EGEREE COMEDY: NAN QABADHE

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 2 фев 2025

Комментарии • 334

  • @alexget5162
    @alexget5162 3 года назад +1

    Oh, my God belive me I have seen this show more than 100times but I still want to see it more and more WHAT a beautiful play , I love U GUYS.

  • @rahelsileshi3030
    @rahelsileshi3030 4 года назад +4

    I am really proud of you guys. comedy afaan oromoo akkasitti guddatee arguu kootti gammachuu guddaatu natti dhagaahama. jabaadhaa.

  • @shawayyeeambooCor
    @shawayyeeambooCor 4 года назад +10

    Kkkkkkkk dhugaa ottoo nuu koofalchiiftaanni,ergaa guddaa dabarsaa jirtuu eebbifaama.eebbifaama.jabadhaa qomookoo

  • @moicr7996
    @moicr7996 4 года назад +9

    😂 😂 😂 😂
    Baayyeema tokko naaf galatoomaa
    Isin qofti qoosaa👌

    • @samesame1163
      @samesame1163 4 года назад +1

      1ffaa

    • @buzebayene2307
      @buzebayene2307 4 года назад +1

      Dhugaa ergaa hedduu namaf dabarsaa,namaa kofalchisaa ittii fufaa bakkaa guddaa nuuf hahaha qomowwaan koo

  • @Daretube7319
    @Daretube7319 4 года назад +1

    Ebbifamaa obbollotaa koo barnotaa heduu namaf qodaa jirtuu jabadhaa

  • @amartiidheeressaa6254
    @amartiidheeressaa6254 3 года назад

    Olii Hedduu gltomi yaada sirriidha, garuu baayee namatti toltu😍😍💕💕 dhugaa, hundee barumsa keenyaa waan baay'ee isin irraa hubadhe Qaboo, Abdii, Olii, nuf jiraadhaa💓💓💓💓💓💓

  • @pamelanehme4410
    @pamelanehme4410 4 года назад +4

    Wlawawawawa,gooftaan koo isiin haa eebbisuu eebbifama dachaa dachaa dachaa maqaa yesuusiin,isiin dhaloota waa galeefidhaa yaa hubaanna kan gurraa qabuu haa dhaga'uu,kolfaa duwwaa osoo hin ergaa gurguddaa kan dhalootaf tahuu qaba,of nuu ilaalchisaa jabaadha itti fufaa❤👏👍

  • @kuleeintalaashawaa1474
    @kuleeintalaashawaa1474 4 года назад

    Jabbadhaa bayyee namattii tolaa Eebbifam

  • @margejesus8934
    @margejesus8934 4 года назад +2

    Mucaa shurabii gurrachaa jiraadhuu yaaddaa gaarii qabdaa❤❤ qaboo atii naa kofalchistee isaa abba dhimaa imoo kkkkkkkkkk

  • @gullalleetube8754
    @gullalleetube8754 4 года назад

    Qarshii basuu achii boodaa mucaa basuu sana boodaa biyyaa bataa 🤣🤣🤣🤣🙆‍♀️🙆‍♀️

  • @seenaakabadaa6225
    @seenaakabadaa6225 3 года назад

    wooww mucan ufta gurachaa suni dhiba nara qabada 100/100 baye garidhaa hojinn kesan

  • @meseretabate7547
    @meseretabate7547 4 года назад

    Wow nama bashanansisa garu barnnota fi offeganno kan namaf kennudha. Eebbifama. Sinis ofeegadhaa.

  • @yoomileeoroomokoo168
    @yoomileeoroomokoo168 4 года назад

    Ijoole kaanaa bayee'e sinjaaladhaa umuri nuufi dheraadhaa 😘😘😘😘😘

  • @movio5455
    @movio5455 4 года назад

    😂😂😂😂😂😂😂ijole jabadha dhuga bay'ee namati tola 😍😍😍😍😍

  • @jiranerayesusin6456
    @jiranerayesusin6456 4 года назад

    Kkkkkk hayii ejannoo bayee ergaa garii dabarsitan eebbifamaa

  • @sinboabdi3839
    @sinboabdi3839 4 года назад +2

    Wowoo dhuga barumsa gudda nama barsisa jiradha qaxalewan koo me warri ijjolee kana akka koti jalatan like xuqafi oro ko

