Qamar yuusuf artistii qaalii,jaallatama fi kabajama baga keenya taate qashtii fi qaalii nama hori buli umriin turi inshaa'allah baayyee si kabajna baayyee.
Baga nagaan dhuftee obboleessa keeyna Qamar. Irreessaa hundaan kabajamuun isaa, original African culture akka taee ibsa. The only black people created its own political system and Democratically governed itself is Oromo people. Notice: irreecha kan jeedhan Amharic speakers dha. Irreessa jeedhamee akka dubbisamu godhaa. Hiree=share something to or isaa= Rabbiif/ waaqayyoof
Artiistii fi qote bulaa cimaa. Baga milkoofte. Kan duuba yoo hin beekne kan fuuldura hin beeku waan ta'eef kan hin daagane. Namni Ameerikaa deebi'ee qote bulaa ta'uu hafe finfinnee qa'eetti deebi'uu hin barbaadu.
Good job, QAMAR. By the way, you are now a billion dollar investor "farmer" did you nonate a cup of rice or wheat to the starving people nearby your farm you took their land and commercialized. Balle and Borena need a love of bread. You are inviting Abiye and Shemilese to reward you. Shameful.
Qamari sabonaa dhugaa oromtichaa dhugaa umrii dheraa nufii jiradhaa Amalee 💓🙏
Qamar yuusuf artistii qaalii,jaallatama fi kabajama baga keenya taate qashtii fi qaalii nama hori buli umriin turi inshaa'allah baayyee si kabajna baayyee.
Artist Qamar yasuf si jalana ❤️ midiyaa kana bayyee jibba ummata dhumaa jiruu sagalee hin ta'u yeeroo hundaa badhadhina farsaa
Gurbaa !!!!! Jabaadhu ! Rabbi dabalee si haa gargaau !
Qamar yuusuf umrii dheertuu fi fayyaa waaqni siif haa kennu ,
Sagalee hin dulloomnee,
Dhaabbii hin dulloomnee,
Moraalii gaaf dardaraa,
Nama ajaaibaatii jabaadhu j
Qamar nama jabaa fi beekaa Oromooti!
Umrii nuuf dheeradhu!
Qamar yusuf tuqaa isaa hin dandeenyu nu isa hedduu jaalanna! Bravo Arts Qamar Yusuf!!!
yaaboo qamar keenya jaalatamoo fi fakkeenya nama dhugaa hubannaa sirrii ta'e qabu (my legendery kemer yusuf) aboo naa jiraadhu ilaalchikee fi hojiin kee baay'ee natti tola
jabbadhuu jajabbee koo waqqayoo sii walin haa ta'uu ❤❤❤❤❤❤
Artisti Qamar Yuusuf Umrii dheertuu isiniif Haa laatu Hayyuu namaa
Yaada bayyee barsiisaa ta'e nuu dhiheessitan baayyee galatoomaa!!!
Wwwww Jabadhuu Qalii Namaa 🌻🌻🌻👍👍
Mashaa Allah jabadhu yaa qamar
Icon man of the century and transferred good message
Baga nagaan dhuftee obboleessa keeyna Qamar. Irreessaa hundaan kabajamuun isaa, original African culture akka taee ibsa. The only black people created its own political system and Democratically governed itself is Oromo people.
Notice: irreecha kan jeedhan Amharic speakers dha. Irreessa jeedhamee akka dubbisamu godhaa. Hiree=share something to or isaa= Rabbiif/ waaqayyoof
Talented musician.
Wow!!!!!!! Great !!!!!!!!!!! Our hero !!!!
Love You Qamar
OMG Wwoowwo 🔥🥰🥰 great 👑
Galatooma !!!!
wowww abjuu kee hundaa waqqayoo itti sihaa gutuu❤❤❤❤❤💋💋💋💋💕💕💕💓💗
Waa'ee Abdullaahii Jirmaa itti deebina jettanii achumaan ....
Waaw baredda
We love you Kamer ❤
Artiistii fi qote bulaa cimaa. Baga milkoofte. Kan duuba yoo hin beekne kan fuuldura hin beeku waan ta'eef kan hin daagane.
Namni Ameerikaa deebi'ee qote bulaa ta'uu hafe finfinnee qa'eetti deebi'uu hin barbaadu.
Qamar ! Sagaleenis ta'e qaamaan dargaggeessa ! Nuu jiraadhu goota keenya
Jabadhu dhira nama
Anaadhufu qamar🇪🇹🥰🥰🥰
Great
😍😍😍💐💐💘💘💘
Dhugaa keti
Jaalatama nama
Qamar sijalana
Qamar Oromoon baga siqabaate!!
Oboo Qamar wwwwwoooo
Abo Atii hatudha Qamar sobudhattii mo mal umataa hidhamu dhiftii wanta biraa Hasoytaa hatuu
Good job, QAMAR. By the way, you are now a billion dollar investor "farmer" did you nonate a cup of rice or wheat to the starving people nearby your farm you took their land and commercialized. Balle and Borena need a love of bread. You are inviting Abiye and Shemilese to reward you. Shameful.
Qame sinjalladha
Very inspiring congratulations Qamar
galtuu fi gantuu moo??????????/ si jibbe namanaa
Qamr Keynaa sijaalaanaa
galtuu fi gantuu moo??????????/ si jibbe namanaa