Zinaash Olaanii “Kophaakoo Operation Seenera”

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 2 окт 2024
  • #Zinash_Olani, #Haadha_Loonii, #Haadha_Guddaa….Kunooti
    #Zinaash Industirii #miidiyaa #Afaan_Oromoo keessatti nama gahee guddaa taphattee fi jaallatamummaa olaanoo argateedha.
    Muuxannoon jireenya ishee ammoo dubartii Oromoo guddina barbaadduf hedduu gargaara Gammadaa Show irratti har’a sa’aatii 3:15 kaase nu eegaa
    #GammadaaShow

Комментарии • 522

  • @queenzuzu710
    @queenzuzu710 8 месяцев назад +58

    Namani Ani sirritti jalaadhu dubaartii jabaaduu oromoo qabduu keessaa tokkoo Addee Zinaash ❤💚❤umurii dheeraadhuu ❤

  • @Wankooshow
    @Wankooshow 8 месяцев назад +3

    Dhaqii Gowwa kee barbaadii warrii zinaashi jalatan like...

  • @workidebele915
    @workidebele915 8 месяцев назад +22

    Wayyoo hadhaa guddaa/Adde.Zinashi Namaa akkamii jalaanufi kabaanyudha🙏 galatoomaa nuu fiduu keesaanif🙏💚❤💜💚❤💜

  • @TemesgenEba-w2y
    @TemesgenEba-w2y 7 месяцев назад +4

    Umurii kee Waaqayyoo nuuf haa dheressuu Zinnaash Olaanii!😍😍😍

  • @brightfuture-bz7rz
    @brightfuture-bz7rz 8 месяцев назад +20

    Haadha gudaa bayyee si jaalana baga jirate ❤Umrii dheera

  • @KeyroHusen
    @KeyroHusen 8 месяцев назад +4

    Oo haadha guddaa jiraadhaa
    Waan baayyee isinirraa bare

  • @user-fd3ou7wl7i
    @user-fd3ou7wl7i 8 месяцев назад +11

    This women went through a lot for Oromuma, I really appreciate 😊

  • @abdelladiwantubechannel7524
    @abdelladiwantubechannel7524 8 месяцев назад +26

    Seenaa Salamoon nuudhiyeessii midiyaa keerratii

    • @kuwtk5051
      @kuwtk5051 8 месяцев назад +2

      ❤❤❤❤

    • @nafesaan7727
      @nafesaan7727 8 месяцев назад +1

      Aniis isiin nuuf dhiyachuu bayee fedhaa❤❤

    • @aminajaro4283
      @aminajaro4283 8 месяцев назад

      ❤❤❤❤❤

  • @Birayadtube
    @Birayadtube 8 месяцев назад +7

    Best Gemeda and Zinash

  • @Fedesanemomsaofficial
    @Fedesanemomsaofficial 8 месяцев назад +3

    Wooow zinuyee

  • @caaltuubaanchee7550
    @caaltuubaanchee7550 8 месяцев назад +9

    ❤❤❤❤haasaa ishii osoo hin quufin xummurame dhugaa arrabni ishii dammuma umurii nuuf dheeradhu jennaan ❤❤❤❤

  • @kifleayana7273
    @kifleayana7273 7 месяцев назад +4

    Heddu galatomi barsiiftuu,Gazexeessituu, taatoo,boontuu, tola-ooltuu…Jaallatamtuu Haadha Loonii Zinaash Olaanii. Gammaddaa showf matiin show kanaa Eebbifamaa👏🏾👏🏾👏🏾🙏🏾

  • @obsinnettokkumma40
    @obsinnettokkumma40 7 месяцев назад

    Wooooowwwww you are powerfull women god blessed you🙏😍😍😍😍😍😍😍😍😍😘😘😘

  • @xtrau4148
    @xtrau4148 8 месяцев назад +3

    Eda sihii ka mata nu nyaatu haftee heregaa kessani gaha miti jete kessatu yeroo maatii bilbilu yero isin akkas jetu osoo kardii kessa qabu akka itti na arsiitu pls nura hirdhisii osoo kardii kessa qabanu akkas hina jedhini 😂😂❤❤

  • @jeikobmelaku
    @jeikobmelaku 8 месяцев назад +1

    galatoomi gammee dhugaa bayyee jalladheera ani nuuf haa jiraattuu zinnaash

  • @kelbessaabbas9409
    @kelbessaabbas9409 8 месяцев назад +3

    Yadaa GAMMADAA SHOW akkaa senaa daraartuu suuraa fi viddiyon deggartanii hedduu baredaa turee .Gaalatoomaa

  • @ermibooks0909
    @ermibooks0909 7 месяцев назад +1

    Kabajatu siif mala 😍

  • @CaalaaMootummaa
    @CaalaaMootummaa 7 месяцев назад +1

    Kan na dhibu ana maliif yeroo mallaqni dhumu qofa afaan oromoo fayyadamtu yeroo cufaa taù amariffafi engiliffa qofa fayyadamu biraan naaf gaha pls pls

  • @KarimaKarima-ud3ri
    @KarimaKarima-ud3ri 8 месяцев назад +1

    Zinash amala.koo qabda anis mallaqa dhabuu hin barbaduu oli ka'u hin barbaduu

  • @michuutube43O
    @michuutube43O 8 месяцев назад +3

    can't wait...