  • @biqiltuuiddoosaa4075
    @biqiltuuiddoosaa4075 4 года назад

    Jajjabaadhaa itti nuuf fufaa hojii gaarii hojjechaa jirtu

  • @elsabetyeegetalij8867
    @elsabetyeegetalij8867 4 года назад +1

    Kkkkkkkk taphaa guyya takkan moo 😂😂😂😂😂😂🤷‍♀️👍👍

  • @huluncayeketema9313
    @huluncayeketema9313 4 года назад

    wow baayee nama dhibba.waaqumtti isin haa eebbisu

  • @diboramucaawaqayyooxilaahu1281
    @diboramucaawaqayyooxilaahu1281 4 года назад

    baay'ee Namaati toltu dhugaa jabadhaa nuuf jiraadha

  • @letagobosho1313
    @letagobosho1313 3 года назад

    Isin dhugumaan kennaa waaqxi uummata oromoof kennedha,jabaadhaa

  • @amantinkiyyaalubbuukiyyaao8696
    @amantinkiyyaalubbuukiyyaao8696 4 года назад

    Heddu namati tolaa jabadha Eebbifaama

  • @midayecimdesajesusislord8539
    @midayecimdesajesusislord8539 3 года назад

    WOWOW WOWOW jabadhaa dhugaa bayee namatii toltuu

  • @bireeyoutubebireyoutube1705
    @bireeyoutubebireyoutube1705 4 года назад +1

    Kkkkkkkkk isaa kam kan garaati siqabatee. Dhuga barumsa ofi keessa qaba. Qabo koo ati hojin kee nama kofalchiisa🌻😁😁😁😁❤

  • @mazourgeza6292
    @mazourgeza6292 4 года назад +1

    Eebbifama dachaa

  • @Biqilaa
    @Biqilaa 4 года назад +4

    Ana qofaattidhaa of ijoolleen kun hojiinsaanii akka gadi bu'aa jiru kan natti dhaga'aamu? Jalqabarra baayyee bashannansiisaa fi barsiisaa ture....

  • @betyethiopiaabyssinia4893
    @betyethiopiaabyssinia4893 4 года назад

    Jabaadha baayee namatti toltu isaa hubbatef fakkeenyaa gaariidha❤💪💪

  • @hawenkoo4157
    @hawenkoo4157 4 года назад

    Wwwwwwwwooo Bayyee namatii toltuu jajabewanii koo kkkkkkk 😂 😂 😂 😂 😂 😂

  • @mucaakakuuwaaqayyooabdiiko1351
    @mucaakakuuwaaqayyooabdiiko1351 4 года назад

    Bagaa nagaan dhuftaan 👍👍👍eebbifamii

  • @hasnaa9786
    @hasnaa9786 4 года назад

    Kkkkkkkkkkk otoo namni hundi akka ijolle kanaa tahe. Nu kofalchiisr 🤣🤣🤣🤣🤣wanama dhibu otuun inlaalin kolfa. Comment barreessa. 🤩🤩❤❤❤❤👍👍👍👍👍👍👍👍👍❤❤❤❤❤❤❤❤😁😁😁😁😁😁😁

  • @nanitube3552
    @nanitube3552 4 года назад

    Kkkkkkkk ijolee baa'yee baredaa dhugaa 🥰🥰🥰🥰 mucani magali baa'yee galatomi

  • @hawwiibayyanna7483
    @hawwiibayyanna7483 4 года назад +1

    Namatti tooltu hoo eebbiffama😂😂😂😂😂😂😂😂😍😍💞💞💞

    • @marthabeyene6784
      @marthabeyene6784 4 года назад

      Animoo sumaatu nattii tolee hhhhh

    • @hawwiibayyanna7483
      @hawwiibayyanna7483 4 года назад

      @@marthabeyene6784 gariidha kaa garuu jalaa koolfu taanan shakke hoo😏

    • @marthabeyene6784
      @marthabeyene6784 4 года назад

      @@hawwiibayyanna7483 sii dubbissun fedhaa siin beeka

    • @hawwiibayyanna7483
      @hawwiibayyanna7483 4 года назад

      @@marthabeyene6784 dhugaa jedhi Akkas taanan hayyee

  • @singitaanyesus8479
    @singitaanyesus8479 4 года назад

    Kkkkkkk bay'ee nama borsiituu ebbifaama waqayyoo sin haa ebisuu 👏👏👏

  • @buzuuangeecha3524
    @buzuuangeecha3524 4 года назад

    Kkkkkkkkk maaloo ijoolee kan jabaadha bayee barumsaa qaba, dafa kottaa adaraa hinturiina

