Waldaan Araaraatti Maaltu ta'ee? Dr Abiy Ahmed Seminery Makanayesus Surprise, Dawit Girma maaliif...

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 1 фев 2025

Комментарии • 303

  • @ChristianMedia1
    @ChristianMedia1  2 года назад +17

    Faarfannawwaan haaraa Warri Barbaaddan RUclips "Faaruu Entertainment" Hordofaa Maatii ta'aa👇👇👇
    ruclips.net/channel/UCBHmekySd86QMu6lGd3UrRQ

    • @faantuuinjiguu9182
      @faantuuinjiguu9182 2 года назад +1

      Video hojjedhe sif ergaa share naaf gotaa? namaa waaqayyoo
      Hojii kiristanummaa irraatti hojjechuu barbada chanali kanaa irraati ruclips.net/video/mWvTh2i4DKg/видео.html

    • @faantuuinjiguu9182
      @faantuuinjiguu9182 2 года назад

      Yoo sif daandame lakkobsa telegram keetti naaf ergii faarfataa Joshua

    • @Dursaa-k2k
      @Dursaa-k2k 2 года назад +1

      like

    • @AUe-l9p
      @AUe-l9p 3 месяца назад

      ​@@faantuuinjiguu9182maal jedharta

  • @aassdggFeet
    @aassdggFeet 10 месяцев назад +3

    Wowowo nami dhibaa hojiin waqayyoo ebbifamaa nama waqayyoo❤❤❤

  • @ChristianMedia1
    @ChristianMedia1  2 года назад +2

    RUclips "Faaruu Entertainment" Hordofaa Maatii ta'aa👇👇👇
    ruclips.net/channel/UCBHmekySd86QMu6lGd3UrRQ

  • @JabesaRoba
    @JabesaRoba Месяц назад +3

    Galatoomi nama waaqa naaf jiradhuu❤

  • @WorkeWorke-tq8ds
    @WorkeWorke-tq8ds 29 дней назад +1

    Ameen eebbiffamma nuuf jabaadha❤❤❤❤❤

  • @oljiradibisa-ox5bk
    @oljiradibisa-ox5bk Год назад +1

    Waaqayyo mirgasaa isimiif haa kennu

  • @Idosa-w2u
    @Idosa-w2u 3 месяца назад +2

    Baay'ee galatomaa

  • @GalateTakala
    @GalateTakala 2 месяца назад +2

    Jabadha Matti jaalala

  • @LikeFufa
    @LikeFufa 2 месяца назад +2

    ❤❤❤❤ ebiifamaa waqayoo isan ebisuu

  • @zewudituayele9064
    @zewudituayele9064 5 месяцев назад +1

    Gaaftan baarbaran gaalata gudda fudhadu🎉🎉🎉🎉🎉

  • @ChalaFikadu-f2v
    @ChalaFikadu-f2v 3 месяца назад +2

    Jabadha waqi isni wojini haa jiraatu

  • @GutaSisay-y1l
    @GutaSisay-y1l 2 месяца назад +2

    Jabadha gooftan isaani haa eebbisuuuuuu

  • @workeWare
    @workeWare 3 месяца назад +2

    Jabaadha!!!

  • @hawwiibayisamuleta6147
    @hawwiibayisamuleta6147 2 года назад +3

    Dhugadha ebbifami waqayyo sii haa ebbisuu 🙏🙏🤲🤲🧏‍♀️🧏‍♀️🧏‍♂️🧏‍♂️💯

  • @JabesaRoba
    @JabesaRoba Месяц назад +2

    Namni waaqa qabu woma ta,u hin danda,u kan jedhe jabeessaa roobaa adulaa

  • @AAa-c1h2d
    @AAa-c1h2d 3 месяца назад +2

    Waawooo🤩🤩🤩🤩🤩🤩

  • @SaharaTaye
    @SaharaTaye 6 месяцев назад +1

    Ameen Ameen Ameen maqaan waaqayyoo bara baran haa Eebbifamuu 👏👏👏👏👏👏👏👏👏

  • @oromotitishawa2659
    @oromotitishawa2659 2 года назад +2

    Ebbifamaa waaqqaayyoo koo issini yaa gargaruu♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️👈

  • @jenetwatero5731
    @jenetwatero5731 2 года назад +1

    Waan gaaridha. Ebbifamiii. Namatti tola. Jabaadhu

  • @zekifaji
    @zekifaji 2 года назад +2

    Jabaadhaa mul'ata gaariitu isin keessa jira waaqayyo ogummaasaan isin haa guutu!!!

