What an amazing songs!! faaruu ajaa'ibaa, walaloon isaa adda, yeedaloon dinqii, jechoonni kan nama malalchisu, muuziiqaan kan akka dammaa miyaawu, mixing kan walitti waqarame Never stop to listening!!!!!❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Aboo waaqi si haa eebbisu dhugaa. Nan qabbaneefadhe.
Dev ati carra qabeessa dha dhugaa 😮😮 Siluma eebbifamteta ayyanni waaqayyoo dachaan sif haa dabalamu 🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤wanti dhaloota karaa dhabu kamu sin danda'iin darbi jiraadhu🎉🎉🎉🎉
jiraadhu devo🙏 💌💌 long live bro i love the way you bless our lord Jesus . i don't have word's to express how i'm happy and blessed by every single of your songs. stay blessed devo love you 🙏🙏🙏
Maal jennaa miti lagni burqaa eebbaa kun bara baraan hin gogin! Dadhabbii ati hojii kanarratti dadhabde Waaqayyo madaalee ol siif kaa'eerA JABAADHU! GATIIN KEE WAAQARRATTI GUDDAA IN TA'A!
Safarri walaloo isaa
Yaa'iinsi yeedaloo isaa
Jechoonni dilbiin
Bareedinni qooqaa
Hin quufamu❤❤Deevaa gooftaan dabalee daddabalee si haa eebbisu🙏🙏
Dhugadha hin quufamu uuuuuuuuff yaa waqayyoo ati ebbisi karaa hundumanu hadhaa hin qabuu hadhaa tayifi iyasusi Koo davee sin jaladhaa osoon bilbila Kee argadhee nati tolaa warri betaan naf baresaa ??
❤❤❤❤❤
Ebifami Ebifami Ebifami
Waaqni akkuma kana si haa eebbisuu dabalee daddabalee❤❤❤
Davee koo ebbifi mee wari davee jalataan akka koo kometi kan tuqaa❤❤❤
Maal falli? dhaggeeffadhee quufuun dadhabeem! aannaan caalaatti nama qabbaneessa, dhamdhama isaa immoo kan dammaa fi daammuu wajjiin walbira qabamee hin tilmaamamu!
WAAQAYYO BARAA KEE GUUTUU HAA EEBBISU!
Devoko waaqayyo si haa eebbisu....album muuziqaan isaa hin quufamne (amanuel giiloo)🙏
Ameen thank you man of God Dave what amazing grace God with you ;God bless you!!
Davee koo obbolesaa koo sin jaladhaa ❤❤❤ bekaa koo gotaa yedaloo nu jiradhuu ebbifammi dacaa dacaa darbi farfadhuu bari kee yaa ebbifamuu ❤❤❤❤❤ baayyee itti ebbifameen 🎉🎉🎉🎉🎉
Ani kanan jedhu, maal ta'a waaqayyoo nama akka kee kana ulfina waaqayyoo faarsee gudduma waaqayyo biyya lafaatti ibsu yoo nuuf baayise? Waanuma fedheefu waaqayyoo siif ayyaana isaa hanga dhumaatti sidhaabu siif haakennu. Eebifami itti eebifameera ani dhugaa!!!!
Waaaw❤❤ Waaaw❤❤ Ammallee haaraan nuuf koottu ilma Abbaa keenyaa Nuuf jabaadhu,Dhiyootti sitilmaamaniyyuu Ati FAGOO deemuu kee beekteetta ,Leenca keenya Jabaadhuu Haadhoo keenyaa Si'eegna Ammallee KAN BIRAA❤❤❤❤
Jajabesaa sher lakki godhaa s
Gaafaan faarsakee dhagahu lubbunkoo yesuusiin argachuu isheetti gammaddi
Waqayoo Baraa jirenyaa Kee ha'ebiisuu dawee kenyaa nuf jiradhuu waqayoo satiiksuu❤❤❤❤❤
What an amazing songs!!
faaruu ajaa'ibaa, walaloon isaa adda, yeedaloon dinqii, jechoonni kan nama malalchisu, muuziiqaan kan akka dammaa miyaawu, mixing kan walitti waqarame
Never stop to listening!!!!!❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Aboo waaqi si haa eebbisu dhugaa. Nan qabbaneefadhe.
Ameen Ameen ebbifami dacha dacha waaqayyo hoguumma kaana caalu sif haa keennu
Deevoo koo ati baar Ebbaa keenyaa waqayyoo siin nuuf kenee bay'ee sii jalanaa waqayyoo baraaf jiireenyaa kee Haa Ebisuu ❤❤❤❤
Waaqayyoo sii haa eebbisuu U are blessed man Dave Really!!!!
