WS WR WB Mashaa Allaah taabarakallah Rabbiin sii hakabajuu atii nama fi hin jirtini Rabbii qofaf jiradhuu wayee Aba mana fi hadha mana Rabbumaatu bekaa Rabbiin siif halafisuu ishaan Allaah ❤❤❤❤❤
Namni yeroo amma kana nama hasayu malee kaa ofii hin beekuu Amshiirii attii bultii nama keessaa maltuu hasayu irraa galchee nama Namni yeroo amma wayyee nama malee hin dhiisee aja'ibaa
Abshiraa my sister wanii hudii ni dabaraa qalii tiyaa jabadhuu rabbin sii walin haa jirtuu ishaa Allah oduu namatif bakka hin kaani jiruu garii sif hawaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤i love you my sister 💖 ❤️
Abshir qaali nama*💚💚 ati namusa gaarii qabdaa anu ragaa sii baha rabbii gaditti rabbiin dandeeti isaatin waliti isiin haa deebisu wallahi gammachuu irraati jabadhu ati Wan biyya baatef qofarratti hasaya nama dhiisi hin dhagahiin
Ani kan jedhu warruma comment kana malumatu isiin galche waa'ee dhisaaf niti debise immoo waa'ee jirenyaa ishee shiu hadaa ummaata waan ofii gadaa godhatan waan nama hin borcina ufufuf🧐🤔🤔
Sister tiya qali jabadhu wlh taa ilma nama hin lalin taa rabbii keti lalli habibiti hedu takka gara nanyate wly rabbif jachan si jaladha wlh❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Gifti koo ani bayy'ee sii jallaadha dhugaa rabbi waaqayyoo ijoollee kee sifa guddisuu 💖💖💖🌹💖
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Obsii hadhaa kaanus waqayyoo ijoollee ketiif Abbaa manaa kee nagaa waal isiin haa agarsisuu oduu eddoo hin keniin ❤❤❤❤
DHugadha ummu kanus ati hedu namaste jabadha jabadhu sin ja'a
Obsi ammas ati jabdudha ilman ketif jarasa kee jabefadhu❤❤
በሬዱኮ በጋናገኑቴ ግፊት ስለስአርጌፊ በየኒ ገማዴ❤❤❤
garuu yoo rabbiitii ammantee dadafii abbaa jolee tetii ararfadhuu
malif jenan irraa guddoon dilli dhalaa jarsa mufachisudha atii yoo dutee waraa ibidatii
Abshiir rabbiin yadaf murada ke sif gute ilmaan tetifi abbaa ilmaan ketitti sihaa debisu habibti jabaadhu namni dhale ilmo qabu wanni laaftuun ilmoo biraa akka nama hin oofne nibeeka jabaadhu ❤❤ rabbiif jecha sijaaladhe duralle ammas akkasuma ummu kanus ❤❤
Abshiir Rabbi jiraa qaalii teenya Rabbiin yaadaf muraada Kee siif haa guutuu
❤❤❤ Jabaadhuu Rabbiin isin haatiksuu nutis Eegumsaa Eegumsaa qooda qabnee diinnis hiyyummaa hinaaffaan haqa
Abshir habibti tiyya Rabbii yeroo dhihottii ilman ketii fi Abba mana kettiiti walii siha debbisuu mustariya tiyya
Abshirii qaalii tiyyaa rabbiin siif jira yaadaa murdaa kee rabbiin siif haa guutuu jechaa nama hin Illaaliin yaadaa kee kaa biyyaa baateefi hangaa siif guutamtuuti carraaqii
ماشاء الله تبارك الله
جزاك الله خيرا
حبيبتي ابشير❤
Habibti atii dhuguma nama jadha jabadhu
Atii duubarti jaabdudha jaabadhu hamalee Ejibtiran akkaa canadati achii dafarfatuti ilmoon keetis jaarsa keetis maatikee guutu siwojiin woliti qaba umuuri isiin haadheresu akkaa atii bakkaa guuda geese rabbiin nuhaa agaarsisu jeechi namaa wooma namaa higoodhu siinajeesu siifayisu Atii kaayyoo kee qoofaf taatafadhu higeesa bakkaa guuda isha allah❤❤❤
