SAFUU JAALALAKEE |
HTML-код
- Опубликовано: 21 ноя 2024
- 1. Talile Fikiruu -Yesuus ati Addaa
2. Feven Etana- jalqabni seenakoo si’ii
3. Feven Etana - ol jedheen adeemaa
4. Feven Etana - Mootii Saalem
5. Ephrem yigezu- yoo Abbaa Abbaa caalta
6. Paulo’s Tegegn -qixxee hin qabu
7. Megersa Bekele - Anis jedhee haleluyyaa
#TalileFikiruu#FevenEtana #FevenEtana #Feven Etana #EphremYigezu #PaulosTegegn #MegersaBekele
Oljedheen adeema
Nagaa guddaan qaba
Keessi koo sooressa
Dhimma maaliin qaba
Eebbifamaa
Ani yeroo hundan isiniin eebbifama isiniin immoo kiristoos waan lafaaf waan waaqarraatiin isin haa eebbisu! hafuurri qulqullun dheebuu keessan isiniif haa guutu !!!!!!
Waaqayyo bara keessan haa eebbisu. Baay'een jaaladhe, waanan jedhunis dhabe. uuuuffff
Ameen ameen waqayoo akkaa badhadhumaa isatii isin haa ebisuu ameen jabadhaa hedduu isin jaladhaa dhugaa❤❤❤🎸🎹🎸🎹🎤🎤🎤🙏🙏🙏🙏
Rabi Guda kegna esna haebsu. Ameeeen Ameeeen!!
Waaqayyoo isin haa eebbisu, ittifufaa barabaraan isa faarfadhaa
Blessed Worship Team!!! Oljedheen adeema 🙏🙏🙏 eebbifamaa
Her voice is exactly like fenan befikadu what an amazing song God y'all
🎉
OOH, Guys irra deddeebi'ee dhaggeeffadhee quufuun dadhabe. Gooftaan waa'ee keessaniif haa ulfaatu.
በእናንተ የሰራ መንፈስቅዱስ ይባረክ በጣም ተባረኩልኝ ብዙ ❤❤❤❤❤❤❤
Eebbifamaa; Gooftaan hanga dhumaatti isin haa dhaabu
Rabbi isin haa eebbisu....faarfannaa akka tolola dammaa mi'aayan Dr Taliilee ...
yoo abbaa abbaa caalta iyesus haallelluyya amen gooftan isin haa eebbissuu eebbiffama
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ebbiffama 1dacha darba farfadha garaa dinna gubaa,❤❤❤❤❤❤
Goftan gudan isiin yaa ebbisu ebbifama ijolee waaqayo
Waqayyoo mayyuu dabalee eebba isaaisinif ha baa'isuu❤❤❤❤
Ebbifama ebbifama ijoolle waaaqayyo ayyaani gooftaa isiinif haa baay atu
Jiraadhaa faarfannaa lafee hafuura namaa jabeessuu fi ulfina guddaa qabu irratti waan xiyyeeffattaniif gatiin keessan guddaadha!
Waaqayyoo baraafi jireenyaa keessan haa eebbisuu gooftaan koo ❤❤❤❤❤❤❤❤
Baayyeen isin jaallaadha Waaqayyoo isin haa eebbiisu
Waaqayyoo isiin haa ebbisu
waaqayyobisin haa'eebbisu jabaadha
Ammeen Ammeen Ammeen ebbiffammaa 🙏🙏🙏🙏🙏
Uuf ebbifama ❤❤👏👏🔥🔥🔥 Holly sprit
AMEEEN AMEEN EEBBIFAMAA FAARUU FAARFATTUU ALAMITUU GUDDOO ISINIRRAA JAALADHA
Waaqayyo isin haa eeebbisuu jabaadha farfannaa during afaan oromo isa ayyaana qabu Sana kana caalaa akka baastan Nan abdadha!!
Eebbifamaa Hundi keessan
Uffee Ammeen Ebbifamaa
Kanaaraa Amaale Ayyani waqayoo issinif haa bayatuu bayee Namatii toltuu ❤️💚 Bayeen issin jaladhaa,❤️
Uuuuufffffeee Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ebifama ebifama dacha 👏 ❤❤❤❤❤❤❤
Eebbifamaa wooow Hafuurri gooftaa isinirraa mul'ata
Omg ani Farfanaa kana guyyaa 100 ol irraa deddebi'ee dhagefadhee !Qufuu hin dandenyee❤❤❤❤ Ayyaanii goftaaa dachaa 7n isiinif yaa dabalamuu maaqa yesusin
Wowowow Ameeeen Ameeee Ameeeee ebbiffaamaa maqaa yesusuusiin ebbaafi ata,a❤❤❤❤
Faarfannaa laphee namaa tuqu ❤waaqayyo isin haa eebbisu 🤲
Uuuuuffffffffffff Ebbifamaa bayyee namati tolaa Waqayyoo hama dhumatti cimsee isiin haa dhabuu❤❤❤
WOOW. Waaqayyo isin haa eebbisu. Farfannaa bareedaa ture.
