Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
Ijoolee kana bayy'ee jaaladhaa like godhaafi👍❤️💯
WOOWWWOW 😂😂😂👈💪💪❤💚❤👌
Wowo wo bayye garii dhaa dhugaa kesan wara bekufi barumsaa dhaa jabadhaa 💯💯💯❤❤❤❤❤ yoole nama kofalchiiseelee
ijoollee oromoo kootta ijoollee kana duuka haa dhabbannuu 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
Kkkkkkkk yaa ijoollee eriga Hacceen keenya du'ee kolifee hin beekuu nakofalichiifitanii nuuf jiraadhaa jabaadhaa.
Ijollee dhiffaamaa garuu video kesaanii akkaa dawolloottii hini gonee godhaa jabadhaa qomooko
Eebbifaama ergaa guddaa of keessa qaba.ottoo yaadan wal hubannee gaariidha yaa lammii jabadhaa itti fufaa.oromookoo
Nama itti gadiqabee laaleef joollenkun qabsoo ajaaibaa gaggeysaa jiru jabaadhaa 💪💪💪
Wowwwww baga nagan deebiitan bayyeen siin jaladha waqayyon bakka yadanii iitn siin haa gahu jalatamtoota ijollee yesus
Kkkk kkkk malo nu fixanii Jabadha ijolle Kenya goftan sin ha ebisuu😂😂😂😂😂😂😍😍
Hi jabadhaa bayee namatii tolaa yanii kessan
Dhugaa an baayee isiin jaaladha jabaadha
Ebifaamaa dhugaa Baguumaa oromo tataanii Qalii wanko❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Kolfeeyuu hin bekku bayyeen kolfee galatomaa❤❤👍
Kkkkkk maloo barumsa guddadha itti fufaa ebbifama ebbifama
Wowwoo bay,ee namaa ti tolaa sabaa koo
Nuuf jiraadhaa ijoolee keenyaa ❤❤❤❤❤osoon hin jalatiin naa kofalchiisee dr gammachiis bonjur bonjur jedhee kkkkkkk bonjur jechuun akkam bultee jechuudhaa kkkkkkkkkk
Warri akka koo ijolle kana jallatan like tuqaa ❤❤❤❤
KkkkkkkkkuuuuuuMaloo nuf jiradhaa dhugaa bay'ee bay'ee itii boqanneraa ebifamaa maloo Jabadhaa goftan sin haa gargaruu itii nuu fufaa maloo
Kkkkkkkkkkk Qeerroo koo jabaadhaa hedduu namati toltuu lammiii koo hamtuun isiin hin argiin 💪💪💪💪💪💪💪💪💪
jiiraadhaa mee qaxaleewaan ijjoolee oromoo nuf bulaa ijjii budaa siin hin aragiin 💗💗❣
Kkkkk mali namati toltii dhugaa waqaayyoo waqaayyoo sin haa ebbisuu 😍😍😍😁😁😁
Baayee namati tolatu nuf jiradha bagumaa saanyii koo tatan ❤❤❤❤❤❤❤❤❤😘😘😘😘😘😘❤💚❤👍👍👍👍
Dhugaa.bayyee.namattii.tollaa.jabadhaa.kkkllk❤❤❤❤❤❤❤❤
Kkkkkkkkk dhugaa nuuf jiraadhaa baayee naamatii tooltuu ❤❤❤❤❤😙😙😙😙😘😘😘😘😘😘
Ergaa Gudaa Ofii kesaa qabaa jiradhaa Sanyii ofii Kitaabaa Abiyoot kasahee Akkumaa Isiin dubachaa jirtaan Dhugaa Waqayoo 💪💪💪💪💪💪💪💪😃😃😃😃😃😃😃😃😃✊✊✊✊✊✊✊ Itii himaa Yoo dhagaheef
Kkķkk wow bayye namati tola jabadha😍😍😂😂😂
Aja'iba qoossa keesan kanaa lafa se'e malumafuu hamtuun isinii hin argiin jabadhaa😍😍😍😍😍
Kkkkkkkk uuuffii baga nagaan dhuftaan bareeduuwwaan ijoollee oromoo.siniin jaaladha.jabadhaa
Wowoowowowowo wowoowowowowo Eebbifamaa kitabaa Ida'ammuu jedhe irrii keesissaa ykn qolisa hummii qaba . wayyanee nutti dachassee 😁😁😁😁 erga guddaa qaba jabadhaa umurii nuuf dherradhaa ❤️❤️❤️❤️❤️
Uuuuuffffeeeeee kkkkkkkuuuuuBujuur jechuun akkami bultan jechudha bee 🤣🤣🤣🤣🤣🤣❤️❤️❤️❤️❤️❣️❣️❣️Nuuf jiradha
Wowwwww nufi jiradha sin jalanaa itii fufaa diraman kesani bayee nuti tolee 💚💛❤👍👍👍👍👍👍😆😆😆😆😆
Ebbiffama gudda bay'ee isini jaladha 😍😍😍😍
Baayyee namattii toltuu dhugaa jabaadhaa waaqayyoo isiin haa gargaaruu
Maaloo Warra Kitaaba Barreessina jedhanii Kitaaba dubbisuu nu dhoorkan tokkoon KITAABA BARREESSUN DURA KITAABA DUBBISAA naaf jedhaanii. Jarana jabaadhaa.