Abshir habibti wani laftun ilman ofi ira nama fagesitu rabii waliti isin ha debisi InshaaAllh
Mustariyaa annii ergaa goosaan hin deemmuu jaattee tokkoof goosaa tee himaachuu hin qabduu media irraattii waantii goosaa saan sii keessaa numaa jirtii
Ammaas namaanii hangaa faadhee waalittii aruullee joollee kuukkuullee saan irraattii facaastee hin deemtuu dhugaa raabbiittiin sittii himmaa gaarruu namaanii kuun garagarumaa qabaa keesaafuu dubaartiin lagaattii fi yookkaan gamoojji ittii dhalaattee naasuu abbaa manaa isittiffii ilmoo issii ttiif hin qabduu hin facaaftuu dhugaa raabbii dhalaan gaammoojjittiifi tan baaddaa Wal addaa dhugaa raabbii tan baaddaa tuun ulfiinaa namaattii beettii safuu dhaa beettii dhifamaa naattii hin mufatiinaa dhugaa jirtuun duubadhee waan taheef........?😂😂😂😂😂😂
dhuga dhaa
Dhugaa keeti haqa jaarsaa fi jaartii Rabbi qofatu beekaa Rabbiin hin dandahaa walitti isin haa deebisuu
Abshiiiiir uktii dirqamtuu ilmaan ofii biraa namaa basaa Dhugaa ketiii gubataa Akka kee malee Kan biraa sin bekuu ittii dhiisii Rabbiin nagaan walitii isin ha debiisuu Analee fakatotaan Akkaa kenyaa ilmaan dhiisii biyyaa bahee hundaa Rabbiin nagayaa halii kenyatii nuhaa debiisuu😢😢
Ani Dubartti Abbaa manaa ishee guddiftu fi faarsittu nan jaalladhaa!
Ati isaan keessa tokko jabaadhu haadha tiyya abshiir
You are strong Women...go ahead allah will change your life Ummukhanus
Masha Allah tabarakallah wly heddun sidinqisifadhaa rabbin ngyn ilman keti fi abba mana ketiin walitti isin haadebisuu❤❤❤❤
Ilmoo dhaaltii Abbaa isii wajjii addan baatusuu isiinii ilmoo tee yeroo guddatee hedduu itti dhagahama emotional isii midhaa jirtaa akka hijjan guddatuu godha jirtaa rabbii qalbii siihaa kanna yoo natii artee dhiifma
Dhugaa ketii Habiibtii kanaa ka irraa gayee qofaa sif hubaataa abshiirii Rabbiin Guddaan yaddaaf muradaa kee sif ha guttuu abshiirii. Ijoollee tee Rabbiin Ammanaa sif ha eguu
Dhugadha ummu kanus dubaartiin akanaati dafte gara hin muraatu😢 homa miti jaabadhu nahla diqo san faa Rabbiin siif haa tissu ijoole tetis duwahuma godhi
Baay ee gaadee raabiin walitii siin hadeebiisuu hajolee keehii fi abbaa manaa ketiiti yeroo dhihootii waliiti isiin deebisuu❤❤❤❤❤❤ qalii too
Ummu kanus gossa tiyya ati humma yaadin Rabbii jira tan Rabbiin je'e hin oltu
Abshir haadho koo rabbi yeroo dhi'oodhi maatin keetin waltti siha deebisu jecha nama ofirra dhiisi ati dubartti jabdudha jabaadhu ammalle❤❤❤❤
Heddu si jaalana jabadhu rabbin niyya murada kee sif ha gutu
dhugaa ketii yaa Uma kanus hatii takka ilmaan issi dhiste hin dematu akanumati haqa jarsa fi jartii Rabbumatu bekaa
Dhugaa qabdaa atii qaalii tiyaa❤❤ maloo atii hin boyii bareeduu koo anii siif hubaadhaa❤❤
Nama biraati hama barbade yoo gaaruma gotee gaarii hin ta'uu wani sin jedhu hin dhabuu dhali nama Abishir bareduu tiyya 💝💖🌹🌹💖
Taa ilma nama firra dhissi ta Rabbii caala ummu kanuus❤❤❤❤
