🔴Dubbii Dawwit Girma Fi Artiistoota Oromoo Gidduutti ka'e

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 4 окт 2024

Комментарии • 97

  • @HaileKelbesa-s5x
    @HaileKelbesa-s5x 8 дней назад +17

    Faarfataa Daawwit Girmaa waan sirriidha jedhee itti amane faarfate. Qaamni dhimmi ilaalu ammoo fudhachuuf dhiisun mirga isaa guutudha. Gara ammoo wanti hubatamuu qabu tokko ni jira. Irra caalli namoota as irratti isa qeeqaa jiranii kunniin umuriidhaan angafoota dha. “ Namni jireenya isaa keessatti waan tokko hin dogoggorre Yoo jiraate, hojii hin hojjenne jechuu dha” kan dubbise irraayi. Akka yaada Qeeqxotaatti Mucaan kun yoo dogoggorellee bakka tokko ykn bakka lamatti dogoggore ta’a. Hanga kana hunda gadi itti buufattan gurbaa kana waamtanii ciminaa fi hanqina isaa itti himtanii jajjabeessuun ni dabda’ama ture.
    Kanaafuu, mee wal cabsuuf ariifachuu dura wal jajjabeessuu fi wal sirreessuu irratti haa xiyyeeffannun jedha.

  • @Shegejesuslorde
    @Shegejesuslorde 9 дней назад +10

    Waa Waaqayyo sii haa ebbisu farr..Dawiiti deebii sirridha kaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Qananii12345
    @Qananii12345 8 дней назад +5

    Waqayyoo baraf jireenyaa ke ha ebbiisuu ebbiifamii dachaa Dawit kenyaa❤❤❤

  • @GelaaneeSuufaa
    @GelaaneeSuufaa 7 дней назад

    Waqayoo baraf jirenyaa kee isa haa ebbisuu jabadhuu Dawiiti❤❤🎉🎉

  • @MetiiWanij
    @MetiiWanij 8 дней назад +2

    Sirbiituun motuummaa waaqayyoo dhaaltuu ❤❤❤. Daawtii girmaa dhugaa jedhee 🙏🙏🥰🥰

  • @AsterDasaleny
    @AsterDasaleny 2 дня назад +2

    Gahee ofii bahuun goowumaa hin jedhamuu ammallee itti himuu hin dhisiin bariichii bara dhumaati yoo dhagahaan carraa kanatti haa fayyadamaanii atii jabaadhuu waqayyoo si haa ebbiisuu

  • @MariaMariaa-k1o
    @MariaMariaa-k1o 8 дней назад +1

    Waqayoo sii haa ebisuu oboleso kenya dawiti girma ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉

  • @faituuwaariqu4105
    @faituuwaariqu4105 7 часов назад

    Uuuuuuuuuffeee ebbifaamii Dawitii ❤❤❤

  • @TufaSabbu
    @TufaSabbu 8 дней назад +2

    Artisti Ittiiqaan waanuma sirrii jedhe!!!! Akka biyya lafarraa, akka biyya waaqarraa jettanii biyya hin sobinaa, lafumarratti isin argaa jirraa.

  • @lovemy6167
    @lovemy6167 8 дней назад

    Waqayoo isaa haa ebisuuu ebifamaa keenyaa Dave ❤️🥰🥰

  • @EthiopiaHagere-l9v
    @EthiopiaHagere-l9v 4 дня назад

    Waaqayyoo hubaana fi ogummaa siniif haa kenu warri isaa qeeqqa jirtan D.G ebbifamii

  • @Mreem1122
    @Mreem1122 7 дней назад

    Yoo qeeqame biyya lafaatu qeeqe malee biyya waaqatu qeeqe ree daawwit sirriidha dhugaan jirtu kanuma❤❤❤❤❤❤

    • @DhugaaOromo
      @DhugaaOromo 7 дней назад

      Jireenya biyya lafaa yoo jibbitan maaliif lafa dhiphiftuu?

