Caayaa, M/Roobee fuula lama qabdii? turtii Kantiibaa Magaalaa Roobee obbo Nigaatuu Mootummaa waliin

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 13 окт 2024

Комментарии • 433

  • @sabbontusabontu7801
    @sabbontusabontu7801 4 месяца назад +88

    Me namni akka koo caayaa jalattan like tuqa🎉

  • @TadeleLemma-nr2wh
    @TadeleLemma-nr2wh 4 месяца назад +7

    የ ፈረንሳዩን የጦር ሜዳ ጀግና የ ናፖሊዮን ንግግር አስታወስከኝ "ከ አንድ ባታሊዮን ጦር ይልቅ አንድ ጋዜጠኛ ያስፈራኛል "ይላል ። ምናለ እንዳንተ አይነት 10 ጀግና ጋዜጠኛ ሀገሬ ቢኖራት ? የኔ ጀግና ኮርተንብሀል በርታ ።

  • @soofumartv5267
    @soofumartv5267 3 месяца назад +4

    Warri OBN hedduu galatooma. Gazexanyoota akkanaa rabbi isinii haa baay, isu

  • @AwwalKadiir-gi8cn
    @AwwalKadiir-gi8cn 4 месяца назад +9

    Hay hattu akkanatti qabamti rabbi si haa qabu obbo nigaatu

  • @AbinetNigussie
    @AbinetNigussie 3 месяца назад +4

    Salphinaa akka kan waqayyoo namar haqabuu. Uuuuu😅😅😅😅😅😅

  • @GGU900
    @GGU900 4 месяца назад +4

    Gazeexessaa jabaa OBN qabu Anuwaar rabbii fayyaan sii haa jiraachiisu🙏🙏 akkanuma cimi hojjadhu galatoomi🙏🙏 sagantaan Caayaa waan baay'ee jajjabeeffamuu kan qabu fi itti fufuu qabudha🙏🙏🙏

  • @RedwanSultan-sk9pb
    @RedwanSultan-sk9pb 4 месяца назад +4

    Dafqa irraan rartee maa bada abbo gaafa miidhaan baayyate akkanatti rabbi nama qaba

  • @DesiDesi-e8o1r
    @DesiDesi-e8o1r 4 месяца назад +3

    Dhugaa nama jabaadhaa kuni gaaffii ummaata hedduutti jabaadhu❤❤❤

  • @TahirUsmanAhmed
    @TahirUsmanAhmed 4 месяца назад +2

    Anwar Jamaal dhuguma gaazexaanyaa jabaadha jiraadhu.dhugaa jirtu baasuu keetiif

  • @EliasAdola
    @EliasAdola 4 месяца назад +3

    Uuuuuuuuuuu motumma isinti haamudhatu uman gujii magaali in qabu isuma m/ b / horaa kunuma, garuus hutuun/ samtuun dhiiga umatta gujii dhuguujirtii, imimaanniin waaqat boyun alla maajena waaqaan birati motumaati haamushatu,

  • @FikaduTolera-l6j
    @FikaduTolera-l6j 4 месяца назад +5

    Haalli ati itti Ogummaa kee fayyadamaa jirtu baayyee nama boonsa.. Jabaadhu jabaa keenya❤

  • @MubarekMohammed-u4f
    @MubarekMohammed-u4f 20 часов назад

    Hattuulee akkana tana dhukkee irraa kaasa namichii kun mana dhugaati Oolaa hawaasa essa akka inni jiruufi rakkoo isaani quba hin qabu inni foonif dhugaati biraa jala Oola OBN👍

  • @ramadanhasan323
    @ramadanhasan323 4 месяца назад +6

    maaloo Anwaar keenya gara burraayyuu kana dhuftee utuu nuuf gaafattee akkanatti.mana qoqqoodanii diigu homaa irratti hin hojjetamu,yoo diigan illee dingatuma sitti dhufu,loogii naannummaa fi akkaataa wal beekumsaatiin miidhamaa jira namni.

