Eden, daa'ima waggaa 6 rifeensi mataashii m 1 caaleera. Attamitti ta'e? OBS daawwadhaa!

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 3 фев 2025

Комментарии • 239

  • @aishaaisha6968
    @aishaaisha6968 4 месяца назад +5

    Mashaa allaah Mashaa allaah rabbii ija hamtuu ishee irraa haa qabu inshaa allaah

  • @fufuilu1212
    @fufuilu1212 4 месяца назад +15

    Masha Allah irraa jedhaame ummanni keenya masha Allah hin beeku budaa bichaadha rifeensis birqiidha biyya Ethiopia keessatti kiyyaallee akkasuma ture dura etuu biyya namaa kana hin dhufin mucatti obolesa kiyyaas akkasuma garuu nuti muslima waan taaneef baanee agarsiisuu hin feenu mucattiin ijarraa haa haftu guddadhu ❤❤❤❤

  • @fuigjj
    @fuigjj 4 месяца назад +1

    መእሸአላህተባረከላህ,,,,አላህከሠዉአይንይጠብቅሺሚምቪየ,❤❤❤❤

  • @RehimaR-g6m
    @RehimaR-g6m 4 месяца назад +2

    Mashaa Allah irra jedha maloo ijaa hamaa irraa haa aftuu

  • @biftuubilisummaa4923
    @biftuubilisummaa4923 25 дней назад

    Mashallah ❤❤❤❤❤❤

  • @AsneeShow21
    @AsneeShow21 4 месяца назад +40

    Nuu ammatti wahee Rifeessa nu yaadeessa hin jiruu wahee dabballu Dollara fi Wahew nageenyaa biyya teenya malee!😔

    • @Kiya-m8h
      @Kiya-m8h 4 месяца назад

      Yaadataani wayee biyyaa😂😂😂😢😢

    • @AbdiiBoriiGuutuu
      @AbdiiBoriiGuutuu 4 месяца назад

      😂😂😂😂😂😂😂

    • @GanniiShillaa
      @GanniiShillaa 4 месяца назад

      😅😅😅😅

    • @SeadaHassan-f3i
      @SeadaHassan-f3i 4 месяца назад

      😂😂😂😂😂

    • @dinqesoresa
      @dinqesoresa 2 месяца назад

      Wayoo hojii kee😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @AnesaDaba-xp2pn
    @AnesaDaba-xp2pn 4 месяца назад +14

    Iccii kootu kana caalaa garuu waan akkaabdamuu miti dhugaa qomcee😅😅😅

  • @Qananii12345
    @Qananii12345 4 месяца назад +4

    Waa,ee rifeensaatuu sin dhibee ya warraa Nana 😂 Kan kana caaluu hin jiruu mo rifeensii 😅😮 garuu micayyoon ijjaraa ha haftuu

  • @ZabibaaAmaan
    @ZabibaaAmaan 4 месяца назад +1

    Maahaalaa mashalaa mashaallaa rabii sii hagudiduu ijaraa hafii

  • @SalamSalma-xl1dy
    @SalamSalma-xl1dy 2 месяца назад

    Thank you god 🙌🙌🙏

  • @أبابو-ك5ن
    @أبابو-ك5ن 2 месяца назад +1

    Gaariidhaa garu ijaa hamtu sii irraa yaa qabu,rifesi micoo tana akkka biyyaa kenyaa ti eye dherdhaa yoo jene akka biyyotaa arbatii kuni dheraa hin jedhamu

  • @asiyaaloveasiyaa633
    @asiyaaloveasiyaa633 3 месяца назад

    Rabbiin ijaa hamtuu irraa haa qabuu Rabbiin haa guuddisuu

  • @FiloWardi
    @FiloWardi 4 месяца назад +23

    Malif Oromiffa hin hasoftuu mucattin afani warra qomaxaa hasaa OBS irra Mali hojjetire🙂
    Afanumaa ishe wayyaf turemi😢
    Wow Dabbasan ishe namatti tolaa🎉

    • @LaquuAshu
      @LaquuAshu 4 месяца назад

      Mali rakin qabaa afani dubachun wanit gudani wali irraa baruun rakin hin qabu

    • @FiloWardi
      @FiloWardi 4 месяца назад +3

      @@LaquuAshu Oduu dhisi umurii ishi kanatti kan afani ishele seeran hin baranne maltu OBS irratti dhiyesu fidere hin fenuu ilmani minlkii😒🙃