  • @chalabalcha1439
    @chalabalcha1439 7 месяцев назад +4

    muuxxannoo gaarii nuuf qoodee Zinaash. nuuf jiraadha.

  • @ibsaibrahim4556
    @ibsaibrahim4556 8 месяцев назад +1

    Zinaash Olaanii Nama jabdudha

  • @Suusiyye
    @Suusiyye 8 месяцев назад +1

    Dubartiii ajaa'ibaati dhugaa jabdu ✅✅
    nuti nama gaafa inni jiru hin jabbessinu gaafa lubbun darbee qofa iyyinaa.. akka isinuu jette oromoo koo maali koo maal koo jenna 😏

  • @JAFFEOFFICIAL
    @JAFFEOFFICIAL 7 месяцев назад +1

    Intaala tanan bakka dhifama hafte herrga jattu sun afaan amariffatti jijjiri ja'in

  • @P_wayinWayin
    @P_wayinWayin 8 месяцев назад +6

    Zinuko bagaa nagaadha nufii dhufitte sijaaladha atti jalatamitukkoo durrii kassee si lalani guuddaadhe bayyee sijaaladha dhugadha❤❤❤❤😘😘😘😘😘

  • @ObsaaObsaa-u2d
    @ObsaaObsaa-u2d 7 месяцев назад

    Jabaduu

  • @jamalo7188
    @jamalo7188 8 месяцев назад +1

    Risaa media hedduu galatoomi nama hedduun jalannuu fi kabajnu nuu dhiyeessuu kessanitti kanaaf jabaadha itti fufuu sagantaan keessan bareeda isinitti habaratu jenna.

  • @bayisalebu
    @bayisalebu 7 месяцев назад

    Ammallee nuuf jiraadhaa

  • @Asheashe-pi1hw
    @Asheashe-pi1hw 7 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤❤

  • @dhibeewagari6211
    @dhibeewagari6211 7 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤❤

  • @Zerihun-oz3hl
    @Zerihun-oz3hl 8 месяцев назад +10

    love and respect 🙏 ❤️
    stay blessed gentleman 🙏

  • @kelbessaabbas9409
    @kelbessaabbas9409 8 месяцев назад +1

    ayi zinnash nuu bochiftee! yoom as geenyee salphaatii ; jabduu akkaa sibilaa,

  • @KeneniGirma-f5k
    @KeneniGirma-f5k 7 месяцев назад +5

    She's best of the best Love and respect 🙏 ❤

  • @ብፁዓንblessedonesTubeJhon316
    @ብፁዓንblessedonesTubeJhon316 8 месяцев назад

    ዝናሽ ታያቸውንም ጋብዝልን
    ደግሞ ከቻልክ ሁሉንም ȋñț£ȑ√ȋ£Ψ በአማርኛ ወይም በእንግሊዝኛ ከታች ይጻፍልን ምክንያቱም ȋ'ɱ ደቡብ ልጅ ነኝ ግን ሁሌም ȋ Ƚȋķ£ ț¤ Ψåțçȟ ÿ¤ɥȑ √ȋď£¤§

  • @lesaawallaggaa9342
    @lesaawallaggaa9342 8 месяцев назад +1

    Maalif oromiyaa kesa bakka dhaalotaashee nuf himuu dhiistee adee zinaash ❤❤❤❤🎉🎉

    • @rom7842
      @rom7842 3 месяца назад

      Arjo guddattutti dhalatte guddatte finfinne jiraatti ❤

    • @lesaawallaggaa9342
      @lesaawallaggaa9342 3 месяца назад

      @@rom7842 waallaaggaa kesa mittii arjoon kun

  • @waaqayoobekkadha4373
    @waaqayoobekkadha4373 7 месяцев назад +1

    𝐕𝐞𝐫𝐲 𝐆𝐨𝐨𝐝 𝐘𝐨𝐮 𝐭𝐨 𝐰𝐨𝐫𝐤👍👍👍👍👍

  • @amertiamenu-rk7wr
    @amertiamenu-rk7wr 7 месяцев назад

    ❤❤❤

  • @RegasaAliyi
    @RegasaAliyi 5 месяцев назад

    ❤❤❤

  • @goldgold-us3bj
    @goldgold-us3bj 8 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤❤❤

  • @nasiratahirnasira109
    @nasiratahirnasira109 8 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤❤❤

  • @EebbisaaIrrechaa
    @EebbisaaIrrechaa 7 месяцев назад

    10q gammmmeeee keenya

  • @sebona12
    @sebona12 7 месяцев назад +3

    Waqayyoon namaa hunduma kenna kennefi umee. zinaash kenichaas barteetti!!!!

