Qophii Caayaa: Kantiibaa Magaalaa Shaggar - Dr. Tashoomaa Addunyaa waliin taasifame

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 1 июл 2024
  • Qophii Caayaa: Kantiibaa Magaalaa Shaggar - Dr. Tashoomaa Addunyaa waliin taasifame
  • РазвлеченияРазвлечения

Комментарии • 807

  • @ethss7299
    @ethss7299 23 дня назад +48

    ሽማግሌውን አምነዋለሁ። ጋዜጠኛውን ደግሞ አከብረዋለሁ እንደዚህ አይነት የረከሰ አስተዳደር ስላዋረደልኝ። አንዋር ጀግና ነህ የምር።

  • @aligena827
    @aligena827 23 дня назад +27

    Jabaadhu Dhugaan ummataa Siif Qofa Gaalee jiraa Rabbiin sii eguu rakkoolee akkan bayyeen Aanaalee keessatti bayyanni Argamuu Ammalee itti fufuu qaba 🙏🙏🙏🙏 Jabaadhu ✅

  • @nagayotuulaa1816
    @nagayotuulaa1816 23 дня назад +11

    ❤❤osoo nama biyyaa yaadu tayee dura qulqullina eeguu qaba ture.
    osoo gamoo hin ijaarre
    manni fincaanii ijaaramuu qaba ture.
    kan rakkinna mootummatti ummatatti rakkinna fidaa jiru.hooggamtoota maqaa mootummaatii aangoo qabatan nama hiraarsan kana.❤

  • @yadetakitila7126
    @yadetakitila7126 23 дня назад +45

    Gaaffii Dr. gaafatamanii fi deebiin isaan deebisan wal hin simu. Gaz. Anuwar Jamaal ulfaadhu. "Free Afaan Oromoo"

  • @user-ru2rw4wx9h
    @user-ru2rw4wx9h 23 дня назад +10

    Umurii dheeraa siif haa kennu Rabbi Annii garuu hojiin jara kanaa, akkaataan yaada kennuu isaaniillee nama iftoomina qabu in fakkaatu ammayyuu namaaf hojiin wal in argannee safuudha yaa isa beekaa namaati jedhanii abdanii ulfaatadha

  • @rahametamdihun3585
    @rahametamdihun3585 23 дня назад +38

    Nama yaada isaa ibsuu hin dhandeenye Kantiibaa gochuun sirrii miti .
    Haa sirreeffamu!

    • @kebedemegersa3977
      @kebedemegersa3977 22 дня назад +2

      Yadaa Mali qabaa ibsaa jeeteetii bro

    • @tv_agenda
      @tv_agenda 22 дня назад

      @@kebedemegersa3977 😂😂😂

  • @MaddaWalabuu-ux3wn
    @MaddaWalabuu-ux3wn 23 дня назад +25

    Yooyyaa koorommiin dhuuftee obn saagalee ummata naaf jiraadhaa gazexeessadhan nuuf jirradhaaa❤❤❤❤

  • @buze1buze1
    @buze1buze1 22 дня назад +11

    OBN🙏 nama ak Takeal Umaa nu ramadaa እንደ ታከለ ኡማ አይነት ታሪክ ቀያሪ ሰው ለሸገር ሲቲ የሚመጥን መድቡልን ከንቲባው ህዝባችንን እያሰቃየ ሽመልስ ዝም ብሎ ለምን ያያል😔

    • @abushtgurmu6733
      @abushtgurmu6733 19 дней назад

      መሬቱን ሽጦ እንዲጨሪስ ነው?

  • @melkamunegasa8067
    @melkamunegasa8067 22 дня назад +16

    Anwar! Farra hattuu fi sobduu jabaadhu!

  • @abrahamgemechu5246
    @abrahamgemechu5246 23 дня назад +18

    Dr. Tashomee must go !

    • @LaliseeDelelegn
      @LaliseeDelelegn 23 дня назад

      Down Tashome must be

    • @JumjRaga
      @JumjRaga 10 дней назад

      Hidhamu qaba… hoggansa ajaja “president” hojirra hin oolchine hattuudha kun

  • @AkedirMuhammad
    @AkedirMuhammad 23 дня назад +11

    Fayyaa Siif Haa kennu obboleessa keenya Anwaar Jabaadhu Rabbin guddate Si Haa tiiksuu Sijaalanna jiraadhu gabna namaa