    • @AbdulamiodAliyii-g4c
      @AbdulamiodAliyii-g4c 4 месяца назад

      ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂

    • @Betty12195
      @Betty12195 4 месяца назад

      @@FiloWardi👊🏿

    • @ChaltuSeyoum
      @ChaltuSeyoum 4 месяца назад

      👍👍👍

  • @zamzmA-c5k
    @zamzmA-c5k 4 месяца назад +1

    Mashaa Al iraa jedhaa

  • @BaqalleeGadaa
    @BaqalleeGadaa 3 месяца назад +2

    Baguumaa arbaanii afaan keennaa hin beekiinii gooftaa maccaa

    • @RamadanKab
      @RamadanKab Месяц назад

      Kkkkkkkkk ee wly😂😂😂😂😂😅
      Kana raajeffachuu keennaahuu nu raajeffatuumii silaaaaaa🤣

  • @محمداحمد-ذ7د3د
    @محمداحمد-ذ7د3د 3 месяца назад

    Masha allah❤❤❤❤

  • @muhamedsafi7325
    @muhamedsafi7325 2 месяца назад

    Masaa allah

  • @hundeebaddaabaale
    @hundeebaddaabaale 3 месяца назад

    sirraa muakaatti akka hin hiine jabeeffadhu jedhiin haada kanaan

  • @AsheetiiBokona
    @AsheetiiBokona 9 дней назад

    Waaqayyoon siyyaa guddisu bareedduu

  • @misraabdnmajid523
    @misraabdnmajid523 3 месяца назад +1

    ❤❤❤❤Mashaall ❤❤❤🎉🎉🎉🎉Mashaall 🎉🎉🎉🎉

  • @ayaaoo-ob3yt
    @ayaaoo-ob3yt 3 месяца назад

    dhugaa keeti🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @Muna-youtub
    @Muna-youtub 2 месяца назад +1

    እኔ ህንድ መስላኝ ነበር😂❤

  • @Obsenuradin8808
    @Obsenuradin8808 4 месяца назад +2

    Mashaalaa mashaalaa

  • @SamiraaShanqo
    @SamiraaShanqo 4 месяца назад +1

    ❤maashaallaa ❤❤❤❤🎉🎉🎉

  • @FgFg-cn2tx
    @FgFg-cn2tx 4 месяца назад

    Wwwwwww best family urmi dheradha darba jiradha 🎉🎉🎉

  • @saraalharazi9090
    @saraalharazi9090 4 месяца назад

    ማሻአላህ👍👍👍

  • @HhdHhhd-m3w
    @HhdHhhd-m3w 4 месяца назад +1

    ውይ ከ መኮትከት አልፌ😂ስቆፍር ባድር ያው ነው😂

    • @RyHj-vu4rx
      @RyHj-vu4rx 4 месяца назад

      😮😮😂😂😂

  • @GfhtfbfGydhfgh
    @GfhtfbfGydhfgh 4 месяца назад

    Masha allah

  • @mlbmlb7150
    @mlbmlb7150 3 месяца назад

    Good job🎉🎉🎉🎉

  • @HalimaKedir-j8i
    @HalimaKedir-j8i 2 месяца назад

    Mashalaha,

  • @BooneeYouTube-ui5rj
    @BooneeYouTube-ui5rj 4 месяца назад +9

    yaa oduu bara kana kunis amma oduu media irraatti odeessanudha kuni warri media kun waanumaa odeessan dhabdan 😅

  • @LaquuAshu
    @LaquuAshu 4 месяца назад

    ❤❤❤❤❤🎉 gudadhu damatoo❤❤❤

  • @SahiimaKazali
    @SahiimaKazali 4 месяца назад +1

    Ijarra hafi

  • @SadaGabi-ou7lr
    @SadaGabi-ou7lr 4 месяца назад

    Mashaallah mashaallah

    • @Abdoulbasitibrahim-ef7zn
      @Abdoulbasitibrahim-ef7zn 4 месяца назад

      Yaa ummata Kenya nama Muslim hin taneen Masha allah hin jedhan amntan Muslim ni dhorka

  • @RabiaAbdo-n1i
    @RabiaAbdo-n1i 4 месяца назад

    Woow mashallah ❤❤❤🎉🎉🎉

  • @EdosaBulti
    @EdosaBulti 3 месяца назад

    Ijrra Hafiz eden

  • @JanaGezaw
    @JanaGezaw 4 месяца назад

    Midiinw. Yadrrshi❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @SaadiyaaMuhammadMuhammad
    @SaadiyaaMuhammadMuhammad 4 месяца назад

