#MichuuDhugaa

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 9 сен 2024
  • Thank You For Visiting Our RUclips Channel.
    Please Subscribe and turn on your Notification button 🔔 To Get New Videos.
    Visit Our web site www.jcpchurch....
    FACEBOOK www.facebook.c...
    TIKTOK www.tiktok.com...
    INSTAGRAM www.instagram....
    Waan nu daawwattaniif galatoomaa
    nu waliin hojii wangeelaa hojjechuuf fedha yoo qabaattan
    Bank Account Number Commercial Bank Of Ethiopia 1000266916594
    COOP 1011800016733 Awash bank 01320746811300
    Birhan bank 1500520081595
    GOD BLESS YOU.

Комментарии • 175

  • @soressatesfaye81
    @soressatesfaye81 26 дней назад +1

    Gooftaan isin haa eebbisu! Ayyaanasaa isnirratti haa dagatu 🙏❤

  • @BultuGeleta
    @BultuGeleta 2 дня назад

    Ameen amen Ameen eebbifamaa

  • @JamilaJamila-uo1lb
    @JamilaJamila-uo1lb Месяц назад +1

    GOD BLESS YOU❤❤❤

  • @user-ys5bq8sq1w
    @user-ys5bq8sq1w 2 месяца назад +4

    Ebbiffamaa waaqayyoon yagalatomuu🤲🤲🤲🤲🤲🤲

  • @AlemayehuTerefe-cj1ov
    @AlemayehuTerefe-cj1ov Месяц назад +1

    Ebiifama ❤❤

  • @caaltukatama3865
    @caaltukatama3865 4 месяца назад +5

    Waaqayyo isin haa eebbisu Waldaa Guutuu wangeelaa Dambi Dolloo duriin yaadadhe

  • @LiyaMokoni
    @LiyaMokoni 2 дня назад

    goftan siin haa ebbisuu ❤

  • @ebisabelachew1340
    @ebisabelachew1340 22 дня назад +1

    Waaqayyo isiin ha eebbisuu

  • @temesgenbayu4455
    @temesgenbayu4455 2 месяца назад +1

    እሰይይይ ተባረኩልኝ ላዬረክስ በአማርኛ ብትፅፉ ...more አብረን እናመልካለን ፀጋ ይብዛላችሁ !!!

  • @gemechushaku
    @gemechushaku 7 дней назад

    So so good I love it

  • @BethelAlemayehu
    @BethelAlemayehu 4 месяца назад +4

    Gurmuunana baayyeen isin jaalladha haafuurri isin keessa jiru baayyee hafuura ho'aadha waaqayyo isin haa eebbisu jechaa komiin qaba innis uffannaa ijoollee durbaa irratti yess ❤waaqayyo garaa ilaala fuula hin ilaalu garuumoo fuula namaa dura dhaabbanneetu waaqayyoon isa hafuura isaatiin namoota keessa jiru tajaajilla😊 kanaaf eeggannoo namaaf gochuun barbaachisaadha kanaafuu waanuma ija namaattis miidhagee ilaalcha keessa nu hin galchineen dhiyaachuun baayyee barbaachisaadha jedhee waanan amanuuf .eebbifamaa

  • @abrudesalegn7251
    @abrudesalegn7251 2 месяца назад +1

    UFFFF እንዴት ደስ የሚል አምልኮ ነዉ በጌታ ተባረኩ🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤

  • @GelanSolomon
    @GelanSolomon 3 месяца назад +3

    Uuuuu hallelujah Ameen Ameen Glory to our Almighty God ❤ You guys are blessed.

  • @hanaminase3946
    @hanaminase3946 Месяц назад +1

    Gooftaan ayyaana isaa isiniif Haa baayyisu hanga dhumaatti cimsee isin haa dhaabu

  • @user-sq8fx3ez7l
    @user-sq8fx3ez7l 4 месяца назад +3

    Barriif jireenyi keessan haa Eebbifamu.Ijoolleen shammarranii surree otuu uffachuu bàattanii namatti tola , please wanta kana itti yaada eddoo aarsaf kabaja kennaa waaqayyo gammachiisa🙏🙏🙏🥰🥰🥰

    • @lifespringtube914
      @lifespringtube914 4 месяца назад

      Waaqayyo wayya ilaalu jalqabemooyii😂😂😂😂😂

    • @user-sq8fx3ez7l
      @user-sq8fx3ez7l 4 месяца назад

      @@lifespringtube914 qullaas yoo deeman sitti tola jechuudhagaa sihii

    • @TolasaDeressa
      @TolasaDeressa 4 месяца назад +1

      Barumaa yommi mudaa funaanu dhifnaa laata waaqumtii Ayyaanaa isaa nuf haa baay'isuu hamma muuda kuun sitti argaamee ergaa farfaannicha uttu sif gaale natti tola

    • @samueldegefa8631
      @samueldegefa8631 4 месяца назад +1

      ​@@TolasaDeressanamni waan itti hin tolle dubbachuu danda'a! Obboleessakee gufachiisa taanaan immoo waan si gammachiisu dhiisuu danda'uu qabda!

