#HeavenVoiceTeam
HTML-код
- Опубликовано: 7 сен 2024
- #PaulosTegegn_Hafuurrikee
#PaulosTegegn_Inni cabsee karaa baby
#MegersaBekele_Ganama Obboroo
#AdisuWedajo&DinkeMelka_Jaalallikee
#HenokJorji_Dhugaadha Natti tola
#YadesaShiri_kan Yesuus Jaalalli adda
#DesalegnTesfaye_Adoo si Yaame
በኢየሱስ ስም ምን አይነት አምልኮ ነው ቋንቋውን አላውቀም ግን መንፈስ ቅዱስ በሚገርም ሙላት ሞልቶኝ ደስ እያለኝ እመለኩ ነው ወዳጆቼ ብርክ በሉልኝ❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🥰
thankyou yanewud yatalalayaye quwanqua binorim manfasachin andina andi yesus kiristos bicha nawu
God bless you.
Wallah baayyeema namatti toltu rabbi isin haa eebbisu
Barak allah
Garuu shamarran ituu surree dhiistanii qamisii dheeraa uffattanii faarfattanii caalaa bareeddu🙄
dhugadhaa ebifaamii atis ebifaamii 👗
I love this and so as my child
What a choir !!! Together, the singers have excellent articulation, blending, phrasing, and line shaping. the director is also well committed his responsibility. they are singing from their heart , with concentration and powerful words praising the lord Jesus. The director has well committed his role. finally, thank you JCP church for sharing us this and many other songs . Hope one day i will visit the church and attend service .
Wow faarfanna kanatti baay'een ebbifame Waaqayyoo bara keessan ha ebbisu
I cant Speak Afan Oromo but I cant stop listening to this JCP Worshippers group daily....May God bless you all time
i love it so much Eebbifamaa🙏🙏😇😇🥰🥰😍😍 wowwwwwwwwwwwwwww
I never stop to listening this blessing song
Uuufffffeeeeyiii dhaggeeffadheen quufuu dadhabee dhugaa waaqayyoo
Barrii keessaniifi jireenyi keessan haa eebbifamu maatii waaqayyoo
Ayyaanichi dachaa isiniif haa baayyatuu kanuma caalattii 📖📖📖✅💯💝
Wow. Hallelujah
Dhugaadha waa'ee keessaniif Waaqayyo haa galatoomu! uf waanin jedhu hin qabu eebbifamaa! Baayyee namatti tola.
Maali issino jiru naa dhorkitaani! Goftaan issiin haa ebbisu! Jaabadha! Dhaabadha! Goftaaf jiraadha!
Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeen Waqayyoo isinii Ebisuuu dacaaa dirbii
Ameen ameen ameen waqayoo waqaa irraa akkaa badhadhumaa isatii isinaa ebisuu heddun ittii ebifamee dhugaa bayyee isinii jaladhaa obbolotaa koo❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏
Isiniin ilaallee jajjabaanna bara waaqeffannaan hafuuraa badee hunduu fooniin ta'e kana keessatti. Eebbaaf ta'aa!
እግዚአብሔር ለዘላለም ይባረክ 👐👐👐በዘመናት መካከል ህዝብ ያላጣ ንጉሥ ስሙ ክብር ይብዛለት ይብዛ ይጨመርላችሁ ። ለምልሙ በደሙ ተሸፈኑ መንፈሱ ሁለንተናችሁን እስከ ክርስቶስ መገለጥ ይጠብቃችሁ
Amen amen my God blessing you jcp Church 🥰🥰🥰
Gooftaan bara keessaan haa eebbisuu! Baay'ee namatti toltuu, nuuf bula, tokkummaan kadhannaan jaalallii keessaan dhalootaaf fakkeenyaa haa ta'u.......
wooow
so amaizing i love it
Waaqayyoo isin Haa Eebbisuu sinan jalladha❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Uuuuuuuuuf ebbiffama maqaa itaasustin ayyani goftaa kanaa calla isiinf ha baayi'atuu faarfana nama ebbidu nama jabbessudha
Hafuraa Qulqulluu karaa kesaan bayyee nu jajabesee! Ulfinaa isaa hafudhatuu
Hamma dhumaatti Ayyaanni Waaqayyoo isin haadhaabu😍❤
Ameen ameen ameen ameen ebbifama dachadhaan ayyanni waaqayyo dachadhaan siinf haa baay'atuu dadabalee 🥰🥰🙏🙏
Gooftaan Koo kaattaan Koo isiin haa ebbissuu ijjollee waqaayyoo
Waaqayyo baraa fi jireenya keessan haa eebbisu!
