‘Waggaa 16n booda wal argan’
HTML-код
- Опубликовано: 2 окт 2024
- Raachee Tasfaayee Oromoota miidiyaa hawaasaa irratti beekaman keessaa isa hangafa miidiyaa hawaasaa Tiktok jedhamu irratti hordoftoota Kuma 640 ol qaba dhimmoota garaa garaa irratti viidiyoo hojjechuun beekama. Seenaa jireenyaa fi guddina isaa irratti gaaffii fi deebii geggeessine daawwadhaa.
Gammadaa Show is first of its kind in Afaan Oromoo to be broadcasted on National TV, ETV Afaan Oromoo every Sunday night at 3:15 local time for 40 minutes.
“Gammadaa show” is a late-night show which stars the host Gammadaa Olaanaa and different guest lists ranging from, artists, political figures, people in different leadership positions and influencers. In our talk show, the guests are asked to share about their life experiences in an entertaining are catchy manner.
#Rachee #Rache #RacheTesfaye #Rachuu #Tiriidentii #Girggirrii #OromoTiktok #drnafyad #numaan #oromomusic #oromoo #GammadaaShow #Gammadaa #Yosan #Balagizee #Galaanaa #guutuu #Show #latenightshow
Raachuko dhuguma ati nama jabaadha. Adaraa keessaa nama tokko miidiyaa hawaasummaa qofa irratti waan beektaniif waa’ee isaa kana jettanii hin tilmaaminaa. 😢
Dhugaa keeti dr 😢😢😢
Dhugaa jeetan Dr
Dhugaadha keeti
Dhugaa jetee Dr😢😢❤❤
Dhugaa jettaanii Dr keenyaa❤❤❤❤❤❤❤🎉
Namnii akka koo rache jalataan like nagarsiisa ❤
Me ❤
Don't judge a book by its Cover isa jedhan asi irraa baradhaa guy's👌👌🙏🙏
That’s right bro 😎
Yeah
እኔ ስገምተው የነበረ እናት አባት ኖሮት በጥሩ ሁኔታ ያደገ ይመስለኝ ነበረ የሚገርም አሳዛኝ ታሪክ ነው እናት አባት ወንድም ነብስ ይማር ጎበዝ በርታ ወንድም
እናት እና አባቱ ናቸው የሞቱበት
ምድነው ሚለው ግን😢
@@selamselam9188አንድ እህት አንድ ወንድ ነበረው እህትየው በማደጎ የት እንዳለች አያውቅም ወንድሙ ሞተ እናት አባት በልጅነታቸው ሞቱባቸው እህትየውን በቅርብ ቀን ለብዙ ዘመን ሲፈልግ ቆይቶ በቅርብ ጊዜ አገኛት ውጭ ነው ያለችው አሳዛኝ ታሪክ ነው ብቸኛ ሆኖ እራሱን በእራሱ አስተምህሮ እዚህ ደረጃ መድረሱ ነው
What a heartbreaking story, When I heard about it I couldn't sleep, God is great and he has lead you to your successful life.
Ajiba dhugaa rabi
😢😢😢
Yeah very heartbreaking 💔 story
Wow, Rache journey to find your sister after sixteen long years is truly heartwarming. It's stories like these that remind us of the enduring strength of family bonds and the power of determination. I'm deeply touched by your reunion. Congratulations to you on this beautiful moment of finding your sister!
❤
❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤😢😢
Rachu kolfuu malee , nama rakkoo tokko argee hin se'uun ture. Nama alaa isaa ilaalte madaalun ...... Baga Waaqayyoo si gargaare obboleessa kiyya ❤❤❤
Waqni obbolletike sif mullise haa ulfaatu ❤ anis Abdi horaadhe obbollesako bade akkan argaadhu😢😢😢 Bayye Nama dhiba hojin waqayyooo❤❤🎉
Waqqayyoo siif haa mulisu
Waqayyoo sif Haa mulisuu abashir
Obsii waqqayoo jiraa❤
Heart breaking story 😢, but so happy to see him overcome that tough times. Such a strong man Rachu is, dhuguma jaba namati Rachun.
Rachee koo nuf jiradhuu oro koo hamtuun si hin argin rabbi saa eguu mee wari rachuu bayye jalatan like godha
Rache..what a heart touching life experience you have come across! Amazing! Jabaadhu haadhoo Koo!
Really amazing history,it was very painful and difficult challenges. Nobody can bear these all challenges....❤❤❤
Congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉 Rache. Finally your prayer is answered. I appreciate your tireless effort to get your sister.
Rachu, I really felt like crying when you talked about your life history. i dont have word for you may god bless you on all of your dream
I can imagine how challenging the situations you pass through are! Your dedication and effort toward your goals are huge lessons for all of us! Finally, you made it congratulations on your success.
One of the best interviews. I love both of you, and I am so proud of you both. Rache I have even more respect for you now.
