‘Kutaa 1ffaa hin baranne’

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 2 окт 2024
  • Waaqoo, Milkeessaa fi Amanueel garee KOFIN jedhamu hundeessun hojiilee aartii gara garaa hojjechuu koomediyaanoota beekaman keessaa hangafoota yeroo ammaa ammoo ETV Afaan Oromoo irratti Diraamaa Koomedii #Hirkoo jedhamu hojjechuun uummataaf dhiyeessaa jiru.
    Gammadaa Show is first of its kind in Afaan Oromoo to be broadcasted on National TV, ETV Afaan Oromoo every Sunday night at 3:15 local time for 40 minutes.
    “Gammadaa show” is a late-night show which stars the host Gammadaa Olaanaa and different guest lists ranging from, artists, political figures, people in different leadership positions and influencers. In our talk show, the guests are asked to share about their life experiences in an entertaining are catchy manner.
    #drnafyad #numaan #oromomusic #oromoo #GammadaaShow #Gammadaa #Yosan #Balagizee #Galaanaa #guutuu #Show #latenightshow

Комментарии • 342

  • @risaamedia1986
    @risaamedia1986  11 месяцев назад +30

    Yaada keessan nuuf barreessuu hin dagatiinaa

    • @Gareeaartifatansailu
      @Gareeaartifatansailu 6 дней назад

      Gammadaa show iluu abbaa booraa mattuu irraa
      Degersaa kee barbanaa nu biraa dhabaadhuu sagantaa bareedan dhiyyeessistaa galatoma 😅😅😅😅😅😅😅

  • @tonyyazbeck4770
    @tonyyazbeck4770 11 месяцев назад +3

    Ijoolee kana yeroon argu ofuman kolfaa I love you so much ❤❤❤❤😂😂😂 thank you gamada show ❤❤❤😅😅 namoota bayyee jalanu nuuf fiduu keetif 🎉❤

  • @kifleayana7273
    @kifleayana7273 11 месяцев назад +20

    “ Gammaddan!”
    Hedduu akka nu gammachiistan shakil hin qabnu! Jabaadhaa!😂😂

  • @mahmoudrawashdeh9151
    @mahmoudrawashdeh9151 11 месяцев назад +9

    ❤❤❤Wowu namati tooltuu gaaru amanuel maalif keessa hafe

  • @marartutube6913
    @marartutube6913 11 месяцев назад +1

    Dhaggeeffadhee hin xumurre. Itti deebi'een dhaggeeffadha. Baay'ee nama ajaa'iba. Na kofalchiises.❤❤❤❤

  • @yawahremedia8569
    @yawahremedia8569 11 месяцев назад +10

    ❤❤Wwwww gamee galatoomii comedy Waaqof milkessa waan nuuf dhiheesiteef, torbee dhufu Soolaan Adimasuu nuuf dhiheesii please ❤❤

    • @HUj-jt9zb
      @HUj-jt9zb 11 месяцев назад

      ❤❤❤❤❤❤❤

  • @faxumaa4018
    @faxumaa4018 11 месяцев назад +2

    Woow ijoollee aanii baayee jaaldhuu❤❤🎉🎉🎉

  • @girmawaktola1706
    @girmawaktola1706 11 месяцев назад +1

    Garee koomedii kana arguuf baay'een gammade. Garee isaanii keessaa muraasni isaanii eessa dhaqan. Eebbaa Dirribaa, Galataa Ijaaraa, Amanuu Taaffasaa........................ Ingiliffaa isaa qabatee Eebbaan akka nuuf dhiyaatu nan abdadha. Isinan jaaladha! Hunda isaanii nuuf dhiyeessi Waaqa garaa gurraachaa yoo sodaatte!

