kuta 5ff Yesus kirstoos Haago waaqumma qabaa moo hin qabuu Ragaa qur'ana fi macaafa qulqulluu ira 📚

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 31 янв 2025

Комментарии • 249

  • @MoAja-g6k
    @MoAja-g6k 2 месяца назад

    Alhamulilalayii Alhamulilalayii Alhamulilalayii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂

  • @Alia-jk4rk
    @Alia-jk4rk 3 месяца назад +1

    yaa ustazii duniyaa fi akiraa sii milkesuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @FoziyafoziyaJeyluu
    @FoziyafoziyaJeyluu 3 месяца назад +1

    Alhamdulillaah alhamdulillaah alhamdulillaah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤👍

  • @FoziyafoziyaJeyluu
    @FoziyafoziyaJeyluu 3 месяца назад +2

    Alhamdulillaah alhamdulillaah alhamdulillaah kaa musliimaa nuu gotee galaannii sihaagahuu

  • @DabaleeTarfaasa
    @DabaleeTarfaasa 10 дней назад

    Sisaan maleekaraan hinjiruu Biyyalaafti Iyasuti Yoo,amnuu batte Olgubaatti jireenya hinqabu.100/100
    Jallatus jibbitus .

  • @AbdalaaMahama
    @AbdalaaMahama 2 месяца назад

    mashalaa Alhamduliilayii ❤❤❤❤

  • @AbduljalilAmaan
    @AbduljalilAmaan 2 месяца назад

    Allahamdullillah kan Muslim aa nugoodhe❤❤❤❤❤❤

  • @ZomoraMohammed
    @ZomoraMohammed 5 месяцев назад +5

    Alhamdulillaa yaa rabbi kan muslima nu goote ❤❤❤❤

  • @زينبامانو
    @زينبامانو 4 месяца назад

    alhamdulila yarabbi kamusllima nugootte❤❤❤❤❤❤

  • @MakiaMakia-q4b
    @MakiaMakia-q4b 3 месяца назад +1

    Yarabii almdylilayii galata ketii baguma amanta xaxxa tana ira ada nu gotee 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲😭😭😭😭😭

  • @عبداللهالعنزي-ج2ث6ث
    @عبداللهالعنزي-ج2ث6ث 2 месяца назад

    ala wakubara rabbin ha qajelchu dhuga baga bartani ustaza amananiru akka ini ilma nama tayee👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍☝☝☝☝☝☝☝☝☝☝

  • @KajolKalol
    @KajolKalol 4 дня назад

    Rabiin utz kan urmii isa hadheresuu jzk keran

  • @MadituAdem
    @MadituAdem 3 месяца назад

    Alhamdulillaah kan rabbiin islaama na godhee🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋

  • @Yesuskaraadhia
    @Yesuskaraadhia 3 месяца назад +1

    Yesuusin Ala hin jiruu karaan jannataa dhaga'i lammii koo innoo si waammataa Elaa anoo sitti himee haqnii waan jirttuu karaaf dhugaan isaan male hin jirtuu kottu utu guyaann jirtuu😢

    • @jamaaloromogalaxy7526
      @jamaaloromogalaxy7526 3 месяца назад

      Gaafii isinif dhiyaate deebisaa

    • @x61gameslite84
      @x61gameslite84 2 месяца назад

      Gaaffi siif dhiyaate deebisi mallaqaf jette hin burjaaja'iiniti

  • @fateyfofo7293
    @fateyfofo7293 2 месяца назад

    Mashalla mashalla ❤️❤️❤️❤️ ustaz kena rabbii umuri isin haa dheresu

  • @fozeynagash4712
    @fozeynagash4712 7 дней назад

    Almadulila 🥰 🥰

  • @arjunzakko
    @arjunzakko 4 месяца назад

    Alahamdulilah alahamdulilah

  • @Qufa-tq4xj
    @Qufa-tq4xj 2 месяца назад

    Yoh 14:1 Yesuus itti fufee bartoota isaatin garaan keessan hin raafamiin Waaqayyotti amanaa Anattis Amanaa. Kan dabalataa immoo Yoh 15:1-7 fi 20:28 dubbisi Yesuus sijaallata

