Qamar Yusuuf ''Qarshii Boorsaa Fixatanii Ilmaan isaanii nu Badhaasan' Gammadaa Show Episode 5 2023

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 2 окт 2024
  • #Kemer_Yusuuf
    It was one of the exciting moments of my life when I had the chance to interview my favorite artist, in my opinion #KemerYusuf is a living legend and I am sure many of my fellow Ethiopians share this with me, Kemer has earned a house hold name for himself in his lasting career of 40 years.
    On this episode he shares his life experiences which surrounds his music career and blasts some amazing music including one of Adeero Ali Bira’s …….
    Link: • Qamar Yusuuf ''Qarshii...
    About Gammadaa show
    Gammadaa Show is first of its kind in Afaan Oromo to be broadcasted on National TV, ETV Afaan Oromo every Sunday night at 3:15 local time for 40 minutes. “Gammadaa show” is a late-night show which stars the host Gammadaa Olaanaa and different guest lists ranging from, artists, political figures, people in different leadership positions and influencers. In our talk show, the guests are asked to share about their life experiences in an entertaining are catchy manner.
    Gammadaa Show is the first of its kind Late night Show on ETV Afaan Oromoo. Kemer Yusuf is a prominent Oromo singer known as a father of Shagooyyee.
    #KemerYusuf #Qamaar #Qamar #Qamaryusuf #Yusuf #Yusuuf #drnafyad #numaan #oromomusic #oromoo #GammadaaShow #Gammadaa #Yosan #Balagizee #Galaanaa #guutuu #Show #latenightshow

Комментарии • 365

  • @abdigetachew7
    @abdigetachew7 Год назад +22

    Gammee koo sichi waan baay'ee sirraa eegna jabaadhu bro❤

  • @MedinaBiftu-f2u
    @MedinaBiftu-f2u Год назад +4

    Qamar baay'ee sii jaaladha
    Sirbaa isa yeroo baay'ee waan dhageeffadhuuf obboleessa keeti nan jedhu ture ❤❤❤🥰🥰🥰

  • @mitikuasefa91
    @mitikuasefa91 Год назад +3

    We love you Qemer Yesuf

  • @drobsahealthtips7221
    @drobsahealthtips7221 5 месяцев назад

    Wow it’s so amazing I’m so proud of you my oromo ❤❤❤

  • @Abiselom8
    @Abiselom8 Год назад +1

    Gammada baga nagaan dhuftee. Adeeroo Qamar Waqaa Baraa kee sif ebbisu.
    Jabaadhuu gamme kenya

  • @MuaasShow
    @MuaasShow 3 месяца назад

    Wow boss ❤❤❤❤❤❤

  • @AjibaaAbanagash
    @AjibaaAbanagash 3 месяца назад

    Qamar Yusuf Baye si jalana qabenya kenyaa❤❤❤❤❤

  • @sofiyagenemo4433
    @sofiyagenemo4433 7 месяцев назад

    Qamrii❤❤❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰💗💗💗💗💗

  • @oromianews9850
    @oromianews9850 Год назад +4

    Gammadaa Olaanaa excellent job
    Gammadaa show proud of you

  • @naolabebe8310
    @naolabebe8310 Год назад +2

    Thank you Risaa Media, Kemer you are incredible person

  • @boontuusikkoomandoo3984
    @boontuusikkoomandoo3984 Год назад +8

    Goota lubbuun jiru Qamar umurii nuuf dheeradhu....Gammadaa atis jabaadhu interview akkanaa Oromoo biratti arguun hawwii kiyya ture; Naaf milkaayeera♥️😇

  • @beekaa_studio
    @beekaa_studio Год назад +2

    I am from #NAIROBI #KENYA I love all over OROMO ARTS, Please correct the name NOT SHAGOOYYEE IT IS CALLED #SHAGGOOYYEE!

  • @maqdsmaqds5132
    @maqdsmaqds5132 5 месяцев назад

    አርቲስት:ቀመር:የሱፍ:እቁአባታችን:ስወድህ:ረጅምእድሜ:ይስጥህ:ከነቤተሰብህ:ማርያምን:በጣምነው:የምወድህ

  • @alemiifmalke4885
    @alemiifmalke4885 Год назад +1

    Qamara Sanyii Gootaa urmii eraa Nuuf jiradhuu Abbaa oromoo ❤❤❤

  • @makimak7615
    @makimak7615 Год назад +13

    ኦሮሞ ለዘላለም ትኑር 🎉❤❤💪

  • @filenbar19235
    @filenbar19235 Год назад

    Real you are legend

  • @ashenafitadesse104
    @ashenafitadesse104 Год назад +5

    This guy is a man of personal integrity❤

    • @SuguleCali
      @SuguleCali Год назад

      ❤❤💔❤🧡🤎💟🖤💝💕🌻🌻🌻

  • @heha8064
    @heha8064 Год назад

    Qamar jeechuun jiia jeechuudha Afaan. Arabatiin

  • @J-CREATIVEE
    @J-CREATIVEE Год назад

    Utuun hin quufin dhume dhugaa galatoomi Gammee atis.