  • @abdiimuuziqaaofficial7835
    @abdiimuuziqaaofficial7835 11 месяцев назад +1

    Amanueel Taffases nuuf dhiyessii❤🫶

  • @akkasumakoo759
    @akkasumakoo759 11 месяцев назад +1

    Gafii qaba
    Gammadaan bara kama mana barumsaa eegalee??
    Fkn ani bara 1998 mana barumsaa jalqabe bara santi tarim( waggaa tokkoo kessatti kuta 2 baradhe)
    Waggaa 2 keessatti kuta 4 baradhee jechuudha
    Barataa sadarkaa 1 fi 2 bahu. Kuta itti anu. Baratuu jechuudha

  • @Hireeoro-d1y
    @Hireeoro-d1y 11 месяцев назад +5

    Qaxalee wan koo ijaa dinaarraa naaf hafaa kanuumaan calatii ogummaa oradhaa nagaan bahaa nagaan nuuf galaa oromo koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @kiyyakumsa5747
    @kiyyakumsa5747 11 месяцев назад +1

    Baye'ee baredaa jabadhaa 💪 gamme atiile jabadhuu.

  • @ZaharaMohammed-pj6qk
    @ZaharaMohammed-pj6qk 11 месяцев назад +4

    Gammadaa show Atis galatoomi jabaadhu❤❤

  • @abaykasim2797
    @abaykasim2797 11 месяцев назад

    Ijoolle qoosni keessan namatti tola jabaadhaa

  • @mereratulu8380
    @mereratulu8380 11 месяцев назад

    ❤yes

  • @jiraataadhayesuus8617
    @jiraataadhayesuus8617 11 месяцев назад +3

    Uuuyi isin eegutti ijji nu dhukkubeem🙄

  • @caaliihurumaa4299
    @caaliihurumaa4299 11 месяцев назад +1

    Wwwwwwoowaa baayy'ee isiin jaalana jabadha obbolotaan koo ebbiifamaa ❤❤❤❤😅

  • @almaztesfa1039
    @almaztesfa1039 10 месяцев назад

    Wwwwwooo jabadha lammiwwan koo❤❤❤❤❤❤

  • @hikmaahmed7307
    @hikmaahmed7307 11 месяцев назад +3

    I like your show garuu ,amma amma ,gadin dhisin ,waan heddumaate Tokko namni jibba deema,waan Tokko tokko seifu jala baradhu, akka bira we love you

  • @sanniitubedhagaagoleeqajel332
    @sanniitubedhagaagoleeqajel332 11 месяцев назад

    Maloo artist kumsaa tamana nuf dhiyesaa piece 😢😍😍😍

  • @shitoobaacaa755
    @shitoobaacaa755 11 месяцев назад

    Kodewwwani ko🎉naafi jiradhaaa isinii bunaa Qaxaalee obbolewwani ko🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @ErmiasWokgariofficial
    @ErmiasWokgariofficial 11 месяцев назад +2

    Baay'ee namatti toltu. Garuu Amanuel hafuun irra hin turre

  • @falmatuasefalami1576
    @falmatuasefalami1576 11 месяцев назад +4

    Wow baayyee nuuf jabaadhaa Risa media isin jaalanna.ammas namoota beekamoo nuuf dhiyeesaa❤

  • @brook_emiru
    @brook_emiru 11 месяцев назад

    Please, use another wide lens for a good wide angle

  • @lemmagutema4411
    @lemmagutema4411 11 месяцев назад +1

    Seifu style ta'e kaa obboo Gammadaa.

  • @Firoomtudegafa
    @Firoomtudegafa 11 месяцев назад

    ❤️❤️❤️

  • @BonaGemechis-l7s
    @BonaGemechis-l7s 11 месяцев назад +1

    Gammadaa Baayyee si Jaalladha kuma jiraadhu❤

  • @DanielTakela
    @DanielTakela 11 месяцев назад

    ❤❤

  • @hadhaako
    @hadhaako 11 месяцев назад

    Waaqoo❤milkoo❤ qaxaale wanii Warra nama boharsuu Oso Amanuel jiraate siin walii Amma 😢nuf jiraadhaa❤❤😍🙏

    • @makiama9561
      @makiama9561 5 месяцев назад

      Amanuel amma jiruu ree?hin du'ee😢?

