Gammadaa Show Hirphaa Ganfuree Episode 1 Risaa Media 2023 Edited Version

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 2 окт 2024
  • This the first Episode of Gammadaa Show a Late night Show on ETV Afaan Oromoo 2023

Комментарии • 64

  • @ebbaftube
    @ebbaftube Год назад +1

    Hirphaa waggaa kuma nuuf jiraadhu sitti haa tolu. Gaaffii si jalaa dhumte moo Gammadaa. Mallas muummeen keenya duraanii, "dabballee dhibba irra tokkicha Hurphaa wayya" kan jedhe

  • @AbbaasSumayyaa
    @AbbaasSumayyaa 4 месяца назад

    Gammee koo hedduu galatoomi yeroo hedduu barbaadaan t❤❤❤❤ure❤❤❤❤

  • @haileendale4530
    @haileendale4530 Год назад +1

    Jabaadhu Gammee❤❤❤ Artiist Hirphaa Gaanfuree Waaqayyoo jajjabina siif haa kennu!

  • @chala9990
    @chala9990 Год назад +1

    Bravo game now perfect sound

  • @abiramtech
    @abiramtech Год назад +1

    1:03 i'm amazed at this place

  • @samirahsam440
    @samirahsam440 Год назад

    Goog

  • @bashat5742
    @bashat5742 Год назад +3

    Hirpha sirboota isaa bayyeen jaladha kessatu hawwi kan jedhuu san

  • @TemesgenAbera-k9u
    @TemesgenAbera-k9u Год назад

    Jabaa nama

  • @SenaBalay
    @SenaBalay 3 месяца назад

    Habibii kenyaa❤❤

  • @RehanaAhmed-s3j
    @RehanaAhmed-s3j 4 месяца назад

    ❤❤❤❤p❤

  • @looyangalaantube7322
    @looyangalaantube7322 9 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤

  • @chimdigelena8294
    @chimdigelena8294 Год назад +1

    Leenca koo baayyeen namatti tolta

  • @gemechuabdisa1763
    @gemechuabdisa1763 Год назад

    Baay'ee bareedaadha. Nuuf jabaadhaa!

  • @GammeAdisu
    @GammeAdisu Год назад +5

    Wow sound 👌👌👌👌👌

  • @SefuuMashoo
    @SefuuMashoo 11 месяцев назад +1

    Umuurii nuuf dheeradhu❤❤ hayyuukoo Gadda keef imoo jajjabina.

  • @bedasakabeta355
    @bedasakabeta355 6 месяцев назад

    bara 1994 sirba qabda turtee?,ammayyuu"Gubattee bosona Baalee jettawoo?
    HIRPHAA sumadha bagan si bare jabaadhu,Gaaffiifi deebii Miidiyaaleef gooteef Galatoomi.

  • @GadisaGerama-jr5pr
    @GadisaGerama-jr5pr Год назад

    💟♥️♥️

  • @bultikebede7255
    @bultikebede7255 Год назад

    Amma sirrateraa👌👌

  • @efremyadeta4973
    @efremyadeta4973 5 месяцев назад

    Hirphaa Gaanfuree Lixa Wallaggaa Aanaa Mana Sibuu Ganda Harawwee Gabaa Jimaataatti Dhalate Hin Jenne

  • @SammaanSiraaj
    @SammaanSiraaj 7 месяцев назад

    Dhiifamaa waji hirpaan maalif bade ni mangudoome moo hark qaleesa ta,ee

  • @Bonytube
    @Bonytube Год назад +1

    Keep Going Gammee🎉❤

  • @JireenyaIslaamaa
    @JireenyaIslaamaa Год назад

    Jabaadhu Gamme❤❤❤

  • @metiolkebeba4914
    @metiolkebeba4914 Год назад +1

    Wow namatti tola jabadhuu sii waaliin jira waaq wajjiin

  • @SammaanSiraaj
    @SammaanSiraaj 7 месяцев назад

    🐆🐆🐆🐆🐆🐆🐆🐆🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅

  • @kiyaAyele
    @kiyaAyele Год назад +1

    Jalqabbii gaaridha

  • @miserajojoalreesi9319
    @miserajojoalreesi9319 Год назад

    👌👌👌👌👍👍👍💔💔💔💔💔💯🥀😍😍😍😍😍

  • @AbbaasSumayyaa
    @AbbaasSumayyaa 4 месяца назад

    Dhugaa rabbi hangafa isaa fakkaatts

  • @Tigisti-jn8xb
    @Tigisti-jn8xb Год назад +1

    Wowwww keep going 🎉❤❤❤

  • @Fra-e4u
    @Fra-e4u Год назад

    Its an amazing show,
    gammee keenya Let me make you RUclips thumbnail for free .

