Amazing Gospel song! God bless you, my beloved brother. Keep worshiping the Almighty God. Stay blessed and continue to shine His light.. This song truly touched my heart.
Ati jechikee kuniyyuu akka Yesuusiif hin malle sii galeera. Otuu jechikee kun qofti hin gaha ta'eeti faarsaakee isa #Dirmamma'ee jedhu irraatti goolabda turte. Itti Fufi kunuu hin geenye Yesuusiif...........
Anaanoo waa'een ke na dhibee
Ajabeen faarsaa barreessee!
Addunyaan haalaan na kijibee
Gammachuu narraa balleessee!
Qofaa koo lafa onaa keessatti Sodaadhee
Garaako muratadhee dhiphuutti of laadhee!
Wallaale mukan qabee gadhiisu qoraattii
Awwaalee isan keessaa galeeru qofaattii!!
Guyyaan koo gurraacha'ee
Gurmuun narraa dacha'ee
Mudhiin koo hiikkannaanii
Na marsite rakkannnaanii!
Yesuus koo atii
Kan naaf oolte gatii
Tokkoof lama mitii
Siif maaluman kenna yaa mootii!
Galatoomi malee,
Galatoomii*4
Siin maan jedharee?
I can't stop listening to this song.
Heavenly blessing!!!!!!!!!
Amazing Gospel song! God bless you, my beloved brother. Keep worshiping the Almighty God. Stay blessed and continue to shine His light.. This song truly touched my heart.
Galgalli kun kanaan nu eebbiseera Galatoomi yaa abbaa galgala keenyaa Yesus❤
Devo koo eebbifami maaqa yesusin barrif jireenyi kee haa eebbifamu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤ uuuffffeee uuufffeee waqayoo Baraa jirenyaa Kee ha'ebiisuu dawee koo🎉🎉🎉🎉🎉 Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen galatomii yesus koo🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲👑👑👑👑👑
Deevookoo Ayyanaa danuu Hararaa danuu Ebbaa danuu siif haa daballuu yesuus Ini ati hojetuuf
❤❤❤❤❤❤❤❤❤ maal jedheen ibsa baay'een ittin eebbifame
Ati jechikee kuniyyuu akka Yesuusiif hin malle sii galeera.
Otuu jechikee kun qofti hin gaha ta'eeti faarsaakee isa #Dirmamma'ee jedhu irraatti goolabda turte. Itti Fufi kunuu hin geenye Yesuusiif...........
Waaqayyoo ayyanna isaa siif haa baay'isu Dave nama eebbaa
Akka Waaqayyo Sirnaan itti fayyadamuuf sammuu kee Waaqayyoof waan kenniteef guddaa eebbifami. Waaqayyo inni sitti fayyadamee jireenya keenya eebisaa jiru immoo baraa amma bara baraatti haa kabajamu.
WAAQAYYO SIRRIIDHA!
Uff dhuguma waaqayyoo si jaallatam😊😊
Ebbifamii❤❤❤❤❤❤❤
Bayyee dinqii!! Gooftaan ammayyuu dachaa si haa eebbisu!!!
Uufffee eebbifami waqayyoo gooftankoo baraafjireenya kee haa ebbisuu ❤❤😢😢
Ajabeen 🥰🥰🥰
❤❤❤❤❤good bless you bro
❤❤❤🎉🎉ani be jechuman dhabaa jira.gooftaa kanaafa isa akkas nu jaaallate.erga qulquu nu keessa kaa'e kana
Good. Blesend. Dave❤🔥👌
Eebbifami devoo! faarfannootakeetti eebbifamuu akkuman itti fufettan jira...
Dibata dachaa dachaan sirati ha dabalamu ❤️
Daveko eebbifami ❤❤❤❤❤❤
Deevoo ati karaa keeraa hin jirtuu karaan kee cufameraa karaa yesuus qabateem. Ati dutetaam yesuustuu sii keessaa jiiracha jiiraam ayyanaa waqaraa doldhoftetaa sii doldheseraa Hararii Ayyanii waqaraa. Namaa Ebbaa
AMEEN AMEEN AMEEN
Deva❤❤❤❤❤❤
Ebbifaami dhugaa farsaan kee hunduu ajayiba dhugaa❤
Eebbifami ❤❤❤❤❤
Ammeen ammeen ebbifammii
Deva ko
Waaqayyo Si haa EEBBISU.
Amezing 🎉
Ameeeen Eebbifamaa nama waqaayyo
Ulfaaaaaaadhu waaqakooooooooooo homaa jecha hin qabu
Kayyoo dhalachuutu cf galee dawe ko yesuus iddo hundumaati jireenya keenya hundumaan mul'achu qaba.
Eebbaaf ta'ii 🥰🥰🥰🥰🥰
Waaqayyo kana caala ammayyuu ayyaanasaa siif haa baay'isu, eebbifami!!!🎉🙏🎉💐🌺🥀
Wow wqyo sif haa baayyisu ayyana kanaa caalu🎉❤❤❤❤
Blessed 🙏
Deva
God bless you dev
Ebbifami devo nuu jirraadhu waggaa dheeraa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
Love❤
Ameeee Ebifamii mucaa Yesus ❤❤❤❤❤❤❤❤🎉
❤❤❤❤❤❤❤❤ Amen 🙌 Hallelujah
God bless you
Naniis wa'ee Goofta kun na dhiibeem Deva
Amen 🙏
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
God bless you ❤❤
Dave waaqayyo baga si eebbise
eebifami ayyaanichi siif baayateera qaxalee ilmaa
God bless you 🙏
Woow❤
🎉 Devo❤ maal ijoo maal jedhu ❤😮
Maal siif goona #VPN illee fayyadamne dhaggeeffanna malee...
AMEEEN
Deva💪
🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
Daawwee Koo egaa maalan jedha? Abbaan ayyaanichaa Kristoos haa ulfaatu. Sagalee kanaan Addunyaa naanna'i misirachoo Wangeelaa kana lallabi🥰 Daandiin kun sitti banameera maqaa Dhiiga Qulqulluu Iyesuusin😮
Nama sirridha atii ❤❤❤
Deva hin dandeessa bro
❤❤❤❤❤❤❤
David❤
Ajabeen
❤❤❤❤
❤❤❤❤❤
❤❤❤🎉🎉
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
❤❤❤❤❤❤❤❤
❤
🥰🥰🙌
❤❤
🥰🥰🥰🥰
❤❤❤❤❤❤🎉🎉
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🙏🙏🙏
❤❤❤😊 1:15
❤🏥⛪❤❤❤❤⛪❤❤❤❤⛪⛪❤❤⛪⛪❤❤⛪⛪❤❤❤⛪⛪❤❤⛪⛪❤❤❤⛪⛪❤❤⛪⛪goftaf. Mana ISA kessati umuuri kee ha dheressu
🎉🎉🎉❤❤
💚🙏💚🙏
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
Deevoo kooo
Inuma nutti dhangalaaste aabbee
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤
❤🎉❤🎉❤😢❤😢❤❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉
❤❤❤❤❤❤💯💯💯💯📚📚📚📚📖📖📖📖📖📖
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