EENYUUFAN SIRBAA ??, Dawit Girma | Ifa Fayina TV Official

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 7 фев 2025
  • Warri Gara RUclips Channel keenya dhuftan Subscribe godhuu hin dagatiinaa.
    Toora Facebook keenya : TV Ifa Fayyinaa
    Toora Telegram keenya : @IfaFayinatvchannel
    Toora Tweeter Keenya : @ifafayina

Комментарии • 272

  • @lammisaaf6877
    @lammisaaf6877 2 года назад +11

    Nama dhugaan galeefi akkasii nuu lachuu keeef waaqayyoo galatakee,Daawee bayyee Eebbiifaamii jabbaadhuu

  • @libamutube9
    @libamutube9 5 месяцев назад +7

    Waaqayyo sihaéebbisu! Jabaadhu. Faarfannaan Kennaa dha. Kennaan ammoo yoo ittiin hojjetan male, hinfuudhama. Yeoon kun kan keetii. Hojjedhu yeroo kanatti Waaqayyo sikaasee jira. Akkuma jette abbootii irraa hin fagattin gors gaafadhu. Tajaajilli yeroo marayyu gargaarasa barbaadaa.

  • @AnaneeAna
    @AnaneeAna 17 дней назад

    Wow baay'ee yaadaa gaarii dhugaa ammayuu waqayo kanumaa calaati hubanaafi ogummaa adaa sif haa laatuu eebbifamii dawit eebbifmaa maqaa yesusin 🙏🙏😍👍👍👍❤❤❤❤

  • @negashefikadu3416
    @negashefikadu3416 2 года назад +1

    ዳዊት ሺሊንጊ ምርጥ ልጅ በጣም ነው ደሥ የምትለው አመለካከትህ በጣም ደሥይላል በርታ ጎበዝ እንወዳሀለን

  • @nardosmeaza5251
    @nardosmeaza5251 Год назад +2

    ከሩቅ እንደምያዩህ አይደለህም ትለያለህ በ.....ጣም ነው ምወድህ ወንድሜ ❤ደቭዬ በእውነት እግዚአብሔር ፀጋህን ያብዛልህ መጨረሻህ ያማረ ይሁን !በውጥህ ባሞላው ፀጋ እኛም እየተባረክን ነው ። አሁንም እግዚአብሔር አምላክ በቃሉ ሙላት ሙልት ያድርግህ!ማደገህ በነገር ሁሉ እራስ ወደ ሆነው ወደ ኢየሱስ እድግ በልልን !አሁንም ኢየሱስ ራሱን ያብራልህ ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @TigistuGazzaany
    @TigistuGazzaany 4 месяца назад +1

    waaqayyo baraa fi jireenya kee haa eebbisu dav koo dhugaa kee jette,namni waa'een yesuus galeef akkasitti dubbata.❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @negesaadugna1
    @negesaadugna1 2 года назад +5

    Ati nama jabaadha, jabaadhu, akkuma sirbaaf sagalee hin qabne, gaaffii hundumaafis osuma deebii deebiftuu yeroo yeroon kee dhuma waan ta'eef faarfannaa itti aanu nuuf hojjadhu Deevoo!!

  • @GadisaMosisa-s2i
    @GadisaMosisa-s2i Месяц назад

    Waaqayyo Ayyaanasaa fi oguummaa siif haabaay'isu

  • @hawahawa2475
    @hawahawa2475 4 месяца назад

    Wowowowo Wowowowo waqayyoo barafi jirenyaa kee haa Ebbisu dachaa dhugaa jechoota bareda dhugaa kanuma calaa hubanna waqayyoo sifa kenuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉

  • @MsRaisa-je7vk
    @MsRaisa-je7vk 3 месяца назад

    Ebbiffammii dev
    ijjaa amtuu si hin arginii dhugaan jirtuu hin ibsitti Amma dhumatti si ha dhabuu waqayyoo ❤❤❤❤❤❤

  • @daraartuuoro6694
    @daraartuuoro6694 4 месяца назад +1

    Naman yeroo hunda ajaa'ibsiifadhu Dawit gooftaan ayyaanasaa siifaa dabalu haadhookoo darbii deemi❤

  • @TamiratDiriba-s2y
    @TamiratDiriba-s2y 3 месяца назад +1

    Maali yoota,e kayyo kee qofaaf jabaadhu dave

  • @zufnea2955
    @zufnea2955 2 года назад

    ዋው በጣም ደስ ይላል ዘመንህ ይባርክ ዳዊት በጣም ነው የምወድህ

  • @darartonbinti1045
    @darartonbinti1045 4 месяца назад

    Waqayyoo si ha ebbisu obbolesakoo barri jirenyakee mana waqayyoo kessati ha dhumu 🙏🙏🙏🙏

