ❤❤❤Baay'een Isiin Jaallaadha Jabaadha Deemsi Itti fufa
Wow wow galtoommaa maatiin koodee hundinuu ❤❤❤❤❤❤❤❤
Amazing woow
Wwoooow amazing movie ❤❤🎉
Dhugaa waqaa filmii ajaa'ibaa ❤️❤️ wow Amazing
Woow wel come ❤😂
Qaaliiwwankenyaa nuuf jiradhaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤ siinjallanna
Diraama bay'ee namaat toluudha Galaatoma Artistoota kenya ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ani fiilmii afaan oromoo yeroo jalqabaatiifan ilaalaa jira, galatooma fiilmii bareedaa waan nu dalagdaniif❤❤❤
❤❤❤❤waw wel come janera jabaadha kan birra illee itti nuf dabala❤❤
Well come ❤
Jabaadha arsitiistonni Oromoo ❤❤❤❤
Amazing fiilm bayyee Nama ajaa'ibuudha dhugaa❤
Wooooooooow Wooooooooow hiriyuman malii!??? barbadan turee bagaa nagan gadhistaan❤❤❤❤🎉🎉
Wow baga nagan dhuftan ummatta jaalala❤❤❤
Wowo baaye namati tola jabaadha❤
That's heart breaking excited friendship ❤❤❤❤
Akkam namatti tola jabaadhaa❤
Dhugaa bayyee bareeda jabbadha 👍👍👍👍👍👍🌹
Wowo❤❤❤❤❤❤
Baayyee isin eegaa turre! Welcome!🙏
Wow well com ❤❤❤❤
Wow Baga nagaan dhuftan ❤ Koodee❤
Wow❤❤❤❤❤🎉KOODEE
Wooowwwww 🎉🎉🎉🎉
baga nagaan dhuftan utuu isin eegnu dullomneem🥰😁😊
Malatton keenyaa,BURUSAA hhhhhhh 😅 jajjabadha. Baayyee garii dha ❤😅
Waw❤ Amazing film 😢😂❤
Jabaadhaa jajjabeewwan keenyaa ❤❤❤❤
Jabadha bayee namatii toolaa❤❤❤❤❤
jabaadhaa qaqqaxalee ijoollee oromoo
Jabaadha,artii oromoo baay'ee guddisaa jirtu❤❤❤❤
Wow 🎉🎉🎉🎉
🎉🎉🎉 baga nagaan dhuftan
Great job
Maaloo Share like godhaa akka nama hedduu bira gahuuf osoo afaan biroo ta'ee silaa meeqa gahe yoona.
Dandeettii aartitiin eenyumtuu isin qeequu hin danda'u garuu harki caalan fiilmii kanaa comedydha maalif?Comedy fi fiilmin kan mataasaa danda'e mitii?Jabaadhaa garuu kana caala fooyyessuu qabdu ❤❤
wow! baayee bareeda hiika hirriyumaa sirritti nu agarsisee xumurii isaas baayee bareeda jabadha
Wow dhugaa bayee hojji garidhaa
Wel come ❤❤❤🎉🎉🎉
Akkaan namatti tola jajjabaadhaa Oromoo koo❤
Wowooo ❤❤❤❤
Wow nuuf jiraadhaa hundi keessanuu
❤❤❤❤waw❤❤
🎉🎉🎉🎉ahhi hirko
Wow❤❤❤❤❤❤❤ akkas kunooo
Welcome back from me 🎉❤
waaw jabaadhaa baayyee bareeda!!!
Wow ❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤wow
Wow amazing
Wow jabaadha waan gaarii hojjetan❤
Mee warri filmii kana laalttan akka kiyya gammaddan like❤ godha isin jaallatamttoota
😂😂😂an kolfaan dueee
😅😅😅😅😅
Dhugaa dhumaa filmiin kanaa baay'ee nama ajayibaa❤❤❤
Haha😂 Har'as fiigicha moo hahee😅
😁
Oromon Sadarkaa kana caalaa akka guddatuuf Oromoo tiyya like share gochuun nu jajjabessa ❤🎉🎉❤
Yeroo ISAAN fiigan warri kolfitan like👍 tuqaa 😄😄😄😄😄😄😄
😂😂😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤
😅
Namnii akka koo Filmii kana jalataan like 👍 ittii robsaa 🎉
ayi oromoo fiilmiin kun utuu afaan biraatiin ta'ee sa'aatii kana gidduutti view hammamii, like hammamii, share hammamii akka argatu tilmaamaa
adaraa wal bira ha dhaabbannu oromookoo
Dhugaa Keeti Bro Wal Bira Dhaabbachuu Qabna ❤
@@Nimiye33An kan ummata kenyaa kun nadhiba bayyee bayye, garuu wal bira dhaabbachuun diina hinaafsisuu qabna
Dhugaa keti
Dhugadhaa abeee Kenya walii arabusuu bekkaa
Fiilmiin abdii guddaan eegaa ture gadhiifamu isaa gaafan argu baay'ee gammade! Dhugaa waaqayyo
Nuuf jiraadhaa guys❤❤❤
Wow Baayyee Bareeda Fiilmii Ajaa'ibaa ❤❤❤❤❤
❤ jajjabeeffamuu qabdu jajjabaadhaa qaxaleewwan
Woooooow! Dhugaa baayyee namatti tola
Maaloo kootaa like godhaa oromooooooooooooo🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Sher godhaa hiryotaa keessanii
Nuuf Rabbiin umrii keessan yaa dheeressu sabboontota joollee biyya koo ❤isin jaalladha❤❤❤❤❤
Woow ❤❤❤❤ obbolaa koo jabaadhaa.....(.....).....!