  • @beekaa_studio
    @beekaa_studio Год назад +1

    Aartistiin hangafni #QAmar_Yuusuf jechuun #UTUBAA_SIBIILAA_AARTII_OROMOOTI!

  • @Gezayeinatu
    @Gezayeinatu Год назад

    Hayuu gotaa qali oromo sii jalanaa oromon gafa hayuni isaa dhabe qofaa lafaa dhitaa kana kesaa bayu qabna ❤❤❤❤

  • @dhugetube5095
    @dhugetube5095 Год назад +2

    I am watching 👀 from kuwait 🇰🇼
    Long life adeero

  • @kalitour1705
    @kalitour1705 Год назад +1

    Watching from Hawassa

  • @miiltoomedia96
    @miiltoomedia96 Год назад +1

    Gammee ko Hedduu namatti Tola. Garuu waan sin jechuun barbaada yeroo Interview gootuu gaaffii fi Yaada eegalte sirriiti utuu hin Goolabiin Gaaffii biraatti darbita kuni immo yaada keessumma ke fi dawwattoota jeeqa... Jaabadhu !

  • @Abdata.ofical
    @Abdata.ofical Год назад

    Qamar Yusuf sin jaladha ❤❤❤❤goota koo

  • @feyissalemessa5180
    @feyissalemessa5180 Год назад +6

    I lv Qamar, well talented Artist ❤🙏

    • @SuguleCali
      @SuguleCali Год назад

      🌏🌎🌍💟🖤🧡🤎💕🖤🌻🌻

  • @kitesaadmasu2931
    @kitesaadmasu2931 Год назад +1

    AJAA'IBA DHA Gammee jabaadhu Dhiira ko 💪💪

  • @MusaAman-lj5ww
    @MusaAman-lj5ww 5 месяцев назад

    ❤jabaadhu gammee

  • @S.Waliso
    @S.Waliso Год назад +10

    Sagaleema saa kana dhagahee hin quufuu ❤ Waaqni umurii kee haa dheeressu🤲 jiraadhu si jaalanna si kabajna ❤❤❤❤❤

  • @marsimoonaa
    @marsimoonaa Год назад +15

    Watching from 🇨🇦

  • @elijahsenbe
    @elijahsenbe Год назад

    Adeeroo
    Baayyee gabaaabbate yeroon

  • @wangeelanamahundaaf-gospel3184
    @wangeelanamahundaaf-gospel3184 Год назад +1

    what an amazing man! to speak the truth He is really intellectual person.

  • @melesebgurmu
    @melesebgurmu Год назад

    Qamar(Adeeroo) sabboonaa fi jaallatamaa rabbiin Oromootaa umrii kee nuuf haa dheeressu❤

  • @megersatadu9611
    @megersatadu9611 Год назад +3

    wow dhugaa dubbachuuf baayy'e tokko namatti tola. Artsiti keenya Qamar fayyaa fi umurii nuuf qabaadhu. Ati laayibireeri Muuzuqaa qofa osoo hin taanee Laayibireerii Xin-sammuutille. Jabaa keenya Gammada shaw ati immoo hojii gaaritti jirta. Muxxanno hayyoota akkasii nuuf dhiheessu keetti baayy'ee si jaallanna si kabjna abdii guddaas sirraa qabna. Horii nuuf buli.

  • @lilykumsa6587
    @lilykumsa6587 Год назад +1

    Watching from Canada, Gamee kenyaa nu janadhuu❤❤❤

  • @BlueSky-hn2rx
    @BlueSky-hn2rx Год назад +2

    What an Interview 👏👏👏

  • @AmayuMargo-ld5fd
    @AmayuMargo-ld5fd Год назад

    Qamar Sin kabaja sin jaaladhas. Sirbakee Oromiyaa gaafan weellisu badhaasa kee sana hin dagadhu. Ati cimaadha Abbaa dhaloota qubeeti. Long life Adero keenya.