Wow jabadhaa sanyii wanii koooooooooooooooo hammatuun is hin Arriigiin
Wayyo garaa koo Gooftan koo isii haa Eebbisu bardduwwan ijoolee yesus💗💗💗💗
I don have words for you dhugaa..... Bayyee Nama bohaarsitu namatti toltus. Waaqnni ija hamaarra isin ha eegu. Love you all 💖
Hhhhhhhhhhhhhhhhhh baayee naamati tooluu naamaa gaamaachisaa jeechii keesaani nfi jiraadhaa Laamiikoo 💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞
Ebbifamaa jabadhaaaaaa
Kkkkkkkkk kolfaan nuu fixaan ijoolee oromoo jabadhaa sabonototaa oromoo bayyee namaa toltuu ❤👏👏
Ijjoollee Qaxaalee Kanamee Maalummaa Isiniif Tahu laata!!! Akkaatan Isinii jalaadhuu 💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞Diramaa Keessaan Ergaa Jajjaabduu Dabarsaa
Kkkkkkkkkkkk anii du'eekaa bujur jechuun akkam bultan jechudhaa dr gamee ❤💚💚❤❤😁😁😁😁😁😁😁
UuuffffMucan___kunDoktora ___lakka🤔💞💓💓💓💓dirama___isarrattiBayeee___namarare😥😥😥😥😥😘😘
Bagaa nagaadhaan dhuftan baayyee namatti tola barumsaa ofi keessa qaba jabaadha
Qabo ati yero hundaa wanumaa namaa kofalchisu dalgdaa jabadhaa lammii ko hunduu kesanu
Kolafini garani na dhukube 😁 😁 😁 😁
kkkkkkkkkkkkkkkkk ijoolee akkakuu ebbiifamaa dhugaa namati toltuu
Hhhhhhh yaa abiyi essa jirta lata otu dhagesse malo nuf jiradha😃😃😃😃😃😃bonjur kkkkk qola fkkf
Kkkkkkk jabadha alumaa kanan itti fufaa bayye nama kolfalchistan dhuga ebbifammaa
Bayyee baayyee namatti tolttu jabaadhaa
hhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhh baayyee namatti toltu dhugaa jabaadhaa
Wow eebbifamaa dachaa dachaa ergaa guddaa qabduu,jabaadha
Kkkkkkkkkkkkkk yaa qaboo hojii kee yoomimmo paris deemte kaa kkkkkkkkkkkkkkkkkk dhugaa bayyee namatti tolttu nuuf jiraadha hamaan isin hin argiini jabaadha waaqayyo isin wajjin haa ta'uu Eebbifamaa ❤❤❤😍😍👈
Jabadha yoo Abiy isin Aje'suu bate'e! Jabadha itti fufaa
Namaa ittii hubatee barumsaa garii qabaa ❣️💗💞💗💞❣️💚
🙏🙏👏👏👏 Art Oromoo yeroo guddate baaye na gammachisa
Baayye namaa bohaarsa kkkkkkk🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣❤❤yunivarsii meeqarra ebbifamta abba sumaafi moo kun hunduu🤣🤣🤣🤣
Kkkkkkk uuufffee ebbifama bayyee isin jaladhaa dhuga ❤❤❤
Mee nuu jiraadha ijoollee biyyako
Kkkk buyuruu jeechuni akamii jechudhaa farasayii demtee buyrii bartee😂😂😂😂
Kkkkkkkkkkkk jiradha jechii kesan nama boharsi barumsi qaba jirdha 🥰🥰
Jabadha qeroo oromoo ija mililik rabbiin☝isini rra haqaabu qomowan koo😍
Kkkkkkkkkkkkkkkk bayee namatii tolaa ebbifamaa ❤❤❤❤❤❤
Kkkkkkkkk kkkkkkkkkkkkk Wayooooooo Kolfaa Mucuqii Nu Gotaanii Qaboo Hojiikee Kolfumaaa Yeroo hundumaa dhugaa 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤭🤭🤭🤭😜😜😜😜😜
Jabadhaa qaliwwaan kenyaaBay'ee nuu boharsituu
Kkkkkkk kolfaa feedhii maaleen kolfee maaloo ijoo galatoomaa baye namaa gargara wan bayee iiraa baradhee
ebbifama hundi keessani jaabadha Waqayoo isinaa gargaru
