Qaanqee Show:- Warra Qarshii Facaasu!! Dasu Ambo waliin

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 2 фев 2025

Комментарии • 235

  • @AminaKo-y3r
    @AminaKo-y3r 11 месяцев назад +7

    Habtamu ko dhugaa raabbii gaallatomii oromoo akkanati as baftee mul,isuu kettif hojjii bonsaa hojjachaa jirta jabadhuu ❤❤🎉🎉dassuu kenyaas nuuf jiradhuu🎉🎉🎉🎉

  • @ZeyniSeid
    @ZeyniSeid 11 месяцев назад +7

    Dasun dhugumati nama gaaridha kabajaa guddaa namaaf qaba garaa laafumaa gaari qaba akkuma gubbaa isaa kesi isaatis baaye baredadha .
    Rabin ija haama qalbi haamaa irra isa ha egu Masha_Allah.

  • @geletadamtew8953
    @geletadamtew8953 11 месяцев назад +5

    Wow habte you are number 1 Afaan oromoo tv talk show for me. Jabaadhu qaxalee ko.

  • @berhanumoreda
    @berhanumoreda 11 месяцев назад +10

    Habtish: thank you very much for hosting this brilliant young Oromo investor & patriot. As one of devoted Christians, I don't support & like secular songs & drinking BUT I am very much a supporter of the other GREAT VIEWS that this brilliant young man is saying & doing. As you & this great man has agreed:
    Our people need UNITY & LOVE;
    Our political LEADERS NEED RESPECT & SUPPORT;
    Our YOUTH NEED PROTECTION & JOB!
    With respect & love my brother!!!

  • @mohammeds6542
    @mohammeds6542 11 месяцев назад +9

    Wooow Habtish Nama qaali akkanaa baguma nuf fide heddu galatomi

  • @matibroker
    @matibroker 11 месяцев назад +3

    Dhugaa Desu Ambo nama jabaa Oromoon qabu kessaa tokko nuuf jiradhuu kormakoo🥰

  • @abdulqaadirwoliyyii957
    @abdulqaadirwoliyyii957 11 месяцев назад +4

    Hebtamu
    Dr. Gemachu megarsa nuuf affeeri ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @mathiashaile4479
    @mathiashaile4479 11 месяцев назад +8

    DASSUU AMBOO NUUF JIRAADHU GARAAMII KOO 🙏🙏🙏

  • @WekjiraGonfa
    @WekjiraGonfa 11 месяцев назад +2

    ❤❤❤❤❤❤
    @meeeeeeen!
    Waaqayyo isin haa eebbisu!

  • @chaltuamboo4438
    @chaltuamboo4438 11 месяцев назад +8

    Bagaa keenya tatee qaalii namaa ❤❤❤❤❤❤

  • @batteo9045
    @batteo9045 11 месяцев назад +5

    Qaanqee show❤❤ We all Oromo we should protect each other.
    Dasu is a very good person ❤❤❤ keep up a good job!

  • @Mustafahaji-z5v
    @Mustafahaji-z5v 4 месяца назад

    Oromoo ofiin fi ofitti boonu wooow. Jiraadhu

  • @Yosan12345
    @Yosan12345 11 месяцев назад +5

    Wowowowowow Desu God bless you man Galatoomi ❤

  • @robelnegese4215
    @robelnegese4215 11 месяцев назад

    Woowww....Baayyee Nama gammachiisa dhugaa Dassuu Amboooooooo💚💚💚waaaaaaaaawwwwww

  • @thenewspiritofroromia5666
    @thenewspiritofroromia5666 11 месяцев назад +3

    I really enjoy watching you show❤

  • @AbelTeshome-g5n
    @AbelTeshome-g5n 11 месяцев назад +2

    Bagaan kufes bagaan ka,es jete sani dullechi

  • @belyanjemal5144
    @belyanjemal5144 11 месяцев назад

    Ahh ijoollee oromoo sanuu amboo akkaataa dubbiis skkaataa jireenyaas akkaataa qabsoos yoo dubbatu irraa bareedu galatoomaa🙏🙏