  • @HasanYahya-s5t
    @HasanYahya-s5t 5 месяцев назад +1

    Yaa rabbii koo baga muslima nagootee na uumte ee banne jarri haasa.a waliin addaa baafachuun dhibee hamaa itti ta.e

  • @allahamdulillaha9890
    @allahamdulillaha9890 5 месяцев назад +2

    Allahamdulillaha kanan islama tahe ❤❤❤❤

  • @RizqoYasin
    @RizqoYasin 4 месяца назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤ masha Allah masha Allah masha Allah

  • @AmiraA-ky7jy
    @AmiraA-ky7jy 3 месяца назад

    alhmduliha musilima alhmduliha musilima ta,enii

  • @FedilaJemal-u8v
    @FedilaJemal-u8v 3 месяца назад

    Rabbin umri isin haa dheereessuu ustazoota keenya hora buula

  • @ADENABDURKADIRESHETU
    @ADENABDURKADIRESHETU 4 месяца назад

    (NABI ISAA) selelaahu Aleyh Weselam,ilmaaa namatti,kan kabaja qabudha NABIYU ISAA selelaahu Aleyh Weselam ilmaaa namatti,

  • @FoziyafoziyaJeyluu
    @FoziyafoziyaJeyluu 3 месяца назад +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤👍

  • @MammeAbrahim-qk2cb
    @MammeAbrahim-qk2cb 3 месяца назад

    Mashalha dr zakirii xiqaa wowo

  • @OromiyaWalloo
    @OromiyaWalloo 5 месяцев назад

    الحمد لله

  • @HBA-c6b
    @HBA-c6b 2 месяца назад

    Allhamdulila kani isilamumaa na kenite ya Allah ❤

  • @Radii-wt4rd
    @Radii-wt4rd 3 месяца назад

    Alhamaadulih yaa rabbii kaa musilimaa naa gottee Allah

  • @Hamza35-f1s
    @Hamza35-f1s 4 месяца назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤ masha'allah rabbin isin haa gargaaru❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @JamaalAmaanoo
    @JamaalAmaanoo 4 месяца назад

    Yaa rabbi alhamdulil

  • @HfGfh-xk4bt
    @HfGfh-xk4bt 5 месяцев назад

    Alahamdulillaah.❤❤.alahadulillaa

  • @BilalTamam-q4g
    @BilalTamam-q4g 3 месяца назад

    Kannin ummata jazbaa ummata dham,aa sanuu akka waan waa beytuu nama mormitti. Ee badaa wallaalumma tanaa Alhd muslima na godhuu ketiif ya rabbii

  • @Muktar-y2x
    @Muktar-y2x 4 месяца назад

    ❤❤❤❤❤ nes

  • @Fatima-t4g8k
    @Fatima-t4g8k 5 месяцев назад

    Allham dulilaa 🎉🎉🎉🎉

  • @HBA-c6b
    @HBA-c6b 2 месяца назад

    Nuti ilimaa namati nabbii isaani ergamaa rabichati hinu rabbini kajeella hinu rabbini male wani biraa hin gahabaru gafaa guyyaa qiyyama ragaa siti baha iyasusi hin ama waqaa jetee itti amanitu suni yomiyu hin egini rabbini male jenanii

  • @feruzaoro1714
    @feruzaoro1714 5 месяцев назад

    Alhamdulillah ❤

  • @HhHh-h1g
    @HhHh-h1g 5 месяцев назад +1

    Alaalahamdulilahii rabbii isaalama naa umaate

  • @EyasuBaheru
    @EyasuBaheru 5 месяцев назад

    W/maat'28:18 yesuusis isaanitti dhiyaatee akkana jedheen"Aangoon cuftinuu samii irrattis lafa irrattis naa kennameera

  • @gammachuuraggaaa7811
    @gammachuuraggaaa7811 Месяц назад

    John 1:14

  • @لللل-ع2ص
    @لللل-ع2ص 5 месяцев назад +1

    Almdulilha Ya Rabii kann islama nagote❤❤❤

  • @JAMILAAMAN-ch2cm
    @JAMILAAMAN-ch2cm 5 месяцев назад

    Allah is one☝️

  • @OromiyaWalloo
    @OromiyaWalloo 5 месяцев назад

    Rabbin Akkuma Adam fii Hawa Abba fii Hadhaa Male Uume yoosos Haadha Qofarra uume Rabbin waan fedhe Dedde.aa

