Baatii tokkotti qarshii kuma 64 kaffaleen baradhe. Haannaa Addaamuu

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 2 окт 2024
  • Join this channel to get access to perks:
    / @qaanqeeshow
    Ethiopian and Oromo late night show music and entertainment.
    #HabtamuLamu #Oromomusic #Oromonews #Gingilchaa #Qaanqeeshow #Oromocomedy

Комментарии • 113

  • @firohusen3tube
    @firohusen3tube 5 месяцев назад +12

    Habtee atii halaa ammaa demaa jirtuu kanaan ittii fufnnan seyfuu ebs nii caltaa

  • @alberteinstein9034
    @alberteinstein9034 5 месяцев назад +4

    Thanks for your Family its amazing speaking afaan oromo like this 🙏🙏🙏🙏

    • @GedooLegese
      @GedooLegese 5 месяцев назад

      2:58 aftamuu nu jabadhuu bayee❤❤❤

  • @ethiomereja8714
    @ethiomereja8714 5 месяцев назад +2

    እኛ ወንዶች ምን ይሻለናል? በየሱስ ስም! ስሙኝማ አይበለውና እኛ ወንዶች ገነት ውስጥ ሆነን እሷ ደግሞ ስዖል ውስጥ ሆና ቀና ብላ ብታየነን በሩን ገነጣጥለን ሲኦል መገኘታችን አይቀርም! በህይወት ብዙ ቆንጆ አይቻለሁ እንደዝች በፍፁም ግፕጥሞኝ አያውቅም። ይቺ ልጅ በእስልምና ሀይማኖት ውስጥ ገነት ውስጥ ያለች ቆንጆ ሴት "ኑር-ዓል-ዓይን" ሳትሆን አትቀርም! ምናልባት ፈጣሪ ወንዶች በገነት ቆንጆ ሴት ልሸልማችሁ አስቀምጫለሁ ያለውን ለማሳመን ብሎ ልኳት ይሆን?

  • @samyasamya4438
    @samyasamya4438 5 месяцев назад +1

    Ogeettii koo jabadhuu waqaayyoo saa gargaruu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @midiyaahaqaa3204
    @midiyaahaqaa3204 5 месяцев назад +1

    Habtamu show

  • @KumeraDesta
    @KumeraDesta 5 месяцев назад +3

    ❤wow finfinneetti dhalatte akkasitti qulqulleessite afaan oromoo taphachuun sabboonummaa cimaadha

  • @Gurraaleeentertainment6053
    @Gurraaleeentertainment6053 5 месяцев назад +4

    Maalidhaa qullaa deemun kuun oromoon qullaa demaamoo

  • @AbdiKebede100
    @AbdiKebede100 4 месяца назад

    umuriin kee nuuf ha dheeratu;jabduu namaa!!!!!!

  • @sifaanorotube9416
    @sifaanorotube9416 5 месяцев назад

    Congratulations Buche ko❤❤

  • @BatiruBatirunedi
    @BatiruBatirunedi 5 месяцев назад +2

    Afaan biraatin barattee Afaan Oromootiin barsiisuun ishee qaroominaa fi sabboonummaa guddaadha.

  • @AnoldOmbasa
    @AnoldOmbasa 5 месяцев назад +3

    Baayee namatti tola ammo oromoon dhasaan ajeefamaa Jira intalaa teennaa akka nami in tuqnee egaa

  • @zalalemfikadu7323
    @zalalemfikadu7323 5 месяцев назад +2

    Hanii❤❤

  • @jihadkedir824
    @jihadkedir824 5 месяцев назад +5

    Akkas jabaadhuu jiraadhuu Giiftiikoo sin boonnaa

  • @hawahawa5097
    @hawahawa5097 5 месяцев назад +5

    Dhugaa anis galee baraachun qaba🎉❤

  • @TesfayeEticha-ye2k
    @TesfayeEticha-ye2k 4 месяца назад

    Wowwwww sabboontuu intala Oromoo.

  • @dheeranejash6400
    @dheeranejash6400 5 месяцев назад +2

    Mati isitu jabdduudha

  • @Meskelebiru-mt7tk
    @Meskelebiru-mt7tk 5 месяцев назад +4

    Wawuu baayyee namatti tola jabaadhu sistukoo

  • @mandella-africa56
    @mandella-africa56 5 месяцев назад +1

    dhiifama wajjiin Alamuu koo uffannaan Hannan uffatte kun nu hin fakkatu waan ta'eef maaloo dubartoota keenya nuu gorsaa aadaa keenya gad-dhiisaa jiruu!