Deva ati Kennaa Keenyadha! Eebbifami❤🧡💚
Dev ati carra qabeessa dha dhugaa 😮😮
Siluma eebbifamteta ayyanni waaqayyoo dachaan sif haa dabalamu 🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤wanti dhaloota karaa dhabu kamu sin danda'iin darbi jiraadhu🎉🎉🎉🎉
You are truly a Blessed person May God's grace shine upon you again and again ❤❤❤❤
jiraadhu devo🙏 💌💌 long live bro i love the way you bless our lord Jesus . i don't have word's to express how i'm happy and blessed by every single of your songs. stay blessed devo love you 🙏🙏🙏
Atti gotaa walaloo fi yeddalooti waaqayyoo guddaa sii badhasee bayyeen ayyana siraa jiru jaaladha guddaa eebbbifami ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Dhugadhaa gotumaa
GBU Deva❤❤❤❤❤ What an amazing lyrics and grace. This flow of grace be upon you throughout your life."Biyyi lafaa Boolla" WOW
Devo Waaqayyoo siyaa Eebbisu Malee Maalan jedha
Ayyaanni Waaqayyoo ammallee siif haa baay'atu!
Simboo fi ulfina kana sirratti haa dagatu!
Waaqayyo kanan olitti siyaamilkeessu. Hedduu itti xaarteta. Waaqayyo dafqakee gatii itti sif yaagodhu.
Tirgumun balakim ene enja menfes alew mezemuru!!!!!!!God blesse you Bro
Jabaadhuu. Adara jechoota wal xaxoo fi siyaasa irra hir'isi. Jechootuma salphaadhan waaqayyo in hojjetaa. tarii bifa barreefama fi kitaabaan dhiyeesuu dandeessa beekumsa qabduu. farfannaan faarfatamuu Goofta yesuusiin namni hunduu akka hubatuti yoo farfatte bayyee gaariidhaa jireenya jijjiraa. ayyeen si jaaladha bro. God bless.
Ayyaanni waaqayyoo Siif haa baay'atu! Simboo fi ulfinaa qabessakoo❤❤❤❤❤❤
❤Namni dibamee akkasi.eebbifami.waaqayyo inni sin nuf dibe ha eebbifamu.atimmo jabaadhu.eebbifami.Qaxalee Oromoo
Wowow wowow Amazing waaqayyoo baraf jireenyaa kee haa ebbisuu Ebbifaamii ebaaf ta'ii maqaa Yesuusin darbii farsa baraa kee gutuu ayyanii dibbaanii humnii oggumaa hubbana dachaa siif yaa bayatuu hin qufanu dhugaa 🙏🙏🙏🙏
Deva Waaqayyoo si ha Eebbissu Eebbiffamii Jechoota akka damma minyawu kanaf Waaqayyoo ha Eebbifamu ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Eebbifami ammayyuu DEVA Koo ❤❤❤❤❤❤
The best song! May God bless You!
Deva my god blass you bayyen siin jaaladha Gotaa Yaasuss
Ameeen eebifami dawe bagaa mucaa isaa tate dhugaa eebifaam
Waaqayyo guddaa sii haa eebbisuu. Kan caala amma iyyuu Waaqayyo hubannaa fi ogummaa siif haa dabalu.
Blessed one atii kann ebifamee dacha,dachaan Siff ha,bayaatuu Ayaanii waqayo ❤❤❤❤
Waaqayyoo inni waaqaaf lafa uume si haa eebbisu eebbifamii ayyaanni kun siif haa dabalamu dachaadhan siif haa baay'atu ayyaanni
Faarfannaa jechuun akkas malee! Waaqayyo bara jireenyakee haa eebbisu Daawweekoo
Ulfaadhu waqaa gadiit jabaadhu hama dhumaat dhuftii waqaa kee eggaadhu davooooo❤
Si eebbisa maqaa isa jiraatatin! Mogoleenkee hin laafiin! Gaffiinkee kan yaadakeen osoon taane Yaada Goftaa Iyesusin siifa deebi'u! Ijjikee addunyaan ilaalin! Sagaleef Afurri Hoolichaa jireenyakeef lapheekerratti akka Haphee haa qabatu! Isin eebbisera Ebbiko eebba jaalalaf gammachuti isin haa dhaalu 🙏
Deva waaqayyoo Aabboo sii haa eebbisuuti....sii jalaadha dhugumma
Dawwee si jaalanna. Goftaan si haa eebbisu daddabalee.
Ebbifamii dhugaa yesusun faarsun waan hundumaa caala sii jaalana dhugaa❤❤❤
Eebbifami,Waaqayyootu si eebbisee nuuf kenne Daawweekoo.!!!!!