  • @JfJr-y1u
    @JfJr-y1u 4 месяца назад

    Yesus alaa jiruu kaara jenaata kotaa amaana kaara dhugaa imaala laamii koo⛪⛪💯💯💪💪

    • @Abd.almalk.
      @Abd.almalk. 4 месяца назад

      😂😂😂😂😂😂

    • @MohammedahimedYaasiin
      @MohammedahimedYaasiin 4 месяца назад

      😅😅😅😅😅

    • @BontuKedir-x7t
      @BontuKedir-x7t 2 месяца назад

      Karaa jechuun irraa deemii dha malee Kun imoo waan inni jedhee hojeechudhaan garaa rabbii dhaqii

  • @FatiyaSeid
    @FatiyaSeid 5 месяцев назад +5

    Wlh hedduu namatti tola wanuma ifa jiruu sobuu feetuhii

  • @Firiiodaafi
    @Firiiodaafi 4 месяца назад +2

    Karan dhugan iyesus kirstos qofaa ☝️☝️☝️☝️☝️isati kani amanee jirenyaa bara baraa jirataa amen haleluyaa 🎉🎉

  • @mhmmdayyn612
    @mhmmdayyn612 5 месяцев назад

    Anhamdullilah rabbii islaamumaa nuu kenni❤❤❤❤❤❤❤

  • @محمدمحمد-د1ر6ج
    @محمدمحمد-د1ر6ج 4 месяца назад

    Ani dhugaa Rabbii isinitti hima warrii kiristaana ilmaa namaatiin waqaa jechuu dhiisa. Rabbii iyeesus uumee isiinis bishaan irraa isiin uumee dachiif samii uumee waanuma hunduma uumeetti amana. Yoo amanne bor ni gabbitan arguuf jirtaan Sobni Dhugaa isiinitti hin fakkaatiin
    Gaafi? Yesuus kirstoos anittis amana waqattis amana jedhe ka jettan. Gaafa Rabbii Ardii fi Dachii uumee yesuus waliin jira?warreen kiristaana

  • @BiyanshiGelana
    @BiyanshiGelana 5 месяцев назад

    Biyya lafaa kanifi rajjotaa immoo rabbi immoo ilmaa namati biyyaa lafaa kani kan du'e ilmi namaa iyyesusin biyyaa lafaa kana ergamu isa ergaa beekatane malifi wal rakistu ree anifi siffi du'ura iyyesusi

  • @Fathima1111-j9o
    @Fathima1111-j9o 3 месяца назад

    ⛪❤️❤️❤️❤️⛪⛪⛪⛪💯💯💯💯💯💯👍

  • @dhadachakula8501
    @dhadachakula8501 3 месяца назад

    Fulaa ijoollee didiqqoo tana dogongorsiifta biraa yoo dhakaa daakuu mormaatti uf hidhanii galaana keessa buhan irra laaftii jedhe kitaabi qulqulluun.
    Karaanis, dhugaanis, jireenis, yeesus kiristoos keessa jira.

  • @AyaanMohmed-g2f
    @AyaanMohmed-g2f 3 месяца назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @habibahusen5382
    @habibahusen5382 5 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤

  • @amanuelamanuel5079
    @amanuelamanuel5079 Месяц назад

    Barsisaa gooftaas jettaani naa waamtuu isin akkumma jettaani iyyuu ani isaa waangeela yohaannis 13:13 irraatti ni argaata
    Waangeela yohaannis 1:1 irraatti immoo sagaalichii jalqaaba waan hundumaa duraa ture sagalichii waaqayyoo bira turee sagalichii ofi isaa waaqayyoo turee jedha .
    yoo hayyamamma taaattee immoo macaafa guutuu isaa dubbifadhuu

  • @MafusaAbdusalam
    @MafusaAbdusalam 5 месяцев назад

    Muslima tahe bagan dhaladhee❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @gammachuuraggaaa7811
    @gammachuuraggaaa7811 Месяц назад