  • @TtUu-z7j
    @TtUu-z7j 4 месяца назад

    Wowow Wowow qaxalewwan waqayyoo ammayyu hubanna kana caalu sif haa kennuu anuu wa baay.een sirra baradhe dhugaa jabadhu oduu namaa hin dhagahiin goota wangeelaa❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @ትግስት-ጀ2ተ
    @ትግስት-ጀ2ተ 2 года назад +6

    ድምፁ ቆንጆ ነው በእውነት እና በመንፈስ ሲያመልክ እወደዋለሁ ሁለት መዝሙሮቹ ግን ዘፈን ነው ሚመስሉት የማያምኑት ሁላ ዘፈን እየመሰላቸው ይጨፍሩበታል በተለይ በቅርብ የወጣው ክሊፕ oromiyaa koo ❤️👈 ሰማለሁ እናገራለሁ አነባለሁ መፃፍ ግን በደንብ ስለማልችል ነው በአማረኛ የፃፍኩት ebiifamaa 🙏

    • @ebbaa
      @ebbaa 2 года назад +2

      ክርስቶስ ለ እየሩሳሌም አልቅሷል

  • @TsebelMehari
    @TsebelMehari 4 месяца назад

    Baayyee baayyee eebbifami ayyaanicha dachaa itti siif haa dabalu yesuus

  • @Deebiimidea8470
    @Deebiimidea8470 4 месяца назад

    Shilngii warraa shawatuu fayyaddamaa cubbuu hin qabuu kun cimaa nama jabadhuu ebifamii

  • @Daadhii1320
    @Daadhii1320 2 года назад

    Ebbiifamii yadiikee bay,ee namatii tolaa ammayyuu kanuman calatii ayaanii waqayyoo dachaa sii irrattii haa dhangala,uu

  • @almewako4896
    @almewako4896 2 года назад

    Wowo baayyee nama dinqisiisaa eebbifami dacha amma iyyuu jabaadhu Dav

  • @NagaaAmansisa
    @NagaaAmansisa Месяц назад

    "Reemaa" na ife jedhe Daawit,Eebbifami,Nama dhugaa,sobni keessa hin jirree

  • @temesgenregassa
    @temesgenregassa 2 года назад

    Eebbifani Daawwiti. Faarsaawwaankee baay'ee nama eebbisa.

  • @solomonbekele1850
    @solomonbekele1850 2 года назад +4

    Afaan, amantii keessatti rakkoo hin qabu,Dabalataan immoo yeedaloof walaloo keesatti afaan ykn jechoonni hin daangefaman oromoon ammoo afaan kan biroo irraas jibbiinsa hin qabu. Garuummoo haasaa, barreefamoota fi kanneen biroo keessatti afaan keenya qulqulinaan fayyadamun gaaridha.
    Faarffanna keetti eebbifamneerra.
    Guddaa eebbifami ati.

  • @tigistitube6405
    @tigistitube6405 2 года назад

    Waaqayyoo baraf jireenyaa keessaan haa ebbisuu waan guddaa namaa barsisaa gaafiif deebii siin nuf dhiyeesitaan Dv ayyaanii dachaa siif haa baay'atuu ebbifaamaa

  • @yomiyumulisa8471
    @yomiyumulisa8471 2 года назад

    truly! amazing interview throughout I listening them I touched by holly sprit! GOD bless you Dave. keep it up please!!!

  • @margeeyesuusiif4484
    @margeeyesuusiif4484 2 года назад +1

    Dave Nuuf jiraadhuu waaqayyo barake haa eebbisu Ebbifamaa hafi kichuukoo 🙏🙏❤❤

  • @FatimaFatima-v4n
    @FatimaFatima-v4n 4 месяца назад

    Ammeen ammeen gotaa ammantii gobbozii wayyi ebbifami

  • @kiyyaailluu7482
    @kiyyaailluu7482 2 года назад +2

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ebbifamii ebbifamii dawee

  • @KeneniShibiru
    @KeneniShibiru 4 месяца назад

    Waqayyoo gofatan baraa kee jirenyaa kee yaa eebbisuu eebifamii dachaa dachaa ayanii sif yaa dabalamuu darbii demii hin qabaminii qaxalee mucaa waqayyoo eebbifamii ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Zufaanf9922
    @Zufaanf9922 2 года назад +1