  • @IbnHAman
    @IbnHAman 3 месяца назад +1

    Aboo ginnir koottaa rakkoon hamaan achi jira CAAYAAN COLLUMMAAN DALAGA

  • @turugetachew-dq3pt
    @turugetachew-dq3pt 4 месяца назад +2

    Qophii caayaa Anuwar qofa irraa bareedaa inni qofaan haa dhiyeesuu

  • @Yasmen-fv7ux
    @Yasmen-fv7ux 4 месяца назад +3

    Anawar❤❤❤❤❤❤ jechaa ittiin sii ibisuu hin qabuu ,osomaa Issaan soban afaan qabaa gafata jabaa nama jabaadhu

  • @fatmahamad3409
    @fatmahamad3409 3 месяца назад +1

    Anawara jalmalaa jabadhuu rabbina si gararuu heduu si jalanaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐💐🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰♥️♥️🥰🥰🥰🥰🥰

  • @TolosaaDasee
    @TolosaaDasee 4 месяца назад +9

    Caayaan Haqa Umataa Tiksuuf
    Dhaabatee!
    Mootummaan Keenyaa Osoo Waan Biraatu Nuuf Godhuu Dadhabee Caayaa Nuuf Fidduun Qofti Gahadha (Anawar) Sijaalana!!❤❤❤❤

  • @MurtesaIbrahim53-hf5nb
    @MurtesaIbrahim53-hf5nb 3 месяца назад +1

    Cayaan kuni gama baalee nuuf demuu qaba keessatu magala Roobe😢😢

  • @Yusufiluu6549
    @Yusufiluu6549 2 месяца назад +1

    Wow nuuf jiradhu haatu qabdee jabá nama ❤❤❤❤😂😂😂😂

  • @HamdiiBoss
    @HamdiiBoss 4 месяца назад +6

    Itti mudii issa qofa miti kantiba hunda dheysii gafii gafadhuu garuu mash Allah kantiba akka keenya obbo jawahar khadir issinif ha kanuu magala robbe

  • @UmarHasen-vf1di
    @UmarHasen-vf1di 4 месяца назад +3

    jabdhuu aniwar kiyya ijii badaan sii argiin

  • @MurtesaBekele
    @MurtesaBekele 4 месяца назад +4

    Cayaa miidiyaa jabaadha hojiin keessan namatti tola akkuma oromiyaalee keessaa iddoo adda addaatti furmaatata laattan kutaa magaala shaggarritti kutaa magaalaa furii aanole kutaa magaala furii jala jiran keessatti rakkoolee hedduun waan jiraniif cayaa midiyaa waan kanaaf nu yaadadhaa.

  • @GamedaAberaHawetu-px4ci
    @GamedaAberaHawetu-px4ci 4 месяца назад +1

    Dhugaadha gaasexeessaan kun Baayyee baayyee kan bilisan hojetuudha Galatoomi ❤❤❤❤❤❤❤❤ muf jiraadhu!

  • @rozaragasa9518
    @rozaragasa9518 4 месяца назад +1

    Caayaa otto Anawar baga nagana dhuftee anni sumaafi jechaa dhageffadha❤❤❤❤❤

  • @husseinahmed1608
    @husseinahmed1608 4 месяца назад +2

    Eee banee katibaa mee ddgarsaa oggumaa fudhadha 1. Step one solid waste separation
    2. Trasportation
    3. Re use material
    4.fill waste material
    5.burn waste material
    Akkanumaan balfaa maraa waliratii back fill godhaa jechuu sirrii miti ground water fi nannoo san wan jequuf please osoo oggumaan sirritii lalamee garii dha.

  • @TarikuTufa-qx6zo
    @TarikuTufa-qx6zo 4 месяца назад +2

    Very strong and lovely journalist Anwar jamal!!

  • @oborraamama5616
    @oborraamama5616 4 месяца назад +13

    Lafa magaalaa uummataaf maaf seera qabeessa gootanii,waraqaa hayyamaa maaliif hin keeninef,kuni gaafii Uummata hundaati Jedhee Yaada,like tuqaa yaa sabaa,dhimmi kuni akka furmaata argatu