  • @NegaseTeshome
    @NegaseTeshome 7 дней назад +1

    Maalifi himee gaaruu inni jireenyaafi mitti kan hojeetuu dhugaa keettii ofi hin amansisuu inni dhugaa yoo taa,e duubichii

  • @DistaBshhs
    @DistaBshhs 8 дней назад

    goftaan baraf jirenyaa kee yaa ebbisuu Dawit ❤❤

  • @Burtukn-r8b
    @Burtukn-r8b 9 дней назад +1

    Amen ebifama 🎉❤

  • @ObsinetKidanuu
    @ObsinetKidanuu 6 дней назад

    Dawee koo Waqayyoo siif haa Dhabaatuu

  • @AlemTolesa
    @AlemTolesa 8 дней назад

    Ebbifamii dachaa

  • @Furnee-dk3gz
    @Furnee-dk3gz 7 дней назад

    Dawit sirrii jedhe❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @faituuwaariqu4105
    @faituuwaariqu4105 7 часов назад

    Dugadhaa ebbifaamaa ebbifaamaa

  • @BontuMoti
    @BontuMoti 7 дней назад

    Ergaa guddaa qaba dawit baayee dhalootaf dhuga ba.a jiraa galatoomii dawit jiraaadhuuu qaalii keenya ebbifamii qalii koo

  • @kiyyaailluu7482
    @kiyyaailluu7482 8 дней назад

    Ebbifama❤❤❤

  • @eshalemethiopian3231
    @eshalemethiopian3231 7 дней назад

    Sirbituun Motumaa Waqqaayyoo Hin Galtuu Dhugaa Jedhee Dawoon Ebbiiffammii Dawit Girmaa ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🙏🙏🙏🙏

  • @ChaltuDagege
    @ChaltuDagege 8 дней назад

    Dawit dhugaa jette ebbiifaamii dachaa 🎉❤❤

  • @SimboCala
    @SimboCala 6 дней назад

    Waaqayoo sifaan jira itti fufi far dawit

  • @DodoZoubi
    @DodoZoubi 9 дней назад +1

    Yaa rabii arara kee buusii😂😂❤️❤

  • @AlliceMatta
    @AlliceMatta 5 дней назад

    yyyyyyyy ebii faamii daachaa daachaa 👌😘💯✅🙋‍♂️☝️☝️☝️💪💪💪💪💪💪💪💪💪🤲👏

  • @aseefaasee7265
    @aseefaasee7265 8 дней назад

    Dawiiti jabadhuu gootaa ❤❤❤❤

  • @BontuMoti
    @BontuMoti 7 дней назад

    Maali boonsa waan siirri dubaatte kana malees dhalootaf wamicha tasiisa jiraa maal balleessa

  • @dagnowodajo603
    @dagnowodajo603 7 дней назад

    Eebbifami gurbaa nana ATI!

  • @WwaeWwew
    @WwaeWwew 8 дней назад

    Waqayoo si ha Ebbisu far dawit girma siridha 💯💯💯

  • @BallaxaBadhadha
    @BallaxaBadhadha 6 дней назад

    Good!

  • @TesinDjsism
    @TesinDjsism 9 дней назад

    Maalfii arabsttu sillaa namnii wanii dhugaa yoo hasahaan hin jaallaattani Wani numaa namni Gochaa jiruu hasaa jiraa Gabbii jedha warii nama arabstanii waqaayyoo sihaa Ebbiisuu Addis akkanumattii hubbanoo siffii hakkenu Gofttanii❤❤❤

  • @مسلمة-ح7ظ
    @مسلمة-ح7ظ 4 дня назад

    Kuni soba sirabafi amantaa wolinti dhufa amanata adunya kana irraa soba amantaa kanatti 😅😅😅😅😅😅😅

  • @degitunegesa4072
    @degitunegesa4072 8 дней назад

    Wow jaabadhu Dawiti🎉🎉🎉

  • @DhugaaOromo
    @DhugaaOromo 7 дней назад +1

    Warri jireenya biyya lafaa jibbee fayyisaan keenya yasus jedhu kun maalumaaf lafaf hospitaala nutti dhiphisaa?

  • @StoreMobile-g3c
    @StoreMobile-g3c 8 дней назад

    Daawwiti Girmaa ergaa dhugaa dubatee yesuus malee jirenyaa dhugaa lafaa qofaan dabarsuu malee Sirbituun motumaa waqqaa dhaluu hin danda,uu!!!!!!!!!!!! Dawwiti Girmaa💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯 dhugaa jedhee

  • @GumiUddo
    @GumiUddo 5 дней назад

    Yaada hamaa kana waaqi si loluu!!!Ati ammoo kaayyoo jiraatuuf kana itti Fujii.