  • @Ddddasdfghjkl
    @Ddddasdfghjkl 5 месяцев назад +4

    Habte ko jabadhuu Midia show akka oromo tokkotii qabnaa

  • @DiroDtube
    @DiroDtube 5 месяцев назад +1

    Mucaa jabduudha habtish

  • @robsenjemal
    @robsenjemal 5 месяцев назад +1

    Habtisha

  • @abeyabiru3370
    @abeyabiru3370 5 месяцев назад

    jabaadhuu habtish. qaxalee dhiiraa

  • @dheeranejash6400
    @dheeranejash6400 5 месяцев назад +1

    Artist Mohamed sheka nuf dhiheysa

  • @RashaadUmar-h7j
    @RashaadUmar-h7j 5 месяцев назад +3

    Mucaa bareedduu kun eessa nan dhufaa

  • @GutaMiesa
    @GutaMiesa 5 месяцев назад +1

    Welcome!!!

  • @HundeeHundee
    @HundeeHundee 5 месяцев назад +4

    Baay'ee namatti tolaa...jabaadhu.

  • @Tamirat-pl2yn
    @Tamirat-pl2yn 5 месяцев назад

    Wow hannaa jaabadhu

  • @Daroo716
    @Daroo716 5 месяцев назад +3

    Waaw Jabduu Kenyaa Galatomi Jabadhu🥰❤

  • @EebbisaaBirmachuu
    @EebbisaaBirmachuu 4 месяца назад

    Kun oromomiti oromoon safuu hawasa ni eega Kun dhaloota baleesuuf fakkakeenyadha qullaa waliin teese hasahun garii siti fakkate?

  • @toleraedosa2321
    @toleraedosa2321 5 месяцев назад

    baay'ee gaariidha. namoonni hedduun akkas aarsaa kaffalanii deemanii hin barsiisani.kun hojii gaariidha.

  • @debelawakwoya1423
    @debelawakwoya1423 5 месяцев назад

    jabaadhu qaxalee intalaa..

  • @temperedglass2356
    @temperedglass2356 5 месяцев назад +2

    Wwwooww Galatomaa jabadha jabaadhu haadhoo❤💞💗❤️👍👍💪💪🥰🥰🥰

  • @sitotawberhanu4279
    @sitotawberhanu4279 5 месяцев назад +5

    Haanna keenya jabaadhu. Siin boonna!!

    • @salmanabdo1079
      @salmanabdo1079 5 месяцев назад

      Intala waan taateef Hannaa teenya jechuutu sirrii dha
      Keenya kan jedhamu dhiiraafi malee dubartifii miti

  • @EfaBekele-s8b
    @EfaBekele-s8b 5 месяцев назад +2

    Danda ikaa haftee koo hin qoramiin

  • @tesfayemidega4887
    @tesfayemidega4887 5 месяцев назад

    Warra aadaa oromoo waliin fuggisoo. Kan Dubartoota qullaa oofan. Kan Bifa Waaqayyo kennetti akka hin gammanne dibata qalama garagaraan bifa namaa jijjiiranii booddee immoo gogaa namaa keemikaalaan balleessan kana jajjaa yaa obbo Haabtaamuu?

  • @BayisaChala-p8k
    @BayisaChala-p8k 4 месяца назад

    Maaliree qullee kee yoo uffiffatte waaqayyo waan jaalatu sitti fakkaataa

  • @AlloCel
    @AlloCel 4 месяца назад

    Haamaa wantaa kannaa midiyaa rraa baasuu hin qabduu turtee habtee dhugaa maal oromoon safuu qaba please uffanaa sirreessaaa

  • @Lidiyaa926
    @Lidiyaa926 5 месяцев назад +3

    Jabduu koo❤❤

  • @memeal9923
    @memeal9923 5 месяцев назад

    Sargii minze tatemo inerumte ufanan ke kun maliif 😂😂

  • @LetaHailu
    @LetaHailu 4 месяца назад

    Lakosfa kee naergii sidawala walini asofnaa hin dhufan

  • @DerejeDendea
    @DerejeDendea 5 месяцев назад

    Waxii haadharaawu amma ati namaa qoshaashaa haadharaawu

  • @LenchooOfical
    @LenchooOfical 5 месяцев назад +3

    Baga nagaan dhuftaani!!