Namatti tola!!! Jabaadhaa sanyiikoo @A@W&M
Jabadhaa ❤❤ ya Abbaa qiixaa 😅😅😅😅
Waooooo gudaa ebifamaa jabadhaa
Wowowo baayee nama gamacisaa 👍👍👍👍👍👍🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Warrii farnsayii Boonjuur boonjuur jedhuu kuun ergaa guddaa qabaa😂😄😄😄❣💕💕💕💕 😅😅😅😅😅
kkkkkkkkk wow baayee namati tolaa itti nuf fufaa
🤣🤣🤣🤣Hojii kessan jabadhaa❤️👏
kkkkkk bayyeè namatii toltuu dhugaa jabadhaa
Itti fufuu qaba dafa nu dhiyyeessa baay'ee miidhaga hojjiin keessan jabaadha
Galatomaa bayyee namaa xabachituu kkkkkkk
Kkkkkkk gudaa galtomaa jabdhaa iti fufnaa nama borsituu ❤️❤️❤️❤️🙏
Kkkkkkkkk kkkkkkkkkkkkkGudaa galatomaa jabadha nufi jiradha a
Namattii toluu like xuqaafiii hin jajabbeessiinaa sagantaa sanii hundii namaa boarssaa👍👍👍👍👍👍❤️❤️❤️❤️❤️👍❤️❤️❤️🐱🐱
NamatiiToltuuDhugaaUmurii Naaf Dh eeraa dhaabayeen siin Jaal aa dhaa❤❤
Yaaa hojii qaboo nama bashanansisa😁😁😁😁jabadha
Maloo dhugaa nuuf jiraadhaa maloo akkaaman gamadaa gafaan ijollee kana Ilaluu sammuun koo Naa bashannaana
Hojii gaarii hojjechaa jirtu jabaadhaa!
heduu nama bohrsitu jabdhaa😂😍😍😍👍👍
Bonjuren qaboo kkkkkkkkkkkkkkk bonjur bonjur jechun hiikkan isaa akkasi ree kkkkkkkuuuuufffff
Galatoomaa guddaa❤❤😍😍😍
Nuf jiradhaa isiin Jaladhaa Yomiilee jajabootaakooo❤️❤️❤️❤️❤️❤️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️😃😃😃😃😃😃😀😀😀😀😀😀😀👊👊👊❤️❤️❤️❤️❤️❤️💪💪💪💪💪💪♥️♥️♥️♥️♥️💔💔💔💔💔💔💋💋💋💋💋💋💋🏃🏃🏃🏃🏃
Welcome bay.ee isiin jaldhaa❤❤👍😘🌹
Nuuf jiraadhaa qeerrookoo🥰🥰🥰🥰🥰🥰
kkkkkkk Qabo koo Jiradhu Attii Dhuga jiru Dubattee wolliihii Akkuma Dudubii Boqolloo keessoniis Boqollodha Jettee Dhuga ketti Hoddee koo Nuf.jiradhuu Horrii Bullii
Kkkkkkkk Kkkkkkkk dhumnee Jabadhaa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
bagaa nagaan dhuftan ijolee ebifamtotaa goftaa⚘❤❤
Kkkkkkkkkkkk jabadhaaa qaqalii wanii kenyaa ilimanii oromoo
Kkkkkkkkkkkk bayyee namatii totuu 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Yaa qabokoo dirama hirreerattii naa bosisaa bate haar'amo kolfan naa ajeesttekkkkkkkkkkkkkkkkk 😁😁😁😁😁😁😁😁😁 abiyii malata'a dhagefatta ta'ee video kana kkkkkkkkkkkkkk
Kkkkkkkkkkkk, 🤣🤣🤣🤣👍👍👍
Dhugaa baayyeema nuboharsitu isin dhugaa😃😃😃😃😃😃😃😃😃😃😃😃😃
Wooooowwww bay'ee nama boharsaa jabaadha
Wow bayee namati tolaa dhuga ❤❤❤❤❤❤😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
Ebifaamaa ❤❤❤🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤
waaqayyo isin haagargaaru namatti toltu💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
Ijoolee kana bayy'ee jaaladhaa like godhaafi👍❤️💯
WOOWWWOW 😂😂😂👈💪💪❤💚❤👌
Wowo wo bayye garii dhaa dhugaa kesan wara bekufi barumsaa dhaa jabadhaa 💯💯💯❤❤❤❤❤ yoole nama kofalchiiseelee
ijoollee oromoo kootta ijoollee kana duuka haa dhabbannuu 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
Kkkkkkkk yaa ijoollee eriga Hacceen keenya du'ee kolifee hin beekuu nakofalichiifitanii nuuf jiraadhaa jabaadhaa.