  • @user-jt3ks2vg5e
    @user-jt3ks2vg5e 21 день назад +3

    Wallaahi Rabbii Guddatti Kakadhe Namni Aangoo Feete Qabaattus Ati Gaafa Rakkataa Imimmaan Buusiste Imimmaan Jara Sanii Dunittis Erga Duutes Sima Salpisa Sima Guba Tashoomee Imimmaan Haadholee Fi Diiggaan Masjidotaatii fi Duuti Ummata Islaamaa Yoomuu Turee Hin Turu Hanga Dhugaan Baatutti

  • @MulugetaDanno-uq5ef
    @MulugetaDanno-uq5ef 22 дня назад +7

    Namni sadarkaa Dr.irra jiru, haala kanaan of ibsa taanaan homaa hin barbaachisu. Afaan illee sirriitti nama dubbachuu hin dandeenyeef aangoo kennuun salphina. Magaalaa seenaa Fi morkiin siyaasaa cimaan irra jiru, irraatti kantiibaa akkasii muuduun magaalattii ajjeesuudha. Namni Kun iddoo kan biraaf irraatti yoo muudame bu'a qabeessa ta'uu danda'a, waan ta'eef utuu bakka isaa malu keessanii gaariidha.

  • @robaosmael3831
    @robaosmael3831 22 дня назад +7

    I have some questions for the OBN director about caya. Please leave it only for anawar he has competence and dedication form inner for this program.

  • @kiyarsilalusinargu
    @kiyarsilalusinargu 23 дня назад +7

    ❤❤ Anawaar Dhiira namaa Goota Sabaa Rabbi Umrii Sihaa tursiisu

  • @AbdaaMahmud
    @AbdaaMahmud 22 дня назад +1

    Maashaa'allaah dhugaan jiru argamaa jira jabaadhuu itti nuuf fufi akkasumatti rabbiin sihaagargaaru Anuwaar Jamaal nama nuti qabnu keessaa isa tokko taateetta dhaloonni kun sieeggata akkasumatti

  • @BalaayMulu-og1zv
    @BalaayMulu-og1zv 22 дня назад +8

    Dr.tashoomaa
    teessoonsuun isaaniin hinmadaaluu

  • @bb6824
    @bb6824 23 дня назад +12

    Gaz. Anuwaar Umrii Rabbiin si haa dheeressu

  • @sherifahmed2971
    @sherifahmed2971 22 дня назад +4

    Baayyee gaariidha mariin isin gottan kantiibaa magaalaa shaggaarii waliin haa ta'u garu kantibaan akkana Kun magaalaa shaggaarii fi ummata achii jiruuf rakkoodha yaadnii isaattu waldhawaadha ofti amanumaas hin qabu ragaas hin qabu wanta hojjattes kanaafu kabajamon pirizaantiin shaggaarii fi ummata shaggaariif furmata akka kennuuf gaffana

  • @murtianbessa
    @murtianbessa 23 дня назад +9

    The only journalist in Ethiopia!Anuwar Jemal❤❤

  • @jomama151
    @jomama151 15 дней назад +2

    Kana qulqulessun waan ulfatu miti maqaa baleessitu fayyaa kana waaqi nurra haakaassu
    Anuwar rabbi sa'eegu ❤❤❤

  • @kenileisa
    @kenileisa 22 дня назад +4

    Thank you brother

  • @derejehordofa4557
    @derejehordofa4557 22 дня назад +1

    Thank you.
    Anuwar.
    There is huge unsolved problem.

  • @ziyadmohammed7023
    @ziyadmohammed7023 23 дня назад +5

    Bulchiinsi magaalaa finfinnee ji'oota 3 keessatti waan akkas fakkaatu yoo hojjatu shaggar waggaa lama keessatti mana fincaanii waajjira isaanii sirreeffachuu hin dandeenye

  • @jeylanademo4349
    @jeylanademo4349 23 дня назад +13

    Afaan Hojii Magaalaa Shaggar kami , Kabajamoon Kantiibaatuu Afaan kana waan sirritti beekan hin fakkaatu, ni gugufatu.

  • @taddetesfu6103
    @taddetesfu6103 22 дня назад +1

    Adeemsi Dr.Tashee sirriidha,garuuu lafarra harkifannatu jira.kana immoo kan lafarra harkisan kaabinoota lafa hedduu saamanii of harkaa qabaniidha waan ta'eef itti muddaa !!

