kutaa 22ffa gaafii Ajaa'iba wahe Yesus kirstoos Akkasuma Hadha Yesus maqan Abbaa ishii enyuu raga ❓️

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 31 янв 2025

Комментарии • 41

  • @jameelajameela336
    @jameelajameela336 5 месяцев назад +2

    🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉سبحان الله العظيم

  • @SabbuJamal-l9r
    @SabbuJamal-l9r 3 месяца назад

    Dhugaan hin qallati maal hin cittu ustaaztakenaa galatoma jabadha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @AdilliMqn
    @AdilliMqn 3 месяца назад

    Ilma baranii akkamitti haadha wollaalu alhamdulillaah yaa rabbi kan muslima na goote ❤❤❤❤❤❤

  • @HailmaT
    @HailmaT 5 месяцев назад +1

    Maariyaam haadhaa Gooftaa iyaasuus kirstoosi haatii ishee hannaa Abbaani ishee iyqemii jedhamaa
    Wartii phenxee deebii hin qabduu obboolleesaakoo dhiisii maaloo

    • @Cheranegasa
      @Cheranegasa 4 месяца назад

      Warri pirootestant hubanna guddaa qabu warra hubannaa qabu gaafadhaa

  • @MoninaAmano-g4j
    @MoninaAmano-g4j 4 месяца назад +1

    Hin dhalatuu❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @HjhJ-p6l
    @HjhJ-p6l 4 месяца назад

    Maashaalaa

  • @MamuhadAli
    @MamuhadAli 4 месяца назад

    gaafii googaa gaafttaa naamattii muzilimaa kun maarimaa 7jiraa tokko ishee yeesuusii faayyiisseeishee tokoo haadhaa Abba Koo yeesuusiidhaa waarraa kaanii qurraannaa keesaadubbiussii

  • @NuraminAman
    @NuraminAman 5 месяцев назад

    ❤❤❤

  • @JawarHaji-hc1ol
    @JawarHaji-hc1ol 4 месяца назад

    Nama nama irraa dhalateen rabbii hin jedhina

  • @MuradiM-d2v
    @MuradiM-d2v 5 месяцев назад +1

    🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @ShukurA-yp5ct
    @ShukurA-yp5ct 5 месяцев назад

    🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤itii mudaa lonotaa

  • @NiemaMuftah
    @NiemaMuftah 5 месяцев назад

    Maashaallaah maashaallaah tabaakaallaah jezzakkallaahu keeyran jabaadhaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @SanayitdargeSanayitdargemintas
    @SanayitdargeSanayitdargemintas 5 месяцев назад

    Karaan dhugaa ana malee hin jiru ana malees kan garaa Abba dhaqu hin jiru anati kan amane jireenya bar bar hin argatu jedha

  • @MojahamTirma
    @MojahamTirma 5 месяцев назад

    Maasha Allah Maasha Allah Tabaarakallaha❤❤❤❤

  • @NuraminAman
    @NuraminAman 5 месяцев назад

    Mashaa Allah

  • @JawarHaji-hc1ol
    @JawarHaji-hc1ol 4 месяца назад

    Tuniin worri iyaasuusi worra rabbiin jamse wojjiin hin haasayina

  • @GagfAhfd
    @GagfAhfd 4 месяца назад

    Macafa quulquulu guutuumassa duubiifadhaa ok achiirati bartuu

  • @Asiyaaabdlel
    @Asiyaaabdlel 5 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ jabadhaa musilim

  • @LenjisaBuno
    @LenjisaBuno 5 месяцев назад

    Ani koo asi kesatti arge warumti Muslima
    Akka isin jala dubbiin badde gartane mormitani hin aaree namichooni
    Eessa abbaa kee dhaqxa qabamte

  • @Amaanabdurahman
    @Amaanabdurahman 2 месяца назад

    alhmdulillaahii kan islaama taane

  • @DaboOfgaha
    @DaboOfgaha 5 месяцев назад

    Waan si gaafataa jiru ilmi Mohaammad kun joonja'aa haadha isas

  • @AliyyiiAadam-xl3sl
    @AliyyiiAadam-xl3sl 5 месяцев назад

    Jabaadhaa nuu.

  • @JituLama-i2h
    @JituLama-i2h 5 месяцев назад

    Amaanta kee bekkiimale kan nama maaltu sigaalchee

  • @JituLama-i2h
    @JituLama-i2h 5 месяцев назад

    Maalatu inis galcha wa`e amaanta

  • @TahirNuredin-e9s
    @TahirNuredin-e9s 3 месяца назад

    Gafii Siri gafattani woriikun maratadha

  • @Mariam-m6p4b
    @Mariam-m6p4b 5 месяцев назад

    Mashallaah nama sammuu yaadu qabu beekumsa gudda, sammuu keessani hojjachisa warra kiriisatan nama namarra dhalate rabbiin jettani 😂😂😂

  • @obsaajimmaa
    @obsaajimmaa 3 месяца назад

    Abbaan Ada baafta

  • @NajmuddiinAbdukariim
    @NajmuddiinAbdukariim 4 месяца назад

    😅😅😅😅 yaa obboleewwan koo kan kiristaanaa haqa rabbi isiniif haa mul'isu maali garuu mee gad-xiinxalaati ilaalaa

  • @TcHc-fl5tn
    @TcHc-fl5tn 5 месяцев назад +1

    😂😂😂

  • @MeseretEjerso
    @MeseretEjerso 5 месяцев назад +1

    dhugaan karaan balballi gara abbaa geessu yasuus qofa amani fudhu ni fayyita

    • @AbduselamAhmed-k8y
      @AbduselamAhmed-k8y 5 месяцев назад

      Iyesus Islaamummaa barsiise malee kiristaanumaa hin barsiifne! Yoo ragaa qabaatte naaf fidi

  • @atech6094
    @atech6094 5 месяцев назад

    Anii kani jedhu malifi matafi mila dhowuu yoo gafi nama gafatan. Kani matafi mila hin qabne yaa amanta islama moo mali jetan kana😂😂😂😂

  • @dheeranejash6400
    @dheeranejash6400 5 месяцев назад

    Harka didda qabu Dooniya seenu ja,an

  • @BiyanshiGelana
    @BiyanshiGelana 5 месяцев назад

    Marama6 jiraa ishe maqadala hadhaa goftaa iyyesusi

  • @ShukareSime
    @ShukareSime 5 месяцев назад

    Ijolee musilimaa kana sarotaa kana maratan hin dhalan hin gatan wal ajesan dhugaa maratan iyasus kiristos waqqaa

  • @Abdusharif-h2t
    @Abdusharif-h2t 5 месяцев назад

    Karaan sirrii qura'ana hin waciin geetuu! Metal confus nama beekumsaa gahaa qabu mitii atii irra debi'i qo'aadhuu!!

  • @ZmamzmMukhtar
    @ZmamzmMukhtar 5 месяцев назад

    ee miskina wlhi ayii

  • @LenjisaBuno
    @LenjisaBuno 5 месяцев назад

    Yohaannis 14:6 dubbifadhaa musilimonni
    Yosan isif gala

  • @godanawario4958
    @godanawario4958 3 месяца назад

    Rakko musilima ammaa argee taanaf aduunya bira fudhatama dhabdee

  • @rrtfdf1601
    @rrtfdf1601 5 месяцев назад

    😂😂😂😂