Ijollee dhiffaamaa garuu video kesaanii akkaa dawolloottii hini gonee godhaa jabadhaa qomooko
Eebbifaama ergaa guddaa of keessa qaba.ottoo yaadan wal hubannee gaariidha yaa lammii jabadhaa itti fufaa.oromookoo
Nama itti gadiqabee laaleef joollenkun qabsoo ajaaibaa gaggeysaa jiru jabaadhaa 💪💪💪
Wowwwww baga nagan deebiitan bayyeen siin jaladha waqayyon bakka yadanii iitn siin haa gahu jalatamtoota ijollee yesus
Kkkk kkkk malo nu fixanii
Jabadha ijolle Kenya goftan sin ha ebisuu😂😂😂😂😂😂😍😍
Hi jabadhaa bayee namatii tolaa yanii kessan
Dhugaa an baayee isiin jaaladha jabaadha
Ebifaamaa dhugaa Baguumaa oromo tataanii Qalii wanko❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Kolfeeyuu hin bekku bayyeen kolfee galatomaa❤❤👍
Kkkkkk maloo barumsa guddadha itti fufaa ebbifama ebbifama
Wowwoo bay,ee namaa ti tolaa sabaa koo
Nuuf jiraadhaa ijoolee keenyaa ❤❤❤❤❤osoon hin jalatiin naa kofalchiisee dr gammachiis bonjur bonjur jedhee kkkkkkk bonjur jechuun akkam bultee jechuudhaa kkkkkkkkkk
Warri akka koo ijolle kana jallatan like tuqaa ❤❤❤❤
Kkkkkkkkkuuuuuu
Maloo nuf jiradhaa dhugaa bay'ee bay'ee itii boqanneraa ebifamaa maloo
Jabadhaa goftan sin haa gargaruu itii nuu fufaa maloo
Kkkkkkkkkkk Qeerroo koo jabaadhaa hedduu namati toltuu lammiii koo hamtuun isiin hin argiin 💪💪💪💪💪💪💪💪💪
jiiraadhaa mee qaxaleewaan ijjoolee oromoo nuf bulaa ijjii budaa siin hin aragiin 💗💗❣
Kkkkk mali namati toltii dhugaa waqaayyoo waqaayyoo sin haa ebbisuu 😍😍😍😁😁😁
Baayee namati tolatu nuf jiradha bagumaa saanyii koo tatan ❤❤❤❤❤❤❤❤❤😘😘😘😘😘😘❤💚❤👍👍👍👍
Dhugaa.bayyee.namattii.tollaa.jabadhaa.kkkllk❤❤❤❤❤❤❤❤
Kkkkkkkkk dhugaa nuuf jiraadhaa baayee naamatii tooltuu ❤❤❤❤❤😙😙😙😙😘😘😘😘😘😘
Ergaa Gudaa Ofii kesaa qabaa jiradhaa Sanyii ofii Kitaabaa Abiyoot kasahee Akkumaa Isiin dubachaa jirtaan Dhugaa Waqayoo 💪💪💪💪💪💪💪💪😃😃😃😃😃😃😃😃😃✊✊✊✊✊✊✊ Itii himaa Yoo dhagaheef
Kkķkk wow bayye namati tola jabadha😍😍😂😂😂
Aja'iba qoossa keesan kanaa lafa se'e malumafuu hamtuun isinii hin argiin jabadhaa😍😍😍😍😍
Kkkkkkkk uuuffii baga nagaan dhuftaan bareeduuwwaan ijoollee oromoo.siniin jaaladha.jabadhaa
Wowoowowowowo wowoowowowowo Eebbifamaa kitabaa Ida'ammuu jedhe irrii keesissaa ykn qolisa hummii qaba . wayyanee nutti dachassee 😁😁😁😁 erga guddaa qaba jabadhaa umurii nuuf dherradhaa ❤️❤️❤️❤️❤️
Uuuuuffffeeeeee kkkkkkkuuuuu
Bujuur jechuun akkami bultan jechudha bee 🤣🤣🤣🤣🤣🤣❤️❤️❤️❤️❤️❣️❣️❣️Nuuf jiradha