    Maasha'allaa jedhaa

  • @umarjamal1544
    @umarjamal1544 3 месяца назад

    Mashalhu Mashalhu

  • @GGh-jc5rh
    @GGh-jc5rh 4 месяца назад +1

    Maashallaa

  • @fidgetingfrenzy1579
    @fidgetingfrenzy1579 4 месяца назад +2

    Wwww.atisi.initalisi.nii.bareduu.garuu.ini.sobidi.wani.iti.dibidu.qabidii.galatoma.❤❤❤❤

  • @BuzunashKebede
    @BuzunashKebede 4 месяца назад

    Ameeeen tidagilishi

  • @dinqesoresa
    @dinqesoresa 2 месяца назад

    Wowoo 🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @ObsinetDejene
    @ObsinetDejene 3 месяца назад

    Muuuu issa kamtuu namaa rakkisee hijoo biyya waa,ee nagenyaa rasaa jiraa wan gabastan dhabdanii ammaa

  • @EdosaBulti
    @EdosaBulti 3 месяца назад

    Ijrraa Hafi Eden

  • @DursaDesta-nw4bf
    @DursaDesta-nw4bf 4 месяца назад

    Very Amazings

  • @mastwalebezabh2349
    @mastwalebezabh2349 4 месяца назад +3

    😂😂😂ሡጦታው ከላይ ነው ሥንት ነገር ተቀባን በርበሬ ቀረን እንጅ ካንገታችን አይወርድ

    • @JanaGezaw
      @JanaGezaw 4 месяца назад +1

      Yesii😮😮😮😮🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤😂😂😂222❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂❤❤❤❤❤❤❤

    • @SEADA-h4v
      @SEADA-h4v 4 месяца назад +1

      ክክክ ሰላጣ ነው የቀረኝ ወፍ የለም

  • @EmaFoxx
    @EmaFoxx 2 месяца назад

    ❤❤❤ 👍👍👍👍👍👍👍👍

  • @Nayimalove
    @Nayimalove 4 месяца назад +5

    Oromifa bektanu mo malif oromifa dubane enyu isin dhagaha 😂 i love oromo language ❤❤

  • @Damitu-g7d
    @Damitu-g7d 3 месяца назад

    saafuu waanti Ethiopia keessaa gaabasan baayeedha garuu kankessan kunimo aja,ibaa rifeensaa rakkanne miti gowaa

  • @BontuBogale-y7m
    @BontuBogale-y7m 4 месяца назад +2

    ijaa irraa afii gudadhuu

  • @HajiehSaber
    @HajiehSaber 3 месяца назад

    MaShaalaah

  • @Hiikaa-z4r
    @Hiikaa-z4r 4 месяца назад +11

    Sagantaa waa'ee bareedinae rifeensaa kan dhi'essuu qabu gaazexesitoota dubartootan ta'uu qaba. Warra dhiiiratin dhi'achuun isaa nama saalfachiisa. Yeroo biraaf itti yaadaa.

  • @sabaifidris2129
    @sabaifidris2129 4 месяца назад

    Mashalh Mashalh Mashalh

  • @samirahsam440
    @samirahsam440 4 месяца назад +1

    Good

  • @demetura5227
    @demetura5227 3 месяца назад

    Beautiful

  • @BekeleBekele-v7t
    @BekeleBekele-v7t 3 месяца назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Samsunga13-o6e
    @Samsunga13-o6e 4 месяца назад +1

    Mashaallaah Mashaallaah ❤❤❤😂😂

  • @misganaadugna5472
    @misganaadugna5472 2 месяца назад

    BAAYYEE AJAA'IBA GALMEE IRRAATTI SEENAAN HAA QABAMU! recordii dhaan haa dorgomtu,turisimiif madda galii fi dhuunfaa isheef dinagdee haa tumsitu

  • @ShemaSh-o8i
    @ShemaSh-o8i 3 месяца назад

    Isiin jabadhaa kaan waeen rifensaa isiin rakkisee nuuy kaan dhibee waee jirenyatiim garuu rifensii birqii dhamoo maaf fakataamaree?¿?????????