  • @saibasaiba3471
    @saibasaiba3471 3 года назад

    Jabadhaa.ijolee.oromo.jalatama.bakka.hundatii

  • @masiitube471
    @masiitube471 4 года назад

    Waaqayyo gooftaan isiin haa eebbisu maqaa yesuusiin eebbifama

  • @amiinzaakir4055
    @amiinzaakir4055 4 года назад

    Baaye baareeddu 🌼🌼🌼🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌹🌸🌸🌹🌸🌹🌸🌹🌸🌹🌸🌷🌷🌺🌺🌹🌼🌼🌻🌺🌻🌺🌻🌺🌻🌻🌺🌺🌷🌺🌷🌺🌷🌷💐💐💐🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌸🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻

  • @yawahremedia8569
    @yawahremedia8569 4 года назад

    Dhugaa waqayoo ergaa hedduu of kessa qabaa waan salpaa fakkata malee ebbifamaa matii waqayoo

  • @lennsatolessa9583
    @lennsatolessa9583 4 года назад +1

    Will come back good to see you again guy’s always your dream make me laugh it is hilarious Keep it up 👍

  • @tolishidagaga6431
    @tolishidagaga6431 4 года назад

    Wayooo garakoo waqayyoo nagaa isiini fii habayiiuu Ebbifaamaa dachaa dachaa 😂😂😂😂😂😂😱😂😱🤰

  • @masaratimasarati1443
    @masaratimasarati1443 4 года назад

    Kkkkkkkk jabadha bayee namati tolaa

  • @jesusismylifejesusismylife1465
    @jesusismylifejesusismylife1465 4 года назад

    Jiradhaa bayyee namatii tolaa 😁😁😁😁😁😁😁😁

  • @waanofiimetaa1331
    @waanofiimetaa1331 4 года назад

    Nuu jiradhaa mucaa abbaa firizii sana siin jaladhaa nuuf jiradhaa

  • @GenetYutub
    @GenetYutub 4 года назад

    Qaboo mucan Afaan bareraa jedhee kkkkkkkkkk😃😃😃😃😃😃

  • @iemielechisa999
    @iemielechisa999 3 года назад

    ❤❤❤💚💚💚❤❤❤ jajjaabee keenyaa

  • @oliimanaqabnna6142
    @oliimanaqabnna6142 4 года назад

    Nama hubateef barumssa qaba eebbifamaa eebbifamaa eebbifamaa nuuf jiraadhaa

  • @Warqinash463
    @Warqinash463 3 года назад

    Galattoma ❤️❤️👑✅

  • @seemborak6238
    @seemborak6238 4 года назад +2

    Kkkkkk jabbadhaa qaxaleewain koo 💪❤️💖

    • @obseeyoutube9204
      @obseeyoutube9204 4 года назад

      Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkk jabadhaa qaxalee wanii kenyaa

    • @seemborak6238
      @seemborak6238 4 года назад

      اتبلا غاتلبب eyee kaa mali ree bamarusaa bayy.ee darbsuu mee kolfaa qofaa sitti fakkatee moo atti moo

  • @awakidinkisa9555
    @awakidinkisa9555 4 года назад

    Bayye nama boo’aarstuu❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️💖💖💖💖

  • @singitaanyesus8479
    @singitaanyesus8479 4 года назад

    Kkkkkkkkkk yaa hoji keessan pireedi dhabate jiraa 😂😂😂😂😂

  • @fanunegash3484
    @fanunegash3484 4 года назад +2

    Kkkkkkkkkk Maqaa Goofta Yesusn ijolee kana hojii keessan!!!!