    Nuf jiradhuu Ebifamii Def kenyaa

  • @DamseLama
    @DamseLama 4 месяца назад

    Gooticha iyesuus jabaadhu !amma dhumaati waaqayyo siaa gargaaru

  • @immabeettube5009
    @immabeettube5009 2 года назад

    Uuuuuuuuuuuuuuuuffffff Devo ebbifaami dachaa ayyanni gooftaa kanumaa caala dachaan siif haa baay'atu

  • @faituuwaariqu4105
    @faituuwaariqu4105 4 месяца назад

    Ebbifaamii ebbifaamii mucaa kakkuu waqayyoon sii yaa ebbisuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤ebbifaamaa 🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @BkitoAl
    @BkitoAl 4 месяца назад

    Jabadhauu waaqayyoo sihaa gargaruu Kan Calla Dawee❤❤❤❤

  • @asteertube4237
    @asteertube4237 2 года назад +1

    Waaqayyoo bara kee haa ebbisuu guddaa ebbifamii ayyaani gooftaa dachaan siif haa bay'atuu🙏🙏

  • @Chala-qh4sh
    @Chala-qh4sh 3 месяца назад

    God bless you! Dave, I like your song which challanged the people who are living without Jesus❤

  • @senaa2350
    @senaa2350 2 года назад +1

    Wowowow ❤️♥️❤️🧡 Dawwee koo ebbifamii dachaan dachaan 🥰🥰🥰🥰🥰📖📖📖📖📖📚📚📚📚📚📚📚

  • @devatufayera1359
    @devatufayera1359 2 года назад

    Wooow bayyee namati tola yaadnikee Dev jabaadhuu

  • @alamituufabdiinjira5538
    @alamituufabdiinjira5538 Год назад

    Dhugaadha Eebbifami jabaadhu nuti kiristoos isa jiraataa lallabna isa faarsinas jecha namaaf duubakee hin laalin dev

  • @SimbooAdduyaa
    @SimbooAdduyaa 4 месяца назад

    Dhugaadha deev waaqayyoo baraf jireenyaa kee haa eebbisuu kanuma caala ayyaani waaqayyoo siif haa dabalamu

  • @tarikeekuma7141
    @tarikeekuma7141 2 года назад +4

    ♥️♥️♥️♥️📖ebifamii Ayyaan waqayyoo dachaa sif haa bayatu

  • @Grandas7358
    @Grandas7358 2 года назад

    Dave eebbifam dhugaa! Hubanaan ati qabdu gaariidha. Barumsa guddaaf ergaa gaariin irraa argadhe. Warri Interview si godhanis galata qabdu. Eebbifamaa

  • @dachasaboojuu2311
    @dachasaboojuu2311 2 года назад

    Respect Dave ,Baga Farfanna qofa hin taane wangeelas biratti baga siif gale

  • @Werki-k8l
    @Werki-k8l 4 месяца назад

    Jabadhuu waaqayoo siha ebisuu dachaa ebifamii❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉

  • @fedhiikoo7616
    @fedhiikoo7616 2 года назад +1

    Dave eebbifami! immoo faarsi! faarsuuf uumamteeti.

  • @FujairahMb
    @FujairahMb 4 месяца назад

    Wawuu Wawuu qaxalee koo dawee ebifaamii ebifaamii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉 nuf jiraadhuu mucaa hafuuraa 📖🔦

  • @oopqazwe1041
    @oopqazwe1041 2 года назад

    Waqayyoo barafii jirenyaa kesaa yaa ebbisuu ebbafii ta'a

  • @gemechutube8873
    @gemechutube8873 2 года назад +3

    Dave God bless you more and more. I Love you somuch from my hearts

  • @karaadhugaa7160
    @karaadhugaa7160 2 года назад

    Uuuuuufeee bayee namatii tolaa ebbiifamaa keenyaa dawee ebbiifamii dachaa ayaanii waaqayyoo dachaan sif haa bayaatuu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🙏🙏

  • @HalakeGololcha-k8c
    @HalakeGololcha-k8c 3 месяца назад

    Waaqayyoo Si haa Eebbisuu jabaadhu ❤❤❤❤❤

  • @martamarta5623
    @martamarta5623 2 года назад

    Owowowo dhugaa waqa jirata bayee barumsaa gudaa Ira argadhuu ebbifmii dacha dacha ❣❣❣❣❣❣❣🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @godislove6054
    @godislove6054 2 года назад

    Uuuuffffeee Ameen Ameen waqayyoo si haa ebbisu nama waqayyoo 🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️💞💞🙏🙏🙏

  • @biratubobo8613
    @biratubobo8613 2 года назад +4

    Great man!!!!
    U made a powerful spiritual song!
    May God bless u abundantly!
    Stay blessed!!

