DAWIT GIRMA: BARA BAAQQEE! Track 15

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 4 фев 2025

Комментарии • 200

  • @chalagemechu2149
    @chalagemechu2149 Месяц назад +16

    Abbaa kuusaa jechootaa hanga dhumaatti qooqni kee Yesusiin faarsaa haa hafu!🙏🥰

  • @RajiJohn-h4s
    @RajiJohn-h4s Месяц назад +10

    Waanan jedhun dhaba faarsa Kee gaafan dhaga'u Ani homaa hin jidhu Wagga 10000000000 nuuf jiraadhu

  • @JossyWadaa
    @JossyWadaa Месяц назад +12

    Atimee dhugaa Gombisaa jechootaa
    Holqa yeedaloon keecha yaa'udha
    Eebbaaf ta'i jabaako❤️❤️❤️

  • @bmg.5
    @bmg.5 Месяц назад +6

    eyesusssssss Abaaaaaa!!!! uuuuuuyyyy ebbifami daawaa koo
    😭

  • @biratubobo8613
    @biratubobo8613 Месяц назад +6

    Abbaan kennaa - Waaqayyo haa ulfaatu!
    Dave qaxalee namaa - Stay blessed!
    Proud of you!

  • @firaolyadetaofficial2173
    @firaolyadetaofficial2173 Месяц назад +6

    Burqaa jechootaa
    Burqaa Walaloo
    Burqaa Yeedaloo
    Burgaa ergaa dhokataa
    Karaa itti namni gara Kiristoositti ittiin dhufu Ergaa dhalootaati...Abbaan kennaa kana Waaqayyo haa ulfaatu!
    Dev Eebbifami.

  • @lensaterfa6206
    @lensaterfa6206 Месяц назад +3

    Hamtuun si hin argin. Ayyaanni waaqayyo siif haa baayyatu ❤❤❤

  • @KumelaChalchisa
    @KumelaChalchisa Месяц назад +1

    Uuff devaakoo maaluma siif godhuu abbaa kennichaaf galaanni haa ta'u naaf eebbifami ati nuuf kennaadha

  • @AmaanueelYohaannis
    @AmaanueelYohaannis Месяц назад +3

    Daawweeko siin yoomuu waaqayyo jecha hin dhowwatuum .Eebbifami.

  • @BayiseAbdeta
    @BayiseAbdeta Месяц назад +2

    Devayee Waaqayyoo jireenya kee haa ebbisuu 🥰🥰🥰🥰

  • @IftuKajela
    @IftuKajela Месяц назад +1

    Namni baayyeen akkumakoo dhaggeeffatee waan jedhu dhabee keessaa ba'a natti fakkaata.

  • @MegersaAsefa-78
    @MegersaAsefa-78 Месяц назад +5

    YESUUS KRISTOOS tu Afaan si godhate! Ayyaannisa ammayyu siif haa baay'atu.
    Eebbifami David🥰

  • @DinkisaTakele
    @DinkisaTakele Месяц назад +4

    Wow waqayyoo hanga dhumatti sii haa dhabuu❤❤❤❤

  • @dirroo1
    @dirroo1 Месяц назад +1

    daawit namni jibbu jira jedhee hin yaadu ani, yoo seexana ta'e malee

  • @SamiJaleta
    @SamiJaleta Месяц назад +1

    ❤ jabaadhuu jabaa ko abbaa jecha devko umurii dheeraa

  • @SebaHayile
    @SebaHayile Месяц назад +3

    Ebaaf ta'ii devo barikee haa ebifamuu jechonikee hundinuu nama jabesaa yesusitii

  • @DaraartuAbarraa
    @DaraartuAbarraa Месяц назад +2

    Dawee koo eebbiifamteta amaas darbii farfaadhu amaa andara lafatii ayiinii sif yaa dabalamu maqaa iyesusiin 😢🎉❤

  • @Galex_2400
    @Galex_2400 Месяц назад +1

    Faaruu jechoota dilbiin dabaalamee nama Eebbisuu uffee Dawweekoo waa'ee keef waaqayyoo ulfina haa fudhatuu Eebbifami ❤❤

  • @abrahamgirma2021
    @abrahamgirma2021 Месяц назад +1

    Waanan jedhun dhabe Dave
    Waaqayyo barumaa fi jireenyakee haa eebbisu dhugaa❤

  • @Iftuu-w6s
    @Iftuu-w6s Месяц назад +2

    Kanaa caalaatti ayyanni siif haa dabalamuu devoo❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @yadesafikru519
    @yadesafikru519 Месяц назад +9

    God bless you.