  • @NegaseTeshome
    @NegaseTeshome 4 месяца назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤dhugaa ebbifami

  • @efremyadeta4973
    @efremyadeta4973 11 месяцев назад

    Habte Nuu jiraadhu Tsagaayee dandanaaf Caalaa Bultumee Nuf Gingilchi

  • @galogalane7453
    @galogalane7453 11 месяцев назад

    Nama adatii dhugaa jechota isaa kesatii hacenii yadaadhee😭 thank you qaqeee 🙏

  • @BikilaBeyene-h5b
    @BikilaBeyene-h5b 11 месяцев назад

    Maatii qaanqee show gudda galatooma Dasuu oromia president for future,

  • @مومنهابراهيم-ف7س
    @مومنهابراهيم-ف7س 11 месяцев назад

    Yoo ilmaani oromo rabini isinha eguu inshaallaa ❤❤❤❤❤

  • @galanaolana
    @galanaolana 11 месяцев назад

    Jabaa namaa jabaadhu hojii boonsaa dalagaa jirtaa.

  • @abebedelesa3229
    @abebedelesa3229 11 месяцев назад

    Hojii diinaa irratti yeroo hundummaa dammaquun, dhugaa jiru adda baasuun baay'ee gaariidha. Jabaadha qaxaleewwan koo.

  • @gudinakebedeofficial1430
    @gudinakebedeofficial1430 11 месяцев назад

    Dassuu amboo qaamaan beekuu Yoon baadhes nama cimaa tahuu isaa hubadheera. Namoota akkasii nuuf dhiyeessuu keef galatoomi!

  • @firaoletichaofficial
    @firaoletichaofficial 11 месяцев назад +2

    Sound sirreessi Habtish, Yeroo baay'ee qophiin Afaan Oromoo Sound irraatti hin xiyyeeffatan Etv Afaan Oromoo dabalatee.

  • @danielgariofficial3584
    @danielgariofficial3584 11 месяцев назад +1

    Wow galatoomi General ❤️

  • @juharibrahim1698
    @juharibrahim1698 11 месяцев назад

    Wow Desu ambo biya gota good to know such brilliant guy 😊

  • @lalisatesfaye6710
    @lalisatesfaye6710 11 месяцев назад

    Come on tv Habtish! Ati muuxannoo cimaa waan qabduuf show afaan oromoo brand cimaa akka ijaartu nan hubadha.

  • @AberuMegarsa
    @AberuMegarsa 11 месяцев назад +1

    Jabadhuu habatamu kenyaa❤❤❤❤❤

  • @ephremwolde3790
    @ephremwolde3790 11 месяцев назад

    Dhugaa Rabbi Dasuun Ilma oromoon amma barbaadudha. Yaa Rabbi hunda keenya Akka waliif yaannu taasisi.
    Habtish ati cimii ittiin deemi

  • @dinqeebalaachoo5344
    @dinqeebalaachoo5344 11 месяцев назад +1

    Wow Gurbaa Qaxalee ilma Warra Amboo Sanyiikoo

  • @AbelTeshome-g5n
    @AbelTeshome-g5n 11 месяцев назад +1

    Jabadhu gotako

  • @tolesadiriba9151
    @tolesadiriba9151 11 месяцев назад

    Habtish Baguma Biyya Kanaa Dhufte

  • @janedinqe6175
    @janedinqe6175 11 месяцев назад +1

    Am proud to be balagize ❤

  • @purplestars029
    @purplestars029 11 месяцев назад +1

    Wow I am very humbled for the works you do🥹🥹🥹🥹 I imagined what this guy want thoughts, it may sounds very easy as you speak 😢 but only those who want through this kind of problems 😢😢 so many OROMO who wants this way are at least 80% even no one of knows about them? It feels good to hear 👂 and to knows about this man life because it gives Hope 🙏

