Daa’imni keenya nagaan nuuf dhalateera!

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 14 окт 2024

Комментарии • 2,4 тыс.

  • @girmamegersa1949
    @girmamegersa1949 2 месяца назад +83

    Dr.Naafiyaad Baga gammaddee abbaa ilmaa taate, ilma abbaa caalu, kan biyya dhaalu siif haa ta'u!
    Baga Waaqayyoo Nagaan hiike!

    • @Makiya-hw8gc
      @Makiya-hw8gc 2 месяца назад +3

      Wawo

    • @SannayitGonfa
      @SannayitGonfa 2 месяца назад

      Waaw waqayyo sinif haa guddisuu mucaa ebbaf ta,u haa ta,u

    • @aslitube4541
      @aslitube4541 2 месяца назад

      Baga rabbiin nagaan hiike ❤❤❤❤

    • @aslitube4541
      @aslitube4541 2 месяца назад

      Rabbiin daa'imallee isinii haa guddissuu ❤❤❤❤

    • @fadela9034
      @fadela9034 2 месяца назад

      Mashalaa tabarakalaa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉 bagaa gamadaan rabiin isinif haa gudisuu

  • @abrasedeme3153
    @abrasedeme3153 2 месяца назад +30

    Abbaa milikeessaa bagaa gammadanii bagaa rabbii sin garagaree dhugaa rabbii ani bayyee tokkoo sin gamadee Rabbii ❤️❤️❤️❤️kan biyyaa buchuu yaa tatuu 🍼🍼🍼🍼❤️❤️❤️💯💯👌👌

  • @NabiyaaArsiididaaasanyiijawwar
    @NabiyaaArsiididaaasanyiijawwar 2 месяца назад +6

    Mashalah mashalah Dr nafiyaad bagaa gamaade sanyii ilmaa abba caluu rabbin siif haa godhuu ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉

  • @Etiooforo
    @Etiooforo 2 месяца назад +3

    🎉❤baga waqayyoo isin gamachise 🎉🎉❤ uuf harmee Dr Naaf yaad akkam garaa koo naraaasan dhugaa 🎉haadhookoo🎉 umrii nuuf dheeradhaa🎉❤

  • @FiloWardi
    @FiloWardi 2 месяца назад +2

    Ayuu kenyee bagaa waqayyo Sii hikee baga gamadde👏🙌🤝🤝😚😘😘😘🎉🎉🎉❤💚❤
    DR..Abba cabsa baga gamaddanii👏🤝🎉

  • @LomeiታደስYOUTUBE556
    @LomeiታደስYOUTUBE556 2 месяца назад +10

    እግዚአብሔር ይመስገን እንኳ ማርያም በሽልም ታውጣሽ አህትችን ወንድማችንእንኳን ደስ አለህ ❤️❤️❤️

  • @MarayamaHajjii
    @MarayamaHajjii 2 месяца назад +6

    Dr kena congratulations 🎊 👏 💐 🥳 baga rabii nagahya hadha mana te adaha si base🤲🏻👩‍🍼kani dhalte ha gudahtu rabii si ha gudisu bakaha gudaha nu ha gahyu fakena hace nuafi ha tadhu ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉congratulations 🎊 👏 💐 🥳

  • @jalojuice
    @jalojuice 2 месяца назад +18

    Rabbii isinif ha guddisu bro khiya ❤🥰

    • @newkw8981
      @newkw8981 2 месяца назад

      🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @tagotago6340
    @tagotago6340 2 месяца назад +2

    Dr bagaa gammadaan isinif haa gudatuu ayyuu koo bagaa gamadee bareduu koo bagaa waqayyoo nagaan sii hikee❤❤❤❤❤❤🙏🙏

  • @showa8370
    @showa8370 2 месяца назад +2

    Congratulations tears of joy seeing the happiness of the family. God bless Abbaa Biiyyaa❤

  • @cvfxvc7385
    @cvfxvc7385 2 месяца назад +6

    🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤ wwww bagaa waaqayoo si gargare . Bagaa waaqayoo nagadha si hiike ...Dr nafya fi Ayantu Baga gammadani