  • @dal9093
    @dal9093 4 года назад +1

    Kkkkkk abeet kolfa dhumne 😁😁🤗
    Nuf jiraadha lammiikoo ♥️

  • @bontumotuma1927
    @bontumotuma1927 3 года назад

    Malumaa isinitii kkkkkk.galatomaaa

  • @mistukanaa9754
    @mistukanaa9754 4 года назад +1

    Kkkkkk garatii naa qabatee isa kamii inni kolfaa mucuq🤣🤣 galatomaa

  • @حمدانالعزيزي-ز1ح
    @حمدانالعزيزي-ز1ح 4 года назад

    Nuuf jiradha qacalewwan ujoollee kakuu ❤️❤️❤️❤️❤️😍😍😍😍😍

  • @promobile5773
    @promobile5773 4 года назад

    Kkkkkkkkkkkkk wayyoo dhugaa bayye nama kolfisisam ebifamaa

  • @ayyuulaalisaa1350
    @ayyuulaalisaa1350 4 года назад

    Kkkkkkkk waayii hojii keessan waqayyoo sinaa Eebbisuu

  • @jamilasanyiijawarioromumaa9554
    @jamilasanyiijawarioromumaa9554 4 года назад

    😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂🤔🤔woyoo garaa koo jabadhaa sanyiiwanii koo

  • @oromiyaaoromtichaaoromoo6971
    @oromiyaaoromtichaaoromoo6971 4 года назад +1

    Bishaan fixee har'aamo 😂😂😃😃

  • @gullalleetube8754
    @gullalleetube8754 3 года назад

    Sadani keessanuu biitaadhaa kotaa🤣🤣🤣🤣🤣🤣🧥🧥🧥🥼👔

  • @wabikumaal2716
    @wabikumaal2716 3 года назад

    hachumaa Biribasuu achin mucaa bastaa achin Biyyaa bataa wayoo Qaboo kkkkkkkkkk

  • @derartudemesa3379
    @derartudemesa3379 4 года назад

    Ebba guddaan eebbifamaa baay'ee nama barsiisa

  • @baccuusanyiioromoo3073
    @baccuusanyiioromoo3073 4 года назад

    Kkkkkk garattii na qabate kolfan mucuq na gootani😁😁😁😁😁😁😁

  • @amenasres999
    @amenasres999 4 года назад

    Kkkkkkk dhuga waqqayoo baguma naa jiratan bayee nama bashanansistuu

  • @tigtijitube8325
    @tigtijitube8325 4 года назад

    Garaati naqabatee 🤣🤣 maltuu garati si qabaatee uufff yaa garaa koo🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣

  • @gaddhm3772
    @gaddhm3772 4 года назад

    Wangelaawwii dandahaa kaa😁😁😁😁

  • @lensasanyihacaaluhundessa7246
    @lensasanyihacaaluhundessa7246 4 года назад

    Nuf jiraadha obolewwan ko 💞💞

  • @laliiwaaqayyogaariidha2927
    @laliiwaaqayyogaariidha2927 4 года назад

    Wow dhugaadha ubachiisadha kun barumsa nuuf dabarsitan galatooma

  • @latakiyya
    @latakiyya 4 года назад

    Horiidhaaf rimaa qabde jedhu. Namaaf garaatti hafe jedhu.

  • @hawwiineemucaayesuus6264
    @hawwiineemucaayesuus6264 4 года назад +1

    Weye zedroo jedhanii warii sun 😂😂😂😂

  • @kennaatube5029
    @kennaatube5029 4 года назад

    Wayoo garaa koo Garatii naa qabatee KKKKK ishen siridhuma setee qabatee

  • @rabbiirraraaa1335
    @rabbiirraraaa1335 4 года назад +7

    Adaraa Obbolota kana like share fi comment'n jajjabessaa Vidio isaani asumarratti ilaalaa,, hin businaa you tube isaani share godhaa! Wal malee mal qabnaa??😥😥

  • @diboramucaawaqayyooxilaahu1281
    @diboramucaawaqayyooxilaahu1281 4 года назад

    Wayyoo yaa abbaa koo kolfaani Nuuf fixaani uuuuuuufffffffffeeee kkkkkkkkkk

  • @ikimaawallagaa437
    @ikimaawallagaa437 4 года назад +2

    😁😁😁😁😁🙆‍♀️🙆‍♂️🙆‍♂️pireetiin dhiraas dhabbachuu jal qabee🤣🤣🤣manii garaatii nama qabatuu

  • @alainalain2199
    @alainalain2199 3 года назад

    anni iraa dedebi,e sin lalaa

  • @bontudechasa8588
    @bontudechasa8588 4 года назад

    baruumsa bayye nama barsisudha kolfa qofaa miti. Eebifamaa

  • @muhammeddxb5159
    @muhammeddxb5159 3 года назад

    Waawuu dhugaa baayee baredaa

  • @robarobachannel5416
    @robarobachannel5416 4 года назад

    Jabaadha namatii tola

  • @zinoafso7136
    @zinoafso7136 3 года назад

    Waaqoon sirrii hun dubbanee Mikkiin sirrii jedhe eebbifami !!!!