  • @hadhasabu
    @hadhasabu 10 месяцев назад

    ❤❤❤❤

  • @jameelajameela6946
    @jameelajameela6946 11 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤❤

  • @KadeseaAn
    @KadeseaAn 11 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤❤

  • @temperedglass2356
    @temperedglass2356 11 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤❤

  • @haawiigammachu4398
    @haawiigammachu4398 11 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤

  • @bm6056
    @bm6056 11 месяцев назад +6

    Amazing ❤❤❤👏👏👏

  • @GammeeTube-6
    @GammeeTube-6 4 месяца назад

    ❤❤❤❤❤❤

  • @to_lwak
    @to_lwak 11 месяцев назад +1

    Hirkoo❤ fi sirnako...

  • @riyadyusufofficial5371
    @riyadyusufofficial5371 11 месяцев назад +2

    Way daawwaachuuf akkaan itti jarjaraa jiru welcome ijoollee qimamii hamma yoonaa nuuf qoppeessuuf dogongortee jirta bossa akkaan isaan jaaladhu hadaraa naaf itti dhaami gammee❤❤

  • @bilisummaadarajjee8559
    @bilisummaadarajjee8559 Месяц назад

    ❤❤❤❤❤

  • @branie8770
    @branie8770 11 месяцев назад

    Wawooon ijolee kenyaa❤❤❤❤

  • @Chaltu-cw3bd
    @Chaltu-cw3bd 11 месяцев назад +2

    Bayyes namatii toltuu Jabadhaa garuu mataa waqqayyoo fulduraa maal tuu fixee 😂😂😂😂😂

  • @BirhanuTolera-d5c
    @BirhanuTolera-d5c 3 месяца назад +1

    Hi

  • @kulaanitashe9401
    @kulaanitashe9401 11 месяцев назад +1

    Akkan siin jaalladhu ❤❤❤

  • @AnsaareMohmaad.ababuulguu
    @AnsaareMohmaad.ababuulguu 11 месяцев назад +1

    Waqoo

  • @sanniitubedhagaagoleeqajel332
    @sanniitubedhagaagoleeqajel332 11 месяцев назад

    Hoji kessaan nyadha amanuel akkas jetunii 🤦‍♀️
    Damo baye namararatu
    Gafan gara biyyaa dhufee filmi akka nawalin hojatan abdiin qaba😍😍😍😍

  • @DK-jp2lu
    @DK-jp2lu 11 месяцев назад

    'Show' baay'ee bareedaa dha. Jabaadhaa itti nuu fufaa.

  • @AbrahamErko
    @AbrahamErko 5 месяцев назад

    Baayyee namatti tola.......Garuu......Amanuel maaliif keessaa dhabame....❤❤❤❤

  • @ibsishayeeoroliij8509
    @ibsishayeeoroliij8509 11 месяцев назад +3

    Wow wow wow

  • @drfeyissa228
    @drfeyissa228 11 месяцев назад +20

    That is really fantastic, well done!

    • @risaamedia1986
      @risaamedia1986  11 месяцев назад +2

      Thank you for watching and make sure you subscribed to our channel🙀

    • @lensamulunafamily5103
      @lensamulunafamily5103 11 месяцев назад

      ​@@risaamedia1986anasii naa afera Dubara Arbaa galedhaa malo😢❤

    • @WerkeBacha
      @WerkeBacha 11 месяцев назад

      Baay.ee namattii tolattuu

  • @aishakayo286
    @aishakayo286 11 месяцев назад +1

    Bagaa nagayaa dhuftani ❤❤❤❤wwwwwoooo

  • @genetgenet9909
    @genetgenet9909 11 месяцев назад

    Ijoolee jalalaa ❤❤❤❤❤

  • @hamze_black
    @hamze_black 11 месяцев назад

    🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @userfiriifiraa122
    @userfiriifiraa122 11 месяцев назад +1

    Jabbadhuu qomoo ko wan hundaanu si faana jira 🙏 garuu osoo barnoota English itti nuuf dabaltee Akkaasumaas entrance English osoo nuuf hojaate rakkoon ijjoleen oromoo bayyeen qabnuu rakko english bekkuu dhabutti kanaafu osoo wan bekktuun nu gargartee jechuufi bayyee sii jaalana jabbadhuu itti nuuf fuffii

  • @IbraahimAgayyuuIbraahimAgayyuu
    @IbraahimAgayyuuIbraahimAgayyuu 11 месяцев назад +3

    Milkesaa waqoo baee isni jalanaa Gamadaa bayee galatomii❤❤❤

  • @fenetamanuel
    @fenetamanuel 11 месяцев назад

    biyya keenya keessatti waan namnii waan salphaattii hin kolfineef hojiilee innii guyyaa isaattii hojetaa oluu waan sana caalee waan argamuuf.