  • @SabboontuuHintalaaWallaaga
    @SabboontuuHintalaaWallaaga 2 месяца назад +8

    Elelelelelele❤❤❤ Bagaa Gammaadee Dr Keenyaa Ayyuukoo Bagaa Waaqayyoo Sii Hikee ❤❤❤❤❤

  • @Tariq-br1xm
    @Tariq-br1xm 2 месяца назад +9

    Mucaan keessanisi isinif haa guddatu bagaa gammadan ❤❤❤garuu isaan tokko bakka isaanifi in eyyamamne dhungaatan malee

  • @AbebuTemsgen
    @AbebuTemsgen 2 месяца назад +1

    Wowowowo Waqayo bagga isin gamachise Bagga Maryamin Nagan sihikte Hadho koo Kan dhalatee isinf hagudatuu ❤❤🎉🎉🎉Congratulations Abba Cabbsa

  • @yordiiyordiiqatar6723
    @yordiiyordiiqatar6723 2 месяца назад +2

    Bishaa nadhugaa jiraajetu Dr nafii Bagaa Waaqayyoo Nagaah Si hikee bareduutooo❤❤❤❤❤❤

  • @SinuAbera
    @SinuAbera 2 месяца назад +7

    Waqayyoof galanni bara baran haa ta'uf Uuuuuuuufffff Aadha Caala garaan koo na qaabbana'e dhugaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @tadeluyoutube8486
    @tadeluyoutube8486 2 месяца назад +5

    Wow bayyeen siniif gamade baga waqayyoon kanan isiin gahe kan dhalate siniif ha guddatu hadha mucaa siree cabsii kahi🤱🥰❤🙏🙏

  • @gadeseeabera58
    @gadeseeabera58 2 месяца назад +4

    Gallanni waqayoof haa ta'u bagaa nagadhan sii hikeee Ayuuu
    ❤❤❤❤
    Bagaa Gamadan Bagaa sadii tataniii

  • @lomiirko4544
    @lomiirko4544 2 месяца назад +1

    Baaga gamaadaan ayuu baaga waqqaayyoo sii gargaaree baareeduukoo dr baaga gamaadee🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤

  • @imabettosla164
    @imabettosla164 2 месяца назад +2

    Waqayyoo fi gaalanii hata'u bagaa nagaan sii hike haadhokoo bagaa gamadaanii Doctor keenyaa🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Ayaatuu
    @Ayaatuu 2 месяца назад +4

    Uuuufffeeeee bagaa waqayyoo nagadhan siiyyiikkee adhookkoo gokiterrifaa moo bagaa gamaddanii dhugaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @fatumaArarso
    @fatumaArarso 2 месяца назад +4

    Bagaa gammadee yaa doctor naafyad keenyaa bagaa nagahaan sii hikee lubbuu atilee ayuu❤❤❤❤❤

  • @SaraSara-mv7rt
    @SaraSara-mv7rt 2 месяца назад +5

    Uuuufffff Bagaa Waaqayyoo Nagaan Ishee Hikkee Bagaa Gamadaan 🙏🙏❤❤❤❤❤

  • @HamdiiMuuraadii
    @HamdiiMuuraadii 2 месяца назад +1

    Masha allh masha allh Baga Gammadde Dr ilmike caalanama ilma gaarii siif hat'u

  • @jalanejalane-tr7tk
    @jalanejalane-tr7tk 2 месяца назад

    Wow congratulations baga wqyoo ngn si hike ayyuu carra qabtii sabboontu keenyaa baga gammaddanii maatiin hundii keessan 👌👌👌❤️❤️❤️❤️❤️❤️😘😘😘😘💓💓💓💓💓💓💓💓🙏🙏🙏🙏

  • @KumeKume-z7p
    @KumeKume-z7p 2 месяца назад +5

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉 waqaayyoof galkanii haata,uu bagaa nagaan hikkamtee Ayyuuu doctor bagaa gamaddee