Maaloo Namoonni Gammadaa Show daawwattan hundumtuu subscribed godhaa ❤❤❤❤
Can't wait😍
I’m so proud of you Rachu koo . You are strong person. I can’t wait to see your success in the future.♥️
❤
Waan baay'ee sirraa barachuun ni danda'ama Raachuu,dhuguma ati Tiridantii Oromooti!❤❤❤
This is what the I appreciated a lot Rache thanks gammada show 🎉❤
I watched Rachu's interview with tears in my eyes!. Rachu is the hero of the century! I'm so impressed with you. I have received input from you for my future life......Garmaamu Tola.
Amazing interview.Rache is great man!
Wawawawawaw qaxalee Koo waqayoo bagaa SI garee💯💯💯💯🦁🦁🦁🦁Tiredetii oromoo
"Waaqayyo na kiisuu barbaade natti fakkaata" Amazing speech❤
❤❤ራቼ የሚግርም ታሪክ ነው እግዚአብሔር እንካን ለዚህ ደርጃ አደርስክ በርታ እግዚአብሔር ከአንተ ጋር ነው ትልቅ ቦታ ትደርሳለክ
ምን ሆኖ ነበር ውዴ
Anilee seenaa akkasin qaba guyyaa tokko dubbaadhaa❤
Garmamu Tola😁Welcome Rache🥰
ራቹ በጣም የሚያሳዝን ታሪክ ነው ያሳለፍከው የኔ አበሳ
Uuuuuuuuuffffff 😭😭😭😭😭Sennaa Aja.iibaatii jabbaa Akkanaa Oromon qabachuu Calaa wantii Namaa Gamachiisuu hin jiruu Galatomii Nuuf jiradhuu Rachee dhugaa bayee tokko barumsaa guddadhaa Of kesaa qabaa ❤❤
Uuffeee Raachee Waaqayyoo Jireenyaa Ittin Gammadduu Siif Ha Kennu Abshiir ❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰😭😢😢
"garmaamu tola" Really thank you Gamme and Rachu!
Dhugaa imimmaan qabachuun dadhabe. Raachu irraa waan baay'eetu baratama. Si jaallanna ❤❤
Really amazing history,it was very painful and difficult challenges. Nobody can bear these all challenges....❤❤❤
አተ ጥብ ጋላ ዘረኛ ልክ እደ ሀጫሉ ትዳፋለህ ቀንህን ጠብቅ
Rachu, I really felt like crying when you talked about your life history. You are such a strong person
🎉woww Rachit koo cimaa namaa ❤❤❤😂
You are a gifted hustler! You can achieve a lot more! Brave Rachu. Jabaadhuu!
Baga gooftaan si gammachiise raachuu ❤ jabaadhu waaqayyoo beekadha seenaan kee baayyee ulfaata 😢😢
Uuufff rachuun keenyaa jabaa nama😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Rachukoo tirdanti kenyaa garamamuu toltaa kandhufutu caallaa🎉🎉🎉
What a powerful strength🥰🥰🥰Garmaamu Tola! Albuuda keenna😍😍
Baga gammade Rache 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉congratulations 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Senaa bayee garaa namaa nyatuu 🥲 rachee darbii jiradhuu amalee 🥰🥰
እግዚአብሔር ረጅም እድሜ እና ጤና ይስጥህ አይዞህ ከባዱን አልፈሀል ቀርዉ ዘመንህ ያማረ ይሆናል
Rachukoo, I'm so humbled🙏I'm so so proud of you! You're such a brilliant young man! Wish you even more success! Much love🥰
Wow amazing show
With wonderful person 💕
Congratulations Rachu baga milkoofte🎉🎉🎉.
Rachee koo sena addaatii dhugaa dubachuf darbii jiradhaa 😢😢😢😢❤❤❤❤
Really touching story Rache!
I’m happy for your union with your sister.
Proud of you guys!
Congratulations, very happy for you and proud of you!May God continue to bless you ❤❤
Welcome yeroo garidhaa ulfadhaa bayee nama dhibaa 😮😢😢
Bagaa Nagaan dhuftan Gamme Rachee Garamamu toltu ❤❤❤❤❤
Garimamuu tolaa Rachuu tiridentii Oromo👏👏🥰🥰🥰😍😍
😭😭😭😭😭😭😭😭 wollahi namni ha’aa keessa isaa kolfaan akka ofirraa buusu amaneera❤ Rachuukoo haadhookoo
Uffffff Dhugaa ketii
😢😢😢 rachuu garaa namaa nyaataa dhugaaa 😢😢😢😢😢😢😢
I was watching this show with tearing 😢rachuu tiyya the journey of finding your self and your sister is so emotional
Wayii Rachuye baga Gammade Baga Gammanne concentration dhuga Ati Nama Jabadha wwww🎉❤❤❤
Woow im just speechless Raachu. U are the one who live this generation life standard. U deserve more dear👏👏🥰
The best interview of all gamee .rachuye appreciate u ❤️❤️
Sorry Rachee koo 😢
Homayu sin jedhee hin beeku garuu Wallahi yeroo miidiyaa iratii sii ilaaluu ilmaa tujaraani sii se.aa.turee 😢
Dhugaa Dubachufi Atii Heduu Nama jabadhaa❤❤❤
በጣም ይገርማል ራቹዬከጥበቁክ በላይ ጎበዝ ነህ የበለጥ አከብርኩክ ወድድኩክ❤❤❤😊
My Goodness, keep shining bro 🥺❤️ Waaqni humna siif ha ta’uu kana caalaa!🙌🏽
So proud of you! Baga gammade Rachuu
ራቺዬዬዬዬዬዬዬዬ kooooooo የኔ ጀግና የኔ ጠነካራ አላህ አሁንም ትልቅ ደረጃ አላህ ያድርስ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ameeeeeeeeen
I’m so proud of you Rachu😍😍😍😍
Very painful story may allah bless you always 😢😢😢 you're strong enough to survive the journey ❤❤❤❤❤❤❤
Wow this is an amazing interview ever! Rachuukoo I’m so happy for you, that you found ur sister . you are such a smart, young man and a very intelligent.
