Icciitii Award Mo'achuu!! Asaantii Aschuu
HTML-код
- Опубликовано: 4 фев 2025
- Join this channel to get access to perks:
/ @qaanqeeshow
Ethiopian and Oromo late night show music and entertainment.
#HabtamuLamu #Oromomusic #Oromonews #Gingilchaa #Qaanqeeshow #Oromocomedy
Intalli qaxaleedha ni beeksiifti jabaadhuu jennan hanga dhumatti dhageefadheera
Dubartii oggeettiin bakka deemtu hundatti abbaa mana ishee farsiti ❤❤
Asaantiin Weellistuu cimtuudha Habtishi galatoomi ulfaadhu galatoomi ishee waan nuuf dhiheessitef
Maatii naa ta'aa
Wow micayyoo tana bifa, haalaa fi amalli isii hundinunuu bareedaa dha
Jabadhuu Qalii tenaa
አሳንቲ ስማር ነሽ ❤❤❤❤jabaadhu
Qaxalee Keenya Jabaadhu
Welcome to guyyaa walin osu nu goatee
Asaniti bareduu koo❤❤❤❤ sageleni kee waww
Afaan Hararge male dubachu dhufte dhuga mashaalla jetteni saa 😂
Eltoke bakka qala ykn jimaa itti hidhan 😁😁😁
Jabaadhu Asantii👏👏👏👏🙏🙏🙏
Warri Vision Entertainment! Seenaa kee Kaawwachaa jirta!! great !!
No English,no Amaric Oromoo Afaan Oromoo qulqulluu💋👈🥰🥰🥰Sabboontuu koo🥰🥰🥰
Mucaayoon Baay'ee Cimtuu Dha Habtish Gaaru Herumtee Jirti Habtish Mee Gafaa'u
🎉🎉🎉🎉 maliif naa hin arfee atii😅😅
Yooya qanqee chaw❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉😢🎉🎉🎉🎉🎉
Wow gosaa tiyyaaa❤❤❤
Jabaadhuu jabduu intaala oromoo bagaa dhalaattee itti fufii!
Yosen getahun guyaa tokko interview godhii me
Gaaffii Seenaa ishee itti baayyiste Haabtish maalif garuu??
Habtaamuu ati hoo hin welliftuu wellen kee baay'ee tolaa bar .
Walashe❤..gabaa maliyu mo salqa deemturee ?😂.. bareedu muca❤
Maliyuu
@aziioro5601 baayye namatti tola! ! Biyya san keeysa bahani award injifachuun cimina isheen qabdu agarsisa 😘..
Mucaan singitanitti aane lamafa bahe baayye gobozin sunis walasheeti dhalate?
@@rbh77dhugaa dubachf bakka irra bayyan gaffa akkasitii himatan namatii tolaa
Gammadaa Show affeerri!
jabaadhu intali
Congraguation🎉
US raayyaa abbaa maccaa nuufidi habtee
Welcome ❤❤❤❤❤
Dhiifama wajjiin weellisaa caalaa daggafaa osoo guyyaa tokko sagalee isaa nudhageesisfte
Habtish gaaffii Seefuu show irratti nama nuffisisee hin gaafatiin jaartii qabdaa kan jedhu🤔🤔
Wowwwww❤❤❤❤❤❤
Dubartin malaa beektii Dubartumaa ishitii fayyadamiti
Ni bareeddii Asantin
Jeneraal 😂
INTERVIEW MOO AMIIDHAF WAAMTANREE JENERAAL!!!!
Habtish artist falmaata kabadee nuu dhi'esii
Dhugaa galatoomi giiftii koo Credit natti baayyiste naaf jiraadhu
Siif mala habibi
Tin'isa keetiin as geette
Kabajami mucattii atillee ka abbaa manaa kee akkanatti kabajje
❤❤❤❤
Asaantiin Weellistuu cimtuudha
Asaantiin Weellistuu cimtuudha galatoomi ulfaadhu garuu sirbaa ishee osoo nuu hin aafferiin haftee garuu ni bareedda osooma jettuu wan dagattee natti fakkaata
OBN Hoo Si Didaani
🎉🎉🎉🎉🎉
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
🥰🥰🥰🥰
Micayyoon bareedduu dha
Abba mana qabdi mee gafadhu habtish
Gantuu abba garaa
Maaltu siin gahe arrabsuun yoo sii ta'u dide ilaaluu hin dhiistu
👍👍👍🌹🫶🫶👍
Maalo habtamu miciyyoo ammadhu malee bareeddu 😂
Asaantii performed better than Habtamu. That is Okay.
Oromo ko matti na ta,aa maloo
This is interview or compelling 😂 .singtan is absolutely talented singer 100% .you don't computation with 10 years old?
Talent maalii qaba.?stage performance qofa.
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤
🎉🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤
❤❤❤❤
❤❤❤❤