  • @ummuammaar1591
    @ummuammaar1591 2 месяца назад +4

    Mashallaa mashallaa mashallaa taa baraa kalahuu bagaa rabii nagaa isnii hikee ❤ Alhamdulillah Alhamdulillah ❤Alhamdulillah ❤

  • @MimiDisy
    @MimiDisy 2 месяца назад +4

    Dr.Nafiyaad Baga waqayoo siyi gamachisee 🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤

  • @FhGg-fo2ds
    @FhGg-fo2ds 2 месяца назад

    Wa baga gammadee Dr waqayyoo siniif yaa guddisuu

  • @meseretbayssa3518
    @meseretbayssa3518 2 месяца назад +1

    Doktori Nafyadii & Ayuu bagaa waqayyoo nagadhanii sii hikke 🎉🎊🎉🎊👏👏👏🥰

  • @senaahassiii1694
    @senaahassiii1694 2 месяца назад +4

    Wowowow Baga gammade Dr kenyaa rabbi isiinif ha guddisu

  • @ashetired3369
    @ashetired3369 2 месяца назад +5

    Bagaa waqayyoo goftaan siin gamachisee kaan dhaalatee siin yaa guddatuu amasii lamani yaa dhalatuu❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @ganameeguyee9872
    @ganameeguyee9872 2 месяца назад +8

    Wow congratulations 🎉🎉🎉

  • @AMm-vy5bm
    @AMm-vy5bm 2 месяца назад

    Baga waaqayyo nagaan ishee hiikee galatti Kan rabbiti Baga gammadde Dr Baga gammadd an maatiin hundi keessan

  • @rozaabayyana5262
    @rozaabayyana5262 2 месяца назад

    Baga Gammaade kan dhaalate sif yaa guddaatu ilmaa Abba caalu yaa ta'uu🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @ZemzemGenemo
    @ZemzemGenemo 2 месяца назад +4

    congratulations 🎉🎉

  • @Seyfuuabrahim
    @Seyfuuabrahim 2 месяца назад +4

    Congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉

  • @SamikoSamiko-kr1ou
    @SamikoSamiko-kr1ou 2 месяца назад +9

    Jalalaa dhugaa kanaa nuuf jiiraadha sanyiiwaan ko 🎉congratulations ilmaa Abba calu

  • @selamademsung5995
    @selamademsung5995 2 месяца назад +1

    እንካን እግዚአብሔር እርዳችሁ ልጅ የእግዚአብሔርን ስጦታ ነው በርክት ነው❤❤❤🎉🎉

  • @Mulu-c3q
    @Mulu-c3q 2 месяца назад

    Baga waqayyoo Nagan ishee hikee❤❤❤❤❤ Rabbi isiinif hagudis Dr

  • @ashrafmajali7422
    @ashrafmajali7422 2 месяца назад +30

    ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @galaanafaarfannaa2719
    @galaanafaarfannaa2719 2 месяца назад +4

    Dhuga waqayoo baye gamade gamachuu daniga hin qabinee gamadee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @hanahana1960
    @hanahana1960 2 месяца назад

    እግዚአብሔር ያሳድግላችሁ /እንኳን ማርያም ማረችሽ የዶክቶር ባላቤት /bagaa"waqqayyoo"nagayaan"sihikee"barredduuKoo/RabbiiSinif"yagudisuu🌹🌹🌹😍😍

  • @megrtutolreeaapplejidhaama2786
    @megrtutolreeaapplejidhaama2786 2 месяца назад +2

    Bagaa gamadaan ayyuu koo isiinif haa guddiisuu waqayyoo brother

  • @obseobse563
    @obseobse563 2 месяца назад

    Congratulations Dr keenyaa🎉🎉🎉🎉🎉🎉baga gammaddanii baga durboo maariyaamiin sii waliin taatee baga ofkaltee Ayyaantuu😘😘😘😘❤❤❤❤❤
    Uuuffffff harmee Dr Nafyad akkam namattii toltuu akkanumaan baay'een jaalladha garraamii nama waaqayyoo umurii dheeraa siif haa jiraatanuu🥺❤️❤️🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @tijiitijii1085
    @tijiitijii1085 2 месяца назад