Wow baay'eema namati toltu waaqayyoo dachaa isiin haa eebbiisuu jabaadha
Baga nagaan dhuftan eebbifamaa
Anmmmeenn Ammmeeennn😭😭😭😭😭😭😭😭 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏 waqayyoo isani ha ebbisuu ebbifamaa
waaqayyo dachaa isin haa eebbisu ,,,baayyee baayyee eebbifamaa
Gooftaan ulfina isaa haa fudhatu. Ijoolle eebbifamaa.
WOW ADDUMAA WAAQAYYOO BARA TAJAAJILAA KEESSAN HA EEBBISUU EBBIOFAMAA
Ameeeen ebbiifam dachaa dachaa
Waaqayyoo abban waaqa irraa baraafi jireenyaa keessaan Haa eebbisuu gooftaan koo ♥️ baay'ee baay'ee lubbuu nama boqochisaa
Hafuuraan geggeeffamanii waaqeffachuu jechuun akkasi. Eebbifamaa
waaqayyoo guddaa isiin haa ebbisuu baay`een isiin jaalladha obbolota koo dhumni kessan jireenya barabaraa isiniif haa ta`uu
Eebbifamaa, Waaqayyo guddisee isin haa eebbisu.
team kana baay'een jaaladhe...eebbifamaa
jaalallikee burqee yaa'ee hindhumu...gooftaankoo isin haa eebbisu
Lalisaa Saaroon Iyyeesuus koo ...... Ameen!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!! be blessed the team
Uuuuuuffffffeeeee
Eebbifama❤❤❤❤❤
Ebbifamaa 🙏👏🙏🙇🙇🙇
Waaqqayyo daddabalee isin ha'eebbisu.
dhaggeeffadhee quufuun dadhabe, barri keessan haa eebbifamu!
Kan calla ayyani goofta macca itti isin haa dabalamu ebifama ebifama ijoollee kaku ameen amen 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓📖📖📖📖📖📖📖📖📖📖☝☝☝☝☝☝🙏🙏👏👏👏👏👏👏👏👏✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💘💘💘
Ameeeen Ameeeen Ameeeen eebifaama dachaa dachaa 🥰🥰🥰🥰
Uuuuuuffffff Ameeen yesuusekoo afuurri kee na jajjabeessa yeroo gaddaattis yeroo gammachuuttis,Ameeen abbaakoo bagan kan kee ta'e madda nagaa koo!!!!Baraaf jireenya keessan haa Eebbisu jabaadhaa.
Waqqaayyoon dachaan issin ha ebbisuu Ebbiiffamaa
Uuuuufeeeeeeeee 🙏🙏🙏
amazing worship well continue God bless u
farfanaa poulef mage wan harsetanif bye ntitolee ebfamaa jabdaa ❤❤
WOW tebareku ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ ameeen ameen ameeen ameen ameeen ameen ameeen ameen ameeen ameen ameeen haleluyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤
dhugumaa
waaqqaayyoo
gaargarsi
kee
naaf
guudaadha
maqaan
kee
haa
gaalateefamuu ameeni
ka,aa
God bless you really, thank you.
I can't stop listening to this incredible worship. God bless you all!
Mal anoo nan qabana'ee dhuga rabii umrii dheradha jiradha uuufffff ❤❤
Araarrii kee , Jaalallii kee burqee ya'ee hindhumuu keessaa kottii! wow amazing worship.
God Bless You All!
Ulfinni Waaqayyoof haata'u!
Ayyaanni kun itti isiniif haa dabalamu!
Dhugaa dubbaachuuf baay'ee ajaa'ibaa. Isin silaa iyuu Eebbifamtaniitu ammas waaqayyoo bara keessaani fi waan kan keessaan ta'e hundaa haa ebbiisu .