  • @ShawBahrain-kk5kk
    @ShawBahrain-kk5kk 11 месяцев назад +2

    wwwwwooo qaxaleewan koo nuf bulaa gammada show ati nuf jiradhuu❤❤❤

  • @raihanaliwa2749
    @raihanaliwa2749 11 месяцев назад +3

    Oromoo koo lafa guutaa kolfa ammayyu❤❤

  • @mlbmlb7150
    @mlbmlb7150 11 месяцев назад +2

    Nooraa Harka fuune ❤💚❤
    Translate to English

  • @seenaaoroomiyaa4466
    @seenaaoroomiyaa4466 11 месяцев назад +1

    Gammee galaatomi jabaadhu ijoollee oroomofi lafee duddaa akkaa ati Tata.uu abdiin qaba!

  • @BeshaBadiyo-zu6gq
    @BeshaBadiyo-zu6gq 11 месяцев назад

    Good job

  • @sonagada5099
    @sonagada5099 11 месяцев назад

    good job

  • @MichaelAsfaw-tz1cs
    @MichaelAsfaw-tz1cs 11 месяцев назад +3

    Wow amazing our best comedians

  • @Oliftube301
    @Oliftube301 11 месяцев назад +1

    😅ol banaa

  • @orosdalyrics6383
    @orosdalyrics6383 11 месяцев назад

  • @dinneabibaker5947
    @dinneabibaker5947 11 месяцев назад

    Sagaleen milkeessaa shimee fakkati shimee hasoofsiftee nattii fakketaa

  • @Kibineshchemeda
    @Kibineshchemeda 11 месяцев назад

    Gamee mataa ketii jeelii hinbaayisin nidabara dubartii deessekatu fakkataakkkkkhhhh

  • @udrhz2021
    @udrhz2021 10 месяцев назад

    Akkaa isin itti jaladhuu wlh ijoollee tanin❤️❤️❤️❤️

  • @Oliyadzerihun2885
    @Oliyadzerihun2885 11 месяцев назад

    #Qaxaleewwan keenya Gammee atilleen jabaadhu Anaan nadhiyeessi isa itti aanu!!!

  • @TekalignWakjira
    @TekalignWakjira 11 месяцев назад

    Qophii Gammadaa Show baay'eesaa hordofe keessaa kan akka kanaatti natti tolee hojiikoo dhiisee hordofe hin jiru. Qophii nama bashannansiisaa barumsa dabarsudha. Isin hundi keessanuu baay'ee galatoomaa!

  • @damefile8675
    @damefile8675 11 месяцев назад

    Waaqoon Isa dhugaa gowwaa ta'eera. Diraamaa Hirkootu Isa balleesseee🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉kkkkkkk 😂😂😂😂😂😂😂🎉🎉😂

  • @uaeuae4226
    @uaeuae4226 11 месяцев назад

    OROMOO KOO ❤❤

  • @Askale-u3d
    @Askale-u3d 7 месяцев назад

    Waw bayye namati tola ❤️🤍🖤garu sofaa siressa kesumotaf marmii isani ni dadhabaa please galatoma

  • @ayemati3343
    @ayemati3343 11 месяцев назад

    Qophii kee baayyee namatti tola. Namoota kennaa addaa qaban, artistoota beekamoo tahan , farffattoota beekamti qabanillee gara fuulduraatti nuu dhiheessuu yaali. Lammatammoo yeroon kee baayyee gabaabduu waan taateef yeroo keelle fooyyessuu qabda jedha.