  • @dhaabbatadamee1849
    @dhaabbatadamee1849 7 месяцев назад

    baayee nama jaalladhu fi kabajuu, dubartii jabduu umurii dheera nuuf jiraadhu

  • @samyasamya4438
    @samyasamya4438 8 месяцев назад

    Giftii oromoo ❤❤❤❤❤

  • @bashatuu34
    @bashatuu34 8 месяцев назад +1

    Well come❤❤❤❤🎉

  • @OlantuuAbdii
    @OlantuuAbdii 7 месяцев назад +4

    Zinashii olaanii jabduu koo ammallee darbii nuu jiradhuu umurii arragessaa qabadhuu jajjabee oromoo hedduun sii jalannaa hadhoo koooo❤❤❤❤

  • @Usmangemedo
    @Usmangemedo 7 месяцев назад

    baay'ee bareeda maaloo artist joorjii Aabuu nuu dhiyeessi

  • @Tolaa-oro
    @Tolaa-oro 7 месяцев назад

    Welecome ❤❤🎉🎉

  • @tamirathaile777
    @tamirathaile777 8 месяцев назад +1

    Zinnuu.....❤❤❤❤ .... Yoom as geenye akka........ ufffffff...

  • @Badhatuu
    @Badhatuu 8 месяцев назад +4

    Hadhaa gudaa bagaa nagahanii dhuftanii❤❤❤❤ bayee natii toltaa jiradhuu Amalie umrii dheradhuu❤❤❤ gamadaa mee funyelee nuu dhiyesii❤❤

  • @MuniiAhm
    @MuniiAhm 7 месяцев назад

    Bayyee isin jalaana jajabadhaa

  • @OmarFayo
    @OmarFayo 8 месяцев назад +1

    jabaadhu jabduu nama umrii nuf dheeraadhu ❤❤❤

  • @Yemuu109
    @Yemuu109 8 месяцев назад +1

    Hadha Gudda❤

  • @LomiNegese-y6l
    @LomiNegese-y6l 8 месяцев назад +4

    Wou❤❤❤❤

  • @lensa3719
    @lensa3719 8 месяцев назад +2

    አይ፣ገመ፣ተስፍፍልን፣❤❤❤

  • @dabooalkush
    @dabooalkush 8 месяцев назад

    Sabboontuu Oromoo Zinnash Olaanii umurii dheeraa nuu jiraadhu!!❤

  • @milkymedia
    @milkymedia 8 месяцев назад +1

    Haa'a Seenaakoo... Haadha Guddaakoo!

  • @rafimajama4279
    @rafimajama4279 8 месяцев назад +4

    Wow dubaarti cimtuu❤❤❤ umriii nuuf dheeradhuu ❤❤

  • @SenaBalay
    @SenaBalay 3 месяца назад

    ❤❤❤

  • @helleen4304
    @helleen4304 8 месяцев назад +2

    Please marsaa ittii Anutii
    Takee fi buzee nuu fidii❤❤

  • @kiyyarabirra2242
    @kiyyarabirra2242 8 месяцев назад +6

    She's best of the best Love and respect 🙏

  • @uzeefaoromo
    @uzeefaoromo 8 месяцев назад +2

    Durrii Bayee nu gamisiste sagaalee kana 😂😂❤❤❤❤nuu jirraadhuu❤❤❤❤❤❤❤

  • @WerkneshBeda
    @WerkneshBeda 4 месяца назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Merii-j5x
    @Merii-j5x 22 дня назад

    ❤❤❤❤

  • @obseeshow9855
    @obseeshow9855 8 месяцев назад +1

    ❤❤💚❤️❤️

  • @zanbuTazraa
    @zanbuTazraa 8 месяцев назад +1

    ❤❤❤❤❤❤❤🎉

  • @ifatube3364
    @ifatube3364 8 месяцев назад +2

    Independency at its best❤

  • @QacaleeBaale
    @QacaleeBaale 8 месяцев назад

    Dhugaa dubaachuuf zinaash dubaartii jabduudha hanga dhumaa dhageefaadhe xumuure 😮❤🙏