  • @SammaanSiraaj
    @SammaanSiraaj 7 месяцев назад

    💯💯💯💯💯💯💯💯💯

  • @SammaanSiraaj
    @SammaanSiraaj 7 месяцев назад

    🐍🐍🐍🐍🐍🐍🐍🐍

  • @SammaanSiraaj
    @SammaanSiraaj 7 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @HawaBashir-b7z
    @HawaBashir-b7z 6 месяцев назад

    💚❤️💚🌳🌳👍😁

  • @HawaBashir-b7z
    @HawaBashir-b7z 6 месяцев назад

    ❤❤❤

  • @kumamulessa6440
    @kumamulessa6440 9 месяцев назад

    Game nugradhuu

  • @adanechmeskela759
    @adanechmeskela759 7 месяцев назад

    I love masinqo

  • @musajarso6196
    @musajarso6196 Год назад

    🎉 Sagantaa kana irraa akka barumsa guddaa argannu abdiin qaba! Artistota keenya kan ogummaa guddaa qaban akka ati nuuf affeertu,akka ummata oromoo addunyaa irra jiran hundaan wal qunnamsiisuuf Show qopheessuun kee shoora guddaa akka taphatu atis nutis ni beekna🤙 kanaafuu jabaadhuu itti fufi.......

  • @zuzumohamed9199
    @zuzumohamed9199 Год назад

    Jabadhuuu lamafati hustaz rayyaa dhiiyeesii 2 hustaz ahmadin jaabal kamil shemsu sheek fi kaneen biro tareedhaan artistotaa oromos amaa dandessetii imoo siyasaa iraa bilisa tahii wa'ee siyaasaa kessaa hin seenniin istori buaa bahii kessaa darbaan alaa jiruf jirenyaa iraa gafuu waraa interview gotuu orommumaas kan ibsaamuu siyasa qofaan Miit wan an kanaa siiin jedheef siyasaa kessa galtee waa'ee siyasaa nama gafataa tanan fagatee deemuun rakisaa dhaa wa'ee biyaa kenyaa isumatii betuu wan tahef yoon dogongoree dhifama 🙏🙏✅✅

  • @haasaagodoo3012
    @haasaagodoo3012 Год назад

    Gaaridha Gammee Audience sound back groung galchi waan harka rukuchuu faa

  • @mihiretGinbr
    @mihiretGinbr Год назад +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @SamiraIbrahim-oi5it
    @SamiraIbrahim-oi5it Год назад +1

    ❤❤❤❤❤❤

  • @barruuentertainment5257
    @barruuentertainment5257 Год назад

    Anaafis Kottuu maatii naaf ta'i sanyiiko ♥️💚♥️🙏💚♥️🎉🎉🎉

  • @demauka1836
    @demauka1836 Год назад

    Obsaa àjaaibaatiin hardha argadhe.. hedduu galatoom

  • @FireKo-es6sb
    @FireKo-es6sb Год назад

    GAAMMEEKOO DHUGAA JALQABNIKE NAMA WAGGAA DHEERAA MUUXANNOO QABU FAKKAATTA NUUF JABAADHU

  • @firaolayana5326
    @firaolayana5326 Год назад

    Gammee keenya jabaadhu waan haaran as baate keep it up ❤❤❤

  • @gutemadunfa1000
    @gutemadunfa1000 Год назад

    Ijoollummaa na yaadachiiste Gamme

  • @amykebede3203
    @amykebede3203 Год назад

    Hojii dansaa dha.

  • @latihunde6576
    @latihunde6576 Год назад

    Baayyee namatti tola Gamme! Jabaadhu👏😊

  • @alexjimma1
    @alexjimma1 Год назад

    Heeduu galatoomaa amma siraateera.

  • @jabesaabdisa4611
    @jabesaabdisa4611 Год назад

    Good quality

  • @dhugetube5095
    @dhugetube5095 Год назад

    Woow namatti tola jabaadhu

  • @zamzamahamdtube8473
    @zamzamahamdtube8473 Год назад

    woww jabadhuu jabbaa namaa

  • @bontuuambo3424
    @bontuuambo3424 Год назад

    Gammee koo namaa guddaa❤️❤❤️❤️

  • @edolovedbyjesus
    @edolovedbyjesus Год назад

    Keep it up

  • @jamessimiyu464
    @jamessimiyu464 Год назад

    Wow gammaada show jabaadha ❤️❤️❤️❤️

  • @kilolehd2257
    @kilolehd2257 Год назад

    Akkanatti bareeda

  • @lemitujogurmessa5691
    @lemitujogurmessa5691 Год назад

    Jaaladheera! Jabaadhu!

  • @barruuentertainment5257
    @barruuentertainment5257 Год назад

    Jabaa kenyaa jabadhuu❤❤❤❤

  • @samirahsam440
    @samirahsam440 Год назад

  • @obsituburqaa-di7sl
    @obsituburqaa-di7sl Год назад

    Jabadhaa Gamee❤❤

  • @bahiruhika2714
    @bahiruhika2714 Год назад

    Jabaadhu!