  • @maskaramdarajee4970
    @maskaramdarajee4970 4 месяца назад +1

    𝐀𝐰𝐰𝐰𝐚𝐚 𝐠𝐮𝐝𝐚𝐝𝐡𝐮❤❤❤🎉

  • @FurtuuEmail
    @FurtuuEmail 3 месяца назад

    Malo kolfaa nu fixaan waan waltajjiittii dhihessittan dhabdani amaa😅😅

  • @salem4086
    @salem4086 2 месяца назад

    ፀጉራ ሉጫ ነዉ የእናተ እህቶዋች ከእዝህ ይበልጣል. የእም ረጃም ነዉ ።እናቷ እንዳለች እንክብካበ ያስፈልጋል ።ምስጥሩ. ይህ ነዉ የሥጋ መጥበሻ ÷ቁርፉድ ÷ዝንጅብል ቀይ ሽንኩርት በቀስታ እሳት በንፁሕ ሙቀጫ ጨፉጭፎ Oliver oil. ማተክተክ የእኔ በዛ ነዉ የረዘመዉ

  • @UaeDhaid-i7x
    @UaeDhaid-i7x 4 месяца назад

    Kkkkkkkkk uttu kana Arabba argani irribba malee bultanii 😂😂guddimaa biyyi kenyaa kanafi gadii debitii dhugumayu

  • @AdanechWaldee
    @AdanechWaldee 3 месяца назад

    Wow baredaa ummata mee subscribe koo 50 galcha live sena😢❤❤❤

  • @AyishaDirribaa
    @AyishaDirribaa 2 месяца назад

    dhuga bayye namati toola

  • @melbamedia2690
    @melbamedia2690 3 месяца назад

    Maaloo saalfachan isin dhageffadhe😅mucattin bareddudha garuu kan simachu qabu dubartoota afaan lachuu beekan ture😂😂

  • @fedilasherif9867
    @fedilasherif9867 3 месяца назад

    ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @Kamal-j4n8x
    @Kamal-j4n8x 3 месяца назад

    Namni mah kijibaa mataa osso wanii feetani dibaani hin dheerraatu umaama kana rabittii keena
    Micaati robee baallee obooleeyani akka ishiitti gudaatuf didee

  • @ZahraBeshir-i3g
    @ZahraBeshir-i3g 4 месяца назад

    Waayee rifeensaatuu isin dhibee isinimo icccc

  • @AbbuyeeTasafayee
    @AbbuyeeTasafayee 3 месяца назад

    ❤❤❤❤❤😊

  • @obseeshow9855
    @obseeshow9855 4 месяца назад +2

    ❤️❤️❤️❤️🙏

  • @galanamamo3831
    @galanamamo3831 2 месяца назад

    PC nw part 😜😁

  • @JanaGezaw
    @JanaGezaw 4 месяца назад +1

    ❤❤❤❤❤2❤❤❤❤❤🎉🎉

  • @foolleetentertainment9969
    @foolleetentertainment9969 3 месяца назад

    ❤🙏👍

  • @AddisuTesfaye-pi4sb
    @AddisuTesfaye-pi4sb 4 месяца назад +1

    keessummaa akkanatti Simatuu Kun oduu mana bunna fakkataa dubbin keessaan Qophii kana immoo dhiyeessuu kan qabu Dubartootadha

  • @KadijaTufaaKadijaTufaa-ct9rw
    @KadijaTufaaKadijaTufaa-ct9rw 4 месяца назад

    Rifernssi sammudha seetan mo 😂 rifeenssalle Waan Adda ta'ee midiatti baasani 😢

  • @BultuJehad
    @BultuJehad 3 месяца назад

    Rifatuun Hammakaaa🫣🫣🫣

  • @أمينهامينه-ش8ث
    @أمينهامينه-ش8ث 3 месяца назад

    Dhugadha

  • @tedytedi3234
    @tedytedi3234 2 месяца назад

    Dabasan kesan isiniraa haa dhumuu kanaa wan gudaa gotanii midiyaratii bastanii biyaa arabaa osoo dhuftanii argitanii malumaa isaan gonaa umataa oromoo kanaa

  • @zinashgemechu861
    @zinashgemechu861 3 месяца назад

    ija hamtuurraa Waaqni si haa hambisu

  • @FatumaMuhammad-b9j
    @FatumaMuhammad-b9j 3 месяца назад

    Dhugaa rabbii baguma arabaaf faranjiin afaan keenya hinbeekin maataa Dheeraa jedhanii dhiyeessan biyya biraatti akka itti hindheeranne ofirraa gabaabsiti dubarro way Ethiopia 😂😂😂😂😂😂

  • @wsomsso
    @wsomsso 4 месяца назад

    ❤❤❤❤❤🎉

  • @yesusgooftadhaa
    @yesusgooftadhaa 4 месяца назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @caaltuuasfuu1439
    @caaltuuasfuu1439 4 месяца назад +2

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @YeesYees-z1g
    @YeesYees-z1g 4 месяца назад

    Eyyii

  • @SalamSalma-xl1dy
    @SalamSalma-xl1dy 2 месяца назад

    ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉l

  • @BaqalleeGadaa
    @BaqalleeGadaa 3 месяца назад

    Kkkkkkkkkk umaannii gowwaa kuni qohii eessaa bahee siluumaa rifeensa argaanii hin beekaanii???!!!!!!!!