    • @samueldegefa8631
      @samueldegefa8631 4 месяца назад

      ​@@lifespringtube914Waaqayyo garaa ilaala! Namni garuu si ilaala! Akka ilaalcha isaatti gaarii yoo itti fakkaatte dubbii ati dubbattu dhaggeeffata!

  • @KennaOLii37
    @KennaOLii37 4 месяца назад +2

    Gurmuun keessaan bayyee namati tola dhuga waaqayyoo 🌹🌹🌹🌹🌹🌹
    Gurmuudhan farsaa

  • @bachadembidollo6626
    @bachadembidollo6626 2 месяца назад +1

    What a worship! Ajaayiba asuma guuraa

  • @astersenbato2095
    @astersenbato2095 4 месяца назад +1

    Ameen waaqayyo isin Haa eebbisu abbidii Afuuraa qulqulluu dachaa isin irratti hata'u❤❤❤❤❤❤

  • @adanuugalataaadanuugalataa6655
    @adanuugalataaadanuugalataa6655 3 месяца назад +1

    Waqayyoo baraakeef jirenyaa Keessaan haa ebbifamuu 💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓🎉🎉🎉🎉

  • @MarryMarryy
    @MarryMarryy 3 месяца назад +1

    Ebifama waqayyoo sna ebisuu

  • @4gworld4gworld2
    @4gworld4gworld2 3 месяца назад

    Ameeeen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen uuuufff ❤🎉🎉

  • @tesfahuntsegaye7774
    @tesfahuntsegaye7774 4 месяца назад +1

    ebbifamaa waqayyoo isin haaeebbisu ❤❤❤❤❤❤

  • @user-jb1ds8mn8w
    @user-jb1ds8mn8w 2 месяца назад

    ❤❤❤ waaqayyof haagalatu Waaqayyo isin haa eebbisuu jabadha mootummaa waaqayyo labsa ❤❤

  • @lensabuli9621
    @lensabuli9621 4 месяца назад +1

    Obboloota Jaallatamoo nana❤ ❤❤❤ Eebbifamtaniittu🙏🙏🙏

  • @Wiirtuu_Ispoortii
    @Wiirtuu_Ispoortii Месяц назад

    ke ikirta gara .. bale eye glass lij yimechegnal ... tebarekulign yemiwedachu wendim ena ehetoche ❤

  • @gemechuayele842
    @gemechuayele842 3 месяца назад

    Ameen Ebifama Waqayyoo san ebisuuuuuuuuu🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @Kabbe-od4zv
    @Kabbe-od4zv 3 месяца назад

    ⛪️🙏🙏🙏🙏⛪️
    Matii ebbifamooo

  • @TewabechBirhanu
    @TewabechBirhanu 2 месяца назад

    Always sweet songs may God bless you all

  • @MestiRegassa
    @MestiRegassa 3 месяца назад

    Goftaan baraa kessaan gudfise yaa ebbisu bayye farfannan isiin farfattan anan ebbisa❤❤❤❤❤❤❤

  • @motumailmaabbakoo5984
    @motumailmaabbakoo5984 4 месяца назад +1

    Eebbifamtoota koo❤❤❤❤❤

  • @yosephberisoayano1141
    @yosephberisoayano1141 4 месяца назад +1

    Waqayoo isiin haa ebisuu jabadha
    kanaa caalatti amoo farfanaa walz ille osoo farfataani jedha ebifamaa

  • @SagniLachisa
    @SagniLachisa 2 месяца назад

    God bless you

  • @lemiasefa-uf9mg
    @lemiasefa-uf9mg 4 месяца назад +1

    ❤❤waaqayyoo kana caala caala ayyaana isiniif ha baayyiisu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @bontubedesa
    @bontubedesa 3 месяца назад

    Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Eebbifamaa 🙏🙏💓💓💓💓

  • @MastuMast
    @MastuMast 3 месяца назад

    Amen amen amen ebifama ebifama ebifama❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @user-rj6nj5xy6h
    @user-rj6nj5xy6h 4 месяца назад

    Waqayyoo isiin haa ebifama Kana caalaa humna argadha, itti fufaa malee hin dhabatinaa siin jallana🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️

  • @ebsichooshifera
    @ebsichooshifera 4 месяца назад

    ameen ameen eebbifama.