  • @Kuush-5-Show-Studio
    @Kuush-5-Show-Studio Год назад

    Aderroo

  • @AbushiZalaqa
    @AbushiZalaqa 3 месяца назад

    ❤❤❤❤❤❤

  • @dadichaltu7368
    @dadichaltu7368 Год назад

    Jabaadhu Gammada Show
    Artist beekaf Jaalatama Keenaa Qamar Yuusuf Heduu jaalana

  • @khadiramohammed9235
    @khadiramohammed9235 Год назад +1

    Kemer legend ❤❤❤❤

  • @Ovn430
    @Ovn430 Год назад +6

    Kemer Yousef best artist for ever long life Adeerooo ❤❤❤

  • @gelanmilkiyastola9786
    @gelanmilkiyastola9786 Год назад

    Watching from Germany

  • @tabordabala8895
    @tabordabala8895 Год назад +4

    Booyaatin seenaa goota Qamar dhageefadhee fixe galatoomi Gammadaa Show ❤❤❤❤
    Waw!!!! Bilchinaafii gootummaan isaa jaalalli Oromoof qabu baay’ee nama boochisa umrrii dheeradhu Qamar heddu sijaalana ❤❤❤❤

  • @MaGaRsA3041
    @MaGaRsA3041 Год назад +5

    Watching from Uganda 🇺🇬 my forever lovely musician ❤

  • @nadhiabduljalil7569
    @nadhiabduljalil7569 Год назад

    Watching from paris

  • @kumeegetachoo8738
    @kumeegetachoo8738 Год назад +1

    ❤❤❤❤

  • @FayisaKabe
    @FayisaKabe 2 месяца назад

    Anii Qamar ammaa luubbuu koo jaladhaa dhugaa dubachuf tanan

  • @kennakoo8528
    @kennakoo8528 Год назад

    Nuuf jiraadhu maal jennaa Adeero kenya Qaroo Artiist Qamar Yusuf😍

  • @alisambi7304
    @alisambi7304 Год назад +1

    Qamar wwwoooow 😢😢😢😢😢🥹🥹🥹

  • @mameoumer2152
    @mameoumer2152 Год назад

    ❤❤long live dear Kemer yusuf

  • @michutube2716
    @michutube2716 Год назад

    Intro 🎵 🎹 ❤

  • @FarhanAmana
    @FarhanAmana Год назад

    Wwwwwwwwwwwoooooo ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @dambalmedia
    @dambalmedia Год назад +3

    Share godhen jira Gamme

  • @abdisahussein4118
    @abdisahussein4118 Год назад +3

    Watching you from south Africa 🌍 😊

  • @dachotube5462
    @dachotube5462 Год назад

    King qemer umrii dheertuu sif haa kennuu rabbiin

  • @anuwarsultan8747
    @anuwarsultan8747 Год назад

    I’m watching from Amaarka

  • @istarahaahamed1160
    @istarahaahamed1160 Год назад

    ❤❤❤❤❤❤

  • @fironejjashabdurahaman
    @fironejjashabdurahaman Год назад

    ❤❤❤❤❤❤

  • @ummazinabinas6357
    @ummazinabinas6357 11 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤

  • @asaantiitube3940
    @asaantiitube3940 Год назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @TomTomas-o1r
    @TomTomas-o1r Год назад

    ❤❤❤ Amazing . From Asia

  • @Sheejjjj
    @Sheejjjj Год назад +4

    Watching from Finland.
    Legend is back❤Kemer!
    Keep going Mr Gemeda.

  • @mahmedsome8299
    @mahmedsome8299 Год назад

  • @IshaniAhmedhassan
    @IshaniAhmedhassan 4 месяца назад

    😊😊😊😊😊😊😊

  • @eirbaya5517
    @eirbaya5517 Год назад +1

    🤝👏👏💚♥️🌻🎉

  • @murtiijhasan9654
    @murtiijhasan9654 Год назад +3

    Watching from 🇬🇧

  • @waliifbirab3259
    @waliifbirab3259 Год назад +2

    Goota koo
    Jabaa nama
    Umurii dheertuu fayya guutuudhaan nuuf jiraadhu!
    ❤💚❤
    Galatoomaa Risaa midiyaa.🙏

  • @biftu16jimma
    @biftu16jimma Год назад +3

    Qamar jechuun arabiffan ji'aa jechuudha😊😊

  • @AliMohammed-ux8ff
    @AliMohammed-ux8ff Год назад

    Keessuumma kee kabajuun sirraa mullata tahus gaafii erga gaafatte hanga isaan sirnaan deebisa deebisan osoo eeyde hedduu bareeda..