Wow Amazing❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wow baayee namatti tola jabaadhaa ❤❤
Dhugaa baay'ee tokko namatti tola jabadhaa waanin isin tumsuu dhabuus❤❤❤❤
Wowowowoww well comee❤❤❤❤
Wooooowwwwww amazing 😍😍😍😍😍😍😍
Hojii ajaa'ibaati dhugaa jaaladheeraa👌 hojiileen isin hojjattan hunduu Dinqiidha nuuf jabaadhaa Itti nuuf fufaa...❤️
Fiilmii ajaa'ibaa kana jedhee ibsuu hin danda'u ❤❤❤❤❤❤
Aartii'n Oromoo harka keessan keessa jirti. Nuuf jabaadhaa!!!
Wow best movie❤
Ergaa jabduudha Kalaqan isin jaallanna kan kana caalu eegna ammas
Wow interesting 😘😘😊😊😊
Wow 😘😘😘😘👌👌👌👌👌
Wow Amazing movie I love it ❤🎉🎉🎉🎥🎥
Woww❤❤❤❤ oromoon koo akkam lamatti toltu narraa hin hafiinaa maleee
Baayedhuman ittin bohaare dhugaa fiigichi Kun garuu biyyafu hin ta'a 😂😂😂😂😂 akka namati toltan yeroo fiigdan 😂😂😂😂
Wooow amezingy best movie❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉
Wow jajjabeewwan keenya hojii bareedaadha jabaadhaa❤❤❤
This is the moment i have been waiting for thanks
Wwwwwoooowww aja.iibaa dhugaaa❤❤❤❤
Baga nagaan dhuftan!!!
welcome!!
wow Amazing❤❤❤
Baay'een eegee ❤❤❤❤
Baga nagaan dhuftam 🌹🌹🌹🌹🌹
Dhugaa waqaa filmii ajaa'ibaa❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤ qaaliwwaan keenya nuf jiraadhaa
I am excited ❤❤❤❤❤❤❤❤
Well come🎉🎉🎉🎉🎉
jabaadhaa qaaliwaan koooooo♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Hawwii yeroo hundumaa Koo ture baga nagaan dhuftan!!
Warra fiilmii Afaan Oromoo ammayyeesse 🙏
An bayyumaan gammadee🎉
Wowo jabota❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
What a wonderful 👍
Hojii bareedaa dha jabaadha
Wow bayye namatti tola 🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
Wowow qaliwan koo jabadhaa ❤🎉🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤l like it 😍
Filmii baay'ee bareedadha Galatooma ❤❤❤
Baay'een Isiin Jaallaadha Jabaadha Deemsi Itti fufa
Wow wow galtoommaa maatiin koodee hundinuu ❤❤❤❤❤❤❤❤
Amazing woow
Wwoooow amazing movie ❤❤🎉
Dhugaa waqaa filmii ajaa'ibaa ❤️❤️ wow Amazing
Woow wel come ❤😂
Qaaliiwwankenyaa nuuf jiradhaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤ siinjallanna
Diraama bay'ee namaat toluudha Galaatoma Artistoota kenya ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ani fiilmii afaan oromoo yeroo jalqabaatiifan ilaalaa jira, galatooma fiilmii bareedaa waan nu dalagdaniif❤❤❤
❤❤❤❤waw wel come janera jabaadha kan birra illee itti nuf dabala❤❤
Well come ❤
Jabaadha arsitiistonni Oromoo ❤❤❤❤
Amazing fiilm bayyee Nama ajaa'ibuudha dhugaa❤
Wooooooooow Wooooooooow hiriyuman malii!??? barbadan turee bagaa nagan gadhistaan❤❤❤❤🎉🎉
Wow baga nagan dhuftan ummatta jaalala❤❤❤
Wowo baaye namati tola jabaadha❤
That's heart breaking excited friendship ❤❤❤❤
Akkam namatti tola jabaadhaa❤
Dhugaa bayyee bareeda jabbadha 👍👍👍👍👍👍🌹
Wowo❤❤❤❤❤❤
Baayyee isin eegaa turre! Welcome!🙏
Wow well com ❤❤❤❤
Wow Baga nagaan dhuftan ❤
Koodee❤
Wow❤❤❤❤❤🎉KOODEE
Wooowwwww 🎉🎉🎉🎉
baga nagaan dhuftan utuu isin eegnu dullomneem🥰😁😊
Malatton keenyaa,BURUSAA hhhhhhh 😅 jajjabadha. Baayyee garii dha ❤😅
Waw❤ Amazing film 😢😂❤
Jabaadhaa jajjabeewwan keenyaa ❤❤❤❤
Jabadha bayee namatii toolaa❤❤❤❤❤
jabaadhaa qaqqaxalee ijoollee oromoo
Jabaadha,artii oromoo baay'ee guddisaa jirtu❤❤❤❤
Wow 🎉🎉🎉🎉
🎉🎉🎉 baga nagaan dhuftan
Great job
Maaloo Share like godhaa akka nama hedduu bira gahuuf osoo afaan biroo ta'ee silaa meeqa gahe yoona.
Dandeettii aartitiin eenyumtuu isin qeequu hin danda'u garuu harki caalan fiilmii kanaa comedydha maalif?
Comedy fi fiilmin kan mataasaa danda'e mitii?
Jabaadhaa garuu kana caala fooyyessuu qabdu ❤❤