  • @ShambelAbera-m7t
    @ShambelAbera-m7t Месяц назад +2

    Iyesus karaa rakina keessa ittin darbaanidha❤👍

  • @MulataaSefuu
    @MulataaSefuu 3 месяца назад +2

    Yesuus goftadhaa 🙏🙏🙏
    Fayyisaan nuuf dhalateraa jedhe barreefameraa,
    Ani garuu jalalaa yesuus akkattan ibsuu in qabuu,
    Maqaan sa'aa bara baraan Yaa Ebbifamuu ❤❤❤❤

  • @PirtuKanete
    @PirtuKanete 6 месяцев назад +2

    Wowowo namaa dhibaa hojiin waqayyoo ebbifamaa namaa waqayyoo ❤️❤️❤️❤️

  • @DarartuArarsa-u2q
    @DarartuArarsa-u2q 4 месяца назад +1

    Ammalle darbaati tajaajilaa Gootota Wangeelaa❤

  • @maskaramasfawu5407
    @maskaramasfawu5407 2 года назад +5

    Wowowo waaqayyoo haa ulfaatu 🙏
    Mis you R. Masart end Mm Dr Abiy ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @BekeluYadeta
    @BekeluYadeta 3 месяца назад +2

    Jabaadha hojii gaarii irra jirtu

  • @DarartuArarsa-u2q
    @DarartuArarsa-u2q 4 месяца назад +2

    Darbaati tajaajilaa ammayyuu❤

  • @JabesaRoba
    @JabesaRoba Месяц назад +2

    Nama waaqa naaf jiradhu 💯❤️

  • @BurtucanBirhanu
    @BurtucanBirhanu 2 месяца назад +2

    Wow nice nama waqaayoo kanuma calaa ebbifaa ma.

  • @bireewaaqayyooguddaadha3463
    @bireewaaqayyooguddaadha3463 2 года назад +2

    Wowow WAAQAYYOO haa ulfaatuu WAAQAYYOO faayisaa dhalaa nama hundaati 🤲🤲🤲🤲🤲

  • @EvangelistLamessaLigaba
    @EvangelistLamessaLigaba 6 месяцев назад +1

    Ammmeen❤❤❤❤❤❤❤

  • @Tolimanshibe
    @Tolimanshibe 3 месяца назад +1

    Galatakee yesuus

  • @KokoKoko-jy7oe
    @KokoKoko-jy7oe Год назад +2

    ❤ gaaltoomaa Waaqayyoo isiini haa Ebissuu

  • @ObsinetKenyalolanwaaqaa
    @ObsinetKenyalolanwaaqaa 3 месяца назад +2

    Amen 🙏🙏🙏 Amen 🙏🙏🙏 Amen 🙏🙏🙏

  • @bashananaoliqa
    @bashananaoliqa 5 месяцев назад +2

    Gaariidha Gooftaan Isinaa Ebisuu

  • @AboGuye
    @AboGuye 4 месяца назад +2

    Christian median baay' ee dhaloota barsisaa jira waan ta'eef jaadhaa itti fufaa.!!