    John 10:30

  • @MdAbir-e4b
    @MdAbir-e4b 5 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Ksa-sb5oc
    @Ksa-sb5oc 4 месяца назад

    Umamadhaa rabituu akanumanii garaa maryamititii umee

  • @abdalbaasixMuhammed
    @abdalbaasixMuhammed 5 месяцев назад

    Alhamdulillaah

  • @KiyaAsefa-r3r
    @KiyaAsefa-r3r 3 месяца назад

    Zimii jedhi aboo iyasus waqaa

  • @Jammela-pq3vh
    @Jammela-pq3vh 5 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉

  • @almahussein9967
    @almahussein9967 5 месяцев назад +3

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

    • @zameearsii8728
      @zameearsii8728 5 месяцев назад

      maashaa Allah ❤❤❤❤❤❤❤

  • @تمت-ظ4ج
    @تمت-ظ4ج 3 месяца назад

    Jabadhu wly

  • @SaraSara-op4ip
    @SaraSara-op4ip 5 месяцев назад

    Alahmdulih

  • @AbdallaDIGAASHU
    @AbdallaDIGAASHU 5 месяцев назад

    Rabbii sinirra ajaallatu❤❤❤❤❤❤

  • @ChalaNegasa-x7m
    @ChalaNegasa-x7m 5 месяцев назад

    Amma iyesuus nama ta,uu isaa eenyutu sitti ime yoo ta,es maal akka tanuu feetan muslima akka taanu barbaaddemoo ni marii,anna uummanni addunyaa kanaa akka amantii tokko ta,u barbaaddani isin waaqa mee natti imi

  • @MuddinJamaal
    @MuddinJamaal 5 месяцев назад +1

    Maashallhaa baayee nu galatomaa ustaaz ittii nu muddaa

  • @FayzaFaa
    @FayzaFaa 4 месяца назад

    Iyesuus gooftadha jazbaa nama wanin bekne hin lafafin ofumaa

  • @AnishaKombolcha-g7r
    @AnishaKombolcha-g7r 4 месяца назад

    Waaw m.allah umrii siif haa laatu rabbiin

  • @badhasohusen
    @badhasohusen 5 месяцев назад

    Matiwos 28:19-20
    Dubbifadhu
    Yoh 14-6
    Akkasumas hojii ergamootaa
    4-12

  • @KifleBelo
    @KifleBelo 9 дней назад

    Yohaannis 1:1 maali jedha
    Yohaannis 13:13 maali jedha

  • @sabontitiiwallagaasabo6746
    @sabontitiiwallagaasabo6746 5 месяцев назад +1

    Wly wari penxee utu dhuftani shada qabatani gari turee😊

  • @MerertuOlkeba
    @MerertuOlkeba 28 дней назад

    Wan hojjetan hin qabdanii abbaa dhugaa waqaatuu bekka

  • @MahamudUmar-p1y
    @MahamudUmar-p1y 5 месяцев назад +1

    ittiimudii ❤❤❤☝️

  • @Asladiin
    @Asladiin 2 месяца назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ jabadhu

  • @AmiraA-ky7jy
    @AmiraA-ky7jy 3 месяца назад

    jiruudhu lubbu nuraa qabessa koo

  • @FayzaFaa
    @FayzaFaa 4 месяца назад

    Jaalatus jibbitus yesuus goftadha

  • @sabontitiiwallagaasabo6746
    @sabontitiiwallagaasabo6746 5 месяцев назад

    Masha alla baga rabii isalumaa na kene wly🎉😢

  • @GadaagadabTube
    @GadaagadabTube 5 месяцев назад

    Waan inni ofiin hinjenne jedhuun inni ani ilma namaati jedhe namni ammoo inni waaqa jedha. Kan abbaa caala beeke falfala jedha Oromoon yoo mammaaku.