    Wooooow Baga nagaan nuuf hikamte bareeduukoo🎉🎉🎉🎉🎉 yoo herumaan hin furdatu jechuudha

  • @kibbehailu6576
    @kibbehailu6576 2 месяца назад

    Baga gammaddan waaqayyoo hubannaf oguummaa isaatin isinif haa guddisu ❤❤

  • @chaltu7733
    @chaltu7733 2 месяца назад +1

    Bagaa waqayyoo Nagaan sii hikee ❤

  • @eshalemethiopian3231
    @eshalemethiopian3231 2 месяца назад +1

    Bagaa Waqayyoo Nagaadhan Siif Hikee DR Nafyad keenyaa Kaan Dhalatee Isiiniif Ha Gudatuu❤️❤️❤️❤️❤️🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @biiftuyasus9687
    @biiftuyasus9687 2 месяца назад

    Ani yero haati dr ayyu.akksi dhugatu na bohe😢😢😢 ufi.congr

  • @makiyaaintalaasikkoomaddoo5544
    @makiyaaintalaasikkoomaddoo5544 2 месяца назад +1

    Mashallah Aayu baga rabbii nagaya si hikee giftii ko😍 bagaa Gamadee Dr Naafi yadi rabbii issni haa gudisuu❤ yaa Rabbii sodati akka hadhaa Dr naafi kan naa kenni 🥺🤲😘

  • @SoretiInitalaa
    @SoretiInitalaa 2 месяца назад

    Congratulations 🎉🎉wondime bagaa gamadee sisituu silee bagaa rabiin nagaan si hikee❤❤❤❤

  • @Oromiyaa4
    @Oromiyaa4 2 месяца назад

    Abbaan warraa dur zaqqii hiikee jilbiiffatee Waaqa kadhata, kan har'aa selfii.....🙄 Waa hundaafuu baga gammaddan dr! Baga hoofkate Ayyuu🙏 siree cabsii ka'i!

  • @MakiaAbdu
    @MakiaAbdu 2 месяца назад +1

    Dr Naafyad bagaa gammade milkikoftan abbaa ilmaa bagaa tatee congratulations 🎉🎉🎉🎉🤱🌹🌹🌹🌺🌺👍👍❣️❣️

  • @obsegedefa7801
    @obsegedefa7801 2 месяца назад

    Ufffff Waqayoo haa Galtuu Dr kenyaaa Bagaa waqayoo Sin Gamachiseee Kan Dhaltee Haa Gudatuu🤲🤲❤❤❤ Matii Jalalaa💖💖💖❤️❤️❤️

  • @aminagamada2657
    @aminagamada2657 2 месяца назад

    Mashalaa.dr.bagaa.gamadenii.dhugaa.hundunii.keessanuu.maatii.jalalaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🥰🥰🥰🥰🥰🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲☝️🙏

  • @weynishet7857
    @weynishet7857 2 месяца назад

    Eeesssss eeeeelllll baga nagadhani sii hikee,bagaa ijaa keessaani ijaani argitaani baga gamadaanii🎉🎉🎉🎉❤❤❤Umurii dheraa waalif jiradhaa bayyee daasi nama jetuu dhugaa ❤❤❤

  • @makiya976
    @makiya976 2 месяца назад

    Congratulations ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉Rabbiin isaani haa gudisii ilmaa barkaa qabuu isaani haa godhuu dablee isaani haa kenuu ishoo hadhoo ko ayu bagaa Rabbiin nagaa sii hikee

  • @Kadija90
    @Kadija90 2 месяца назад

    Bagaa gamadan bagaa Rabbii nagahaa isiin hiike congratulations ❤❤❤❤❤A&Dr keenyaa ❤️❤️❤️