  • @Bekisho21
    @Bekisho21 4 месяца назад

    Eebbaaf Ta'i DEV

  • @ArareKenate
    @ArareKenate 10 месяцев назад

    Dawee Kenya baye si jalna jabaadhu eebbifami dhumni kee mootumaa waaqayyoo siif haa ta,u Garu Anna keemo maaf hin dubbane mucaan akkas nu kessa ba,usa gammchun kenyi guddadha

  • @negashefikadu3416
    @negashefikadu3416 2 года назад

    Daawit shiliingi heeduu natti toolttaa 1ffaadha attii jabaadhuu ittiffuufii sinjjaaladhaa fayittee hafii

  • @dinqiturafisa4184
    @dinqiturafisa4184 2 года назад

    Waaqayyoo isiin yaa ebbisuu dhugaa bayyee yaaddaa namatii toluudha❤❤

  • @maasiitube3782
    @maasiitube3782 2 года назад

    Wwooooow Dhugaa dhaa Baruumsaa Guddadhaa Eebbiimaa

  • @HamdenJafar
    @HamdenJafar 11 месяцев назад

    Uuuffffffeee Ebbifaamii dhugaa kan galef akks!!!!!!!!!!!!!!!

  • @Desta-w3i
    @Desta-w3i 4 месяца назад

    Ayyaannisa Daachaa sifa Haa dabalamu Dachaa Dachaa

  • @wodehord7063
    @wodehord7063 2 года назад

    Uf gofta galata haafudhatu obbolesa koo waaqayyo baraa kee haa eebbisu eebifami amale daarbi deem ayyanasa dacha dachan siif haa bayyatu❤️💖❤️

  • @yesusejirata4025
    @yesusejirata4025 2 года назад

    Waqqayyoo siin haa ebbisuu ebifama dachaan dachaan🙏🙏🙏🙏

  • @tarreemedia
    @tarreemedia 2 года назад +3

    Hayyee baayee eebbifama lama keessanu... Wal jajjabeessun amaleeffatamu qaba akka oromoo tokkotti hundi keenyaa...

  • @abdiijiraata7809
    @abdiijiraata7809 2 года назад

    Waaqayyoo siihaa eebbisu yaada ifaa dubatee amaa dhumatii gooftaan siihaa dhabuu

  • @AbabachiRabumaa
    @AbabachiRabumaa Год назад

    ❤❤❤❤Amee ameen ameen ameen ameen sif ilee akasuumaa hatau daca

  • @MmMm-l6x
    @MmMm-l6x 5 месяцев назад

    Wowowowow dhugaa waqyoo ebifami 100

  • @chaltujiraabdin
    @chaltujiraabdin 2 месяца назад

    Ashuu ebbifami hadho koo ❤🎉🎉

  • @Basho-u2c
    @Basho-u2c 3 месяца назад

    Waaqayyo isaa ebiisu❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @Derartu-v6m
    @Derartu-v6m 4 месяца назад

    Waaqayyoo si ha ebbisuu

  • @Bilootamee
    @Bilootamee 4 месяца назад

    Rabbiin si guddisuu kanarraa calaa🎉

  • @sisaayiiabdisa
    @sisaayiiabdisa 2 года назад

    Uuuuufffffeee Waaqayyoo baara jireenyakee haaebisuu ebifamii Dve
    Baay,ee namati toltuu yaada gaggarii!!!!

  • @hayathoo5481
    @hayathoo5481 2 года назад

    Waqyumatii dachaa dachaaaa diribii mulata adaa sifa bayisuu dawti dhugaa waqayoo baay'ee namati tola umuri dheradhuu nama waqayoo goftan ayanasa kesati saa eguuuu❤❤❤❤❤❤

  • @adisu2022
    @adisu2022 2 года назад

    Dawwit Jabadhuu waan waaqayyo keessa kee ka'eef duubatti hin deebi'iin

  • @adugnahika5528
    @adugnahika5528 4 месяца назад

    dawekoo buchokoo nuf jiradhu 1000000❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @abdishifera4540
    @abdishifera4540 11 месяцев назад

    Daawweeko! ayyaana baayyeetu siif dhangala'e. ammallee irraa siif haa hafu. ittuma fufii kristoosiin qofa faarsi, fayyina ofii beekuun guutummaan guutuutti kristoosiin Waaqayyoon, Hafuura Qulqulluus arguu, beekuudha. Eebbifamteetta>

  • @buleehoraa2362
    @buleehoraa2362 2 года назад +3

    Utuu ijoollee akkasii gara miida’aatti fiduu baattan gaariidha. Faarfanna shilingii nan jaalladhan ture . Maaliif waan hin taane dubbachiftanii uummataan walitti buuftu? Kan faarfatu haa faarfatu kan dubbatu haa dubbatu ijoolle hin rakkisina.

