Waltajjii Gurguddaarratti maaf sin Afeeran? Aartisti Leencoo Gammachuu
HTML-код
- Опубликовано: 4 фев 2025
- Join this channel to get access to perks:
/ @qaanqeeshow
Ethiopian and Oromo late night show music and entertainment.
#HabtamuLamu #Oromomusic #Oromonews #Gingilchaa #Qaanqeeshow #Oromocomedy
Wow #Leencoo yaada bilchaataa fi aadaa uummatichaa bifa sirriin ibsuun kee baay'ee nama gammachiisa
Lenchoo nuuf jiraadhu maaloo album nuuf hojjedhuu🥰🥰🥰
Dhugaa sirboonii kee hunduu bayyee namatti tola jabaadhu ati dhugaa jette gabaan waan jaalattu cabsitii jabaadhu ati ❤❤❤❤
Wow❤❤Lencho is matured young man and he knows his culture history very well❤❤Keep shining
Lencho Gemechu, you are great artist of this generation. I wish you all the best.
Afte weelistota waallaggaa nuf dudubisii addara👍👍👍👍
Nuuf jiraadhu Leencoko muca Biyyako ❤❤❤❤🥰
Becouse his born in western part of oromia. Leencoo u are matured artist we love u❤❤❤
Waw lencoo namaa jabaa oromoon qabduu bilchata namaa❤❤
Skill with matured knowledge, keep it up Leenchoo
Wow lameen keessaniiyyuu hayyuudha umriin raagaa🙏🙏🙏isin jaalanna.
Artisti seenaa kamaal nuuf fidi habte pls ❤❤❤ qaanqe show moolaarii ummata oromoo it's good ❤❤❤
I Love your works ❤❤❤❤good job .
Harargee kotuu lencoo ko antuu si walnii hojata ❤❤❤❤
Mucaa Kana Baayyumaan jaaladha dhugaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤ haye akaamii haftamu jabatii jabadhuu
Nama bilchaata! Yaada bilchaata! haasaa qind'aa!! Yeroo gaarii siif maatii ke waliin!! Habtee ati ammoo galatoomi!!
❤❤❤❤❤❤❤
Lencho embodies elegance and talent, showing remarkable discipline and clarity in his interview responses. I wish more of our artists would follow his example. While some singers and artists may provide insincere answers in the media, Lencho distinguishes himself with his authentic knowledge and deep passion for Oromo culture and Safuu. Thank you for conducting such an excellent interview.
i heard this interview 3 days back and still i'm thinking his discipline and passion! oh i can't let go my mind of his character, confidence and knowledge! i never seen artist in his level man! you know why i come today just to make video of this guy and to read what people commented! i'm alittle busy in schedule but never let go of his maturity❤😊🎉
Shumaa Fedhasaa abbaa kalaqaa genereter kalaqe sana dhiyeessi
Leenchoo aartistii jabaa fi baay'een jaaladhudha fayyaa fi nagaa siif hawwa🥰🥰🥰🙏🙏🙏
Leencoo Aartistii Jabaa Qaalli oromoo Dhallata illuu Abba bor mucca biyyako nufii Jiradhu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
lencoo namaa dandetii adaa qabudhaa jabadhu mafii addaa hundaa akka fedhetii hojtaa kunii dandetii isaa ibsaa so he is good person❤❤❤❤❤
habtee jabadhuu jabaa namaa 💯🙏yosan getahu haferii maloo..?
Leencoo ati jabaadha waan baayyee sirraa eegna
mucaa bilchaataa umriisaa ol...we love you Lencho
❤leencaa namaa
Wow 😍😍😍😍😍😍😍😍🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰👍
Leenchoo artist jabaafi mul'ata fagoo qabu jabaadhu mataa dhiiraa
Matured!
You are real artist
Caalaa bultume nu dhiyesii hafte❤
Numan group gaafadha isaantu murteessa waan biyyaa kana keessatti ta'u hunda.
Uff leencoon kun bar Heedduu Na marara. Baga Nuuf fidde haaftee koo Galatoomi
Akaa matakoti
Ani Haman si dinqisifadhu fi Haman si jalaadhu ibsun na dhiba
Atii Naf sagale Oromoti
❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎤
Habte uttu atii biyya kana galte show barreda nuf qophesu bate habasha jella demnaa ture!! Habtish jabadhu qophii barredadha❤
Leencoo Gammachuu Artist jabaadha,Dhugaa dubbachuuf walleen isaa hedduun Aadaa,Safuu fi Safeffannaa Uummaata kan eegeedha.
Akkaataan dubbii isaa illee ajaaiba,
Leencoo Fikiru utuu Director ta’ee sirboota inni gara fuulduraati hojjetu daran jabeessan jedha! Habte atis Galata qabda garuu qoosaadhaan jechoota keessummootni kee dhangalaasaan utuu jelaa tuquu baatte siin jedha yaada dhuunfaa
Lamaan keessaan Galata qabdu!!
Wowwww nuuf jiraadhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤
What an amazing interview ❤...
Leencoo naman hedduu jaalladhu
Gaffii bareeda dhimma waltajjii irratti hirmaachuu dhabuusaa kaasuu keef hedduu galatoomi 🙏
@Habte Qulqullinni sur-sagaleekee xiqqoo nii hafa. Nuu sirreessuuf yaali. Jabaadhus.
Artist yaddaa bilchata qabuu❤❤❤
Baga nagaan dhuftan ❤❤❤
Maaf walitti makteeyaa? maati sirba dhaggeeffatu moo waldaa dhiisaniitu!