  • @AdhamAdhamali
    @AdhamAdhamali 4 месяца назад +2

    Obolesaa kiyaa qali rabuma jedhee anaa shirkaa nufi qoradhuu mee

  • @muazyusuf1739
    @muazyusuf1739 3 месяца назад +1

    Aboo anuwar❤ nama jalaa dhaabadhu erga dubbii agarte

  • @rabihassan5945
    @rabihassan5945 3 месяца назад +1

    Please Anwar halli caayaa ummata kana ganda hanga gubbaa ummata ganda taakkaatu dalaga jira waan kana irraattii dalagutti jirraa ugguu waan hunda walitti qabnee sittii ergina qophaahi ummani Baale gabrummaa hama keessaa jira

  • @mesisole6051
    @mesisole6051 4 месяца назад

    የኔ አንበሳ በርታ ሀገሬ አሁን ገና ጀግናዋን ጋዜጠኛዋን አጊታለች እራስህን ጠብ

  • @abujedhani
    @abujedhani 4 месяца назад +2

    Mee Aanaa Dinshooo Dinshoo Dinshooo waan AJaa'ibatu jira Samichii chimaan Naannoo Wajjira Laafaafi Wajjira IMX irratti qabana Samama jirra Gurmooyne namaa ofiitiin bakka bufaacha jira

  • @bibishaaga469
    @bibishaaga469 4 месяца назад +25

    Gaafiiwwan ijoo ni kaafta jedhee yaade hin kaafne.
    Roobe--- naannoo mannahaaraa haaraa abbaa qabeenyaarraa fudhatanii abboonni lafaa seeraan iyyataa turanii uleedhaan walitti bahanii dirqamaan harkatti galgatan kan bulchiinsi gurgurate.
    2 ffaa Goobba gabayaa Roobii guutuu isaa Akka gurguratan haasayama hospitaala biraa ka.ee hanga DDC Jala gahutti.
    3 ffaa lafa poolisoota Gannaaleetiif kenname kaadreen jalaa gurguratte
    4 naannoo faras magalabiyaa jedhamu kaadree fi abbaan lafaa qixxee qoodamaa jiru.
    5ffaa waajjira bulchiinsa goobbaa jimaata ganama malee qaaree booda nama tokko hin agartu guyyaa kaan immoo yoo guddate hanga sa aatii 8 turu hojjataan
    DDCn tajaajila kennu dhabee dhaabata silaa tajaajila DDCn kennuu qabu uffata.firaasha.zayita.midhaan nyaataa gatii madaalawaan raabsuu kana Kan saame salbaaja fuuldura isaa jiru.

    • @EbrahimAbdulkadir-ms9vj
      @EbrahimAbdulkadir-ms9vj 4 месяца назад

      Dhirafis dhiratu jira. Mee kanas ilaala, bulchisi magalaa Roobee qamaan midhama waliti busuun noveli badhafamu qaba.

    • @naziruuzinaabuu8808
      @naziruuzinaabuu8808 4 месяца назад

      eerruu barbaada barreeda gootee

    • @سميرهحسين-ج7ض
      @سميرهحسين-ج7ض 4 месяца назад

      Gallattomaa dhugaa ummattaa kenaa baggaa oli bassitan

  • @Waajiimokkonnaa
    @Waajiimokkonnaa 3 месяца назад

    Hayi dhira dhiraf dhiratu jira jabadhu rabbin siwalin hajiratu

  • @ifabaastube679
    @ifabaastube679 4 месяца назад +1

    Anaa munneessa kootu

  • @OdaaNabee-j1u
    @OdaaNabee-j1u 4 месяца назад +3

    Buufani konkolaataa magaalaa Roobee qulqullinii fi kashalabee achi keessa jiru yaachisaadha kana irratti yaada haa kenanni

  • @MaddaWalabuu-ux3wn
    @MaddaWalabuu-ux3wn 4 месяца назад +2

    Anawar hattoota buudaa keessaa baasa jiraa ittii muddiii

  • @shimelistekalign6220
    @shimelistekalign6220 4 месяца назад +2

    Wonderful guys keep going forward gaazexessaa akkanaa kana barbaaddi biyyi👍

  • @orotube8264
    @orotube8264 4 месяца назад +3

    jabaadha waan gaarii hojjachaa jirtu garuu sin qofa osoo hin taane mootummaanis duukaa bu'uu qaba wantoota akkanaa kana akkasi ta'uu baannan sodaa waan hin qabneef hojiirraa oolman isaa baay'ee xiqqaadha Anuwar