  • @caaltuutube7217
    @caaltuutube7217 2 месяца назад

    ❤❤❤❤❤baga waaqayyo nagaan si hiike ayyuu
    Kan dhalate isiniif haa guddatu

  • @Likkee-tg5py
    @Likkee-tg5py 2 месяца назад

    Bagaa waqaayoo gooftaan nagaadha ishii hikee 🙏🙏🥰🥰

  • @VsbnsjRtyyuy
    @VsbnsjRtyyuy 2 месяца назад

    Mashlaa mashlaa baga rabbii nagayani isi hikee edee isnifi haa kenuu ka aya aba jedhuu haa tuuu ❤❤

  • @astermakkonin5331
    @astermakkonin5331 2 месяца назад

    Baga waqayyoo isin gammachise isinif haa guddisu❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @showa8370
    @showa8370 2 месяца назад +1

    I love your mom, her charming personality is❤ so lovely

  • @fafiitube3266
    @fafiitube3266 2 месяца назад

    Mashaa Allaah bagaa rabbiin nagan sii hikee bagaa gamdanii rabbii sinifi haa gudisuu dr❤❤

  • @accacc3506
    @accacc3506 2 месяца назад

    ዋው በገገመዳኒ እኳንማርያምማረችሽ የኔቆንጆ ማሚ ስሲስሙ ደስስስስስሲሉ ወይእናት እኮ ትለያለች ዋው ❤

  • @amber-ik6nb
    @amber-ik6nb 2 месяца назад +1

    Congratulations DR 👏 🤱🤰❤💚🙏🙌

  • @RabiyaGudeta
    @RabiyaGudeta 2 месяца назад

    Masha allh baaga Rabbin nagaan si hiike Ayu baga gammaddan maati jaalala❤

  • @JahraYasen
    @JahraYasen 2 месяца назад +1

    Bagaa gamaadani Dr rabbii isaanif haa guddisuu ilama Abba caluu haa ta, uu❤❤❤❤❤❤

  • @waqayooGaridha-w8w
    @waqayooGaridha-w8w 2 месяца назад +1

    Bagaa gamadee Abaa ilmaa tatee waqayoo baga ayusii gargaree❤❤❤❤❤

  • @AyantuBortula
    @AyantuBortula 2 месяца назад

    ❤❤❤❤❤baga waqayoon si gamachise Dr nayafiyad and ayuu baga waqayoo kennasa sinifi kene mucan kenna waqayooti❤❤❤

  • @azizaaaroarsii6269
    @azizaaaroarsii6269 2 месяца назад +1

    Bagaa gammadeeni Dr Naafiyaad❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @almazo6202
    @almazo6202 2 месяца назад +2

    Waaqayyo isinf haa guddisuu maatii jalaa ❤❤❤

  • @DatedkibbinaaDareekibbinaa
    @DatedkibbinaaDareekibbinaa 2 месяца назад

    Wwwwwwooo Dr baga abba ilmaa tatee Ayyuu baga waqayyoo nagan si hikee

  • @lelooro9185
    @lelooro9185 2 месяца назад

    Bagaa gamadani waqqayoo isaaniifi haa guddisu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @DaniDereje-hh3gq
    @DaniDereje-hh3gq 2 месяца назад

    Wow wow Baga Gammaddan Dr. fi Ayyeen 🎉 🐄🍼

  • @yerusalemwaqaktole1031
    @yerusalemwaqaktole1031 2 месяца назад

    Bagaa waqaayyoo isiin gargaree bagaa gammaaddan waqaayyoo isiinif haa guddisuu ❤❤❤🎉🎉