  • @Merii-j5x
    @Merii-j5x Месяц назад +1

    Wow Ameeeen dhugaadha👍👍Ebbifamii haadhookoo☺️☺️🥰🥰❤️❤️🙏🙏

  • @AbdiiMan-io8pj
    @AbdiiMan-io8pj Месяц назад +1

    Dhugaa Ani jechuman dhabe waaqayyoo jireenyakee haa eebbisu devkoo❤❤❤❤❤

  • @kiyyaahassan7139
    @kiyyaahassan7139 Месяц назад +1

    Eebbifami mucaa kakuu🙏🙏🙏🙏🙏 GOD BLESS YOU MORE 🙏🙏🙏🙏🙏

  • @bultumfite2732
    @bultumfite2732 Месяц назад +2

    Onneefattuukoo buli hori sanyiin akkakeetii lafarra nuuf haa baayyattu! ❤❤❤❤❤❤

  • @dirroo1
    @dirroo1 Месяц назад

    sitti fayyadamee waaqayyo namoota baay'ee du'arraa deebisaa jira; jabaadhu brakoo, waaqayyo galgalakee haa eebbisu.

  • @BkitoAl
    @BkitoAl Месяц назад

    Waaqayyof haa galatu Ammayyu Siif haa baay'atu Ayyannisa Ebbifamii Devoko Good bless you ❤❤

  • @TutanMamo
    @TutanMamo Месяц назад +1

    Wow❤❤❤ Dave 🎉🎉🎉 you're unique god bless you

  • @DaraartuAbarraa
    @DaraartuAbarraa Месяц назад

    Ati keennaa waaqayyoo tti dave🎉❤ulfadhu yessoo koo😢❤

  • @Hababojimaa
    @Hababojimaa Месяц назад +1

    Ebifamaa nama ayani sif ha dabalamu amayuu ❤❤❤❤❤❤❤

  • @kennadessu
    @kennadessu Месяц назад

    jiraadhu devo🙏 💌💌 long live bro i love the way you bless our lord Jesus . i don't have word's to express how i'm happy and blessed by every single of your songs. stay blessed devo love you 🙏🙏🙏

  • @AyantuBortula
    @AyantuBortula Месяц назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤ebbifamii ebbafi ta ii qaxale muca yesus ❤

  • @gutabekele490
    @gutabekele490 Месяц назад

    Bara jireenyaakee haa eebbisuu

  • @BdyrydShshey
    @BdyrydShshey Месяц назад

    Waaqayyoo hagalatu barafi jireenyakee haebbisuu ebbifamii qaliiko ayanni waaqayyoo kan caalatti sif habayyatuu 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @TIGISTBERHANU-f6j
    @TIGISTBERHANU-f6j Месяц назад

    Ayy devo koo ebbifamii maleee maalan jedha

  • @firomsaWakgari
    @firomsaWakgari Месяц назад

    Dave naaf jiraadhuu waaqayyoo si haa eebisuu haadhookoo

  • @GgGg-u2q5i
    @GgGg-u2q5i Месяц назад

    Eebbifami dawoo koo jabadhu ❤🎉

  • @yesuusgooftaadhaa536
    @yesuusgooftaadhaa536 Месяц назад

    Waqqayyoo bara fi jireenyaa kee haa eebbisuu ❤❤❤

  • @TarikeeDirribaa
    @TarikeeDirribaa Месяц назад

    Ammmeen Ammmeen Ammmeen Ammmeen Ammmeen Ammmeen Ammmeen Ammmeen ebbifammmiii goftaan bara kee yaa ebbisuu 🙏💯🙏💯🙏💯🙏💯🙏