  • @abdinkaibrahim724
    @abdinkaibrahim724 4 месяца назад +4

    Caayaan dhugamaan dhugaa ummataa baasuuf hundaaye jabaadhaa
    Qorannoon magaalaa roobee itti fufuu qaba haala laffeen magaalaa teessuma giriinariif fii ijaarsa maanneen hedduu.
    Dabalataan haalli daldalaa isii maal akka ta'e Hayyama daldalaan walqabatee
    Daldala irratti namoonni humna/maallqa guddaa qaban akka fedhanitti daldala isaanii daldalachuu danda'an garuu namoota humna/maallqa guddaa hin qabneef ni ulfaata.
    Hunda hamaas jennee hin dubbannu akkuma ijaan argitan kana magaalaan roobee balfatu nama simata seensa irratti akka intala heerumtuu fuula qofa bareechanii nutti muldhisu.
    Kunis qofti gahaa miti magaalaan guddoon godinaa guddachuu qabdi
    Soof umar
    Saannate/rira
    Haranna
    Madda walaabuun daawwachuuf isii keessa bahan guddin/bareedinnatu isiif mala

  • @abujedhani
    @abujedhani 4 месяца назад +2

    Kabajamaafi jalaatama Gaz.Anwar Aanaa Dinshoo Wajjirra Lafa wajjirra IMX irratti me Qorrannoo nuuf Gaggeessa. Hawaasni Komii bayyee qaba

  • @nagayotuulaa1816
    @nagayotuulaa1816 4 месяца назад

    Anwar jamaal dhuguma gaazexanyaa jabaadha
    jiraadhu. dhugaa jirtu baasuu keetiif ❤❤❤

  • @GenanusAsefa-bp9nh
    @GenanusAsefa-bp9nh 4 месяца назад +6

    wajjiiroota mootumaallee kan dhuunfaas haa qoraatu Caayaan keessattu shaggar

  • @ShesulxaanAmaan
    @ShesulxaanAmaan 4 месяца назад

    Waan ajaa'ibaa! Magaalaa shaashamannee ganda araadaa [07]osoo dhuftanii gubbaadhan manneen rifeensaati jalaan mana nyaataa fi bunaati gara lafaatiinis mana rifeensaati qilleensi fuudhee walitti naqaara rifeesallee darbii duubatti kuusaaran wantoota caccabaa adda addaa waliin fuudhanii gubuun ykn gatuun hin jiru asiin walakkaa asfaaltii irratti hansaraa boqqollootu ija nama jaamsa nama osoo dunuunfatu baajaajii fi gaarin rukutee hospitaala seenetu jira kanaafuu hawaasni rakkoo fayyaa olaanaadhaaf saaxilamaara kantiibaa garaa ofiitii fi naannoo ofii galu gabbifachuu malee rakkoo akkanaa kana quba hin qabu maaloo yeroo dhuftan ganda 01 ttihin dhaabbatinaa waa hojjataa mootummaa jedhamu hundi achi galanii malaammaltummaa gara garaa yoo ta'e malee qulqullinaan fooyyee qabdi irra gadi bu'aa gara ganda araadaa 07 safara hansaraan bimmee ykn bookee fakkaatu mallattoo isaatiinuu akkasuma manniin dulliichafuulleesaa buskuuta aduu keessatti afan akkasuma tiisisni irratti wal gahu yoodhuftan waa heddu argitan koottaa hadaraa isinitti haa ta'u

  • @fatmahamad3409
    @fatmahamad3409 3 месяца назад

    Ani hadhufuu ❤❤❤anwaraa

  • @oromootravelers600
    @oromootravelers600 4 месяца назад

    Nama jabba oboo nigatun dhugaa

  • @ensermuchala
    @ensermuchala 4 месяца назад

    maaloo maaloo wajjiroole mootummaa magaalaa Adaamaa ilaalaa !!!!

