Waraa kabaja hin bekne kana quula Mee ega. Barsisa. Ykn ustata moo mali jedhani sana ma akana nama hin kabajani kenya waqayoo kani isini gadi iyuu kabaja jedha 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Pastar warra xuraahee nama xureesuu barbadu kana waliin falmuu dhiisaa bakka raqa akkanaa hin dhaabatanii Ayyana keessan hin xuureesinaa kana ergamtoota seexanaa
Paster Damee ustaaza aja'aa si dhagfeeffachuu hni dandeenye kana akka kosiitti ilaaltee hon dhiistuu? Sitti himaa jiraam in ajjeefna, ni qalla jedhe ilmoon seexanaa!
Wallaah rabbiin isiin hagargaruu🥰🥰🥰alhamdulillaah alhamdulillaah alhamdulillaah galannii sihagaahuu yaa rabbii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Ustaaz which gaafin kee nuu ta ,e jira alhamdulillhi yaa rabbi Islamabad ta,u kiyyaf❤❤❤❤❤
Abu muaz maashaa Allah maashaa Allah ummuri nuf dheeradhu
Maasha allah rabbii nu haa laaffisuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Alahamadulihi alahamadulihi ♥️♥️🌹♥️
Arras boruus gabbaramaan dhugaa rabbii qofa.Iyyasuus arras boruus waqayyoo mit.Nabiyyi (Ergama )rabbiiti malee.
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤jradhuu waggaa 1000 ustzsa
Alhamulilalayii Alhamulilalayii Alhamulilalayii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤usaza jabadhaa
Waaqa abba,waaqa ilmaa ,waaqa hafuura tokkodha, maqaa yesssottin dhosaa hafuura kaa ifuuti,
Maqaa Abba ilma Afura qulqulluu tokkodha
Allah huakubaar❤❤❤❤ yaa allah
Wal gala Nami ilma hin beekne gunkumaa Abbaa hin beeku
Masha ALLAH Masha ALLAH jabaadha rabbii issiin woolin ha jiraatu
Maashaa,Allah,masha
ittii muddii waan gaafaataamtee deebissii
Waaqqayyoo maata isaatuu Foon Ummaate nuu jidu buuftee.
Gaffii sirnaan waalii debbisuu dadhabnaan odduu kessaan afuufu egaltaani dubbissaato waalii galaa
namni garummaa jalaala waqa rawwatuu kamiyyuu waa tokko qofa innis amantaan garagar ta'uus kun fedhidha garuu tokkochi motummaa waqa ykn jireenya barabaraa qofa
Yaa Suhaan Allaah
Fayyaa hin qabu ustaaz dhisa
Wayoo obsaa ustaazoota😢😢😢
Ustaaza kana dhisaa wajji hin hasaayina dubbii dhugaa ta.uu mirkanofnan falessuf itti toluu didee
Masha ALLAH jabaadha rabbii issin ha gargaarruu
Waraa kabaja hin bekne kana quula
Mee ega. Barsisa. Ykn ustata moo mali jedhani sana ma akana nama hin kabajani kenya waqayoo kani isini gadi iyuu kabaja jedha 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Allahu akubar muslima❤❤❤❤❤❤❤❤ insha allah muslimuman urjiidha
Bekkaa dhoksiitii rabbii malee gabaramaan hin jiruu pheenxee hinsuurtii
Mashaalla❤Mashaallaa Jabaadhaa Jasaan
good ustaz
❤
Yaa Allah pastericharra paastatu fayyada
Subballah subballah subballah kan woraa rabbin janamiffii qophesee
Rabbiin isin has gargaaru❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Worii iyyuu malee dhagefachuu hin benee
Yeessoon bara baraan waaqa
Marachu fi ajjesuun Kan seexaantti ijooleen kiris toos ni fayyisn
❤❤❤❤❤❤❤❤❤ 6:24
Seexannii tolchituun sinii dhahamii laftii siif maluu dachee lafaa onaadhaa
dhugaan jiruu kaanuma nama tahu oso bekanu waaqa jechun gowuma
Wlhi Ustaz baaya'een kolfe
Isho dhira ko amanta ofiyu inbeku
Rabbin isiin ha gargaru walahi
Ustaazichi maaniif watwaata?Amantus amanuu baattus, Iyyesuus Gooftaadha.gara jecha waaqayyoo Isa dhugaa kana ,gara karaa jannataa kana namni jannata galuun ta'uuf akkaataa ittiin gara kana fidu yesuustu beeka, kanaaf Obboleessa waaqayyo isin jaallataatii koottaa gara jireenya dhugaa kana, jaalala waaqayyootiin waamnaa, yeroo waliif adoo kennitanii waldhaggeeffattanii dansaadha
Alahmdulelaa yarabii ko muselma nah gochu ketifee
Sittu kijibaa bar hin dhagessu waan inni dubbattu
Situ gaafaa jira malee Isaa miti
Gaariidha garruu qalladdanii kofoltanii nu hin arrabsiisina siirees.