Waaqayyoo amma iyyuu ayyanaa kana caaluu siif ha dabaluu
Ayyaanasa siif haa baayisuu Eebifmi❤❤❤❤❤❤❤
Eebbifamii waaqayyoo ayyaana isaa dachaa dachaa siif haa baay'isuu
Eebbifami qaxaleekoo ❤ ammas ayyaanni kun dachaa dachaadhaan siif haa dabalu!
Wooooow eebbifamiii ❤❤❤❤❤ dawe🎉🎉🎉 sagalee kee baayee jaaladha
Deva gooftaan daddabalee sihaa eebbisu mucaa kakuu🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
What amazing poem with pure voice! God bless you ❤❤❤
Dawit Waaqayyoo gooftaan baraaf jireenya kee haa eebbisu dabalee
eebbifamii Daawwoo, tokko tokkoon barbaaduun nu rakkisaaa ture!
Waaqayyo Ayyaana isaa siif haa baayyisu
Deva koo waaqayyoo ayaana isaa siif yaa baayisuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Dave koo❤Sinjaaladha guyya waal agaaru dhiiyachu jira😊obsan Naan ega
Dawit kan jaalattu iskii🥰🥰 like
Robsii
Ebifam ❤❤❤❤❤❤❤❤ Jesus y gad Goftadha yesus kiristos
Uuffe akami namati tola
Sifi haa dabalamu maqa EYSUS NI❤😊
Wow Amazing song Dev God bless you my Brother
Maal jennaa miti lagni burqaa eebbaa kun bara baraan hin gogin! Dadhabbii ati hojii kanarratti dadhabde Waaqayyo madaalee ol siif kaa'eerA JABAADHU! GATIIN KEE WAAQARRATTI GUDDAA IN TA'A!
Eebbifam qaxalee keenya ❤🎉
Uuuufffee yeesuus koo ebifamii dachaa ❤❤❤❤❤❤❤
Dawiyee lubuu ❤❤ ebifamii 🎉❤❤
Uuuuuuuufffffeeeeee jabadhuu ayyaana qabeessa koo🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
Ulfaadhu Dave
Wow wow God bless you may berather thenk so mech ❤❤❤❤
Wanti sidhabu hinjiratin farsan sikesa yae hincitin jabadhu kenan waqayo kara kee imo akasitin of mulisu barbadera go ahead bro good job 👏
Ayyaanasa siif haa baayisuu ammayyu
Uffee qabaneefadhuu Daawee. Dachaa ebbifami
Halleluiah!! My God bless you.
Faarfannaa ajaa'ibaati dhugaa, ani osoon si ajaayibsiifatin hin darbu
Dawtii uuuffffiii qalii kenyaa atii lubuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waqayyoo baraaf jireenya kee haa ebbisuu
Deevoo eebbifamaa obboleessaa🥰🥰🥰
❤❤❤❤❤❤ ebbifaam qalii koo
Waqayyoo sii haa ebbisuu itti fufi
Amazing God bless you brother.
Hin quufamuum dhugaa, nuu jiraadhu malee!!!!!
Uffee keessa namaa boqochiisa ❤❤❤
Ayyaanni isaa siif haa bay.atu
jabaadhu qaxaleekoo
Ameeen barri kee yaa ebbifamuu❤❤❤
Waaa!! Dave hedduu si jaalladheera.
Waaqayyoo saa eebbisu
Utuun qabeenya qabaadhee anatu siif eebbisa ture.
Album kana sirriittii dhageeffachuu yasleera garuu dinqiidha! Kufama jechoota abuurrate yeedaloo akka yaa'a bishanii uuuuf maalan jedha?
Dhugaa dubbachuuf
Imimmaan utuu ija koo guutu dhngeeffadha.❤❤❤❤❤ hedduu itti boqqodha.😂❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ ebbifamii daawee dhugaa
Ebbifami 🎉🎉😢❤❤❤❤Bara baraan dhuggaa
🥰 Eebbifami eebbifama nama
Ammayyuu siia ebbisuu dave
Wooooow eebbifami Daawweeeeee
Waqayyoo si haa ebbisuu 🙏
Gooftaankoo barabaraan si haa eebbisu baay’eeman itti eebbifami!!
Gatittiin gooftaakoo baay’eema naaf bal’ate waanuman jedhun dhabe
Eebbifami! Faarfannaa ajaaibaati
What a song!! God bless you!!
Ameeeeeeen barri kee yaa ebbifamuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Maatii dawe maati naaf taha ebbifama.
Ebbifammii bara kee hunddumaa
Waqayyoo sii haa ebbissuuu🎉🎉
Ebbifamii qalii koo❤❤❤❤
Deevaako Eebbifami ammayyuu !
Amen 🙏
Jabaadhu Eebbifami