  • @Leila-jt4dd
    @Leila-jt4dd 7 дней назад

    Kaninjedhu innimmoo maalgochaa jira ofii adaraa dhiisaa garasiin gorte malee iddooma tokko jirtuum

  • @ASHENAFIYIRGA780
    @ASHENAFIYIRGA780 6 дней назад

    ❤❤❤❤❤

  • @Ftaahaabtaamuutube21
    @Ftaahaabtaamuutube21 8 дней назад

    Inni maalan godhe akkana inuma sirbe mitii
    Sirbi sirbuma

  • @MesiKora-m1t
    @MesiKora-m1t 8 дней назад

    Ameeeeen❤❤❤❤❤❤❤❤😢❤❤❤❤❤🙏🙏

  • @SeonMote
    @SeonMote 8 дней назад

    Ebifamii dawee

  • @saradamisee1972
    @saradamisee1972 7 дней назад

    An gafi qabaa kamatuu siraba akamaitu sirbaa mitt Dawit sarbatumaa jiraa maqa iyysaustu keesati dhama male 🙄

  • @fidgetingfrenzy1579
    @fidgetingfrenzy1579 8 дней назад +2

    Wwww.f.dawiti.dhugaa.ketii.sirbituni.motumaa.waqayoo.hini.dhalitu.jalatanisi.jibanisi.kani iyesusi farsuu manaa galigala qabaa ❤❤❤❤❤

  • @almaz373
    @almaz373 7 дней назад

    Pheenxeenis keyboard nii sirbituu etiqanis akkasumaa waliti yaa cisuu kaa lachuu isanitu😅😅😅

  • @useruseruser4931
    @useruseruser4931 9 дней назад

    🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤Ebbifamii Ebbifamii

  • @AlliceMatta
    @AlliceMatta 5 дней назад

    Ameen Ameen Ameen 👏👏👏👏👏👏👏💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯✅✅✅✅✅✅✅🙋‍♂️🙋‍♂️♥️♥️♥️♥️🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🌻🌻🌻🌻

  • @Lilo-o7q
    @Lilo-o7q 8 дней назад

    Farfaata kenyaa nuf jiraadhu

  • @KennaaGalaanaa
    @KennaaGalaanaa 8 дней назад

    Nyaataa in nyaanneemmoo maa sagaleen kee in jiruu.

  • @BarakoBagaja
    @BarakoBagaja 2 дня назад

    Farfanaan waqaa malitee sadduun waqaa malitee lafiti malii gotee kaan farfamituf namii malii godhee borii hin du'aa lafitis in dabartii kaana hin dabartee waqaa cufaafuu faruun waqaa malitee arraaf boriilee

  • @GanaKhoury
    @GanaKhoury 8 дней назад

    ❤❤❤😢😢😢😢

  • @Gadoo-d4s
    @Gadoo-d4s 8 дней назад

    Dhugaa jedhe dawiti girmaa ebifamii sier
    Sirbituu motumaa waqaayoo hin dhaltuu

  • @GeletaArarso-q9o
    @GeletaArarso-q9o 3 дня назад

    Dave sirri jirta itti fufi

  • @RtTe-i4s
    @RtTe-i4s 3 дня назад

    Jalatuuus,jibituus,sirbituun,motuumaa, waqayo hin galtuuu

  • @AmanuHirpa-h6c
    @AmanuHirpa-h6c 5 дней назад

    Wal hubachuun gaariidha. Wal arrabsuun bu'aa maal qabaa?

  • @مسلمة-ح7ظ
    @مسلمة-ح7ظ 4 дня назад

    Yomi naa sirba jedhee yasuusi

  • @bontobonto4808
    @bontobonto4808 7 дней назад

    Edduun kophidhaan lafa ciraa kenna keeti hitti muddi kan harree hin qabnee farda namaa tuffataa dhugaa jiru himi sa jibbanii gosh adaraa sitti keennamee hirratti hojjadhuu darbi waca nannoo hin caqasiin

  • @mohamedadem3819
    @mohamedadem3819 7 дней назад

    Garaagarummaan sirbaaf faaruu maali?

  • @IsayasGy
    @IsayasGy 8 дней назад

    Yaa Daawit ati jajaabaadhu akkasitti dhugàa muliisu wayyaa

  • @Ashetu-b7h
    @Ashetu-b7h 8 дней назад

    Naaf gaffii

  • @KosanAbdisa-l6y
    @KosanAbdisa-l6y 4 дня назад

    I told to the truth and he say Jesus is the lord and I agree with him ok

  • @hayatomar4575
    @hayatomar4575 9 дней назад

    👍👍👍👍👍😘😘😘😘

  • @Gumbichuu
    @Gumbichuu 8 дней назад +1

    Iyesus ummadha gaffiin koo...??