Yesuus ati adda….eebbifama
Baayyee waaqayyoo hunduma keessanuu Eebba waqarratiin Haa Eebbissuu ❤❤
Love this remake Gospel songs. Keep it up Oromokoo, love to see it. Praise God. 🌳
The best ever worship I saw in my life, may Almighty God bless you more again and again.
Isinoo eebbifamaa dhugaa ❤
Gurmuu eebbifamoo!!!
Blessed Worship Team!!!!
Ayyaannii Goftaa keenya isinif haa bayyatuu❤️
Kan akka yesus nuu jalaate hin jiruu ebbifama ❤❤❤❤❤❤❤
Akkam isin eebbifateera Waaqayyo ❤❤❤
Ammayyuu eebbifamaa guddaa
Faarfannaa hafuuran guutame eebbifamaa
What is a beautiful worship we hear!God bless you more
❤❤❤❤❤ waqqayyo isin haa ebbisuu
Ayyaanni Waaqayyoo isiniif haa baay'atu
Eebbifamaa dhugaafi hafuuraan waaqessuun kanadha
Ameeen
Ameen Ameen Ebbafamaa ❤❤❤❤
Dhugaa
Waaqeffanna addaati
Jabaadhaa ayyaanni siniif haa baay'atu
Ebbifamtanittu ijoolle waqayyo
waqaayyoo isin haa eebbisuu
Waaqeffanna Addadha Dhugaa isin haa Ebbisu
Yoo abba abba caalta Yoo haadha haadha caalta uuuuuuuuuuuuuuuu
i can't explain how much i'm blessed with you guys.i love you, much grace!
isin yeroo hundumaa GOOFTATI akka gammadnif sababa
Jiradha itfufa garum waqayoti fua❤❤❤
Wow blessed team ❤❤❤❤❤
I had never seen like this worship before.
Love you all ❤❤❤❤❤
yesuusidha hundeen nagaako
Waaqayyo dabaleex2 ayyaanasaa isiniif haa baay'isu
Ebbifaama.maaloo
ከ15:07-18:09 ደቂቃ ያለውን ግጥም ትርጉም እስቲ ጻፉልን የምታውቁ።
አግዚአብሔር ዘምንቹን የባረክ
waaqayyoo bara keessaan haa eebbisu ammayyuu
May Almighty God bless you forever!!! Before I wake up from my bed I blessed with this amazing worship 😍
ድንቅ መዝሙር የእግዚአብሔርን አባትነት ዬ አባ❤❤❤
Amazing 🙏🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Wow amazing song!! God bless you.Eebbifamaa
elelelelelelel elelelelelelel God bless you all ❤❤❤
Waqayyoo isin ebisuu ebifamaa ❤❤❤❤
Jecha hin qabu Ayyaanni isiniif baay’ateera. Ammas isiniif haa baay’atu!
This team love you all!
Isin faarfadha dhugaa baay'ee tokkoon isin jaalladha!
Yesuus isa faarfannaa keessaniin kabajjan baraa fi jireenya keessan yaa eebbisu. Eebbifamtan!!! Love you all from the bottom my heart. Dhugaadha anis seenaa biraa hin qabu. Seenan koo YESUUS!!!!!
Waqayyoo gooftaan koo sinaa ebbisuu❤❤❤❤❤❤god blessed you
ሃሌሉያ
እስይ እልልልልልልልል
ድንቅ ነው ዘመናቹ ይልምልም❤❤❤❤❤❤❤
really its amazing gospel team song may God bless all the team and inclusive JCP
Ebbifamaa!
😢😢❤❤❤ farfannaa bayee jaaladhuu☝️🙏😍😍😍😍😍😍😍
❤❤❤ really
Abaa koo, waqaa koo,Goftaa koo Iyaasuu isiin yaa eebbisu.Bayee isiiin jaallannaa. ጌታዬ እየሱስ ይባርካችሁ ።እኔና ልጆቼ መዝሙራችሁን ስትለቁ በፍቅር ነው የምንሰማው በዚሁ ቀጥሉ አለባበሳችሁ ስርአት አለው ተባረኩ
Ebifamaa maaqa yesusin
Eebbifama
❤❤❤❤❤❤Ameeeeennnn
Amazing worship which i am so blessed by! God blesses all of you bountifully❤❤❤!
God bless you all amazing song
Eebbifama❤❤❤❤❤
Waaqayyoo isin haa eebbisuu
Eebbifammaa!!! Yesuus ati adaa aaha
Eebifama
❤ God Bless You 🎉🎉🎉
Eebbifammaa❤❤❤
May almighty God bless you all from most high!❤❤❤❤❤❤
Surely touching
Ebifama ❤❤❤❤
May God bless you ❤
much Grace ❤️
What a presence of God there is😊😊😊
Wow it's amazing worship ❤❤❤❤❤❤❤
Amazing worship God bless you ❤❤❤❤❤