  • @milkiijtb9555
    @milkiijtb9555 4 месяца назад +1

    Nigatu best mayor... a man of practical;

  • @AyubAbduYusufTare
    @AyubAbduYusufTare 4 месяца назад +2

    Dayfi ajjeese😂😂😂😂
    Ammuma kijiba ammuma qabama😂
    Magaalayyuu quba hinqabu, faarsee bulaa ijaaree faarfamuu malee😂😂😂

  • @matiwosmekonen1929
    @matiwosmekonen1929 4 месяца назад

    Galatoomi Annuwaar! Ati dawwaa dhukkuba kaansarii guddina biyyaa fi hawwaasa keenyaati. namoota akkasii mootummaan illee bakka itti jijjiiruun hojii hin taane hojjechiisuu irraa ofqusachuu qaba. Daandiin jijjiiramaa imaammaticha osoo hin taane si'i. kanaaf jabaadhu rabbillee siwajjin haatahu.

  • @AdhamAdhamali
    @AdhamAdhamali 4 месяца назад

    it mudii jabadhuu

  • @goorooguutuu7258
    @goorooguutuu7258 4 месяца назад

    Haqa ummataa

  • @AkedirMuhammad
    @AkedirMuhammad 4 месяца назад

    Fayyaa Rabbin keenya fayyaa sii haakennu kantiibaa magaalaa ESO hin ta'in ofi ijaaraa Jira

  • @HusseinMohammed-zy2br
    @HusseinMohammed-zy2br 4 месяца назад

    Jabaa Ormoo Mucaa Qaxalee Nuuf Jabaadhu

  • @kiyaali4615
    @kiyaali4615 4 месяца назад

    Anawar baayyee si jaalanna Jabaadhu jabaa keenna

  • @TajuHussiyya
    @TajuHussiyya 2 месяца назад

    Baalee haga ammaatti nama isaan nyaatu malee takkaa nama isaaniif yaaduun hin gaggeeffamne . Itti yaadamuu qaba . Akka prime minister jedhe San baale misoomsinaan oromiyaa Guutuu sooruun ni danda'ama . Misooma baaleetif ammoo ilmaan baalee misooma baalee saffisiisuu danda'an gara gaggeessummaa dhufu qabu

  • @hundaolweldemedhin2417
    @hundaolweldemedhin2417 4 месяца назад

    Caayaa nuuf badhaasa❤❤❤❤❤❤

  • @feyisakumesa5340
    @feyisakumesa5340 4 месяца назад

    Jabadhu jaba keeynaa. Hin dhagenyu namin maqa nama balesuu hin dhisu.

  • @AminAmin-mu5up
    @AminAmin-mu5up 4 месяца назад

    Jabadhuu atii dhugumattii nama jabadhaa ittii fufii

  • @koyeronmideksa1754
    @koyeronmideksa1754 4 месяца назад

    Rakkoo kana wajjin kan walqabatu anaa Baakkoo Tibbe keessaa waan jiruuf haadara kantibaa anichaa nuuf fidi

  • @obsaaseffa5559
    @obsaaseffa5559 4 месяца назад

    Kkkk Nama dhimmaa nama hin qabnee yaartuu akkana ummata keenyaa beelaa fi hiyyummatti fixa. Yaada uummata dhagenyee jedhee sirridha osoo hin dhaggeeffatni dhagahuu qofaan deebii kennuun hin danda'amu. Nama sobaan guutame itti muddii.

  • @TsagayeWaktola
    @TsagayeWaktola 4 месяца назад +1

    Wow jabaadhu ati nama addaati

  • @PastorTadeBekele-sd9hb
    @PastorTadeBekele-sd9hb 4 месяца назад

    Jabaadhu jabaa oromoo Mee buraayyuutti suuta jedhii nuuf deebi'i

  • @DameeBaayisaa
    @DameeBaayisaa 4 месяца назад

    Ammallee ittumaa karaa keessan dhugaa ummata keenyaa itti fufee haa mul'atu. Jabaadhaa

  • @AsladinMohammed-w4z
    @AsladinMohammed-w4z 4 месяца назад

    Namni jimaa tutuquu diina keenya hin barakatuu Bakka jimaa kana egadhuu Aderoo tan biraatu heddu.

  • @KemalAbdurehman-zf6zp
    @KemalAbdurehman-zf6zp 3 месяца назад +1

    Ineen yene xanbalal

  • @AbdellaEdao-ro4gn
    @AbdellaEdao-ro4gn 4 месяца назад +5

    Maal kun ijoollee akkanatti nama dafqisiisuun?