Dhugaa ketti Obsii dhugaa arsaa fi jirtii kan bekuu rabbii rabbii ilmaan kettiti ngh si Haa deebisuu
Ani kanni bayy'ee naa Arsuu yoo jiraatee isuma ummani midiyaa kanna dhirsa fi niti giduu gaaluudha maaltuu isin dhibee Abishir ati jaabbduu tiya yadda kee sii qofa bekkaa jabaadhuu giftii koo bakka itti hin laatin jechaa namati rabbi nagani ijolee keti siya debbisuuu😢😢
Maasha Allah taabarkallh atii goosa tiyaa ❤❤❤❤❤❤
Namni namaf hubattu hadha ilmoo dhaltte qofa dhisii ❤❤❤❤yada murada kee rabbi siha guttuu❤❤❤habibti ati jabdudha jabadhuu❤❤❤
Abshire yaa umuu kanus walayi dhugaa jetee ilmo ofira wanti xiqo na basutu anis seena akasi qaba abshire kesa ofii kan beku rabbii qofa ati jabadhu dalagadhu ilma keeti deebi'i wante akka mana ofii hin jiruu comati nama ofira dhise rabbiin yaada murdaa kee sif guutu hayaati jabadhu❤❤❤❤
❤umuu kanusii umataa kanaa ilalinii ok yoo atee saladuu rabii kee kaduu ishaallaa ayatii 😢😢❤❤❤❤😢uduu wanii rabii dabasee ayatii adaraa kee olii namaa ilalinii
Abshiiri Lubbuu Rabbii yaadaafi muraadaa kessani sii haa guutuu ❤
Abshiiiiiiir wolhi An heduu si jaladhaa gafa Atii iliman kee birabatee deetee dhagayee heduu boohe garan Nadadhabee homa jadutuu irra bassee jedhee ijole tee yoo Araguu imimanif Lalu hin dadau'u Rabbiin iliman ketiti si hadebisu❤❤❤❤
WS WR WB Mashaa Allaah taabarakallah Rabbiin sii hakabajuu atii nama fi hin jirtini Rabbii qofaf jiradhuu wayee Aba mana fi hadha mana Rabbumaatu bekaa Rabbiin siif halafisuu ishaan Allaah ❤❤❤❤❤
Jeechaa namaa yoo iilalatee bakaa yadee hin geetuu oboleetii tiiyaa dhiisii jeechaa namaa wollhii bayee namararatuu atifii matiina keellee Abashiirii jabadhuu enuyuu wasiifi hin godhuu dhiisi ❤❤
Mashallah ♥️ Rabbiin Niyaate siif haagutu Jolleteti wal sihaagarsiisu
Boonii ,gammadi jiraadhu joleen ni gudati humatatu features isanii barechiif dubii namatin if hin rabashin baredu ko❤❤❤❤
Bareedukoooo Abshiirih lubu hinyadiini ❤❤❤😢😢😢😢
Abshiri ati dubbarti jabduudha
Warraa akkasitif deebii hin keeninii rabbii nagaa walitti isinii haa deebiisuu😢❤❤❤❤
Homa mitii obsii umii Kanos teenyaa qaalii anu siin jalaadhaa wara sii arbsuu heduu keenini kayoo keetii malee anu sii jiraa bareeduu koo ❤❤❤❤
Namni yeroo amma kana nama hasayu malee kaa ofii hin beekuu Amshiirii attii bultii nama keessaa maltuu hasayu irraa galchee nama
Namni yeroo amma wayyee nama malee hin dhiisee aja'ibaa
❤❤sirritti jaalatta wly maasha Allah
Dhiisi jecha nama hin dhagahin namni waan namaan jedhu hin dhabu
Ummu kanus rabbii sii bira haajiratu
Miskina too Rabbiin yaade muradaa kee siif ha guutuu
namaa jalaa hinbahanii dhiisii namaa debisaa hindebisiin anii dhugaa dubatuuf heduu yaxawee yasiin dhisef jenan wajii jiran jedhee shukrii gallche sulas bulfiin hadhawaa mi awaa tumaa jiratanii amas misxiraa kee gongumaa hinhiminii dhiisii
Ufffffffffffffff wolah hasofnii kee onnee naaa madesee