  • @ZegeyeZedi
    @ZegeyeZedi 4 месяца назад

    Amen waqayoo issin haa ebisuu

  • @kibituayana3065
    @kibituayana3065 2 месяца назад

    ♥️♥️♥️♥️ Ebbifamaa!!

  • @user-pu9ti1pf9x
    @user-pu9ti1pf9x 4 месяца назад

    Ebbifamaa waaqayyoo isiin haaebbisuu

  • @jirex430
    @jirex430 4 месяца назад

    Ameeeeeeeeeeeeeeeeeeen ❤❤❤❤❤

  • @Bilisuma-vo6zw
    @Bilisuma-vo6zw 4 месяца назад

    Ameeeeeen ebbifamtota ijollee waqaayyoo

  • @saarii2
    @saarii2 4 месяца назад

    Ameen ameen eebbifama isiin jaallannaa❤❤❤❤

  • @moikalove5554
    @moikalove5554 Месяц назад

    Eebbiffamma

  • @Sifooraa
    @Sifooraa 3 месяца назад

    Wow wow eebbifamaa!

  • @Ibsa-fg6sy
    @Ibsa-fg6sy 4 месяца назад

    Ameen michuu dhugaa

  • @aeeeaeee1672
    @aeeeaeee1672 4 месяца назад

    Amenen Amenen Amenen Amenen ❤❤❤❤❤

  • @liloaf5884
    @liloaf5884 4 месяца назад

    Waaqayyoo sini haa eebisu eebifaamaa ❤❤❤❤❤❤

  • @gemechistekile1135
    @gemechistekile1135 4 месяца назад

    Eebbifamaaaa jiraadhaaaa ijollee waaqayyo ❤❤❤

  • @user-dc9mg2yc5b
    @user-dc9mg2yc5b 4 месяца назад

    Ameen Ameen ayyaaani Waaqayyoo isiniif ha baayyatu❤❤❤❤

  • @user-hv8ew7nr4q
    @user-hv8ew7nr4q 2 месяца назад

    Ebifami maqaa yesusin

  • @urjiiitalaabadiyya1947
    @urjiiitalaabadiyya1947 4 месяца назад

    Ameen ameen ameen ameen ebifamaa ebifamaa hayyanii isinifi habayyatuu ❤❤❤🙏🙏🙏

  • @MosisaEnjigu
    @MosisaEnjigu 4 месяца назад

    Eebbifamaa

  • @astertadese1604
    @astertadese1604 4 месяца назад

    Ameen Amen Ameen Eebbiifama obbollottako

  • @tolerafikadu8816
    @tolerafikadu8816 3 месяца назад

    Ebbifaama waaqayyoo baraa Hessian jireenyaa lesson haa ebbisuuu

  • @adisumekonen4352
    @adisumekonen4352 3 месяца назад

    Waaqayyo siin haa eebbisu❤❤❤❤❤

  • @nagaamedia
    @nagaamedia 3 месяца назад

    Blessed!

  • @wangelusolomon8140
    @wangelusolomon8140 4 месяца назад

    Ameen God bless you ♥️

  • @birbiryoutube4739
    @birbiryoutube4739 4 месяца назад

    waaqayyoo Isin haa Eebbisuu. Ebbifama

  • @AlainUae-qi4zc
    @AlainUae-qi4zc 3 месяца назад

    Wow❤❤❤🎉🎉🎉ebifamaa

  • @TarafaLamessa
    @TarafaLamessa 4 месяца назад

    Ameen! Ameen!god bless You !

  • @damemire9198
    @damemire9198 4 месяца назад

    Lovely team welcome back. ❤

  • @GammeeGirmaa
    @GammeeGirmaa 4 месяца назад

    Eebbifamaa👏

  • @KadirUmar-fm1up
    @KadirUmar-fm1up 4 месяца назад

    Bayyee ebbifama isiin jallannaa

  • @alemitukebato9080
    @alemitukebato9080 4 месяца назад

    Ebbifama ❤❤❤

  • @AnaneDereje
    @AnaneDereje 4 месяца назад

    Ebifamaa dhugaa

  • @Mohef
    @Mohef 4 месяца назад

    Uuffee eebbifama dhugaaaa

  • @tolerafikadu8816
    @tolerafikadu8816 3 месяца назад

    Ebbifaaama❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Singerbontuulataa
    @Singerbontuulataa 4 месяца назад