  • @UmarMangasha
    @UmarMangasha 11 месяцев назад

    Jabadhuu jeneral si waajjiin jirraa

  • @KiyaYomiyu
    @KiyaYomiyu 7 месяцев назад

    Dassuukoo umuurii dheerttuun siif hawwaa. Hamma humnnakoo beekuumssakoo mee waa sin jedha
    Jabaadhuu
    Umuurii dheeradhu
    Mirgga gonffadhu
    Biliissuummaa gonffadhu
    Faajii uffadhu
    Kanatti aanssuun waanaan siin jedhu yoo jiraate
    %/ dhagaa diinni sitti darbbatu fuutee itti deebiisttee darbbachuuf hin yaaliin, hin darbbattiin.
    Sab;-
    Walitti qabddee ittiin riqiichaa ijjeerrachuu danddeessa waan ta'eef. Galatoomii

  • @chaltuethiopia3736
    @chaltuethiopia3736 11 месяцев назад +1

    🥰🥰🥰🥰habte koo 🥰🥰🙏jabadhuuu 🥰🥰🥰 barreedaa waantii gootuu hunduu 🙏galatomii 🥰🥰

  • @sabaliddi5542
    @sabaliddi5542 11 месяцев назад

    Qomssafi jade malee iraahafee mitti Artist oromoo jajebesuuf dhaa

  • @HabiibAmaan
    @HabiibAmaan 11 месяцев назад

    akkuma sidhageennetti si argine dassu galatoomi ❤❤❤haftiyye ammas ijji kee fagoo haa argu

  • @waltejitola3337
    @waltejitola3337 11 месяцев назад

    Habtee toltuu koo good❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @lemiolika
    @lemiolika 11 месяцев назад

    Habtamuu keenya baay'ee galatomi nama dhugaaf du'u

  • @BelaMerga
    @BelaMerga 11 месяцев назад

    Dasu Kenya jabadhu ❤

  • @asanti_kingdom5519
    @asanti_kingdom5519 11 месяцев назад +1

    Night club freedom fighter !!

  • @biruknigatu5056
    @biruknigatu5056 11 месяцев назад

    Bravo bro🎉🎉🎉🎉

  • @tayechefo6312
    @tayechefo6312 11 месяцев назад +1

    Galatoomi Habtee keenyaa.

  • @hamidmohamed2267
    @hamidmohamed2267 11 месяцев назад

    Garuu maal sin ha jedhuuu general
    Ammo jabadhuuu jabadhuu

  • @sintayehuGadisa
    @sintayehuGadisa 11 месяцев назад

    Qophii gaariidha. Garuu atiif Gammadaanis osoo sagal bishaan cheers jettan kana dhiistanii dansaa😅😅😅

  • @Josseyentertainment
    @Josseyentertainment 11 месяцев назад

    Nama dandee.ti qabudha❤❤❤❤❤❤❤❤ilama ambo❤

  • @keet89
    @keet89 11 месяцев назад +1

    ❤Dassuu Ambo Baga kankeenya taate

  • @esayasetana1806
    @esayasetana1806 11 месяцев назад

    Good interview 👍👍👍

  • @gabisagiddisa7587
    @gabisagiddisa7587 11 месяцев назад

    Habtaamuu bayyeen sijaalladha garuu Mucaa kana dhiyyeessuukeef sin jibbe. Mucichi sobduu ,Hattuu fi of jajuudha.Dubbii isaa keessaa tokko illee dhugaan hin jiru Habtish. kana immoo ,Mucaan kun Ada'a Bargaa itti mana Murtii offisera seeraa ta.ee waan hojjeteruuf nama Hincinnii Jiraate tokko irraa qulqulleeffachuu dandeessa.