  • @jocywakstube9093
    @jocywakstube9093 Месяц назад

    Dhiisi
    Amazing ❤❤❤❤

  • @TsehaylemmakeeGincii
    @TsehaylemmakeeGincii Месяц назад

    Waaqayyoo si haa Eebbisuu Eebbifaami

  • @maskaramdarajee4970
    @maskaramdarajee4970 Месяц назад +1

    Amen amen Amen amen Amen❤😢 2:43

  • @desalegnnamo
    @desalegnnamo Месяц назад

    Bara baaqqee, eebbiifami dhugaa❤❤❤❤❤❤

  • @SimaLamesa
    @SimaLamesa Месяц назад +1

    Waaqayyoo si haa eebbisu

  • @TesfaBedane
    @TesfaBedane 19 дней назад

    Jabaa ilmaa jiraadhu! Eebbifami hafi!

  • @TarikuTamiruTarikuTamiru-yu4kv
    @TarikuTamiruTarikuTamiru-yu4kv Месяц назад

    Ufff qabana'ii akkan qabana'ee kuma nujiraadhu kana caala sitt haa roobu ammayyuu

  • @BIILII19Official
    @BIILII19Official Месяц назад +1

    inni kennaa isaa kanaan si eebbise ulfinaan haa jajamu devakoo

  • @roberabekata
    @roberabekata Месяц назад +1

    I like it
    Godbless you

  • @Lakkuu308
    @Lakkuu308 Месяц назад

    Dave kuusaa jechootaa
    God is Bless you

  • @iziraabayi3404
    @iziraabayi3404 Месяц назад

    Eebbifamaa koo eebbifami jiraadhu ammayyuuu😊

  • @tarekegnyilma295
    @tarekegnyilma295 Месяц назад

    Davo you are blessed

  • @nadesamuluneh
    @nadesamuluneh Месяц назад

    Eebbifami hafi Deva

  • @MartaaAgasaa
    @MartaaAgasaa Месяц назад

    Welcome dawit bagaa waaqayyoo si garagare woowowowwoowowwowow

  • @gutashuraofficial1721
    @gutashuraofficial1721 Месяц назад

    Dev Eebbifami ❤❤

  • @GedionGerbaba
    @GedionGerbaba Месяц назад

    God bless you❤❤

  • @paulosbeka1997
    @paulosbeka1997 Месяц назад

    #Bara Baaqqee😮😮
    Gooftaan si jaalata
    Maaf Lubbuun kee gatata😮
    Davee Koo Eebbifamtetta ❤

  • @TinsayeGetachew-k7q
    @TinsayeGetachew-k7q Месяц назад

    Malodhaa wantii akkanaa namaa ebbifaaman dhugaa iyesus goftaan sii ebsuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @danielwondimuofficial1609
    @danielwondimuofficial1609 Месяц назад +1

    Eebbifami ♥️♥️♥️🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @diboram-ss1we
    @diboram-ss1we Месяц назад

    Jesus bless you dev❤❤❤

  • @FebenFekadu
    @FebenFekadu Месяц назад

    Bara baaqqee✨
    Eebbifami 🙏

  • @YadediribaKaba
    @YadediribaKaba Месяц назад +1

    Ebbifami dachaa dachaa

  • @Meki121Makiii
    @Meki121Makiii Месяц назад

    Waaqayyoo saa ebbisu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @tamasgeentqo8356
    @tamasgeentqo8356 Месяц назад

    Waaqayyo si haa eebbisu! "Gooftaan si jaalataa,maa lubbuunkee gatataa?"

  • @gadisachali2015
    @gadisachali2015 Месяц назад

    Eebbifami ammayyuu DEVA Koo ❤❤❤

  • @fanu7828
    @fanu7828 Месяц назад

    Oolii amanadhuu Oolii🌲🌲🌲

  • @nafiromtoli-t6m
    @nafiromtoli-t6m Месяц назад

    Eebaaf Tahii
    Hafii Jiraadhuu Manaa Waqqayyoo Kessaattii

  • @BilisumaHirko
    @BilisumaHirko Месяц назад

    Wow Ebbifami ❤❤❤
    Deva🥰🥰🥰

  • @girmatube7
    @girmatube7 Месяц назад

    "Maaf lubbuun ke gatataa"! Eebbifami

  • @AntikoDereje
    @AntikoDereje Месяц назад +1

    Devo koo mali jedha waqayyoo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @DaveOli-v4m
    @DaveOli-v4m Месяц назад +1

