Rakkoon nageenya gama dangaa hin jirtu jechaa jira garuu ji'a hin geenye ka oromoo ituu fi afar wal ajjeesee walirraa hikkate Afarirra nama tokko du'u Oromoorrahis nama tokko du'e bulchaan kun garuu erga dhukkaasa dhagahuu dhiifnee waggaa geenye je'ee afaan guutatee dubbate. Nama ajaa'iba
Qopheessan qophii Caaya jabaadhu rakkoo ummata miiskinoota ifa baasi,
I appriciate you.
Masha allah ulagaalee kijiibaa guutee jira. Wow qanawuun wan hafuu edaa wayii hojii rabbii ! Jalaa hin hafinaa please
Wow! Gaazeexessaa kana akkatti jaalladhu ! he is very professional ! Keep it up the good work my brother ❤
Biriin hawasaraa sa sabamee
nyadhamee jiraa ijaa isaraa hin bektuu ya lamii jarii nii sobdii
Hatotaa Ana qumbii bordodee Araa fidee dhuftee Rakisii likitii Balagee tanaa Hatudhaa isan martuu hawasa rakisanii wly😢😢
I love caayaa program
Akka ajaibatti natti toltanii ti jirtuu warri Qophii Cayaa kana hojjatuttii jirtan jabadha ittii fufaan isinin jadha ❤❤❤❤❤❤❤
Rakkoon nageenya gama dangaa hin jirtu jechaa jira garuu ji'a hin geenye ka oromoo ituu fi afar wal ajjeesee walirraa hikkate
Afarirra nama tokko du'u
Oromoorrahis nama tokko du'e bulchaan kun garuu erga dhukkaasa dhagahuu dhiifnee waggaa geenye je'ee afaan guutatee dubbate. Nama ajaa'iba
Wly Haqaa heyeysaa Akasitii nyachuu fii samun bayee Garaa Na nyatee ya Rabii dirmadhuuf 😭😭😭🤲🤲
Gazaxesa jaba nama jabadh rako umata baqa fi cala Adan basi
Garuu rakkoon haajiraatu malee dhimmi A.Gumbii Bordoddee Bulchaa kana dura badde
Kabinotta woraa hadholii kenyaa bosisuu kana rashanuu ture maalin godhagare😢😢
Dhugaa miskinii akka itti buludhaberaa wumaa ofii dhabee rakkacha jiraan😢😢😢😢😢😢😢😢
midiyaa hawasaa kan dhugaa jechuun kanaa, heduu jabadhaa itii fufaa
Haqaa hiyyeessaa rabbii habbasuu
Hojjatoota OBN kajamo Anwaar jamaal akka gara baha oromiyaa Aanaa cinaksan nuuf dhuftan kabajaan isin gaafanna
Jabadhu waan gaarii hojjacha jirta
Hararge baha Aanaa qarsa tis rakko kan caalutu jira gad bu'a Please
Anawaar Afaxaxee gurbichaa baga itti cabsitee 👍😂
❤anwaar jamaal jabaadhu rabbiin bakka hundatti dhugaa sihaadubbisu
Please Haraargee koota dhugaa rabbii Keessatuu Dadar kotaa
Jabaadhu Qopheessa Caaya heddu galatomii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Badhaadhiini Nama Ajjjeessuu malee Oromiyaa Bulchuu hin dandahuu oliraa kassee hamaa hangaa gaadiitii 😢😢😢
Nama akkana hundaa ummaata oromoo jeetani lakkoofsa guutee ta'a.qaslichi kun deebisan inni deebisuuyuu namni hin barratinu ni deebisaa.konkaa.
qophiin Caayaa Baay'ee nama Tolaa jabaadhaa
Viva obn caayaa issin jaalladha maalo godina hararge lixaa anaa ciro please 🙏
Bravo bravo OBN
jabaadhu.rabbiis dhugaa jallata.atis karaa kana jabeessi itti fufi
Awoo rabbiin jedhaa dadaar kotta biyyaa malaanmaalttuummaan itti dhalatte itti guddattw firii dhaltee
Ok 👍 garidha wanti hojacha jirtan garu bulchalen hundinnu Adde fi obbo qofa maali sadarka gehumsa barnottan issanni maalfakkattu mo kadre araddarra gara hoggansatti dhufanmo mekannas sirritti qorradha....
Dhugaa rabbi waanin akka qophii caaya kana jaaladhu qabu
Anawaar kiyya waggaa 100000000 nuuf jiraadhu obn hojii boonsaa eegaltan kana jabeessaa itti fufaa hadaraa
Gaazexeesa kana baayyee jaaladha jabaadhu gotaa koo kan akka kee kun oso nuf baayyaate
good idea
obn akka maqaa isaa hojjachuu jalqabe jira jabaadhu jabaa koo
Yoo Rabbii sodaatan tahee rokkoo ummata oromoo fuuraa.harmii dhabattuu fi mootummaa guyyaa tokkoo kuufuu hin oluu.nuttiis gargaarsaa rabbii qabnaa.
Dabballeen Harreedha.Ni sobdiis.Warrii OBN qOphii Caayaa Irratti Hoggansaa fi haayyuu miira uummatumma qabu fi rakkoo uummata sirnaan ibsu affeera.
Dhaamsan iisinifdhaama iif eegganodhan haasawa gaazaxotiin uumatta kkeenyarra hiingowoomsiina
Obooleesa kenyaa jabaa kanaa ❤😊 jabadhuu
Obn jabadhaa kanaa calaa rakkinaa hawasaa gabasuu ittii fufaa
Hogganaa kormee sodaa waan tokko hin qabne kan godinichinuu qabuu dhiyeessite! Viva Muraad Ahmad!