  • @GmailGmail-k7j
    @GmailGmail-k7j 11 месяцев назад

    JabaadhuAbbadhuga#jamaalAbdulqaadir yamaniraa ❤

  • @wacaalewalloo5224
    @wacaalewalloo5224 11 месяцев назад

    ❤❤❤wow jabaadha

  • @Abdulaziz1786h
    @Abdulaziz1786h 11 месяцев назад +1

    Akkaam dhatti kiiyyaan laphe❤😂dhiiri

  • @hamidmohamed2267
    @hamidmohamed2267 11 месяцев назад

    Abba seera Kenyan naf jabadhuu ammas jabadhu of dubaa hin ilaalin Fuldara kee male rabbin see walin hatauu

  • @falmitc_5
    @falmitc_5 11 месяцев назад

    Habtaamuu nama kana dhiyeessuu keef galatoomi!

  • @Aserat-x9y
    @Aserat-x9y 10 месяцев назад

    Maa akkan ofi tuluni garu siti mulata uuuuuuufffffg

  • @gelayeeticha-wv9ed
    @gelayeeticha-wv9ed 11 месяцев назад +1

    Welcome jabaadha Oromo koo

  • @Gechiwest
    @Gechiwest 11 месяцев назад

    Dessuu❤❤❤

  • @Odaagutee
    @Odaagutee 10 месяцев назад

    Dasuu nama jhabaa🎉

  • @KhadarAhmad-iw3sg
    @KhadarAhmad-iw3sg 11 месяцев назад +3

    Well come ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @yaredmitiku1433
    @yaredmitiku1433 11 месяцев назад

    Dassuu Oromiyaa 👏🤞👌

  • @YohanisGizacho
    @YohanisGizacho 11 месяцев назад +1

    Warra abiichu faarsituu albaatii namichaa sabaa isaa fixaa jiru farsitee dasu waan oromiyaa keessatti ta'a jiru quba dhabdee miti jireenya finfinnee sitti toleetu malee hin balatsagdee kanaafi siif si ta'era

  • @hawenigirma-r6x
    @hawenigirma-r6x 11 месяцев назад

    Dassuu kana caalaa hor buli

  • @gabisagiddisa7587
    @gabisagiddisa7587 11 месяцев назад

    waanini Mana Murtii Ada'aa bargaa kessatti Bara 2002 hojjete osoo beekte Akkanatti Mucichaa hin kaabdu turtte Habtish.

  • @Zarihun560
    @Zarihun560 10 месяцев назад

    Baga cuffee dirgim godhe ha cufu biyya Abba isat

  • @BurtaBurta-md3yb
    @BurtaBurta-md3yb 11 месяцев назад

    Galatoomii bayee ❤❤❤❤❤namaatii toolaa

  • @workinehjifara1469
    @workinehjifara1469 11 месяцев назад

    dhugaadhaa waqayyoo saba keenya tokkoo ataasisu!

  • @bekeleseifu3924
    @bekeleseifu3924 11 месяцев назад

    Kan kenuf waqayyo ni keena, garaa lafumaa isaa manaa hidhaa keesattin argee . Wow!!

  • @ahmedintemam7539
    @ahmedintemam7539 11 месяцев назад +1

    Great Job

  • @gabisagiddisa7587
    @gabisagiddisa7587 11 месяцев назад

    Wayyoo Dassuun Akka ati amma haasofsiiftu kana miti Inni Icciitii Dhoksaa qaba

  • @rahelgadissa7524
    @rahelgadissa7524 11 месяцев назад

    Dassu, maaloo Habtamuus harka kee irra nuuf kaa'i! Hojii keessa galchii, inveestara nuuf taassisi!

  • @robageda7585
    @robageda7585 11 месяцев назад

    Filatamaa Dassuu Amboo..

  • @dhugaashow9530
    @dhugaashow9530 11 месяцев назад

    Habtaamuu Lamuu show osoo hin taane hiriyoota isaa tokko tokkoon affeeree waan nyaatan, waan dhugan faa nutti himaa oola. Namoota qaamaan hin beeknes barbaadii dhiyeessi.