Wowwwww nufi jiradha sin jalanaa itii fufaa diraman kesani bayee nuti tolee 💚💛❤👍👍👍👍👍👍😆😆😆😆😆
Ebbiffama gudda bay'ee isini jaladha 😍😍😍😍
Baayyee namattii toltuu dhugaa jabaadhaa waaqayyoo isiin haa gargaaruu
Maaloo Warra Kitaaba Barreessina jedhanii Kitaaba dubbisuu nu dhoorkan tokkoon KITAABA BARREESSUN DURA KITAABA DUBBISAA naaf jedhaanii. Jarana jabaadhaa.
Wow jabadhaa sanyii wanii koooooooooooooooo hammatuun is hin Arriigiin
Wayyo garaa koo Gooftan koo isii haa Eebbisu bardduwwan ijoolee yesus💗💗💗💗
I don have words for you dhugaa..... Bayyee Nama bohaarsitu namatti toltus. Waaqnni ija hamaarra isin ha eegu. Love you all 💖
Hhhhhhhhhhhhhhhhhh baayee naamati tooluu naamaa gaamaachisaa jeechii keesaani nfi jiraadhaa Laamiikoo 💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞
Ebbifamaa jabadhaaaaaa
Kkkkkkkkk kolfaan nuu fixaan ijoolee oromoo jabadhaa sabonototaa oromoo bayyee namaa toltuu ❤👏👏
Ijjoollee Qaxaalee Kanamee Maalummaa Isiniif Tahu laata!!! Akkaatan Isinii jalaadhuu 💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞Diramaa Keessaan Ergaa Jajjaabduu Dabarsaa
Kkkkkkkkkkkk anii du'eekaa bujur jechuun akkam bultan jechudhaa dr gamee ❤💚💚❤❤😁😁😁😁😁😁😁
Uuuffff
Mucan___kun
Doktora ___lakka🤔💞💓💓💓💓dirama___isarratti
Bayeee___namarare😥😥😥😥😥😘😘
Bagaa nagaadhaan dhuftan baayyee namatti tola barumsaa ofi keessa qaba jabaadha
Qabo ati yero hundaa wanumaa namaa kofalchisu dalgdaa jabadhaa lammii ko hunduu kesanu
Kolafini garani na dhukube 😁 😁 😁 😁
kkkkkkkkkkkkkkkkk ijoolee akkakuu ebbiifamaa dhugaa namati toltuu
Hhhhhhh yaa abiyi essa jirta lata otu dhagesse malo nuf jiradha😃😃😃😃😃😃bonjur kkkkk qola fkkf
Kkkkkkk jabadha alumaa kanan itti fufaa bayye nama kolfalchistan dhuga ebbifammaa
Bayyee baayyee namatti tolttu jabaadhaa
hhhhhhhhhhhhhhhhhhhhhh baayyee namatti toltu dhugaa jabaadhaa
Wow eebbifamaa dachaa dachaa ergaa guddaa qabduu,jabaadha
Kkkkkkkkkkkkkk yaa qaboo hojii kee yoomimmo paris deemte kaa kkkkkkkkkkkkkkkkkk dhugaa bayyee namatti tolttu nuuf jiraadha hamaan isin hin argiini jabaadha waaqayyo isin wajjin haa ta'uu Eebbifamaa ❤❤❤😍😍👈
Jabadha yoo Abiy isin Aje'suu bate'e! Jabadha itti fufaa
Namaa ittii hubatee barumsaa garii qabaa ❣️💗💞💗💞❣️💚
🙏🙏👏👏👏 Art Oromoo yeroo guddate baaye na gammachisa
Baayye namaa bohaarsa kkkkkkk🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣❤❤yunivarsii meeqarra ebbifamta abba sumaafi moo kun hunduu🤣🤣🤣🤣
Kkkkkkk uuufffee ebbifama bayyee isin jaladhaa dhuga ❤❤❤