Jabadha ama hojii cima egaltani
Anawar Gubban Qaricha takkaMotummanu hin beku fakkata Achis kottu si simanna❤
#Wow_ Qophii OBN keessaa kan nama qabaneessu qophii Caayaati... Anuwaar guddaa galatoomi jabaadhu itti fufi.
jabadhu dhugaa ummata basi baay'ee garidha
kan akkanaa kana faatu ummataan bulcha jedha doomaa
Namichii kun harkaa keysaa qaba yaa namaa angoo qabaa jatee hadhaa hiyessaa tanaa mituu adunyaraa rabbii sirraa haa kafaluu😢😢
Respect 🙏🏿🎉
OBN Dhugummaatti Ijaa Gurraa Hawaasaatti ❤
Qaamolee Haqaa kan jedhaman biras gahamee Osoo yaada ummataa Sassaabdanii gaariidha.jabaadhaa
Jabadhaa O B N
Godina sablammii oromoo naannoo amaaraa magaalaa baatee fi kamisee yoo dhuftanii dhimmoota hawaasaa ilaalaa yoo dandeessan
Rabbi si afaan nama buusin anawaar
Respect Anawaar
Abbo rabbiif jedhaatti oeomiyaa guutumaa guutuutti akkuma kanaa jirti godina iraa hamma a.a.naati araddaa daballatte ilmmaan hiyeesa ti.fi. harka qalleeyii .abootii qabeenyaattiin laatammaaturee if if ti keessa naana a.a tii oromiyaa baraa raa
Good job we need reports like you bro long life ❤
Anuwra Jamaala umurii dheeraadhuu sii Wojiini jiiraa
Uuuffffe ayyoko Ana nyattu😢😢😢😢😢😢😢
Dadar koottaa Mee yaaboo hawaasni dhumee
Jabadhu yeroo hundaa sin hordafaa jiraa atti dhugaa nama jabadha
Good Anawer
Jabadhu dhugaa ati namaa jabadha
Please namaa amata dheraa hidhame
Dhugaa ummata keenna rabbi ifa ha baasu
Wow dhugumaan gazaxesumaan akkam toltii Jabadhu b
Hattuun..sibase.hinjiru.akka.atidubatu.yolalan.guyaan.sidhufa.insha.allahu
Burjajja'a nama hoggansaa akkanatu Oromoo cabsee.
Ana Haa nyaatuu deessee tiyy😢😢😢😢😢😢
Obniraa caayan gahaadha❤❤❤❤❤
Maaliratti siarkachu dandenya waan iratti siarkachu dandenyu nuufkaai😊
Godina Gujii ana soraa addoo dhuutee waani baasa argitaa
Hattuun Akkanaa Oromiyaa keessa hedduudha, keessaahuu Sababa Nageenyatiin Xiyyeeffannoo dhabeeti malee.
Anwar Rabbiin Jazaa sif yaa kaffalu Imimmaan Hiyyeessaa waan argiteef.
Namni sammuu qabu akkamitti Maanguddoo Lafee isaanii nyaata?😢
Haalii Kun bakka jirtu si garsiisa fuula duraaf si barsisaa
hattichi haadha isaa nigammachisa haraama walitti guree haadha isaatif gessa
Jabadha itti fuufa bakka hundatti
Namichaa ganaa aggoo iraa kasaa
Anawar bilbila ke Naf ergi Gubba Qoricha si Simanna Akka dhuftu ples
Afari walin saamicha gageysuf Walif malateysan warri aman duraa baqachisa jiru isaanuma isaakana
Gaazexeesitoota obn keessaa namni hawaasa ofiitif dhukkubsatu siqofaan arge anawaar hedduu galatoomi
Obn.osoo Godina jimmaa. Aanaa.saqqaa.Coqorsaa.dhuftanii .rakkoo Hawaasa hubattanii.
Anwar hatuu eeysa fidee👌👌👌
I❤
🛖booqollo ho hin qoonee Adeeroo opodiiyo shaaqiiriidhaa Atii
Dhuga
Kabajamo anawar Jamal i appreciate
Kkkk murad Ahmed Garu Aannaa Bulchu jira🤣🤣🤣
Ciroon hin daangeyfamtu anaa gumbii
Qophii OBN akka gaariitti qabu keessaa Caayaan isa tokkoodha. Garuu yeroo hundumaa qophicha osoo hin xumurin sa'aatiin dhuma waan taheef sagantaa kanaaf osoo sa'aatiin gitu kennameefii gaariidha.
Bulchaan kuni aanaa biraa bulcha moo komii ummata aanaa biraa ka`u hundu sirrii miti kan jedhu.
Hattuu....
Fadiis demmaa
Amaa kuniis paarti badhaadhina jechuudha? Amalee irraa deebiyyaa akka oromiyaa rakkoo ummatni oromoo keessaa jiruu rabbii tokkichaa qoofattu beekkaa.haqni ummata oromoo rabbiin habassuu jeenaa.
Qophii caaya galatoomaa, bulchaan kun naamusa hin qabu
Hedu namati tola rako haawasa iti himun kesan OBN sagale umataa
He can
Galatoomi anuwaar
Gaazixeessan kun naf tahe jira😅😅
❤❤
Imimaan haadha hiyyeessaa
❤
Akanaa anuwar dhugaa ketii
Waw
Innuu rakkoo kuusaa jira maal kuufama rakkoo haasawa