  • @obsee123
    @obsee123 8 месяцев назад +2

    Naman baay'ee dinqisiifadhu Dubartii jabduu ❤

  • @AbuBakar-ti5mx
    @AbuBakar-ti5mx 8 месяцев назад +4

    GAMMADAA ATII GAAFI GAFATEE KATEE HIN DEBISIN DHAMSAA KOTII 🎉

  • @tstube9448
    @tstube9448 8 месяцев назад +2

    Dhugaa Baay'ee gaalatooma 🙌💜we love you so much zinu❤🙏

  • @abozaid413
    @abozaid413 7 месяцев назад +1

    A❤❤❤❤❤❤❤

  • @Humblme
    @Humblme 8 месяцев назад +5

    what a woman 👏👏👏

  • @milliontesfaye8310
    @milliontesfaye8310 8 месяцев назад +1

    Umurii haraageessaa jiraadhu zinnuu

  • @WanaGirma
    @WanaGirma 8 месяцев назад +1

    👏👏👏👏👏❣️❣️❣️❣️❣️💚♥️

  • @nemerajorgo3372
    @nemerajorgo3372 7 месяцев назад

    የ ኦሮሞ ውሃ ልክ እውነትም የጆቴወርቅ ነሽ በርች ።

  • @axsyraaxstra8356
    @axsyraaxstra8356 8 месяцев назад +2

    ❤❤❤❤wwwwuuw goottii haadha keenyaa ❤❤❤❤ umuurii dheeraa nufii jiiraadha

  • @donworyy
    @donworyy 8 месяцев назад +3

    Jabduu intala oromoo ❤🙏

  • @kithordofa
    @kithordofa 8 месяцев назад +4

    Beautiful lady. Great conversation!

  • @oromofirst88
    @oromofirst88 8 месяцев назад +1

    ❤❤❤❤❤❤❤

  • @zeharazehara9372
    @zeharazehara9372 8 месяцев назад +1

    well come

  • @thecushpost5215
    @thecushpost5215 8 месяцев назад

    Thumbs up for Zinnuu 😍😍😍

  • @AbdurahimShamsudin
    @AbdurahimShamsudin 8 месяцев назад +3

    Zinnaasj dubartoota gaazexeessitoota cimoo ta'an keessaa takka.Jabaadhu jabduu namaa.

  • @SuleymanSheka-qe3ej
    @SuleymanSheka-qe3ej 8 месяцев назад

    ❤❤❤❤

  • @Dinaol14
    @Dinaol14 2 месяца назад +1

    Jabduu Oro

  • @FiromsaMokonon
    @FiromsaMokonon 8 месяцев назад +3

    ❤❤❤❤❤jabduu oroomon qabdu keessaa ishee tokko ati nuuf jiradhuu sii jaallaanna ❤❤❤❤

  • @Drtolatadesse74
    @Drtolatadesse74 7 месяцев назад

    Gammadda show.. bayyee gariidhaa jabadhuu ishii... garuuu moo jalqaba seenaa ishee nutii immuu qabdii turteyuu kunii moo..siii ilalataa gaffachuuf.. TOLA from haramaya university

  • @jarratokuma2703
    @jarratokuma2703 8 месяцев назад +3

    zinuuuuu ko I love u and Her sound SO SMART

  • @mahdimussa7871
    @mahdimussa7871 7 месяцев назад

    Zinnaash nama guddaadha dhugaa.

  • @JamilaSalih-kc8ey
    @JamilaSalih-kc8ey 8 месяцев назад +1

    Wow heddu namati tolti

  • @mlbmlb7150
    @mlbmlb7150 8 месяцев назад +4

    Baga Nagaan dhuftan 💖💖

  • @wagayobalay3980
    @wagayobalay3980 8 месяцев назад

    Waw waw❤❤❤❤❤❤❤

  • @mamushaderese159
    @mamushaderese159 8 месяцев назад +1

    Ayyanatu Gutata nuf dhiiyeesii maaloo

  • @MrKaled-xi8gg
    @MrKaled-xi8gg 7 месяцев назад

    Etoyoo telekoom achitti natti tole sagalema san dhagayuu heddu gamade

  • @MakfiraaHassan
    @MakfiraaHassan 2 месяца назад +1

    ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉😅

  • @tsegatolessa4019
    @tsegatolessa4019 7 месяцев назад

    Eeessatti dhalattee , baratte, zinnaash Olaanii?????? irraa jalqabun irra hin turree?????

  • @caaltuuAhamad
    @caaltuuAhamad 8 месяцев назад +2

    Woww❤❤

  • @misganalamessa
    @misganalamessa 8 месяцев назад +3

    Exciting experience share! Wonderful talk & great massage!

  • @lemisaf2
    @lemisaf2 7 месяцев назад

    Dubartii cimtu Oromoo 🥰

  • @anuwarsultan8747
    @anuwarsultan8747 8 месяцев назад

    Khuullen si fida Jettem Gammada