Juneeydii Saaddoo Pirez. M/N Oromiiyaa Duraanii @ Maya Show 2024 OBN
HTML-код
- Опубликовано: 2 окт 2024
- #maya#subscribe #seifuonebs #mayashow
Juneeydii Saaddoo Pirez. M/N Oromiyaa Duraanii @ Maya Show 2024 OBN
Maya Tv Show :Check out new talk show Oromo Musics, Tv Show,comedy and more Ethiopian Oromo Entertainment videos by Subscribing
Make sure to Subscribe Maya Tv Show and Turn On Notification to stay updated With all new uploads🔔
Maya Show Saturday Afternoon 10:20 On OBN
#donkey #ebs #ethiopianbroadcastingcorporation
Unauthorized use, distribution and re upload of this content is strictly prohibited
Copyright ©️2024 Mayatvshow
#seifushow #ebssaturday #helenshow #fana#ebc#walta#obn
#yosan getahun new oromo music #oromo music new yosan gtahun #oromomusic #ella records
#yosan music #baala gizee #baala gize #yosi #yosan baala gizee #baala gizee oromo music
#oromomusic #original #oromomusic2023 #orotiktok #oromomusic #wbo #jaal jaanjessaa diinaa #doonii #doni #rufoo #rufaa #rufaarrufee #rufee #rufaarru #rufoo koo #rufaarrufee koo
#ethiopianmusic #nahomrecordsinc #hanagirma #jaal jaanjessaa diinaa#amharicmusic #amharicmusicmp3 #nahomrecords #habeshamusic #amharictiktok
#fyp #oromomusic #doni#rufoo#rufaaruffee#bullesita#buleesitaa#oromomusi
#ethiopianmusic #ahomrecordsinc #hanagirma #Bantelay #amharicmusic #amharicmusicmp3 #nahomrecords #habeshamusic #amharictiktok #amharicmusicvideo #ethiopia #hanagirmanewmusicvideo #Bantelaynewmusicvideo2023#ethiopianmusic #nahomrecordsinc #veronicaadane #abebaye #henokgetachewbestmusicvideo
jamaree#EthiopianMusic #OromoMusic #africanmusic
#oromosong #Like #Comment #subscribe #trending
#oromomusic2023 #neworomomusic2023
#margituworqina #superbowl 54 #superbowI2023
#Ethiopianmusic #nahomrecordsinc #Keol #Jamaree
#amharicmusic #amharicmusicvideo #Keolmusicvideo
#Ethiopianmodernmusic #habeshamusic#Henokgetachewnewmusic ##Eredagnanewmusicvideo #ዘውድ_ #music #musica #musicvideo #artist #ethiopianartist #veronicaadanenewmusicvideo2023 #veronicaadanebestmusicvideo #ethiopia #nahomrecords #Guragignadance #Guragecultuer #Guragugnatraditionalmusic #Argawbedaso #ethiopianmusic #ethiopian #ethiopia #ethiopianwomen #habeshabeauty #addisababa #ethiopianfood #habeshafashion #habeshawedding #eritrean #ethio #eritrea #habeshastyle #habeshakemis #habeshadress #africa #ethiopians #ethiopiancoffee #habeshagirl #ethiopianmusic #habeshaqueens #addisabeba #habeshabrides #reviewethio #amharic #habeshamemes #love #african #oromo #ethiopianwedding #ethiopianmusic #ethiopianmovie #habsha #ethiopia
#Ethiopian #Music #ethiopianmusic #amharicmusic #dagi_d, #dagi_d #newmusic#ethiopianhistory #eritreanmusic #tigrignamusic ##oromomusic2022 #ebs #ebsnews #today #kanatv #etvnews #ethio360 #abiyahmed #habeshaunity #habesha #ethiopiamusic
#elatv #Jegna #Eyayu #mastewal #eyayu #mastewaleyayu #newmusic #mastewaleyayu #mastewaleyayu #jegna #ethiopianmusic #newethiopianmusic2022, #ethiopianmusic2023 #newethiopianmusic2022 #thisweek #teddyafro #rophnan #oromomusic #esubalewyetayew #Kalkin #eritreanmusic #neweritreanmusic2023 #eritreanmusic2022 #newethiopianmusic2023 #new #addiszefen #zefen #ethiopianmusic2022 #eskista #eskistamusic #ethiosong #habeshamusic #ethiomusic #brothers #ethiopianmusic #habesha
#Ethiotiktok #besttiktok #Ethiopiantiktoker #funny #funnyvideos #Ethiopianfunnyvideo, #fun #bestfunnyvideo #Viraltiktok #Tiktok #tiktokvideo #Ethiopiantiktok #Amharictiktok #Ethiopianviraltiktokvideo #safari #safaricom #safaricom #Ethiopia #Ethiopia #Abelbrhanu #abelbrhanu2 #abel2 #denklijoch #dinklijoch #Dinklijoch #besintu #ethiotiktok #memrecords #Bekureamanuelyemane #Zewd_alemen