    • @Suusiyye
      @Suusiyye 2 месяца назад

      😂😂😂😂

  • @DaliyeAbdi-yv4er
    @DaliyeAbdi-yv4er 4 месяца назад

    Wow nuf jabadhuu gazexesa dhugaf jiratu

  • @Umarsaed119
    @Umarsaed119 4 месяца назад

    caayaan uummataaf jabaadhu
    Silaa kadiroonni hattuun hin saalfattu guddina biyyattii kan dhoorke kanniini

  • @abitiamente9485
    @abitiamente9485 4 месяца назад

    Anuwar Jemal ❤ Jabaa Gurbaa Atii Adumaa leenca koo jiradhuu

  • @Abdulhaamid-hp3rf
    @Abdulhaamid-hp3rf 4 месяца назад

    Anuwaar koo Kan Akka kee otuu nu danate biyyii Kun hin guddatti nu jabaadhu nama dhugaati ati

  • @BedasoKedir
    @BedasoKedir 3 месяца назад

    Itti muddi Warra gareen Wal ijaaree Lafa ummataa fi qabeenya Mootummaa saamee of ijaaraa turee fi ijaaraa jiru.

  • @mehadimuhammed4118
    @mehadimuhammed4118 4 месяца назад +1

    maaloo ,maaloo. obbo nigaatuun maaliif akkanatti dayfa xuruuratan.

  • @NasriHaaji-t3l
    @NasriHaaji-t3l 2 месяца назад

    Jiraddhu ❤❤❤❤barbarn

  • @AliMussa-do2ft
    @AliMussa-do2ft 4 месяца назад

    Continue galatoomaa ilmaan abbaa gadaaaaaaa sin jaalanna

  • @hasenamin
    @hasenamin 4 месяца назад

    Jabaadha itti fufaa

  • @Husseentubeoffical
    @Husseentubeoffical 4 месяца назад +1

    Caayaa ❤
    Jabaadhu anwaar

  • @firaol531
    @firaol531 4 месяца назад +1

    Thank you! Dear Anuar!

  • @sderrersdrdt6904
    @sderrersdrdt6904 4 месяца назад +1

    ❤❤wq nuu jiraadhu qaali keenya waqayyoo sii eguu moo❤😢hedduu sii jalanna garaa Wallagga lixa kana ille kottu pls

  • @FenetFinfine
    @FenetFinfine 4 месяца назад

    ati dhuguuman leenca oromooti i really appreciate you

  • @Yasmen-fv7ux
    @Yasmen-fv7ux 4 месяца назад

    OBN bayyee jibaa duraan 😊 garuu hangaa Caayaa dhufee lalluu heduu sardamaa Anawar jabaadhu wolay dhugaa hawasaa akkanati basuu kettiif

    • @AhmedMohammedtufa
      @AhmedMohammedtufa 4 месяца назад

      Caayaa edoo bufaata jalaqaa benyaa wanita kafalame hin jiru diraman fudhatan

  • @caresword
    @caresword 4 месяца назад

    Caayaa ❤❤❤ ittii fufaa, jabadhu Qeerroo!

  • @haliab787
    @haliab787 4 месяца назад +3

    hojii bareda jabadhu anawar godina arsii bahaa magala robee. dida.aa demii qoradhuu. Kutaa oromiya hunda wolin gayii qoranoo gagesa bulchitoni magala hunda kesaa. jiran tokoo tokko yoo ta.aan. Malee. hin. Kijiban motuman xiyeefano godhu qabaa. Laftii gabaree gurgurama jira seran alaa. Kunii xiyeefano qabachu qabaa bulchinsi magala hundaa bulchan seran hojachu. qaban

  • @natnaelabrahamshamena2480
    @natnaelabrahamshamena2480 4 месяца назад

    Anwar Caya's icon!