Mee nuu jiraadha ijoollee biyyako
Kkkk buyuruu jeechuni akamii jechudhaa farasayii demtee buyrii bartee😂😂😂😂
Kkkkkkkkkkkk jiradha jechii kesan nama boharsi barumsi qaba jirdha 🥰🥰
Jabadha qeroo oromoo ija mililik rabbiin☝isini rra haqaabu qomowan koo😍
Kkkkkkkkkkkkkkkk bayee namatii tolaa ebbifamaa ❤❤❤❤❤❤
Kkkkkkkkk kkkkkkkkkkkkk Wayooooooo Kolfaa Mucuqii Nu Gotaanii Qaboo Hojiikee Kolfumaaa Yeroo hundumaa dhugaa 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤭🤭🤭🤭😜😜😜😜😜
Jabadhaa qaliwwaan kenyaa
Bay'ee nuu boharsituu
Kkkkkkk kolfaa feedhii maaleen kolfee maaloo ijoo galatoomaa baye namaa gargara wan bayee iiraa baradhee
ebbifama hundi keessani jaabadha Waqayoo isinaa gargaru
Namatti tola!!! Jabaadhaa sanyiikoo @A@W&M
Jabadhaa ❤❤ ya Abbaa qiixaa 😅😅😅😅
Waooooo gudaa ebifamaa jabadhaa
Wowowo baayee nama gamacisaa 👍👍👍👍👍👍🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Warrii farnsayii Boonjuur boonjuur jedhuu kuun ergaa guddaa qabaa😂😄😄😄❣💕💕💕💕 😅😅😅😅😅
kkkkkkkkk wow baayee namati tolaa itti nuf fufaa
🤣🤣🤣🤣Hojii kessan jabadhaa❤️👏
kkkkkk bayyeè namatii toltuu dhugaa jabadhaa
Itti fufuu qaba dafa nu dhiyyeessa baay'ee miidhaga hojjiin keessan jabaadha
Galatomaa bayyee namaa xabachituu kkkkkkk
Kkkkkkk gudaa galtomaa jabdhaa iti fufnaa nama borsituu ❤️❤️❤️❤️🙏
Kkkkkkkkk kkkkkkkkkkkkk
Gudaa galatomaa jabadha nufi jiradha a
Namattii toluu like xuqaafiii hin jajabbeessiinaa sagantaa sanii hundii namaa boarssaa👍👍👍👍👍👍❤️❤️❤️❤️❤️👍❤️❤️❤️🐱🐱
NamatiiToltuuDhugaa
Umurii Naaf Dh eeraa dhaa
bayeen siin Jaal aa dhaa❤❤
Yaaa hojii qaboo nama bashanansisa😁😁😁😁jabadha
Maloo dhugaa nuuf jiraadhaa maloo akkaaman gamadaa gafaan ijollee kana Ilaluu sammuun koo Naa bashannaana
Hojii gaarii hojjechaa jirtu jabaadhaa!
heduu nama bohrsitu jabdhaa😂😍😍😍👍👍
Bonjuren qaboo kkkkkkkkkkkkkkk bonjur bonjur jechun hiikkan isaa akkasi ree kkkkkkkuuuuufffff
Galatoomaa guddaa❤❤😍😍😍
Nuf jiradhaa isiin Jaladhaa Yomiilee jajabootaakooo❤️❤️❤️❤️❤️❤️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️😃😃😃😃😃😃😀😀😀😀😀😀😀👊👊👊❤️❤️❤️❤️❤️❤️💪💪💪💪💪💪♥️♥️♥️♥️♥️💔💔💔💔💔💔💋💋💋💋💋💋💋🏃🏃🏃🏃🏃
Welcome bay.ee isiin jaldhaa❤❤👍😘🌹
Nuuf jiraadhaa qeerrookoo🥰🥰🥰🥰🥰🥰
kkkkkkk Qabo koo Jiradhu Attii Dhuga jiru Dubattee wolliihii Akkuma Dudubii Boqolloo keessoniis Boqollodha Jettee Dhuga ketti Hoddee koo Nuf.jiradhuu Horrii Bullii
Kkkkkkkk Kkkkkkkk dhumnee
Jabadhaa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