  • @kiyyaailluu7482
    @kiyyaailluu7482 2 года назад +5

    Jabaadhu hojii Kee gaariidha ❤️❤️❤️❤️❤️

  • @Mimi-e6c4e
    @Mimi-e6c4e 3 месяца назад +1

    Iyesuus geta new amen❤ ❤ ❤ ❤

  • @bainarasalam
    @bainarasalam 6 месяцев назад +1

    Ameeeeeen ebbifamaaaa❤❤❤❤❤

  • @MassaratM-p3q
    @MassaratM-p3q 6 дней назад +1

    Waqqayyoo dadadha❤❤❤❤❤❤

  • @Keolsori
    @Keolsori 5 месяцев назад +1

    Galatomaa siin hordoofna dhugaa

  • @caltubekle6749
    @caltubekle6749 6 месяцев назад +2

    Ameen ameen amèen ulfaadhu yesuu keenya jabadha waaqayyoo siin haa garigargaru

  • @JabesaRoba
    @JabesaRoba Месяц назад +2

    Galatoomi nama waaqa naaf jiradhuu

  • @ShambelAbera-m7t
    @ShambelAbera-m7t Месяц назад

    Siif safuudhaa waaqayo 🤲

  • @dinqayotesfa9702
    @dinqayotesfa9702 2 месяца назад

    Waqaayyoo ammalee isiin haa ebbisuu

  • @ahmadalhaj2386
    @ahmadalhaj2386 2 года назад +2

    Jabadha maatii gooftaa 🤩❤️❤️❤️❤️❤️

  • @LijalemBedasa
    @LijalemBedasa 3 месяца назад

    Jabbadha dhugaa wan Namatii tolu dubbatti

  • @JabesaRoba
    @JabesaRoba Месяц назад +1

    Waaqa naaf jiradhu sii jira waaqi akka nama hin yaaduu

  • @GishouDabale
    @GishouDabale 4 месяца назад +2

    Ammmen Ammmen Ammmen

  • @DidaShamu-eb5qc
    @DidaShamu-eb5qc 2 месяца назад +1

    Eebifaama

  • @eyerushanb6341
    @eyerushanb6341 Год назад +1

    Ameeen Ameeen Ameeen 🤲 iyesus fayisadh gofata dha🎉🎉🎉

  • @BiyanaDumessa
    @BiyanaDumessa 2 месяца назад +2

    Eebifaami

  • @deemamonaco2180
    @deemamonaco2180 2 года назад +2

    Waaqayyoof galanni haa ta'u Atis Ebbifami

  • @FedesaHabtamu
    @FedesaHabtamu 2 месяца назад +2

    Thank you jesus

  • @lamibekele9082
    @lamibekele9082 2 года назад +1

    Jabaadhaa sagalee keessan addunyaatti baasaa

  • @ifatekle839
    @ifatekle839 2 года назад +3

    Baay'ee 3,isin galateeffanna Ammas taanaan warra sobaan uummata gowamsan ifanuubasa.warra sobduu qaanessu isinaa taasisu.jabaadha.

  • @DarartuArarsa-u2q
    @DarartuArarsa-u2q 4 месяца назад +2

    Eebbifamaa❤

  • @saraahamsaluu3494
    @saraahamsaluu3494 2 года назад +2

    Ameeeeen maqan waqayyoo kan ebifame haa ta,uu

  • @hawwiimucaakakuu9818
    @hawwiimucaakakuu9818 2 года назад +4

    Ameen Eebbifama dachaa namoota waaqayyoo 🙏🙏🙏❤️❤️❤️

  • @mryamm6582
    @mryamm6582 2 года назад +2

    Wow wow wow wow wow wow wow wow wow wow bay'ee namati tolee guda galatomii Jesus

  • @AbiAhmed-z5g
    @AbiAhmed-z5g Месяц назад

    jabdhuu

  • @LetiTesfaye
    @LetiTesfaye 3 месяца назад +2

    Iyesus gooftaadha

  • @zewudituayele9064
    @zewudituayele9064 2 года назад +2

    Waaqayoo isin haa eebbisu

  • @sarahtajitu3431
    @sarahtajitu3431 2 года назад +7

    Ebbifamii brother kenyeen yadaa garii nuuf dabarsaa jirtaa ittii fufii
    Garuu maalfii waal hin jajabeessiin oromoo koo osoo amarifaa darbee commitii fii lakii guutaa jajjabessaa obbolessaa kenyaa

  • @Bacha-h2m
    @Bacha-h2m 5 месяцев назад +1

    Waqayyoo fayisaadha!!!

  • @JabesaRoba
    @JabesaRoba Месяц назад +2

    Waaqi million tokko sii jirachisu

  • @yadenijirana5261
    @yadenijirana5261 2 года назад +1

    Jabadha amayuu 🙌🙌🙌

  • @dejenetadesse3497
    @dejenetadesse3497 2 года назад +2

    Baay'ee galatoomaa

  • @kristoosnagaakeenya.
    @kristoosnagaakeenya. 2 года назад +2

    Waaqayyo isin haa eebbisu jabaadha

  • @taajirahamanur8240
    @taajirahamanur8240 6 месяцев назад

    Oromoo 🎉🎉🎉🎉🎉

  • @BlackCell-yp1fo
    @BlackCell-yp1fo 7 месяцев назад +2

    Ebifaamaa guddaasaa

  • @wqyoabdikotii2337
    @wqyoabdikotii2337 2 года назад +2

    Galanii waqqayof haa ta,uu isinis ebbifama🥰🥰🥰🙏🙏🙏

  • @Shalto-x1r
    @Shalto-x1r 8 дней назад

    Waww Ameeeeeeen Ameeeeeeeen Ameeeeeeen AmeeeeeeenAmeeeeeeeeen ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @dawitgirmafufa
    @dawitgirmafufa 2 года назад +16