  • @NasruAbdkadir-ew2ow
    @NasruAbdkadir-ew2ow 11 месяцев назад

    Galatoomi Nagayaa jira Lubbu

  • @Muazhafiz-xm8zo
    @Muazhafiz-xm8zo 11 месяцев назад

    Woo hoo.dasuuu.keenyaaa

  • @teferahailu-u7x
    @teferahailu-u7x 11 месяцев назад

    Peek it up desu!

  • @kamaalgoobee3628
    @kamaalgoobee3628 11 месяцев назад

    "Nama keenya kan biyya alaa jirurra; nama keenya biyya isaa keessa baadiyaa jirutu gammachuu guddaa qaba." Artistii Kamaal Ibraahim

  • @dheeranejash6400
    @dheeranejash6400 11 месяцев назад

    Obbo Haftamu please can u find Mohamed sheka tokko nuf barbadi

  • @MuzeeMH
    @MuzeeMH 11 месяцев назад

    Please Please artistoota oromo nuuf fidi yeroo ammaa kana Nami waa irraa barannu Jara waan ta ef

  • @adamuasefafufa193
    @adamuasefafufa193 11 месяцев назад +1

    Biyya Abba Kee oroomiyaa magaala finfinne kessatti qophii bareeda sadarkaa Isaa egaate kana jalqabuu keetiif galatoomi habtamu!
    Qophii baayyee bareeda haala gaariidhaan nu bashannansiisuu Fi nu barsiisuudha

  • @teshaleejerso1558
    @teshaleejerso1558 11 месяцев назад

    Nuuf jiraadhu Dassuuko

  • @sitotawberhanu4279
    @sitotawberhanu4279 11 месяцев назад

    Galatoomi Habte Nama sabboona kana nubarsiisukeetiif.

  • @SewuLesewu-i7x
    @SewuLesewu-i7x 11 месяцев назад

    Jabaadhu, itti fufi!

  • @naiftajudin3396
    @naiftajudin3396 11 месяцев назад

    Xabaqaan ammaa manatsiirin isanitu borsaa wajjin wal qixaa😂😂😂

  • @habtamudebas786
    @habtamudebas786 11 месяцев назад +1

    Go ahead bro

  • @haleemabashar8447
    @haleemabashar8447 11 месяцев назад

    🙏❤️❤️❤️❤️❤️

  • @ObsiiNaannii
    @ObsiiNaannii 11 месяцев назад

    Well come to ❤❤❤❤❤

  • @mohammedtola4036
    @mohammedtola4036 11 месяцев назад

    Leencaa ❤

  • @danielkenaofficialpage7655
    @danielkenaofficialpage7655 11 месяцев назад

    ❤❤❤❤ good!

  • @ridwandhaby1638
    @ridwandhaby1638 11 месяцев назад

    Baayyee 😂😂 gaariidha seenaa jabaa nu yaadachiifte

  • @abdulqaadirwoliyyii957
    @abdulqaadirwoliyyii957 11 месяцев назад

    Thanks Hebtamu

  • @KasseamHussein-yv2hj
    @KasseamHussein-yv2hj 11 месяцев назад

    Jabaadhu nama keenya ❤️🫶

  • @SamuelTake-yk3ke
    @SamuelTake-yk3ke 11 месяцев назад

    Nama bayyee bareedu nuf fidee galatoomi

  • @alemtube6595
    @alemtube6595 11 месяцев назад

    Yaa Warra hattuu Mandaraan Zarafu fi biyya jeequ Warra Shimee!

  • @DasaFurqanABDALLAh
    @DasaFurqanABDALLAh 11 месяцев назад

    Gurbaan xaraqen akka haacalutin hasa aa je eetii Mudii qabata sah 😂😂

  • @Sanchoabera-l1c
    @Sanchoabera-l1c 11 месяцев назад

    Habtish galatomii keesumaa dhiiachu qabuu nuu dhiesitee!!

  • @مومنهابراهيم-ف7س
    @مومنهابراهيم-ف7س 11 месяцев назад

    Haccaalluu uuuuuufiii garanugubani kan Haccaalluu ajesitte sanyi hin argatani