#newethiopianmusic #neworomomusic2023
#oromosong #ethiopiansong #oromomusic2023
#oromomusic2023 #neworomomusic2023
#margituworqina #superbowl 54 #superbowI2023
#Ethiopianmusic #nahomrecordsinc #Keol #Jamaree
#amharicmusic #amharicmusicvideo #Keolmusicvideo
#Ethiopianmodernmusic #habeshamusic
#ethiopiantiktok #nahomrecords #nahomfavorites
#2_nen #ethiopianamharicmusic #ethiopia
#ethiopiancomedy #ethiopiandrama #ethiopianmovie
#ethiopiandram #ethiopiannews #habeshatiktok
#habeshatiktovideos #etv #etvnews #ebs #ebstv
#ebsnews #kanaty #eritreanmusic #oromomusic
#amharamusic #Ethiopianmusic #Keoloromomusic
#eritreanmusic #Jamaree #sudanesongs #Tigrigna2023
#AwdametDerfiTigrigna #Pin #eritreanmusic
#Tigrigna Derfi2019 #habesha #amharicmusic
#Simesilegn #Helenberhe #habibi #syria #saudiarabia
#AwdametDerfiTigrigna #0ld TigrignaClassicalMusic
#NewEritreanMusic2023 #Eritreanmusic #Eritreansong
#jackygose #NewEritreansong
#Ethiopiansongs2023 #Ethiopiannewsongs
#Ethiopiannewmusic #MusicofEthiopia
#EthiopianMovies #Ethiopiannewmovie #EthiopianMovie
#EritreanDrama #EritreanMovie #Eritreanfilm
#Eritreannewmovies #EritreanDramas
#Eritrean2023bestdrama #Eritreanbestfilms.
#BestEritreandrama #EritreanBestdrama2023
#Eritreanbestfilmn #Eritreandrama2023
#TigrignaAwdametMusic #TigrignaAwdamet
#Tigrigna #Kedem #Tigrign #sudan
#TigrignaAwdametMusic #TigrignaAwdamet
#Tigrigna2023 #seifuonebs #
I watching interviews MR JS on maya tv show thank your so much ..
Juneeydi Saaddoo long live our hero
He saved large areas Orimia land
The greatest leader our people missed..
obbo Juneeydii Saaddoo Hojii inni Hojjate caalaa waan xinnoo inni dogoggoretu beekkamtii argate. yoo fedhii isaa taate kitaaba seenaa isaa barreessuuf fedhiin qaba. wal nu qunnamsisi
Mr June din Sadoo the greatest and talent man for Ethiopia and oromiya
The prudent and intelligent person, as well as exemplary leaders. Nuuf jiraadhaa!!!!.
All Oromoos love you Junade you did the best except your decimsal of Oromoo students from Finnfine university.
Junaddiin saddoo bayyee dinqisifaadha, bayyee sii jalaadha.
Please comment koo jala barresi Mr JS warri beektan wal nuqunamsiisa galatoma
Nama jabaa biyyaa jabo hojjate❤❤
Hayyeee hayyuu dhuggaa❤❤❤❤❤
Bara bulchiinsa isaatti waan lamaaf hojjete:-
1. TPLF
2. Amantaa isaaf
Leencaa nuf jiraadha.bishaan dhugaati galchiiten .ummaataa keenna koleera jalaa bastee.
Seenaa biyya ethiopia keessatti for the fist time president uummata dhiifam gafte obbo Juneydi Saaddoo qofa
Kabajamoo Pr ,Oromiyaa duraan obbo Juneeddin Guddaa galatoomaa. Ani isinirraa waa hedduun baradhe. Lubbuu nuuf dheeradhu.
Seenaa Baayee nama barsisuudhaa Namonii Akkas otoo Baayatanii Akkam Gaariidhaa
Oromoon olmaa obboo Junydiin saba isaatiif oole hin kafalleef jabaa keenya haa jabeeffannuu!
Harare Tenya
Obbo June edition is a resourceful, intellectual, and brilliant endowed mind with great concern of Oromo people and Oromla.
Dhugaa dubachufi osso ammas garaa angoo dhufani akka nuu fayyaduu abdiiqabaa issani
Bara san kheeysa hojii akkanaa hojjachuun Kabajamoo obbo Juneeydiin hangam akka nama jabaa tahe namatti mullisa.
Obbo juneydii Saddo umri dhertuu sif hawwina hojiin kee yommiyu hin dagatamuu yomiyuu sin dagannu addati Umanni hararge!
Maayaa Show nama jabaa Oromiyaa ifatti nuuf baase sagantaa kanatti nuuf dhiyeessuu keetiif hedduu galatoomi!!