  • @YasinMahmade
    @YasinMahmade 2 месяца назад

    Jiradhu uztazota kenyaa

  • @atech6094
    @atech6094 5 месяцев назад +1

    Karanis dhuganis isuma jalatan liqimsa jibitan ama gubadha. Gana adunya kanara baduu. Amata kesan fudhatani humamin hundinu mulachu ijole waqayoo dhimani egacha jiru jedha sagalen isa

  • @rahimakedir621
    @rahimakedir621 4 месяца назад

    Iyasuus waqaa isaa maalee jireenyi hinjiru ati isaa sifii jedhe du, ee saree jeettee ati duubii kee kanii gati ni basita mahimadii inni fakkeenyaa ergaa Maa hin qabne iyuu itti amntee jirita ati jahama ofii hin atgineenana

  • @AbdallaBulgu-bu8db
    @AbdallaBulgu-bu8db 5 месяцев назад

    የሱስ ነብያ ነዉ የሱስ ፉጡር ነዉ እጅ ፈጣር አደለሚ አልሞተሚ ገናያውርዳል ያፊረዳል በአላያላመነኡን ፉጡር ነዉ ፈጣር አደለሚ ነብያ ነዉ

  • @هبتبتهبتيتيي
    @هبتبتهبتيتيي 4 месяца назад

    Istfaanos

  • @khawlamalhis3422
    @khawlamalhis3422 5 месяцев назад

    Waaqayyo sinitti haa hararamu iyesuss kiristtoosi cubbu nama haquf jedhetu foon uffate male iyesuss kirsttoos waaqayyodha iyesuss kirsttoos hin dhalaate male hin umaamne in umaadha waaqini lama hin jiru amani maqaa abbatti maqaa ilmatti maqa afuura qulqquuluti sadan waaqayyoo tokkodha.

    • @abdalbaasixMuhammed
      @abdalbaasixMuhammed 5 месяцев назад

      Rabbiin ilmma qaba jechuufii. Silaa uumamuuf waaqummaa fudhachuu tahe Aadamttu waaqummaa fudhatakaa Aadam abbaaf haadha malee argamee. Yasuus ni dhalate maaryamaatu deesse. Kkkkk Ahi dhamahummaa keessan

  • @BadjiDalati
    @BadjiDalati 5 месяцев назад +3

    Yaa obbolaatako kotaa gara yesus kiristos karan dhugaan isaa qofadha 📕📕📕📕📕💯✍️

  • @RAYYAASHMammad
    @RAYYAASHMammad 5 месяцев назад

    Jazaa kumuullaa keyran

  • @ZaynB-f2y
    @ZaynB-f2y 3 месяца назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉

  • @DuferaGirma
    @DuferaGirma 5 месяцев назад

    Ilmaan namatii fakkeefamee malee ilmaa nama miti obboleessoo.luq 2:11 dubbifadhu mee

  • @SabakoOramo
    @SabakoOramo 5 месяцев назад

    🎉❤❤

  • @LovelyArmadillo-tq2jb
    @LovelyArmadillo-tq2jb 5 месяцев назад

    Mashllaa

  • @CalmRiverboat-mk4xn
    @CalmRiverboat-mk4xn 5 месяцев назад

    Kana gafi jetani gafatani sanu dadafe isiniif hindebifne wolumaagalati yesus Uumama miti

  • @KiyaAsefa-r3r
    @KiyaAsefa-r3r 3 месяца назад

    Iyasus du ee du aa kaa ee jiraa ILmi nama kaa ee jiraa

  • @DuniyaMahmed-zw6vf
    @DuniyaMahmed-zw6vf 2 месяца назад

    😂❤😂😂😂😂😂😂😂 waly umataa horiii

  • @Somaih-i1e
    @Somaih-i1e 5 месяцев назад

    Sutaa jedhii dhugaanii hin qadhatii malee hin cittuu nuu jiraadhuu

  • @astershuma9450
    @astershuma9450 5 месяцев назад +1

    Kiristos hafura qulqulu dhan dhaltee malee aba nuti itin dhalane fonif dhigan miti OK

  • @Abi-z8t
    @Abi-z8t 5 месяцев назад

    Guayaa dhufatisati sinayadatu wari waqumma yesuus kaddan yadatamaa

  • @AmajjidiAbdoo
    @AmajjidiAbdoo 5 месяцев назад

    Mashallah

  • @FayzaFaa
    @FayzaFaa 4 месяца назад

    Yesusitti kan hin amane gonkuma jirenyati hin galu

  • @sabontitiiwallagaasabo6746
    @sabontitiiwallagaasabo6746 5 месяцев назад

    Masha alla Abu mo,az❤