Sin waama Yaahiwwee sin waamaa😍😍🙏🙏
Beautiful worship 👏👏👏👏
Keep shining 🤩🤩🤩🤩
God bless you all❤❤❤❤❤
Wow baayyee Ebbiffama waaqni ammayyu Ayaanasa Suurasa kana itti isinifi haa dabalu Ebbiffama nuu jiraadha🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤
Uuuufffeee ameen ameen ameen ameen ebifamaa ebifamaa ❤❤🤲🤲🙏🙏
Waaqayooni baay'isse dacha dachaan isan haa baldhisu......hafura dibatatti addatti isan irraa jirra baldhadha,dagaaga,mo'a goftan isan haa Eebisu ❤❤❤❤
Ameeen Ameeen Ameeen ebifamaa obbolowaan waqayyoo sabisuu
"...inni cabsee karaa banuu
Na dura deemaa aha...haa..ha
Na dura deema!"❤❤❤❤❤❤
God bless you guys 🙏🙏
Ameen ameen ameen ebbifamaa dachaa ayyana waaqayyo ufadhaa
Baayyee na boqochiseera waaqayyoo sin ha eebbisu,ayyaana isaan eegama
Eebbifamaa
Ameeen Ameeeen Ameeen Ameeeen Ameeen 🙏🙏🙏 🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Afuura kana keessaa homtuu isin hin baasiin eebbifamtanittuu dabalaa eebbifamaa baris dhumaa jirtii jabaadhaa hammasittuu hojii biraan asba'aa I love you all prease the Lord
Afaaa jiradhaa baraa hamaaf baraa ulfaata kana keessa waqayyoo amayyuu boobahaa isaa jalaa dhoksee isin haa kayatuu ufee baayee namaa boqochisaaa ameeeeeeeen ameeen !!!?
Waaqeeffannaa hafuuraa True real Worship 🙏🥰
Hallelujah amen Afurikee najajjabessa 🙌🙌 Wa'ee keessanif waqayyo ha'ulfaatu
Goftaan ayyanaa Isaa isin irraatti haa hambissu farsaa humnaa of keessa qabuu ittinan ebbifamee dhuga hoolichaa mudaa hin qabnee
Pure worship is only for God.eebbifamtanittu.
"There is no one else for me
None but Jesus
Crucified to set me free
Now I live to bring Him praise" woooow bless you my parents
Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
I heard this song more than Ten times ..wow May God bless you...Let us fight depression and stress with his spirit !!!!!!!!!
waaqayoo isin haa eebbisuu guddaa!!!!
❤❤❤❤❤mali mali jedhen dubadha🎉😢
God bless you nukuri ndabakunda am in Rwanda
Waaqayyoo isin haa eebbisu
Waaqii isiin Eebbiisuu Eebbiifama
Baayee Baayee itti eebbifamne eebbifamaa
Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen wowow wowowow Uuuuuuuuuffeeeeee haleluyaa ulfadhu waqaa koo ameeeeeeeeeeeen ❤️❤️❤️❤️❤️📖📖📖📖📖❤️❤️❤️❤️❤️❤️🙏Ebbiifamaa Ebbiifamaa Ebbiifamaa Ebbiifamaa dachaa dachaa saba kakuu
Maqaa yesuusiin eebbifamaa ani ergaan isin ordoofuu qabe baay'ee Hafuura isinii irraa jiruutti boqodhew😮❤❤❤🎉🎉😢😢😢
Haa galatoomu inni jajjabeessaa keenya! obboloota jaallatamoodha isin waa'ee keessaniifis guddaan waaqayyoon galateeffadha!
Waaqayyoo gama hundaan isin haa Eebbisu, b.b.itti eebbifamaa jirra!.
Wwwwooowww god bless you ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Dansaa garuu wari shammaran ufaata dubarti utuu uffaatan bayee garii
Ameeeeeeeeeen ameeeeeeen ebbifamaa 🥰👏
Eebbifamaa ijoollee waaqayyoo isin dawwachaa jirra
barkesanif tajajieli kesan hebifamu rhobotinn taa❤❤
Waaqayyo isin haa ebbisuu, lubbun koo itti ebbifamteetti akkasuma ebbifama!!!!
Eebifamaa jabaadhaa
Im waiting for a long for sure. .you delayed this time round...I'm happy you are back......Ameeen goftaaaaaaa
አሜን አሜን
"Waaqayyo Gooftaan, Jabina kooti"
Waaqayyo isin haa Eebbisu.
Ameeenii Ameeenii Ebifamaa waqaayoo waqaraa Ayynaa isaa isiniratii hadabaluu oboolotaa koo Ebifamaa dachaa dachaa🙏🙏🙏🙏🙏💞💞💖📖📖🇱🇧🇱🇧