    Bara baaqqee 🥰🥰🥰

  • @urjiiftube5313
    @urjiiftube5313 Месяц назад

    Deevittii eebbifamaama hafi ati ❤

  • @TolasagashamaDame
    @TolasagashamaDame Месяц назад

    Goota qeenxxee qofas akka hn taane albumidhan nutti agaarsiste

  • @YohanesTolasa-sj9ek
    @YohanesTolasa-sj9ek Месяц назад

    Ooooo.....Daveee ❤❤❤❤❤

  • @EliasZawuga
    @EliasZawuga Месяц назад +1

    Gatii kee namni siif kaffaluu hin danda’u Waaqayyo siif haa kaffalu

  • @Amanuelamanu-j1g
    @Amanuelamanu-j1g Месяц назад

    God bless you dev. I love you so much .God is great who gives his grace thanks lord

  • @DiribeAdugnaYadeta
    @DiribeAdugnaYadeta Месяц назад

    Devo waqaayyoo ammayyu ayyanasaa sirratti ha hambisu

  • @MerertuWakuma
    @MerertuWakuma Месяц назад

    Ebbifammi waqayyoon saebisu

  • @desalegnnamo
    @desalegnnamo Месяц назад

    Dhiisii biyyi lafaa daggala,❤❤❤❤

  • @Reem-lt3nr
    @Reem-lt3nr Месяц назад

    ebifamii dacha devo❤❤❤

  • @rosa_1237
    @rosa_1237 Месяц назад

    Wowww ebifamii ❤❤❤🎉🎉🎉

  • @YohanisDeresa
    @YohanisDeresa Месяц назад

    Deva koo God bless you

  • @asfawdkenea
    @asfawdkenea Месяц назад +1

    ###Jabdu jechoota Dilbiii
    Deva 💔

  • @arjummaatube2940
    @arjummaatube2940 Месяц назад

    🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤Devo eebbifami

  • @galootube8676
    @galootube8676 Месяц назад

    OOLII AMANADHUU OOLII❤❤❤❤❤

  • @kiyaadane-t7n
    @kiyaadane-t7n 14 дней назад +1

    weyyyyyy dev koo

  • @LelisaMatewos
    @LelisaMatewos Месяц назад

    ❤❤❤🎉🎉ebbifaami Dev 🙏 koo

  • @wakumadabalo1707
    @wakumadabalo1707 15 дней назад

    waaqayyoo sa ebbisuu deva

  • @firaol81
    @firaol81 Месяц назад

    DevaKoo ❤

  • @MitikuGeremu-k9r
    @MitikuGeremu-k9r Месяц назад

    Eebbifami dev keenya ❤

  • @DanielShambal
    @DanielShambal Месяц назад

    ❤❤Evangelist ❤

  • @bonsananesa9973
    @bonsananesa9973 Месяц назад

    Eebbifamii Davo❤❤

  • @etichalamessa
    @etichalamessa Месяц назад

    Ajaa'iba! Gonfoo sana hin dhabiin!

  • @AffectionateMarsh-ef3ot
    @AffectionateMarsh-ef3ot Месяц назад

    ❤❤❤wow broko
    Jaabadhu

  • @YerosanFufa-x5u
    @YerosanFufa-x5u Месяц назад

    Ameeeeeeen 🎉🎉🎉❤❤❤❤❤

  • @FiraolHaile-g6f
    @FiraolHaile-g6f Месяц назад

    Wow ebbaafaami Dave yyee❤❤❤

  • @gadisa-tk
    @gadisa-tk Месяц назад +2

    BARA BAAQQEE😣

  • @befkaduyadeta1344
    @befkaduyadeta1344 Месяц назад

    GOD IS BLESS YOU

  • @yosephkara
    @yosephkara Месяц назад +1

    Thank you

  • @GemechuAlemayehu-l8j
    @GemechuAlemayehu-l8j Месяц назад

    🎉God bless you

  • @brook_emiru
    @brook_emiru Месяц назад

    wow 🤩 this one is 🔥