MM Itiyoophiyaa Hoogganaa Mootummaa Waraanaa Biyyattii Waliin Dubbatan|VOA Afaan Oromoo

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 24 июл 2024
  • 0:00 Gabaasaalee guyyaa harraatiif qabnuu keessaa
    1:15 Muummichi Ministaraa Itiyoophiyaa Abiyyi Ahimed Sudaanitti Imaluun Hoogganaa Mootummaa Waraanaa Biyyattii Waliin Dubbatan
    3:26 Mooraa Baqattootaa Gondar Kaabaa Jiru Irratti Haleellaa Raaw'atameen Namoonni Miidhaman
    4:36 Tigiraay Keessatti Waggoota Shanii Booda Yeroo Duraatiif Qormaatni Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Har’a Kenname
    6:15 Manni-Maree Waldaalee Kiristaanaa Keeniyaa Kaabineen Biyyattii Akka Diigamu Gaafate
    8:06 Biyyoottan Afrikaa Kutaa Saahiil Keessati Argaman Gara Hawaasa Diinagdee Biyyoottan Afrikaa Dhihaa ECOWAS’tti Akka Hin Deebine Maaliin Beeksifte
    9:55 Yunaayitid Isteetis Keessatti Gama Tokkoon Balaan Buubbee, Gama Kaaniin Ho'i Lubbuu Namaa Galaafataa Jira
    12:26 Naannoo Amhaaraa Godina Addaa Saba Oromoo Keessatti Rakkoon Nageenyaa Yaaddessaa Tahuun Himame
    17:16 Miseensonni NATO Waa’ee Egeree Siyaasaa Baayiden Yaaddoo Hin Qaban, Jedha Waayit Haawus
    21:05 Waayee Uummata Oromoo Kana Beektuu Laata? ‘Qormaata Qoramanii Dabru, Jireenya Jiraachuun Qoramu’
    Qophiin Sagalee Ameerikaa Sagantaa Afaan Oromoo; oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawaa, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan irratti Wixataa amma Jimaataatti dhihaata. Nu hordofaa.
  • РазвлеченияРазвлечения

Комментарии • 4

  • @wariosara1069
    @wariosara1069 16 дней назад

    Galata rabbii guddattii tumsa rabbii guddattii America dhukkee tahuu jirtii

  • @SomoIya-qh7jz
    @SomoIya-qh7jz 16 дней назад

    Yooyaa VOA gootoota Oromoo 🙏🙏💪💪😍😍🥰🥰💖💖❤️❤️💞💞💕💕👍💯☝️

  • @aliyedalu6401
    @aliyedalu6401 16 дней назад

    Woggaa woggaan namooni yemmuu miidhamaniin booda Gadaa Abootii Amantaa Jarroleen araara buusuuf gaafataa jiran kanjedhamu wannuma baratame. Kuni wontuma baratame. Amma oduu akkanaa asiif achi oofuu osoo hintaane mootummaan seera kabajisiisuu qaba. Ummannis taanaan yakkamtoota harkka isaanii jalatti qabatanii taa'uu osoo hintaane dabarsanii kennuu qaban. Maloo hawaasichi eddoo hundattuu wolii galteedhaan qaama isaan miidhutti jiran gadi bayanii balaalefachuu qaban. Kuni yoo hintaane duuti ummaticha irraa hindhaabbatu. Dhugaan jirtus tanuma.

  • @HusenArga
    @HusenArga 16 дней назад

    Waraana isa itoophiyaa keessa jirufis nagaa buusuun maaf dadhabame?