Nuuti ijoolle waaqaati jechii nama dubaatii nuu hin debisuu, wengelaa Kenna fayyinee hin sodaanu waaqayyo nu wali jiraa,
ustaaz dhageefadhu
mashalha jabadhaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
mashaaa allah rabbiiin issin wajiin haa jiratuu❤❤❤❤❤
Jiradhu usdasa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Kiristos jechun Mudama jechu dha.Iyesus jechun Waaqqayyoo dha.
Pastara 😂😂 kanara pastaa nu fayyadaa nutii❤❤❤❤❤❤❤
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂ummann beenxe fiyoomiyu hin galufi
Pastar warra xuraahee nama xureesuu barbadu kana waliin falmuu dhiisaa bakka raqa akkanaa hin dhaabatanii Ayyana keessan hin xuureesinaa kana ergamtoota seexanaa
Pastarootin irra pastan fayida qaba
yaa ummata Kiristiyaanaa Rabbiin isin Haa qajeelchu Kolkolo😂😂😂
Yoo macaafa qulqulluu taate nurra hin beekan amantii maqaati amantiin isaanii kanaafuu alhamdulillaah yaarabbi kan islaamummaa naaf kennite❤❤
waalgeefaadha waal ammaanssiisaa penxicha dhagefadhu deebisi
Jalatuus jibbuutis karaan,jireenyi,dhugaanis yesusiin malee hin jiru.hafuurii ajjeesaa,hafuurii maracas maqaa goofta yesusiin haa rukutamuu.
Yesus jireenyaa dhugaa
Paster Damee ustaaza aja'aa si dhagfeeffachuu hni dandeenye kana akka kosiitti ilaaltee hon dhiistuu? Sitti himaa jiraam in ajjeefna, ni qalla jedhe ilmoon seexanaa!
❤❤❤❤❤❤
Ustz tasgabati gafadha
Sagaalichi foon ufaatee yoh 1:14
Akkas bd abboo
barsisa fi waaqayo.nama adaa bekne dhufe
Masham Allah jabadhaa nuf itifufii
Mashaalla iti fufufa ustazotakenya 😂😂😂😂😂😂
Nati toltan❤
🤭🤭🤭 ahiii kiristiyaanochii 😅😅😅😅😅😅😅😅😅
Hii
❤❤❤❤❤❤❤❤😂 7:46 7:46
Yesuus goftaa mittimo
eeyani miti
❤❤❤❤🫶🫶🫶🫶👍👍👍👍👍👍👍👍👍
Sagalichi foon uffatee nugudduu bufatee
😂😂😂😂😂😂😂😂😂 ustazaa rabbii obsa isinif kenee
Kkkkkk
Umaata maaf biyyattii abarsaa fiduu maloo of egaadhaa hidaa muka hundumaa irra qoottoon jiraa mat 3:10 dhaloota siyasnii saammuu fixee hin taa'iinaa maloo waayyoo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Yesus gadi ofii deebise utu dhugamaa waqa beekta yesus maqaa goftaa Rukkatami
wal dhaggeeyfadhaa
umattaa mattaa qulfii
Wawuuu nama waqayoo itii mudaa. P////)) 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Ati ostas inni jedhamti kun dhugumaan yoo wangeela bekte hin qoosi oo
Ittii mudaa nama waqayyoo
Hojji qabanu jarri kuni
Rabin tokicha male Jira
amantan kessaan maalif nama hin fayyisuuree?? kessaan baayeen cabaan duudan jamaan dhufaani warraa penxee biraatti fayyuu amantan kenyaa yomiyyuu hin shakamuu
Ustazaa kenaa rabiin urmii isiin dheresuuuu 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
❤❤❤❤❤❤❤❤😂
kkkk😂😂😂😂😂😂😂 gudidha
Kkkkkkkkkkkkk saredhuma. Roba tate hara yaa ustasa😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
ሀ
hafuura itti qabaa
Afuftuu gayyaa fannooo
😂😂❤❤❤😂
pastaa 😂😂😂😂
😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤
Woyo ustz 😂😂😂😂😂
Kkkk akkasi muslimin
Kolfini dhumanee😂😂😂😂😂