Churchiitti deebi'i biyyi lafaa hamtuudhaa😍 Habtaamuu atis....
Mee atumti deebihi
@@SintayoDeressa enennow
Leenchoo Kenya nufii jiradhuu❤❤❤❤❤❤💞💞💞💞💞💖🥰🥰🥰🥰
❤lencho king🎉
Leencoon ilaa fi gurraa oromoo ti❤❤
Woww leencoo ati gootadha💪
Please Habte Artist Jaambo Joote pls
Dhugaa heddu das nama jedhaa❤❤😊
Well come bro
Haftee mucaa biyya koo
Woooo bayee namtii toolaa👌🙏💪💪💪🥂
Nuf jiraadhu jaba koo ❤❤
Artist jabaa lencoo jabaadhu.habtee galatoomii
Ani moo SI jalaadha haftee naaf dubisii mee😊
Leencaa keenyaa nuuf jiraadhuu umurii dheeraa sanyii ofii baay'een si jaaladha baay'een si dinqisifadha dhugaa ❤❤❤❤🖤🤍🐅❤❤❤❤😍😍😍😍
tnks lenco from ilu
Leencoo hubaataa nama guddaadhu muldhaadhuu gaafa guyyaan Waaqayyoo jedheeti immoo farfaana keessati wal argiina
you are great artist from Oromia we love u more
Next Jimma🙏
We love u Lencho❤❤❤
Good 👍❤
Anaa dhufu leencoo🙏.wollotti sin beeka atillee na beekuu baattus.
sagaalee siinootiraakii nuu jeeqaa jira habtish
Wow Leencoo Keenyaa❤❤❤❤
ዳግማዊ ሰለሞን ደነቀ ይመስላል ይህ ልጅ ። ሰለሞን የሙዚቃ ችሎታው ተዝቀው ሳያልቅ ነወ ያለፈው ፣ ለንጮ እሱን ለመተካት በአዲሱ ትውልድ የተከሰተ ወጣት ነው። ኪሊፖቹን ሰከፈቱ የልጆቼ ደስታ ፣መዝናናት፣ጭፈራ፣ ልቤን በአሴት ይሞለዋል። በርታ !! ለመድረክ ሳይሆን በስራ አሳምናቸው ። አንተ ባለ ጊዜ አይደለህም ምክንያቱም በችሎታ ፣ በስራ፣በእውቀቀት፣በራስ መተማመን ፣አሽከሪነት የምፀየፍ ኩሩ የምሁራን መፍለቅያ ሀገር የወለጋ ልጅ ነህና!!!! ፣፣
34:51 habtishii nama dhuga jabadhuu ❤
Thank you Habtaamu
Welcome jabaadha Oromo koo
Qoohii Ayyaana dhufutti Qaasim Barroo fi Leencoo arguu qabna!
Amazing galatoomi
Mirxii Koo Leencoo Haasofniif Tasgabbiin Kees Akkuma Dibaabee Keetii Onnee Nama Fuudha.
Leencoo mataa dhiiraa ❤
Artist Oromoon yeroo ammaa qabdu keessa isa jabaaa fi abdachiisaaa Art. Leencoo Gammachuu jabaadhu .
Leenco sirbiorake baayyeen jaladha galatooma❤
Love from Norway
Jabaadhaa hedduu namatti tola!!!!!!!!
Well come anaa dhufu
Lenccoo kenyaa❤❤❤❤sijalaana
Haabtaamuu gaafii sirrii gaafatte! Hangafootaa hanga guddattootaa ayyaana irratti hirmaachuu qabu!
Ayii Habtiish!!! namuma akka kee kana koochoo ilaallattuu kana uttuu qabaanne gaari ture
Wowww lencaa koo
Oromo koo ♥️💚♥️🙏
Cant wait to hear his new work, where is it?
Jabbaadhuuu🎉
Gandumadhumatu artii oromos jeeqaa jira malee Leencoo caalaa artistin concert dursa dhiyaachu qabuu hin ture, Anyway Leenco is a rising star no one can stop him
Leencoo aartistii oromoon qabduu jabaadhuu.
Leencooooo jabaa koo❤🎉❤
❤❤❤❤
Wow ❤❤❤
Hey Hantauu lamu duudoo galatomi obalasa kaachaa nuufi dheesuufi galatomi
Ooo lencho ko jabadau❤❤❤❤
ONE OF THE COOLEST OROMO ARTISTS.
The best ever coolest oromoo artist ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Galatomaa ❤❤
Galatooma jabadhaa
❤❤❤😍
Jiraadhuu jabaa biyyaa
Lakkii Oromoo wal jabeessaa maaloo!!
Leenco chima nama adaa Oromo baayye nu barsiiste galatoom
Shek Amiin Ibro nuuf afeeri mee
Baaye yaada Gaaridha mucaa kanarra dhiiba gudaatu jiraa akka Waan ergamni artist oromo uumaa irra shawaafi arusiiti ergame wayiitu jiraa wanti kuni sirriiti hiikamu qabaa
Dhugaa gafii berda
Caalaa Bultumee nuuf affeeri HAFTE keenyaa please please please please please please please please
Waa'ee waldaa haasofsiisuf moo😮
@@dedefokeweti7689😂
💪💪🤜🤛🥰🥰🥰🥰
😂😂@@dedefokeweti7689
Innii jireenya biyyaa lafaa dhiseraa garaa waqatti deebihera😊😊
Akkuma maaqan isa lencoo muucanu lencaa Dhugaa