Galatoomi
Gaafii gaafachuu qabduu tokko lamaam barreeffadhuu qopheefadhuu intarvii hin fakkaatuu asoosama waan dubbisaa jiruu fakkaataa obboo juneeydiin
Pr juneydi is most intelligent person and it's exemplary leader among oromoo societies
It's the best of all time❤❤❤❤
Naman jaaladhu , he is Great intellectual , but they pushed him out in stead of Respect really I admire him & I feel sorry for him thanks Maya
Galatomaa Abbaa Kenyaa Garifii Qalii Namaa Umrii Dheradhaa
Dhugaa dubachufi osso ammas garaa angoo dhufani akka nuu fayyaduu abdiiqabaa issani
Pr juneydi is most intelligent person and it's exemplary leader among oromoo societies
It's the best of all time❤❤❤❤
Nama jabaa! Galatoomi abbaa keenya!
Maya Show baayyee galatoomaa nama ummata isaatif waan baayyee tahe kana nuuf iyyaafattanii nu biraan gahuu keessaniif ❤❤❤❤
ኦቦ ጁናዲ ከት/ትስ ይባረሩ ለምን አ/አ እንዳይኖሩ ተፈረደባቸው? ለኦሮሞ ወጣቶች የሚገደው መሪ እንዳይማሩም እንዳይኖሩ ስፈረድባቸዎ እንደት ዝም ቢሎ ያልፋል?
A talent person but not used at right place and time
Nuuf dheeradha ammas umrii
Pr juneydi is most intelligent person and it's exemplary leader among oromoo societies
It's the best of all time❤❤❤❤
Obboo Junaaydin Sadoo nama jabbaa oromoo horaate hangaa jedhamuf ol nama umaataf of kennee umaata kenyaaf hojjeetedha umaata keenya gadii jabbeesa fi cimsuu isaa hojjeeta seenaan isiin hin dagaatu jabaadha rabbii fayyaa gaarii fi umrii dheertuu rabbii isiiniif haa keennuu nuuf jiraadha
Dhugaa kesani hayuu namaa❤
I Respect Junaddiin Saddoo
Maashaa Allaah! rabbiin umrii dheeraa isiniif haa kennu Prezdaantii keenya duraanii baay'ee isin jaalanna!
Obboo Juneedii Saddoo Hayyuu jabaa Oromootti
We love juneydi sado
JABAADHU !!! Namoota oromoof hojjetanii dagataman kan akkasii barbaadaatii uumatatti nuuf dhiyeessaa. Galatoomaa
Galatomaa
Ummanni Oromoo namoota Naannoo Oromiyaa pireesdaanti tahaani bulchaa turani fi kan bulchaa jiraniif kabajaa guddaa qaba kanaaf obboo Juneeydin isaan keeysa nama tokko keeysahu yeroo pireesdaanti moorummaa naannoo oromiyaa tahani hojjachaa turan yeroo akka oromiyaatti harargee bahaa irraa sababa beelaa tin ummanni miidhamaan gara oromiyaa dhihaa tti sochosuun oromoon walitti dhufuun walbartee akka walgargaartu namaa jalqabaa tokkummaa oromoo gochaan agarsiisa turani dha.
Oromo maya tv 📺 jabeyfadhas
Mr Junedin Sado is rational and knowledgeable person.
Mayaa show namaa jabaa sabnii jalatuu nuf fiduu ketiif guddaa galatomii
Nama ani bayyee jaladhu JD
Namaa jabaa jabesaa
❤💚❤
Juneydi Sado is great miliyoona and engener who missundersandable by oromo people.We love
❤❤❤❤❤❤ galetomi nuf aferu kef
juneeydii namaa bay'ee dinqisifadhuu umarii nuuf dheradhuu maya shaw baa'yee galaatomii
❤❤❤I Appreciate him Our early President. Still We Love you❤❤❤
Mayaa show jabadhu waljabbessa share walif Haa gonu❤❤❤❤
You waste our time by intro why😢
midiyaa sabaa jechuun kan akkanaa kanaa bayyee galatoomi maayaa show
OromiyaanbBarattoota baay'ee qabdi University adda addaarraa, baay'inni warra arii'amanii xiqqoo dha, ni xiqqaataas, jette Peresedaantii keenya duraanii, mucucaachuu arrabaa miti, hojii siyaasaaf jettee haasofte malee
Nama raajii tokko tu dagatame aboo nuujabeessaa
Galtoma 😢😢😢😢😢🎉🎉🎉🎉
Qophii akkasii qopheessu dargagootaf riqicha ta'a. Nama hubanno hojii, muuxanno baayye seenaa,Dinegdeefi kkf qabu.. kan yeroo hamaa midiyan hin jirre bu'uura buuse. hojii dansaa isaa caala mucucii jechoota Aafaan gurra miidiyaa buute. Umrii Harraagessa jiraadha.