  • @ashrafmajali7422
    @ashrafmajali7422 5 месяцев назад +1

    Wowwwwwww❤❤❤❤❤❤

  • @malcomt
    @malcomt 4 месяца назад

    Naqamtee nannoo kamitt I argamtu

  • @helenasolo3157
    @helenasolo3157 5 месяцев назад +2

    Wooooo bagaa kanaa arginee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @midiyaahaqaa3204
    @midiyaahaqaa3204 5 месяцев назад

    Habtamu show

  • @yadanoasefa
    @yadanoasefa 5 месяцев назад

    jaabadhu bareeddu oromoo gara iluu abbaa boor dhufuf yaaduukeef bayyee gammannee milkai waani sifaana yaa tau

  • @KiyaarAbdalla-c7s
    @KiyaarAbdalla-c7s 5 месяцев назад +1

    nuf jabaadhu

  • @WORLDWEB312
    @WORLDWEB312 5 месяцев назад +1

    kun quuftuudha .......... rakkataa meeqa jira kan jireenyaa isaa challenge meeqa keessa darbasee .........Dhuguma 666 dhas Qullaa deemti kun immoo Warra 666 dha promotion hojjechaa jirti ........ dhugaa jirtu kanaadha iccitiin isheen Gad Fagoodha ..........

    • @quluceiluu5780
      @quluceiluu5780 5 месяцев назад

      Wan Tane Hin dubatin 😊

    • @millikebe3537
      @millikebe3537 5 месяцев назад

      Gorsaa keenya , bahi gola keesaa. Dukkana malee ifa laaluu hin beektu?

  • @ObseBekele
    @ObseBekele 5 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤❤

  • @yaashow9559
    @yaashow9559 5 месяцев назад

    😊 iiugg

  • @jiraataadhayesuus8617
    @jiraataadhayesuus8617 5 месяцев назад +1

    Maal inuma yoo baafatte hoo😎🥵🥵

    • @makiama9561
      @makiama9561 5 месяцев назад +1

      Dhugââ jeete😢

  • @Lomilagese
    @Lomilagese 4 месяца назад

    Wow

  • @KebsoJoseph-j7z
    @KebsoJoseph-j7z 5 месяцев назад

    Wayyoo haadha koo afanichi makaa illee hin qabu ajaa'iba jiraadhu oromtitti siin boonna

    • @FatiyaAbdela
      @FatiyaAbdela 4 месяца назад

      Wallaggaa wan tatefika😮

  • @Girma23
    @Girma23 5 месяцев назад

    It has amazing god bless you for fluently speaking such like!???

  • @mayyutube6906
    @mayyutube6906 5 месяцев назад

    Jarana joolleen somali biyya America ti afaan English hin haasa.an kana yeroo jennu akka nama biyyatti dhalatteeetti dubbatti garuu teenya yeroo biyya alaatii miti magaalaa baadiyyaa xixiqo keeysatti hin haasa.an kun akka nuti afaan keenya tugfannuu fi ofittin amanne nutti agarsiisa kanaaf afaan keenya joollee afaan jalqabaa qodhaaf please jabaadhaa

  • @abbaa8712
    @abbaa8712 5 месяцев назад +2

    Waaw jabaadha
    Love from Norway

    • @to1awak
      @to1awak 5 месяцев назад

      😂

  • @TaajirAhamanur
    @TaajirAhamanur 5 месяцев назад

    😮😮😮😮😅😅🎉🎉😢😢😢😢

  • @ZaraBh-sz6ct
    @ZaraBh-sz6ct 5 месяцев назад +1

    ❤❤❤❤❤

  • @DeraraAmesisa
    @DeraraAmesisa 5 месяцев назад

    Jabaadhaa ❤❤❤

  • @mussaararso6495
    @mussaararso6495 5 месяцев назад +1

    ❤❤❤❤❤❤❤

  • @gezegeze6045
    @gezegeze6045 5 месяцев назад +1

    dhageefadhe fixu hin barbaanne maal barsisti laata dageeffadhaati nati himaa

  • @melkamuteshome5473
    @melkamuteshome5473 5 месяцев назад +2

    Oromoon Naqamtee teessanii afaan oromoo na rakkisa jettaniif...!

  • @hanatu
    @hanatu 5 месяцев назад +1

    ❤❤❤

  • @furtulemi
    @furtulemi 5 месяцев назад +1

    BAGA NAGAHAAN DHUFTAN❤❤❤❤

  • @Afe-hg8kw
    @Afe-hg8kw 5 месяцев назад +1

    Bhnth kojo nat😮😮😮❤❤❤❤

  • @Jabeessaa_geessaa
    @Jabeessaa_geessaa 5 месяцев назад

    Jabaadhu! Ammallee wanta guddaatu si eeggataati Honey. WAAQAYYO SI EEBBISU!