Abshiraa my sister wanii hudii ni dabaraa qalii tiyaa jabadhuu rabbin sii walin haa jirtuu ishaa Allah oduu namatif bakka hin kaani jiruu garii sif hawaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤i love you my sister 💖 ❤️
Dhugaa keeti wallaahi ❤❤❤ Rabbiin yaadaa muraada kee siif haa guutu ❤❤😢😢😢😢
Abshir qaali nama*💚💚 ati namusa gaarii qabdaa anu ragaa sii baha rabbii gaditti rabbiin dandeeti isaatin waliti isiin haa deebisu wallahi gammachuu irraati jabadhu ati Wan biyya baatef qofarratti hasaya nama dhiisi hin dhagahiin
Ani kan jedhu warruma comment kana malumatu isiin galche waa'ee dhisaaf niti debise immoo waa'ee jirenyaa ishee shiu hadaa ummaata waan ofii gadaa godhatan waan nama hin borcina ufufuf🧐🤔🤔
Abshir Raabbii ngya ilaniti keti si ha fayisu sifi yafini Raabbii wali isi ha fayisu 😢😢😢😢😢😢😢😢
Gobbaz jabbadhu .icciiti kee hin.dubattin.midiara👍👍
Waan xiqqoodhan namni bulti keessa hin bahuu ammas rabbiin addaan isin baasiin.
Waan yeroo wajjiin dabarsan
Yeroo mufatan hammeessuun sirrii miti. Ammas rabbiin isiniif haa laaffisuu walitti isin haa deebisuu. Ummkaansuu jabaadhu. Rabbiin Yaadaaf Muraada kee siif haa guutuu inshaa allaah ilmaan keetti walitti isin haa deebisuu.
Sah dhugaa keeti sanyii too inshaa allha rabbiin jireenya kee si ha bareechu warri komanti dhiisaa rabbiif jedhatii haha jarsaaf jartii rabumaatu beeka
Rabbi yaada muraada kee siif haa guutu Ummu kaanus tiyya❤❤
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢 dhimaa jarsaa fii jarattii rabbumatuu bekkaa woly dhugaa kettii
Mashallaa Mashallaa obboletti tiyaa rabbiin sii haa lafisuu inshalllaa.
Hin himin Namni wahe butii bekuu likitii bekan sanifu atii karora ke qofaa hordafii 🎉 jabadhu
Intala Warra Qaalluu jabduu Teenya Rabbiin siif Haa tolchu ❤Abshir
Abshirii haadha tiyyaa ammaa addan nafii batee atii jabadhuu❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤abshir sister tiya jabadhu duranu jabdudh akka ififafedhan qaama ofirahu hinaragatan❤❤❤
Waahuma huddaafu rabbiin Abbaa m.keetti ilman kee jii rabbiin sibiraa hàa fiiduu❤❤❤❤❤❤❤ hamman si jaaladhu anumatuu beeka
Abshir bareduu ko jabadhuu atii 😢😢😢❤❤❤
Abshir habibatii dubartii jabaduu namuu itii dulaa abshir raabiin waayadee galamaan siif hagehuu
Abasheri inshallaa allha rabin adani isini basini
Dhugaa jetee Sanyii Koo abshir Raabii jiraa ❤❤❤
Wallahii haqaa jarsaaf jartii Rabbumatuu Bekaa Abshir Rabbiin Akkaa yaadaa Muradaa ketii siif haa gutuu 😢😢😢😢 Abshir
Dhugaa jetee qalii too qalii Abshirii Midhamaa Biraaa Rabiituuu jiraa Abshiir Rabuumaa qabnaaa ❤❤❤❤❤ Abshiirr obsaan Anaann. goroomsaa dhugaaa
❤ Eegumsaa Du'aayiin duraa fi boodas jiraadhuu Subahannallah Allahu akbur fayyaan dhiifamaa as wwb isin jaallannaa
Omaa mitii jabadhuu atii ijjollee ketittii rabbiin sii yaa walittii sii debiisuu omaa mitii dhiisii ummaanii kenyaa garumaa namnii jedhettii demaa
Dhugaa khetii wanni laaftun ilmoo namaa hin dhisisftu yaa ummu kaanus nutii dhalaa fataana heddummana rabbi sabrii nu haa khannu yaa mustariyaa tenyaa