    • @Dibora-uz5zc
      @Dibora-uz5zc 8 дней назад

      @@Gumbichuu eyee umaadha 👍👍👍👍👍

    • @KennaaGalaanaa
      @KennaaGalaanaa 8 дней назад

      @@Gumbichuu eeyyeedha.

  • @AmanuelKasa-qe3wj
    @AmanuelKasa-qe3wj 8 дней назад

    Dave kooo barri kee haa eebbifamu mootummaan waaqayyoo kan keeti

  • @TigsitGirma
    @TigsitGirma 9 дней назад

    ❤❤❤🤲🤲🤲

  • @tarikubishakatube2732
    @tarikubishakatube2732 8 дней назад

    Waaqayyomatu sirriidha!!!!

  • @AneneDesissa
    @AneneDesissa 8 дней назад

    Waaqayyo si hebisu ituuma fuufi erga ke dabarsi sirbituun motuumma Waaqayyot hin galtuu

  • @lovemy6167
    @lovemy6167 8 дней назад

    Jalatuus jibituus sirbituun motuumaa waqaa hin galtuu

  • @GgTggg-ys3hu
    @GgTggg-ys3hu 9 дней назад

    🤲🤲🤲🤲

  • @EthiopiaHagere-n9m
    @EthiopiaHagere-n9m 4 дня назад

    😂😂😂😂😂😂😂

  • @KosanAbdisa-l6y
    @KosanAbdisa-l6y 4 дня назад

    Sin jaalanna chanalii kana

  • @Werki-k8l
    @Werki-k8l 7 дней назад

    Dhugadha sirbitun mootumaa waaqayoo hin dhaltuu waaqayoo goftanii kaaratii nuu haadebisuu

  • @Amara-w4b
    @Amara-w4b 8 дней назад

    😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @BulleBariiArguufBulleBariiArgu
    @BulleBariiArguufBulleBariiArgu 8 дней назад

    Mal jechuu barbadan amanti fi artin gargara. Artistiin kan umatati male Amanti miti. Isin iyusisi kesan addati farfadha. Umata amantin Adda qoodu yaalina.

  • @hawifayisa2581
    @hawifayisa2581 9 дней назад

    ❤😂

  • @DechuGooglecom3861-w2i
    @DechuGooglecom3861-w2i 9 дней назад

    Atii nama qeqiin akaa kanatii obbolesakoo

  • @mrmahdipandagamer2492
    @mrmahdipandagamer2492 9 дней назад

    Safuu namaa ajayibaa

  • @DhugaaOromo
    @DhugaaOromo 8 дней назад

    Gaaffii tokkitii kana nama naaf deebise hedduun galateeffadha. Warrri "jireenyi keenya Waaqa irra malee lafa irra miti" jettan: Maaloo daftanii walguurtanii biyya keessan isa gaarii sanatti hingaltanii? Maalumaaf biyya lafaa fokkkiftuu kana irraati rakkattu?
    "Iyasuus" Waaqayyo ta'u isaawoo eenyu isinitti hime, moo dhaqaxaniitu argitanii beektuu? Barreffamni atti Bibliirra jiru "Sagalee Waaqayyoo" ta'uu isaa maaliin beektu?
    Anaan bayee kan na gaddisiisu faranjiin sammuu nama gurraachaa akka funyootti micciirtee waan feete enaa ittiin hidhattu arguu kooti. Dhiiroo attamitti ilmoon namaa umurii isaa guutuu sobaa fi dhugaa addaan baafachuu dadhabee waanuma itti dhooban dhugaadha jedhee fudhata? Daaimatti dubbii sobaa yoo itti himan dhugaa jettee fudhatti. Gaafa guddatte garuu soba tauu baratti. Kan keenya moo jaarsumatu ijjollee ta'ee wayee "iyassuus" malee hinsirbinaa jedhee daangaa darbee artisotota ijoo Oromon qabdu arrabsa.

    • @yomhilanmerga4006
      @yomhilanmerga4006 8 дней назад

      Gowaaa atii gowadha kam akka ketii qabdii oromon Amma atii du,adham amma

    • @DhugaaOromo
      @DhugaaOromo 7 дней назад

      ​@@yomhilanmerga4006 Otoon ani gowwaa ta'e ummaanni "iyasusiin" machaaye kun gara qalbii isaatti deebi'ee yoom bade jetteetu? Isa ofii hallayyaa /qilee of buuftan caala isa nama nagaatiin atis koottu hallayyaa kana bui jetttanii waamtantu nama arsa. Ofii of abaartaniitu abarsa ilmaan keessan dhaalchiftu. Jireenya lafaa yoo jibbitan maaliif lafa dhiphiftu?