  • @felmataoro
    @felmataoro 2 месяца назад +2

    Namichi Kun gahumsaa gudaa qabaa

  • @KadiirHasan-pw9gt
    @KadiirHasan-pw9gt 4 месяца назад +2

    Nigatuu nama jabbaa tokko ....garuu oromoon hena dubatu jabbaan tokko kopha hin boba,uu jedha!! ...... Gamojji balee hunda balee dalloo manna ......kotu jabadhuu nuujiradhuu .....hanqina fi cimina keennaa lallaa

  • @Aaaaa-ih1fb
    @Aaaaa-ih1fb 4 месяца назад

    Osso laluu tv keessan natti ajayeee

  • @GaliiKalil
    @GaliiKalil 4 месяца назад

    Namichii badii bakeraa jiru malif mormaa

  • @adeemaa
    @adeemaa 3 месяца назад

    Jimaan ganaa isteediyeemii keessattuu gurgurama 😅😅😅😅

  • @jirayesuus7094
    @jirayesuus7094 4 месяца назад +1

    Obbo nigee rabbii sii wajjin haa tauu kun gurbaan waan jalaa bahanii mitii 😮😮😮😮😂😂😂😂😂

  • @abdisarabo6301
    @abdisarabo6301 4 месяца назад

    Kijiba kaabinee dadhabne aboo

  • @Allah6cm
    @Allah6cm 4 месяца назад +6

    Anaawar mashaa Allah
    Mee godiina arsii Bahaa
    Aannaa Xichoo ossoo demtee Affaan oromoo nama sirriti baressuu argachuun ni ulffaata 😢😢😢
    Hanqiina Affaan kenyaa kun ossoo nuuf furamee 😊
    Anu yoo dogongoore dhifaamaa gudda 😢

    • @UkashaYusuf-lf1pk
      @UkashaYusuf-lf1pk 4 месяца назад

      Atumtuu harka xurii qabuun barreessaa jirtaa akkamitti harka xurii qabu himta?

    • @Allah6cm
      @Allah6cm 4 месяца назад

      @@UkashaYusuf-lf1pk
      Anis naan bekkaa akka hinqiina qabuu argeen dubbadhe bar sanyii

    • @UkashaYusuf-lf1pk
      @UkashaYusuf-lf1pk 4 месяца назад +1

      Isa dhugaa na qaanfachiiste baay'ee dhiifama ,yeroo kana nama akka kee arguun na raaja!

    • @Allah6cm
      @Allah6cm 4 месяца назад

      @@UkashaYusuf-lf1pk
      Maalif qanfaatare sanyii koo
      Waan itti amaante tokkoo dubatee .
      Anis hanqiina Koo wanan bekkuuf hin qanfadhuu Abshiir Qommooko
      Hundaafu naaf jiraadhuu mulaadhuu guddadhuu horii balaadhuu. Bakkan dogongooreti itti guttadhu dubbiisadhu🤗🤗🤗❣️❣️❣️

    • @UkashaYusuf-lf1pk
      @UkashaYusuf-lf1pk 4 месяца назад +1

      Maashaa allaah!! Irra deebi'ee dhiifama yoo jedhe natti xiqqaata ,gara baldhinaa fi bilchina keessa kee osoo hin dinqisiifanne darbuun safuudha.si caalaa ani dadhabbina akka qabu na agarsiiste galatoomi.du'aa'ii keetif aamin allaahumma aamin.

  • @feyisatufa6779
    @feyisatufa6779 4 месяца назад +1

    Kaabinee akkanaa warra ummata rakkistu ummata wal nyaachistu manni hidhaa hin jiruu maaloo

  • @IliyaasDabaloo
    @IliyaasDabaloo 4 месяца назад

    jabadhu jabidu ko bakani gayiiiiiii

  • @HabtamuYirgu
    @HabtamuYirgu 4 месяца назад

    Ati Dorgomaa hin qabduu nuf jiradhuu jabaa keenyaa.Jabaa waaqni si haa eguu.

  • @BirukTsagaye-n7v
    @BirukTsagaye-n7v 4 месяца назад

    Thank dear Anwar

  • @GadaagadabTube
    @GadaagadabTube 4 месяца назад

    Qorannoon Sirna kanaa rakkoo ummataa fixa osoo hintaane rakkoo fida

  • @hamiltanhusen
    @hamiltanhusen 4 месяца назад +1

    Dhugaa rabbi Ati gootuma Anuwer

  • @buttaabulee7351
    @buttaabulee7351 4 месяца назад

    JiaDhu yaanama dhuga rabbi sihAtiyisu kahafes itti nufufi yaahayyu nama