  • @bontuboru2097
    @bontuboru2097 Год назад

    Dave Keenyaa 1k Nu Jiraadhu Eebbifamii Darbii Farfadhuu Ammalee Gootaako!!!@😍😍💪💪👍👍😍😍

  • @CaaliiarsiiYesuus
    @CaaliiarsiiYesuus 4 месяца назад

    Ebbifami ebbifamii 🎉🎉

  • @singermesiiAnbesa
    @singermesiiAnbesa 7 месяцев назад

    Wow ebbifami D , kenyaa ❤❤

  • @tamireerafeera3917
    @tamireerafeera3917 4 месяца назад

    Waaqayyoo saa ebbisuu ebbifaamii itti nu fufii waaqayyoo dukkaa bu'u kee itti jabbadhuu hadhoo Koo 😅

  • @LaliChala
    @LaliChala 4 месяца назад

    Ebiifan dhugaa❤

  • @yoowaqayyoojedhe........2477
    @yoowaqayyoojedhe........2477 2 года назад +3

    Dev matakee moo sirefadhuu maroo fanaa hariroo qabdaa siin jedhuu amamoo😂😂😂🤣🤣🤣🤣🤣

  • @anibuaadhiigakiristoosi1080
    @anibuaadhiigakiristoosi1080 2 года назад

    Dveko eebbifami jabaadhu ammayyuu

  • @asfawualamayyoo
    @asfawualamayyoo 3 месяца назад

    Ebiifami jaabadhu🎉🎉🎉🎉

  • @Kano_Indalu_Official_YouTube
    @Kano_Indalu_Official_YouTube 2 года назад

    Daawwiyyee Jabaadhu.

  • @lidacall6542
    @lidacall6542 Год назад

    Dawit Bayyeee Namaatti Tolaa Farfaanakeee Jalaana

  • @bartuuyesus-yj9pw
    @bartuuyesus-yj9pw 4 месяца назад

    Ebybifami Namaa waqqayoo❤❤❤

  • @yanetjesus4024
    @yanetjesus4024 2 года назад +2

    Dave dhuga dubachuuf baayyen si dinqisiffadha 🥰

  • @leyanawelly3269
    @leyanawelly3269 2 года назад

    Anaaf Baay'eenisa Naaf Hin Galu Qonni isaa. Shawwa Fi Wallaggaa dhanis. Qoqa kaan Baada Naaf Hin Galu ijumaan ilaala malee. Shawwa Harmee koo Wallaggaa Abbaa koo Jechuu kooti.

  • @kirstanumajirenya3389
    @kirstanumajirenya3389 2 года назад

    Wowowowowo waqayyoo sa ebbissuu ebbifamaa

  • @MilkiGirma-v5h
    @MilkiGirma-v5h 4 месяца назад

    Wow deevakoo eebbifami

  • @Derartu-v6m
    @Derartu-v6m 4 месяца назад

    Waqaayyoo si ha ebbisuu

  • @بيركيدانا
    @بيركيدانا 17 дней назад

    ❤❤❤❤❤❤ ebbifamii dawwoo

  • @chaltuebiyo417
    @chaltuebiyo417 2 года назад +1

    Wawow gooftaan baraf jireenyaa kee haa ebbisuu ebbifamii Devo❤❤

  • @kitessabeyene2568
    @kitessabeyene2568 2 года назад

    Ammayyu waaqayyo dabalee daddabalee ayyaana isaa siif haa baay'isu!

  • @furnemiresa1
    @furnemiresa1 2 года назад

    Wooww dawee mucaa biyaa tokotiikaa nutii wow🥰🥰🥰🥰🥰

  • @ebbaa
    @ebbaa 2 года назад

    Dhugumaan nama sagalee Gooftaan guuttamteedha. Ebbifami

  • @WeyinituwendimuWeyin
    @WeyinituwendimuWeyin 9 месяцев назад

    Dve ebiffaami ebifaama hundumtii❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @aberaabebe5953
    @aberaabebe5953 2 года назад

    waaqayyo sii haa ebbisu DV.

  • @masaratfirrisaa8392
    @masaratfirrisaa8392 2 года назад +1

    Dhugumaa sif ifeera Ebbifami Dave