  • @asiyaaloveasiyaa633
    @asiyaaloveasiyaa633 2 месяца назад

    Congratulations baga Gammadanii Rabbiin isini haa guuddisuu

  • @birkibirki3052
    @birkibirki3052 2 месяца назад

    Wow baga gammaddan 🎉🎉🎉
    Mucaan keessan isinif haa guddatu❤❤

  • @wazalaadam8774
    @wazalaadam8774 2 месяца назад +1

    Masha allah Tabarakallah Rabin sinif agudisu sinile baga gamadani❤🎉

  • @beshadudeksiso2093
    @beshadudeksiso2093 2 месяца назад

    Ebadaa hadhaa uuffii😢❤❤rabiin urmii isaanii haa dherreessuu

  • @AbdelaTufa
    @AbdelaTufa 2 месяца назад

    Bagaa gammaddean Dr keenna

  • @LaliseeLalisee
    @LaliseeLalisee 2 месяца назад

    Inumaa kolfiti isheen miskinaa bagaa waaqayyoo isiin gammachisee🎉🎉❤❤

  • @EnthusiasticAtom-ml3rd
    @EnthusiasticAtom-ml3rd 2 месяца назад

    ልጃቸው እግዚአብሔር በጸጋ እና በጥበብ ያሳድጋችሁ congratulation❤️❤️🥰🥰🥰❤️❤️❤️❤️❤️

  • @meriMeri-kp7nr
    @meriMeri-kp7nr 2 месяца назад

    Congratulations 🎊 🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤ baguma waqayyoo isiin gammachise uuuuuuuffff akka namati toltu

  • @fenetdajane
    @fenetdajane 2 месяца назад

    Naf rabbi isinf ha dudisuu ija hamtu iraa sif ha qabu 🎉🎉🎉🎉

  • @sifaantube1230
    @sifaantube1230 2 месяца назад

    Wow Abbaa milkana bagaa gammadde congratulations Ayyuu bagaa nagaa sin hikaa mariyyanaa bagaa gammadde ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉❤❤

  • @TolashiMasqala
    @TolashiMasqala 2 месяца назад

    Wwwww Bagaa gamaddsnii anilee bayyee tokko issinfi gamadee dhugaa❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉

  • @AtinaafMedia-b1f
    @AtinaafMedia-b1f 2 месяца назад

    Baga gammaddan Dr 🎉🎉🎉🎉🎉❤

  • @furnemiresa1
    @furnemiresa1 2 месяца назад

    Wwwoowww wwwooww bagaa gamadaanii Dr keenyaa kan dhaltee nuf ha gudatuu bagaa nagaan hikaamtee hatii mucaasii🎉🎉🎉🎉🎉❤❤

  • @CaaltuuCaaltuu-tb8yt
    @CaaltuuCaaltuu-tb8yt 2 месяца назад

    Congratulations 🎊 👏
    Dr bagaa gamaadaan siinif yaa gudaatuu❤❤🫃🫃👨‍🍼👩‍🍼❤

  • @abeba745
    @abeba745 2 месяца назад

    Ileee ileeee ileeee baaga gamadan ❤❤❤🎉🎉🎉🎉
    Isiinif haa guddatuu lamani haa dhalatuu🥰🙏

  • @Haadhawabbii
    @Haadhawabbii 2 месяца назад

    Bagaa waaqayyoo nagaan si hikkee haadhoko bagaa gammadan hundii keessanuu ❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @haniambo
    @haniambo 2 месяца назад

    Abbaa ilmaa baga waaqayyoo gooftaan isin gammachiisee mucaan dhalatees kan biyya bulchu kan isin caaluu nuufaa ta'uu 🙏🥰

  • @FatiyaaTulluu
    @FatiyaaTulluu 2 месяца назад

    Congratulations abbaa cabsaa keenya baga gammaddan❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉

  • @iyyasusseefinjiradhee643
    @iyyasusseefinjiradhee643 2 месяца назад

    Waqqaayyoo bagaa isiin gamachisse isiinif haa guddissu ❤❤🎉🎉🎉

  • @hikmaamohammed4040
    @hikmaamohammed4040 2 месяца назад

    Welcame bagaa gammaddee Dr

  • @tigisthailu3786
    @tigisthailu3786 2 месяца назад

    Congratulations 🎉🎉❤❤❤❤
    Baga waqqayyoo nagaa sii hikee hadhoo koo ❤❤❤

  • @WsWd-wr4bq
    @WsWd-wr4bq 2 месяца назад

    Wow congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤
    Bagaa rabbin isin gamachisee sif hadhaa manaa kelee dr ' nafyaad kena

  • @mosisatasgara4849
    @mosisatasgara4849 2 месяца назад

    Baga nagaan isiniif hiikamte Dr