  • @CaaltuuTullamore
    @CaaltuuTullamore 4 месяца назад +12

    Ethiopia 🇪🇹 kessaa waantii gabaasan baay,ee jira maa albaatuu OBS kun 😅😅

  • @HalimaHalima-kl1hl
    @HalimaHalima-kl1hl 4 месяца назад

    MashaMashaMasha MashaMashaMasha 💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @kullanitashome
    @kullanitashome 4 месяца назад

    Wawo❤❤

  • @GadisaWirtu-c2s
    @GadisaWirtu-c2s 3 месяца назад

    OBS! dhugaatti Gaazexeessitoota an hedduu jaaladhuuf yoomillee sagaleen keessan kiilolee yoomuu sammuu daawwtaaf dhaggeeffattoota keessaa hin baane hedduu tokko bakka guddaa isiniif qabna
    Ayyaanaa: Gaafa dambalii jaalalaa Raadiyoo Oromiyaa san
    Margaa: Gaafa seenessaa Ispoortii TVO sana
    warreen kaanis akkasuma......
    hedduu kabajamaa!

  • @SumayaaJaallatuuDinniiislamaa
    @SumayaaJaallatuuDinniiislamaa 3 месяца назад

    Oduu qabdaan moo warraanyyaa

  • @keennaatube8046
    @keennaatube8046 3 месяца назад

    Maaf Birqii Ta'ee Rifeensii Eciiiiiiiii 😏 mucayoo Ija Miidiyaa Dura Dhaabuu Maaltu Fidee 😢😢😢Kunis Adha Egaa 🤔

  • @HilifMathewos
    @HilifMathewos 3 месяца назад

    warri as jalaa afaan natti banaa turtan mee umurii OBS ilaalaa warra isa booddee hundahan ilaalaa. harka meeqa gatanii darbanii jiru. warri sabummaa odeessuu yaaltan immoo dursa qubee afaan oromoo sirriitti barreessuu shaakalaa. oromummaan kee kan madaalamu qubee afaan oromoo qeerroo fi qarreen meeqa itti wareegame nu biraan gahe seeraan itti fayyadamuu dandeessudha. Galanni WBOf haa tahu jechaa qabeenyaan keenya inni guddaan qubee keenyaa fi afaan keenya. mee OMN ilaalaa hordoftoota miliyoonatti siqan qaba. kana kan godhemmo sagalee ummataa tahuusaati. maqaaf mini kaninni "OMN ijaa fi gurra ummataa" jedhee kahe. jecha kana hojiin agarsiiseera, ammas itti fufeera. OBN miidiyaa Boqolloo utuu jedhamee arrabsamuu isin bira kutee laphee ummataa seenaa jira. mee irra deebihaa of ilaalaa maalif ummata oromoo biratti fudhatama dhabne jedhaa ilaalaa.

  • @Tadalach.yadasaa
    @Tadalach.yadasaa 4 месяца назад

    ❤❤❤❤❤🎉🎉

  • @Kamal-j4n8x
    @Kamal-j4n8x 3 месяца назад

    Intaali wayilee ballee robee jirtii kanaa callaa

  • @ahmadalfarou4385
    @ahmadalfarou4385 2 месяца назад

    Maloooo maloooo Mal tatani wara gowa nana maf ofiti kolfisiftu, hojitu hin jiru mo?

  • @OowdjbDjdji
    @OowdjbDjdji 4 месяца назад

    Nukofalchisitanii afanii oromoo inii dubatanii ree abetii🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤔🤗🤗🤗🤗

    • @nunu7353
      @nunu7353 3 месяца назад

      Komche nat setyowa

  • @دونيا-ن9ع
    @دونيا-ن9ع 4 месяца назад

    Ijaaraa haffi wanni offi too nuffi gudaadhuu dhugaa
    Garu wanni.tajaabe biyyaa yeroo sadii nyaachu dadhaabametuu yero 3 dibaataa