  • @fahizaabrahim5738
    @fahizaabrahim5738 3 года назад

    Waaqoo mucaan afan baree?kkkkkkkkkkkk 😃😃😃😃😃qosa

  • @tigisttamiru457
    @tigisttamiru457 4 года назад

    kkkkkkkkkkk wayyoo hojii keessaan😂😂😂ergaa qabaa ebbifamaa😍😘

    • @Mona-nz6gn
      @Mona-nz6gn 3 года назад

      🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋❤💚❤

  • @sifaanjaalatuoromoo6598
    @sifaanjaalatuoromoo6598 4 года назад +1

    Kkkkkkkkk Abdii kolfan nu fixe nuf jiraadhaa

  • @oromiyaaoromtichaaoromoo6971
    @oromiyaaoromtichaaoromoo6971 4 года назад +1

    Horii seetan moo qabatee qabatuun malii kkkkkkkkk

  • @getegete1207
    @getegete1207 4 года назад

    Kkkkkkkkkkk baaye namati tolaa jabaadhaa obbolota koo

  • @IddoosheeKumarra
    @IddoosheeKumarra 9 месяцев назад

    Waw❤❤❤❤❤

  • @buzuneshmegarsa2428
    @buzuneshmegarsa2428 4 года назад

    Kkkkk yaa hoji keessan nuf jiradha ijolee kenyaa

  • @abdigizachoo1527
    @abdigizachoo1527 4 года назад

    ijoole kana bayyen jaladhan ture silki isaani akkamiti argana maalo

  • @furjfcjfjd2770
    @furjfcjfjd2770 3 года назад

    Kkkkkkkkk yaa oji kesani kolfaan muxut jedhera

  • @laliiwaaqayyogaariidha2927
    @laliiwaaqayyogaariidha2927 4 года назад

    Utuman isin Eegu dhuftanika baga nagaan dhuftan maalo nujala hin tutturina

  • @zarakadir453
    @zarakadir453 3 года назад

    Kkkkkkkk ol antumaa dhiraa kabajuuf taphataan 🤣😁😲

  • @asentigudisaa4580
    @asentigudisaa4580 4 года назад

    Wowowowo jabadhaa ijoollee oromoo Koo nuuf ❤❤💚💚❤❤

  • @lalisaaoro5427
    @lalisaaoro5427 4 года назад

    👍👍👍👍👍👍❤❤❤❤❤❤❤✔✔✔✔✔✔Eebbifaama! jabadhaa......

  • @fasoo1973
    @fasoo1973 4 года назад

    Uuuuuuuuuuuufffffffffeeeeeeeee bagaa nagaan dhuftaani qaxalewwaan KOOOOOOOOOOOO

  • @dejeneatomsa
    @dejeneatomsa 4 года назад

    "Garaatti na qabate" Olaantummaa dhiiraa haa kabajamu .................. kkkkkk galatoomaa

  • @elcstore5812
    @elcstore5812 4 года назад

    Dhuga barumsa guda qaba wanum bara kana kesa tahudha nufi jiradha ijole abba koo qophin kesani baye nati tole oto guya guyadhanu nufi dhiyate baye barbada jabadha

  • @bontuuyubtube1838
    @bontuuyubtube1838 4 года назад

    Jabadhaa ijolee.kaanaa

  • @masiitube1310
    @masiitube1310 4 года назад

    Dhugaa waaqa Bayee namati toltu

  • @asdasd5811
    @asdasd5811 4 года назад

    Kkkkkkkkkk baay'ee namati toltuu ebbifamaa

  • @wark8474
    @wark8474 4 года назад

    Kkkkkk kkkkkk akkaa jaarsa tokko fideekaa maaloo😁😁😀😆😀😆😆😃😆😆😆😅😃😅😃😅😃😅😃😅😃

  • @oromiyayiggezu8209
    @oromiyayiggezu8209 3 года назад

    Kkkkjkkkkkkkkjkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk. Olaantummaa dhiiraa jabachiisuu uuuuuuuuuuuuuuuu