You passed through incredible journey to find your sister,huge congratulations.
Rache jabaa namaa 🙏🙏🙏
Im really inspired, thank you both🥰
Wow this Adorable things!!
Rache Oromo Legends
We are proud of you!
Oromoko
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
This is so heart wrenching. You will shine through out the rest of your life. Thank you for sharing your story ♥️.
Light-hearted, funny, smart and strong person. Your story is heartwarming and inspiring 🥰 Jabaadhu.
❤❤Stay blessed bro! Strong, committed and dedicated guy Rachu! 🎉🎉🎉Brave man!!! 😮
baaga gaamade raachu ko
ራቼ ማርያምን ከልቤ ደስ ብሎኛል እግዚአብሔር ይመስገን 🙏🙏🙏🙏
Seenaa hedduu garaa nama nyaatu baga jiraate hunda argite Rachee Rachuu❤❤❤
Jabaa nama! Don’t judge book by its cover kan jedhatu kana dhugaa! Yoo ati kolfitte burraqxee taphaatu jireenyi kee guutu akkasuma nuti fakkaata! I like your dedication and determination Rachee! Congratulations on your reunion with your sister! Hope you meet her in person soon 🎉
Rachuu❤❤❤ gammada good job
Rachu baga gamade✋☝️😭♥️😭♥️😭✋☝️♥️
Baga gamadee raache dhugaa seena heddu nama dhukkubsuudha
We love you rachuu koo gammee thanks❤
OMG የሚገርም ታሪክ እግዚአብሔር ከዚህ በላይ ያሳካልህ
RAACHUU! You are truly a brave man!
Nuuf jiraadhu JABAA keenya🥰!🥰🥰🥰🥰
Woyi raachu akkasitti guddattee?
Ani immoo nama abaan issa mudamaa siyaasa irraa jiruu natii fakkatee jibban turee. Garuu seenaan isa kun percent 80% kan koo natti fakkattee imimaan koo loolasa dheegfachaa turee.
Kanaa caalaa milkaayii sitti haa toluu. Ulfaadhuu gamee attillee.
Garmamuu tola Rachee tiridentii keenyaa ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
This interview made me not to judge peoples by their appearance,specially on tiktok.
Rachu you are really brave man.
You’re really trident for Oromo,
Oromon si jaalachuuf sababa gudda qaba
I was emotional throughout this interview and amazed how strong Rachu is . God is great.
Wayyoo hadhoo koo umurii dheradhu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Wow namni akka koo raachuu jaalattan 👍 akkasuma warri maatii haawaliif taanuu jattan
gamme maaliif kessummootak elemtuu of maddii goote keessa aannan dhiheesitee maaf hin qiccuuf why not that makes you unique gamme bira dhaqnee haasofne gallee osoo hin taane aannan dhugnee galle jechuun siifis maqadha nuufis gurra as a marketer
Wow Rachuukoo , I really feel your pain because we lost our mum and dad when we were very young. Yeroo hasoftuu ofiin ilalla ture.baga waqnii dhumaakee barechee hadhookoo. Iam so happy to see you in better place 🙏🥰
Rachu baga gammade obboletin wan hunda ❤❤❤❤😊
Uuuuuuuufffffeee gudadhuu adhoko Ini senake jijirte ya kabajamuu abankio 😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤
Walhi gara na bade 💔😭😭😭guba nama lalani madalun heddu ulfata walhi 😢
Mashallah mashaallah mashaallah mashaallah ❤💖💖💞💖💞💞💖💖💞💖💞😢😢😢😢😢😢😢
I am so proud of you Rachu. I didn’t expect as you passed those all challenges. For the first time I am compelled to listen the whole of this your interview and this channel. 👏 👏 👏
Congratulations Rache.You proved me you're really 'Trident'.God bless your future.
I’m speechless that you are so strong and incredible! Keep going…..
Raachuu koo Waaqni humna siif ha ta’uu kana caalaa!
Rachee miskinaa dhugaa amalaa qabeesaa garuu yoree akaastii ilaaluu namaa mudaanoo hin qabinee fakaataa garuu keesaa namaa Kan bekuu rabbiin qofaa dhugaa dubaachuufi racheen mudaanoo cimaa qabaa garuu bagaa rabbiin milkeesee rachee keesii isaa adii ❤❤