Abshiir jechaa ilmaa nama irraa hin laaliin bareeduu tiyyaa ❤
Rabumaa ja.aa wal dhisaa wal hin komatiinaa walitii debiyaa obaleyaan kiyaa 😭😭😭😭😭😭
Abshiir ummu kaanus dhugaa keeti wallaahi haqa jaarsaaf jaartii kan beeku rabbuma jecha nama tokko tokko laaltee Aarin ilma namaa jalaa baatu huma sirra buusan irra kaayatin siif maatii kee abbaa manaa kee qaalii wajjiin rabbiin yeroo dhiyotti walitti isin haafidu Inshaa Allaah ❤❤❤❤❤❤❤
Abshir qaali tiyyaa ❤❤❤😢 rabbiin bultii teetifi ilmoo keeti nagayaan siha deebisu Gammachuun
Abashiruma baredu ko jecha namatiif bakka Hin kenini rabbiin yadaf murada kee siif ha guttu 🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
Obsiteetuma ilman ke kana bakkan maalif uin gahatin ho
Eee wallahii Dubartiin obsaa qabdiii Wanuma Laftuuti hin Artuu Abshiir qalii ❤❤❤
Rabbiin sihaa milkeessu Namni Rakkatu malee ilmoo ofiirra Adda hin ba'u rabbi wolitti isin hanaannessu
Ummu kanus qalii atti fakkenya dubarti hundaatti wlyhi waan jabaate fi waan ulfaate tuu sii dubbisee qalii too baay'ee sii jaladha wlyhi naaf jiradhuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
🎉❤❤dhugaa keetii haaqAA JARSAFII JIRTII RAABITU BEKKAA ❤❤ KANFUU JABADHUU
Dafii itti deebi'i abbaa kaanusitti ❤❤❤❤❤
Wallah wanuma jabatee hadhaa fi ilmo gargarii basaa uuuff miskinaa wallah Rabbiin yadaf murada sif gutee ilmaani ketitii si ha debisuu
Abshir qalii tiyaa wan hundaa calaa rabbiin fayaa sitii ha tahuu wayee namaa itii dhisii umuu kanus tiyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Sister tiya qali jabadhu wlh taa ilma nama hin lalin taa rabbii keti lalli habibiti hedu takka gara nanyate wly rabbif jachan si jaladha wlh❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Hin himiin waan bultii keetii media iraatii Abadaan hin hiimiin
Waaw meeshaa allaah
Wallaahi rabbiin walitti isinitti haa deebisuu
Ati kaayyoo kee malee jette jettee namaa dhiisaa isin lachuu wallahi joolluma xixiqqoo teessan sanii jettanii
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Amshaarii hababati rabin sii haa lafisuu inshaa allah ilmi nama garuma maratu jala bayu hin danadan subanallaah❤❤❤❤❤
Amshirii namaanii wanii rakkaatuu maalee hin demuu♥️♥️♥️♥️💚💚💚💚💚💚💚💚💚
Walahi bilahi maqa rabiitii kakadhee nana bulitii nama jiduu Setanta odesitan dhisaa rabin sodadhaa
Abshir Ummu kanus Rabbiin Bakkuma jirtutii si walin ha jiraatu waan hundaafu Rabbiin yaadaf muraada ke sif ha guutu
Maashaa Allah maashaa Allah maashaa Allah 👍
Rabbiin yaadaafi muraada kee bakkaan siif haa ga'u.
JABAADHU ati JABDUUDHAA RABBII fayyaafi umrii dheertuu barakaa qabdu siif haa laatu.
Dhisii attii jabadhuu hasahawaa kee kesattii Waa hedduu namaf hubatamaa namaa bulttii kesaa turef
Walhii bilhii Anii qaraa Ni bekkaa garuu fagoo siraa jirdhussii yaa malikaa Dubartii jabadhuu Ruhii tiyyaa dhirtii Akkanumaa bagaa gotee jabadhuu hagaa yomii mataa si nyataa jabadhuu ❤❤❤❤❤❤