    Uuuuuuuuuuuuuuuuuuffeeeeee ❤❤❤❤❤❤❤❤❤ammeen ammeeeeeen Haleluyyyyaaa

  • @taressaalemu8699
    @taressaalemu8699 3 месяца назад

    Amazing units of worship

  • @BegnaBinorNukusa
    @BegnaBinorNukusa 3 месяца назад

    Uuuuuuuuuuuuuuuuuuuf waanan jedhu hin qabu waaqayyoo isin ha eebisuu malee

  • @user-ug4jh9in6f
    @user-ug4jh9in6f 2 месяца назад

    ❤❤❤❤🎉

  • @user-ln8qv4bc1g
    @user-ln8qv4bc1g 3 месяца назад

    Stay blessed love you too much Jesus love you thank God bless!!!! 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚

  • @user-io6xl1iq9w
    @user-io6xl1iq9w 4 месяца назад

    Wwooooww Waaqayyoo bara kesaan ebbiisuu

  • @almazhilu979
    @almazhilu979 4 месяца назад

    Ameen ameen ameen god bless you❤❤🙏🙏

  • @dawitsima3323
    @dawitsima3323 4 месяца назад +1

    Biyaa dhufee issinin wajin waqaayon waqeefadha. ❤

  • @daniqasim2254
    @daniqasim2254 4 месяца назад

    Qomoo Filatamoo Eebbifamaa ❤

  • @Hundaako
    @Hundaako 4 месяца назад

    Ebbifamtoota koo

  • @AmartiiMaatiwoos
    @AmartiiMaatiwoos 3 месяца назад

    ❤❤jiraadhu ayyanni sinif haa baayyatu ❤❤

  • @obsimanabebe9944
    @obsimanabebe9944 4 месяца назад

    Addaadhaa ati addunyaarraa......uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuu haaleluyyaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaa!

  • @SanyiiWaq-gaarii
    @SanyiiWaq-gaarii 4 месяца назад

    Eebbifaamaa ijjoolee waaqayyoo

  • @siloamtube3257
    @siloamtube3257 3 месяца назад

    Inni ammayyuu jiraataa dha. Ameen Ammayyuu Eebbifama! 🥰🥰🥰

  • @amantidiriba3892
    @amantidiriba3892 3 месяца назад

    Wow Eebbifamaa Obboleekoo!!

  • @TolasaDeressa
    @TolasaDeressa 4 месяца назад

    Uffee eebbifama waaqa isaa siinin nuf kennef gaalanni haa ta'u
    Eebbifaama yeroo hundaa farfaannan yesuusin ol qabuu afaan kessan kessa hin dhibbin

  • @YohanisMegersa-ew2yv
    @YohanisMegersa-ew2yv 4 месяца назад

    Eebbifamaa🙏

  • @AlainUae-qi4zc
    @AlainUae-qi4zc 3 месяца назад

    Ufffeee❤❤❤Achiittii🎉🎉🎉naafuteee❤❤❤❤ameen

  • @soolankebede3482
    @soolankebede3482 4 месяца назад

    Ameen Ameen❤❤❤❤❤

  • @DerartuMosisa
    @DerartuMosisa 3 месяца назад

    Amee

  • @FiromsaGermuDuke
    @FiromsaGermuDuke 4 месяца назад

    waaqayyoon dabalee ayyaana siniif haa baayy'isu. baayy'ee namatti tola eebbifamaaa
    badhoon eessatti bade nuuf deebisaa

  • @asterburaka3150
    @asterburaka3150 3 месяца назад

    EBBIIFAMAAA❤❤❤❤

  • @LaliHinkosa-qi7bi
    @LaliHinkosa-qi7bi 4 месяца назад

    ebbifamaa

  • @johnolika8254
    @johnolika8254 4 месяца назад

    Obbolee koo jaallatamoo❤🙏

  • @lensafekede7708
    @lensafekede7708 4 месяца назад

    ❤❤

  • @FiraolTadasa-mg8io
    @FiraolTadasa-mg8io 4 месяца назад


    Jaajjabboo koo

  • @ErmiasBayisa
    @ErmiasBayisa 3 месяца назад

    Amazing worship God bless ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @sumayyah1239
    @sumayyah1239 4 месяца назад

    Ebbifamaa amen

  • @user-lo6gy5cc1e
    @user-lo6gy5cc1e 4 месяца назад

    Ameeeeen ❤❤❤❤❤❤

  • @metimitiku6862
    @metimitiku6862 4 месяца назад

    Ayyanni waaqayyoo isiinif haa baay'atuu

  • @user-lb4oe7dz7e
    @user-lb4oe7dz7e 3 месяца назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤ebiifamaa

  • @user-ig6qh7jr8f
    @user-ig6qh7jr8f 2 месяца назад