  • @fayisedadi7322
    @fayisedadi7322 3 месяца назад

    Bayee namati tolotu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @KalebDesalegn-co9dn
    @KalebDesalegn-co9dn 10 месяцев назад +1

    Amazing ♥️♥️♥️ Gammadaa show Baay'ee jaalladheera

  • @safuutv
    @safuutv 11 месяцев назад

    color keessan xiqqoo sirrii miti kan kana duraa irraa gadi buheera

  • @WakjiraShuma
    @WakjiraShuma 10 месяцев назад

    kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk

  • @fatumyusuf1733
    @fatumyusuf1733 9 месяцев назад

    😆 😆 😆 waaaay garra khaooo

  • @jamilaaoromiyaaarsii7021
    @jamilaaoromiyaaarsii7021 11 месяцев назад

    Anii isini yo arguu bayee kolfaa 😂😂😂

  • @yesusejirata4025
    @yesusejirata4025 10 месяцев назад

    Wwwooo baayee nama toltuu jabbadha ijoollee keenyaa

  • @GirmaBerhanu-b3g
    @GirmaBerhanu-b3g 11 месяцев назад

    Tapni keessan baah'ee namattii tola(amazing conti neu)

  • @fureetube5651
    @fureetube5651 10 месяцев назад

    Gammadaa fi ijoollee qaalii❤❤❤

  • @softwareelectronicstechnol245
    @softwareelectronicstechnol245 11 месяцев назад

    jabaadha nutis filmii fi diramaa gara garaa afaan kenyaan hojetamaan amaa refuu gara ilaalutti cehaa jira. kun immoo sababa keesaanii wan ta`e kan calaa jabachuu qabdu. show kun illee jabatee itti fufuu qaba.

  • @FenetTamiruFenet
    @FenetTamiruFenet 11 месяцев назад

    Waan aja'ibaati milkii oromoon akaanas jiraayi sanuu namaa beekamaa ofiin jedha

  • @sukareatomsa8443
    @sukareatomsa8443 11 месяцев назад

    Warran jaalladhu lamaan garuu maaf Amaanu'eel biraa hambiftan?

  • @KalilSaad-s9d
    @KalilSaad-s9d 2 месяца назад

    Bayee sin jalanaa ❤❤❤❤nufi jiradha nufi dagagaa👍👍🤲

  • @sifankumsa7450
    @sifankumsa7450 11 месяцев назад

    ❤❤❤❤

  • @FenetTamiruFenet
    @FenetTamiruFenet 11 месяцев назад

    Sanuu ummaata fuulduraati bahee hasa'aa saamtun kun milkii maliitti kuni abaramaan

  • @Hulukatube
    @Hulukatube 11 месяцев назад

    Yaa gamadaa kenyaa ana qerroo guyyaa tokkichaa naa affeerrii mee

  • @BayaanAlii-f9z
    @BayaanAlii-f9z 9 месяцев назад

    Gammada show comadii kabitoo nuf dhiiysiisi

  • @Sanyiioro-jz2yy
    @Sanyiioro-jz2yy 11 месяцев назад

    Heduu namatii toltuu qaliwan koo

  • @fQananijifaraa
    @fQananijifaraa 11 месяцев назад +1

    Kkkk jiradha. Bayee namati toltu dhugaa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @belayenshbacha3303
    @belayenshbacha3303 11 месяцев назад +2

    ❤❤❤❤❤ 😂😂hirkoo abba qalaa kitaba

  • @IdrisDubiso
    @IdrisDubiso 11 месяцев назад

    Wooooowooo baayee na kolfisisituu😅😅😅😅😅😅😅

  • @samirasamira5485
    @samirasamira5485 11 месяцев назад

    Lubuwan ko nuf jiradha rabin isin ha egu baka jirtanuti

  • @Jundukkaausukaa
    @Jundukkaausukaa 11 месяцев назад

    jabaadhaa korommiiwwan koo baay,een isin jaaladha .

  • @Warex-Kula
    @Warex-Kula 11 месяцев назад

    ❤❤❤

  • @ashrafmajali7422
    @ashrafmajali7422 11 месяцев назад

    Nuuf jiraadhaa❤❤❤❤❤

  • @bilileenugusee146
    @bilileenugusee146 11 месяцев назад

    Solomon Alemu nuuf dhihesaa mee🥰🥰

  • @looyangalaantube7322
    @looyangalaantube7322 5 месяцев назад

    Koota nairobi kenyaa isin simanna