  • @BigDreamer34
    @BigDreamer34 Год назад

    Adeeroo keenya umrii kan koo irraa walakkaa odon siif kennee silaa baay’ee anatti tola. Umrii nuuf dheeradhu❤

  • @Eliastariku2nd
    @Eliastariku2nd Год назад

    Perfect ❤

  • @NaolLen
    @NaolLen Год назад

    The one❤❤

  • @ranirak3042
    @ranirak3042 Год назад

    🥰🥰

  • @Sportsentertainmentfun
    @Sportsentertainmentfun Год назад +1

    Gammee haasaa nama interview gootuu sanaa xumursiisi, seeraan dhaggeeffadhu, addan kuttee seenaa kanbiraatti hin ce'iin.

  • @freecell2840
    @freecell2840 Год назад

    ኦሮሚያ ፍቅር ነት ❤❤

  • @Chaplinnutmegmemecoin
    @Chaplinnutmegmemecoin Год назад +4

    Wow Qamar is a lovely man

  • @kitatageme
    @kitatageme Год назад

    Qamar naman hedduu jaalladhu❤

  • @ObsanAbdi300
    @ObsanAbdi300 Год назад

    Boss

  • @alisambi7304
    @alisambi7304 Год назад +2

    Omg. 😢😢😢

  • @oliifmedia850
    @oliifmedia850 Год назад

    Gaariidha jabaadhu

  • @ansifentertainment3995
    @ansifentertainment3995 Год назад +1

    Gammee dhugaa baay'ee sigalateeffanna namoota jajjaboo akkanaa nuuf fiduu keetiif... brave ❤❤❤❤

  • @debelatarecha4582
    @debelatarecha4582 Год назад +3

    My favorite musician. Long live Adero🎉

  • @drabdiketema4
    @drabdiketema4 Год назад +3

    What a voice on intro part❤❤...Long live Qamar adeeroo

  • @gadaaasefa3036
    @gadaaasefa3036 Год назад +1

    Wowow long life adeero

  • @remedanahmed9215
    @remedanahmed9215 Год назад

    Jabaadhu

  • @oromianews9850
    @oromianews9850 Год назад +3

    long live king kemer Yusuf

  • @yneme8584
    @yneme8584 9 месяцев назад

    Pls be 🎸 mulu Caset pls 🙏

  • @shenkorAhmed-iu9xg
    @shenkorAhmed-iu9xg Год назад

    wow Nuf jiradhaa

  • @jemalwoyu5198
    @jemalwoyu5198 Год назад

    Adderroo Siin Jaladhaa

  • @alberteinstein9034
    @alberteinstein9034 Год назад +1

    Tks kamar really positive man, poletical Leaders pls learn from him

  • @Milkohaile
    @Milkohaile Год назад +1

    Naman hedduu jaaladhu Qamar keenya, Gammeen immoo jabaadhu ammas illee artiistoota keenya buleeyyii osoo nuuf dhiyeessitee dansaa❤❤👍👍

  • @fileratube3891
    @fileratube3891 Год назад +1

    Bay`ee Adeeroo nama anii jalaadhuu! Gamee galatoomi!

  • @aymohussein2061
    @aymohussein2061 Год назад +1

    Qamar we love you !!❤️‍🩹🎈

  • @kumamulessa6440
    @kumamulessa6440 9 месяцев назад +1

    Long life qmar yosuf

  • @hundemulugeta8545
    @hundemulugeta8545 Год назад +2

    Gammadaa Show Live

  • @KadirTurbushi-rf1ix
    @KadirTurbushi-rf1ix Год назад +1

    Wow qaamar kenyaa wogga 1000 nuuf jiraadhu

  • @asaantiitube3940
    @asaantiitube3940 Год назад +1

    Gamadaa kenya hadha isa nufuu fidii jabba kenya nufu desee harguu barbanaa❤❤❤❤

  • @afnantoo5572
    @afnantoo5572 Год назад

    Aboo jiraadhu umrii dheeraa wamaraan tolta Qame koo

  • @olanalelisa5473
    @olanalelisa5473 Год назад +1

    Ani gama kootiin sin kabaja sin jaaladha har'as borus. Dhugumatti garuu dhimma obbo Dinquu waliin wal dhabdee keessan wal bira teessanii hanga uummata kanaaf hin qulqulleessiniitti uummatni ija shakkiin isin ilaaluu hin hafu (Siinis obbo Dinquutiinis). Yaadattu yoo ta'e tibba sana OMN siifi obbo Dinquu walitti isin fiduuf jedhee wareegama Hacaaluutiin wal qabatee osoo hin milkaa'iin hafe. Kanaaf ammas yoo dhugumaan uummata kana kabajju ta'e abbaan badii qabu dhiifama gaafatee osoo araaramtanii uummata kana gammachiiftanii ani gama kootiin hawwii kooti. Umrii dheeraa jiraadhu. Si jaalanna!