    • @yomhilanmerga4006
      @yomhilanmerga4006 7 дней назад

      @@DhugaaOromo ila atii Kan iyeesus hin beknee enyuu bekkta atii du,a 2 dutee akkmitii jedhii Karan gara abbatii geessuu karra iyesusin malee hin jiruu kana barii atii lamata dhalchu sii barbachisaa osoo dhalchun danda,amee wayooo dhalota sammuun qulfii waqayoo isin afayisuu

    • @DhugaaOromo
      @DhugaaOromo 7 дней назад

      @@yomhilanmerga4006 kkkk. Maaloo gaafiin sigaafadhe maaliif deebisuu sodaatte? Namana lafa boqqolloo facaafannaa nuu dhiisaa galaa biyya keessan ishii "laliftuu" sanatti. Ani biyya biraa hinqabu, hinhawwus. Hospitaala fi klinikiis iddoo teenyu nu hindhoowinaa? Biyya hedduutti nama iyasuus farsu argeera. Kan Oromo garuu machii fi maraatuu malee faarsuu hinfakkaatu. Ijaa haaraa taataniif Kristaanota hunda caala kirstaana of fakkeessitu. Warri isin dura amantii kana fudhatee kitaaballee barreessee akkanatti hinmachawu. Mee suutuma jedhaa. Ittiiqaan dhugaa qaba.

  • @Dandiyoutube_2023
    @Dandiyoutube_2023 8 дней назад

    Dura peejjiiwwan kan isaanii ta'uu mirkaneeffadhu xxxx

  • @YeesYees-z1g
    @YeesYees-z1g 9 дней назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @AlamRaggaasaa
    @AlamRaggaasaa 9 дней назад

    Maal gaxaxee haasofta gaxxaxa

  • @liyayegofta9601
    @liyayegofta9601 8 дней назад

    Ittiqa tafari baye jalana garu guyya tokko waqni cala bultume yame isanille amma fida irratikadhana ebbifami atis

  • @lovemy6167
    @lovemy6167 8 дней назад

    Fedhesaa afuufutuu😅😅

  • @AccAcc-x3k
    @AccAcc-x3k 8 дней назад

    𝘋𝘢𝘸𝘢𝘪𝘵𝘪𝘪 𝘮𝘢𝘲𝘢𝘢 𝘪𝘺𝘢𝘴𝘶𝘴𝘪 𝘴𝘪𝘳𝘣𝘦𝘦 𝘮𝘢𝘭𝘦𝘦 𝘨𝘢𝘳𝘨𝘢𝘳𝘶𝘮𝘮𝘢 𝘩𝘪𝘯 𝘲𝘢𝘣𝘶𝘶 𝘰𝘥𝘶𝘶𝘶

  • @Sifaan-j1j
    @Sifaan-j1j 8 дней назад +1

    𝐀𝐭𝐢𝐢 𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐝𝐡𝐚𝐭𝐞𝐞 𝐧𝐚𝐚 𝐚𝐦𝐦𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐣𝐞𝐭𝐚𝐚𝐧 𝐦𝐨𝐨 𝐪𝐨𝐲𝐢𝐢 𝐲𝐞𝐬𝐮𝐬𝐢 𝐤𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚𝐧 𝐧𝐚𝐚𝐟 𝐤𝐚𝐝𝐡𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐬𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐧𝐚𝐚𝐟 𝐟𝐢𝐝𝐚𝐚 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐞𝐞 𝐦𝐨𝐨 𝐨𝐟 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚 𝐦𝐞𝐞 𝐝𝐮𝐫𝐚𝐚🤸🤸‍♀️🤸‍♀️🤸‍♀️🤸🤸

  • @Fiqaaduu2890
    @Fiqaaduu2890 8 дней назад

    Ebbifamaa❤

  • @MisgeeMusician
    @MisgeeMusician 2 дня назад

    ❤❤❤❤❤

  • @مسلمة-ح7ظ
    @مسلمة-ح7ظ 4 дня назад

    Yomi naa sirba jedhee yasuusi

  • @BortaBorta-w7i
    @BortaBorta-w7i 8 дней назад

    ❤❤❤❤❤❤❤