Namni kun deeggaramuu qaba❤
Really amazing prominent and intellectual person! Wish you long live to former Oromia leader
Jabaa keenya nuu jiraadhu haala rakkisaa keesatti saba kee tajaajila turte. Umrii nuu dheearadhu. Abrahim Ahmed
nama wayaanee waliin biyya nyaachaa fixe
Dhugaa dubachufi osso ammas garaa angoo dhufani akka nuu fayyaduu abdiiqabaa issani
Dhugaa dubachufi osso ammas garaa angoo dhufani akka nuu fayyaduu abdiiqabaa issani
Junaddin Saadoo seenaa maal qaba?
Imimantu naqabee ija kiyaa gutee
Abba galata tatee maf galat dhabde rabii ummaat oromoo umee umrii ke ssaan nuf hadheeresu# abba nama kabjama# A.j#
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂❤❤❤❤
Mashaallah tabaraakallah
Takka isin Jetta takka ati Jetta. Maal kun ?
Namaa jabaa akana harargeeye bahaa laagaa miixee dhuufee jiraa sijalanaa dhugaa keeti garii namaa umar dhertuu qabadhuu
Nama Uummata Arsii amantaan gargar qoodaa ture 👿👿👿👿👿
Tish ! Kijibduu . Juneeydiin nama dhimma amantaa keessa bakka isaa malee lixuu miti. Juneeydiin Kinniisa garuu ati kan yaada kana kenne tiisisa.
Hedduu Namatti tola galatoomaa
Maya show ulfadhaa...jajjabaadhaa...issiin hordofaa jirra.akkasuma issiin jaalana.horaa bulaa Jena.
Galatomaa ulfaadhaa
Galatoomaa Obbo Juneeddii saaddoo
Channalliin kun kan,keenyaa ha'guddatu.
Galatomaa
Dhugaa kesani
galatoomaa kabajamoo
Haayoo khenyaa obbaleysaa khenyaa junadiin saadoo nuuuf haa jiiraatuu amaalee ganna namma umaaata Oromoo tiif waa heduu hoojachuu dandayuu tokko heduu issa jalaana isiinii leen nuuuf dhiheysuu kheysaa nuuf galaatomaa
❤❤❤❤❤
Waggaa 5 Oromiya Bulchite keessatti Oromoon Maal argate Kan inni dhabe garuu bayyeedha Cubbuun Baratoota Bara sanaa
❤❤❤❤
nama dhugaan qabsaahee har'aallee karaa qabsoon uummata keenyaa ittiin xuqqaama jiruu hayyuu bareeche hubaate irraallee dubbatee jira jala bu'aa hordoofaa waa'ee ARTIISTOOTA irratti, waa'ee BARNOOTAA irraatti
Galatoomi
Dhugumaa atii namaa jabadhaa kabajamoo obbo junyeeddii sadoo .
Nama guddaa keenya baga jiraattan. Bakka guddaa akka geettan abdiin qaba. Sagantichi baay'ee kan nama barsiisuu dha.
Beekhaa bakka isaan malu hin arkatin
Dhugaa dubachufi osso ammas garaa angoo dhufani akka nuu fayyaduu abdiiqabaa issani
We love you so much
k/obbo juneedii hafuuri isanitiira kassee bakkii issan olaan hundumti oromoo ,oromoo urgaa'aa motummaan juneeddiitti hin fayadamin yokaan juneeddii hin beeytuu yoo bekaa dhiftee moo motumaa dhotee jechudhaa qabatamin jiruu namaa dhabinee jedhanii galigalaa ganamaa cassaa namussaa hin qabineen nuu samisissaa gamaa kanani garuu hayuu qarshii wardiyaan tokoo ittin hin baneen soramaa basuun silaa oromoo namumaa hinqabnuu yaa biyaa.
The former important leader
Waaqayyoo dhiifama namaaf godhaaf malee rakkoo miti akka hujii keef du'uutu sirra ture hattuu.
Program kee bareeda garu ati 🎤 MIC kee hindhagahamu sireesii
Hayyee
hero man long live
Harargiitti teessantu subscribe godhi naan jedhe ani❤
Rabbiin umrii dhertuu fayya wajiin isinii haa kennu.
Junedii saddo❤
Junedii sadoo mayee Galtofandhaa ol',maa inaii umataa oroma Godhee❤Gadaa maqaa isatiin.wamutuu jiraa Gadaa siree sadoo jedhamutu jirhaa Wly 💗💗 Haragee lixaa🥰🫰🫰🥰🫰🫰🥰🥰👌👌👌👌👌💗💗💗💗💗
❤❤❤smart 🎉🎉
it is great; jabaadhaa. Milkaa'aa!!!