  • @abdiigadaa8957
    @abdiigadaa8957 5 месяцев назад +1

    Jabduu kiyya jabaadhu

  • @senalammii6772
    @senalammii6772 5 месяцев назад

    Sagantakee kanattiis qarshii fudhattaga mitti ijoolleen warra barsiiste dhufanii si dawwachuf.saamtu duwwa enyutu umaataf yaada sobdoota

  • @gxt1425
    @gxt1425 5 месяцев назад

    jabduu qarree! jajjabeessuunii qabna waan waayyee hojjechuu hin dandeessi waggaa utuunguutiin kan ammana dhufte jabaadhu sabboontuu keeyaa!

  • @AadanCusmaan-wp5dc
    @AadanCusmaan-wp5dc 5 месяцев назад

    🎉❤

  • @to1awak
    @to1awak 5 месяцев назад

  • @JiregnaWakwaya
    @JiregnaWakwaya 5 месяцев назад

    Dhugaa dubbachuuf,haalli dubbiif has'aa ishee na ajaa'iba.jabaadhu obboleettii

  • @keneniwakshuma1595
    @keneniwakshuma1595 5 месяцев назад

    Safuu oromoo hin beektuu uummata oromoo daboo biznesii waammatti

  • @badhasaabdisa2027
    @badhasaabdisa2027 5 месяцев назад

    Gingilchaan mana gubannaan migirri alaa boosse jechuun dhugaa taatekaa

  • @adebatilahun5576
    @adebatilahun5576 5 месяцев назад

    Atumtuu jabduudha

  • @caaltuutube7217
    @caaltuutube7217 5 месяцев назад

    ❤❤❤haannii jabduu keenya jabadhu qaxalee keenya

  • @detadocument880
    @detadocument880 5 месяцев назад

    Wow Haptish and Honey baayyee namatti toltu jabaadhaa!

  • @HunduuWaaqaan
    @HunduuWaaqaan 5 месяцев назад

    Qaxalee Janaraala keenya jiraadhaa.

  • @dawitkejela6780
    @dawitkejela6780 5 месяцев назад

    Naqamteedhaa essatti barsiisti

  • @dirotolosa1150
    @dirotolosa1150 5 месяцев назад

    Maal Abboo Kun jabduun

  • @dubaisina-tr2rp
    @dubaisina-tr2rp 5 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤wow

  • @ayanuteshome6804
    @ayanuteshome6804 5 месяцев назад

    Finfinneetti dhalattee guddattee Afaan saba ishii haala kanaan fluently dubbachuu danda’uun ishii dinqiidha!
    Jabaadhu ati fakkeenya namoota biraa baay’eef nama taatuudha! Bareedduu waan hundumaan Waaqayyo si badhaase! Dhugaa baay’een sitti gammade bareedduu teenya!😘

    • @FatiyaAbdela
      @FatiyaAbdela 4 месяца назад

      Ijolleeen wallaggaa akksuma ❤

  • @Tamirat-pl2yn
    @Tamirat-pl2yn 5 месяцев назад

    Wow hannaa jaabadhu

  • @salmanabdo1079
    @salmanabdo1079 5 месяцев назад

    Hannaa teenya jabaadhu

  • @IfaTolesa-pn8db
    @IfaTolesa-pn8db 5 месяцев назад

    Adaamaati siegnaa

  • @KasayeGuder-zx8wp
    @KasayeGuder-zx8wp 5 месяцев назад

    Jaabbadhu

  • @tamirathaile777
    @tamirathaile777 5 месяцев назад

    Jabaadhu jabduu ko!!

  • @nikelion4852
    @nikelion4852 5 месяцев назад

    Dhalaa oromoo ta bareeddu tanuma argine😂😂😂

  • @kumamulessa6440
    @kumamulessa6440 5 месяцев назад

    Jabaduu/jabadhaa

  • @dhibeewagari6211
    @dhibeewagari6211 5 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤

  • @ziziEthiopia
    @ziziEthiopia 5 месяцев назад

    Dhalota rukutama qula yatan eec waqayo labe nuf ya kenu ama qula demun arada tahudha me aka kesanti garuuu?,,,

    • @IfaTolesa-pn8db
      @IfaTolesa-pn8db 5 месяцев назад

      Sagaxee ziim jedhi

    • @ziziEthiopia
      @ziziEthiopia 5 месяцев назад

      @@IfaTolesa-pn8db atis sanuma jechudha kanaf bocha sagaten kan qula yahu sif ishi tanbo araba male maal bektu sila 🤣🤣🙃

  • @zeharazehara9372
    @zeharazehara9372 5 месяцев назад +1

    well come sefuu egduu jee eteloo malee qulaa.demnee ecee

  • @CaaltuuTullamore
    @CaaltuuTullamore 5 месяцев назад +1

    Amma intaala kanas nama jedhee as baasee egaa 😅😅