    Akka gaariitti yyaada ko maatii RUclips ke fi hordoftoota Amantaa Kiristiyaanaa maraaf qooduu keef guddaan si galateeffadha🙏

    • @ChristianMedia1
      @ChristianMedia1  2 года назад

      Eebbiifami Jabaa Keenya Singer Dave Girma

    • @faantuuinjiguu9182
      @faantuuinjiguu9182 2 года назад

      Nuuf jiraadhu qaaxalee keenyaa Dave si jaalanaa guddaa gooftaan keenyaa yesus moo nuu caalaa so jaalataa

  • @AbuGishe
    @AbuGishe Год назад +1

    Galatoomaa eebbi waaqayyoo isiniif haa baay'atu

  • @alimusa6729
    @alimusa6729 2 года назад +2

    Waaqayyo isani ha Eebbisu.

  • @natsanetgurmesa7544
    @natsanetgurmesa7544 2 года назад +2

    Amen garuu ottoo safisaasagalee ketii dabalte maal.......

  • @baqqee4962
    @baqqee4962 2 года назад +2

    Uuuuuuuufffff Ameen Ameen Ameen 🙏 ❤ 💖 💕 ♥ fayyisa koo Jesus Ameen Ameen 🙏 ebifama ebifama ebifama sabbaa gooftaa

  • @BadjiDalati
    @BadjiDalati 6 месяцев назад +2

    Ebbifaamii brko

  • @kiyabirhanu5652
    @kiyabirhanu5652 2 года назад +4

    Eyyesuus Barbaran goftaadh ulfiin gudaan isaaf ha ta'auu

  • @bikilamosis1172
    @bikilamosis1172 2 года назад +2

    Jabaadha

  • @Dorbe-i8u
    @Dorbe-i8u 7 месяцев назад +2

    Ameeeeen Ameeeeen 🙏🙏🙏🙏🙏

  • @tiringotiri4859
    @tiringotiri4859 2 года назад +2

    Uuuffeee yaa baruu yesuus yaa baruu qabaanaa hulfadhuu❤❤❤🙏

  • @TigistAdona
    @TigistAdona 8 месяцев назад +2

    Waqqaayyoo isin haa ebbisuu

  • @Yesuskaraadhadhugaadhas
    @Yesuskaraadhadhugaadhas 2 года назад +2

    Isa Araaraa nuuf godhee Yesuus Kiristoosiif galanni haa ta'u

  • @senaalalisaa7401
    @senaalalisaa7401 2 года назад +2

    Ebbifamaa dacha dachaa ♥️

  • @debelamegersa9666
    @debelamegersa9666 2 года назад +2

    Ameen hojiin waqayyoo addadhaa

  • @demituenjigu7356
    @demituenjigu7356 2 года назад +2

    Ebbifamii🥰

  • @GurmiGurmi-c5f
    @GurmiGurmi-c5f 2 месяца назад +1

    Waawuu

  • @burtukanfayyisa7289
    @burtukanfayyisa7289 2 года назад +2

    Ameen ebbifamii maatii waaqayyo

  • @belayhunde
    @belayhunde 2 года назад +1

    Baayyee nama gammachisa Tajaajjilli
    Keessan

  • @sarahcell8600
    @sarahcell8600 2 года назад +2

    Eliiiiiiiiiiiii iyesusi fayyisadha ebbifamaa🙌🙌🙌🙏🙏🙏

  • @misganamokonon4444
    @misganamokonon4444 2 года назад +2

    Baay'ee namatti tola,garuu footoon ati agarsiiftuu fi sagaleen jalaa lakkifamu walsimuu qaba
    Ebbifami

  • @JabesaRoba
    @JabesaRoba Месяц назад +2

    Galatoomi nama waaqa naaf jiradhuu❤

  • @AminaChuru
    @AminaChuru 9 месяцев назад +1

    Ameeeeee ameeeee Eebbifama ❤❤❤❤❤

  • @YafeLemi-r6c
    @YafeLemi-r6c 3 месяца назад +1

    Wooow

  • @fasika7102
    @fasika7102 2 года назад +3

    Ameen Eebbifaama matii waqaayyo

  • @attianaaf6750
    @attianaaf6750 2 года назад +2

    Jabadhaa hojii gariidhaa

  • @AlAl-h9f
    @AlAl-h9f 6 месяцев назад

    Eebifamaa galatomaaaaaaaaaaaaaa

  • @MasaratNuguse
    @MasaratNuguse 11 месяцев назад +1

    ❤️❤️❤️❤️❤️💯💯💯💯 eebbifama