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 21 день назад +2

    ❤❤Abbaa says mandisni Humni barnootaa irkoodha kanaaf Yaada mo'ataan Qalbiin waraana Uffataachin arganii

  • @OroTechHub
    @OroTechHub 22 дня назад +5

    Godina Baalee Aanaa Agarfaa deemaa mee Caayaa 💪🫶

  • @najiib4
    @najiib4 22 дня назад

    Anuhaar ilmaa abba gadda nuuf jiradhuu rabbiin siwaliin hajiratuu jabadhuu ❤❤

  • @derejededefoofficial
    @derejededefoofficial 22 дня назад +1

    Horii Buli Abbo!
    Mataa dhiirati!
    ✅Fakkeenya Gaazexeessati
    be strong and go forward help your people💪💪🙏

  • @adugnahabtamu9049
    @adugnahabtamu9049 18 дней назад

    Qophiin kun guyyaa guyyaan osoo ta'eeyyuu itti xiqqaata torban torbaniin mitii...uummanni rakkoo dhukataa meeqa waliin dhokatee jiraataa jira...jabaadhu Gaz/ Anuwaar❤

  • @HenokAsfaw-hz2oz
    @HenokAsfaw-hz2oz 22 дня назад +1

    Yooyyaa Afaan Magaalaaa Shaggar Kami, Kabajamoon Kantiibaatuu Afaan kana waan sirritti beeku mitii matumaa hoggaansaf gahaa akka hin taane adaaraa xinxalaa Anuwar best❤❤

  • @feyisamulata5761
    @feyisamulata5761 23 дня назад +5

    Ayi Yaa Dr. !!!!!

  • @tahirgodana9709
    @tahirgodana9709 22 дня назад +1

    Gaza. Anadarko jemal Rabbin siha tiysu, jabadhu.

  • @ezdinozil3738
    @ezdinozil3738 20 дней назад +2

    Anawaro bravo bro 💪👏👏
    garu jerrii OBN maalloo mucaa kanaf addara keessaan mucaan.kun nuf egaamu qaba 🙏 biyyaati kana kessati namni dhugaa duubbatu yero bayyee hinbulu 😢😥🥺

  • @IbsaaAliyyii-s5v
    @IbsaaAliyyii-s5v 22 дня назад

    Tnx

  • @dawitkifle6213
    @dawitkifle6213 22 дня назад +3

    Good job guys. Keep on exposing weak and incompetent "officials"

  • @temesgengetachew3975
    @temesgengetachew3975 20 дней назад +2

    Afaan oromoo RIP

  • @minteyifru2907
    @minteyifru2907 17 дней назад +2

    Anwar U R Supper!!

  • @nazziftamam7821
    @nazziftamam7821 14 дней назад +1

    Keessattu bulchonni aggaro ummata qurcessa jira ragaa ga’a qaba ani dhugaa rabbi.ojiin keessan bayye waan jajjabeffamu qabudha ittti jabadha

  • @etiyopyaliall3621
    @etiyopyaliall3621 6 дней назад

    Dhugaa rabbii gazeexeessan akkanaa jiraachun harroota akkanaa salphisuu keessatti shoorri taphatamaa jiru Hedduu nama gammachisa. Kuni harree, malee Kantibaa maaliti dhugaa. İmimmaan nama baay'eetu harka isaa Jira.

  • @user-qv5ux8bw1z
    @user-qv5ux8bw1z 19 дней назад +2

    Anwar God bless you Man

  • @anoleshow
    @anoleshow 22 дня назад +4

    Dr Inventerii

  • @biraneefiqireewarquu7835
    @biraneefiqireewarquu7835 21 день назад

    Nuu jiradhuu Anwar kenyaa sii jalanaa umurii dheraa nuuf jiradhuu ❤❤

  • @brekwarratulama
    @brekwarratulama 21 день назад +2

    Kana hojjettan sitti agarsiise sunnen horiidha...isaan achi keess aa yaasuudha....qulqullinni kan nama hundaati.Kan Dr Tashoomaa miti.

  • @BuloGirma
    @BuloGirma 22 дня назад +1

    Baayyee Nama ajaa,iba gochaan kun dafanii ummataaf/investmentotaf deebii quubsaa deebisu qabu hoggantootni bulchiinsarra jiran .Qaxalee ilma Oromoo atimmoo jabaadhu Anuwar Ummanni biyyatti si wajjin jirra!!10Q we wish your Longlife.from Oromia Region!

  • @muraadshamshudin
    @muraadshamshudin 22 дня назад +1

    ❤obolesa kiyaa umrii dheradhuu gafi dhugaa gafate haqa ummata basuf cicomina gafacha jirtan

  • @jasminadam6601
    @jasminadam6601 22 дня назад +1

    Rabbi sitti haafaraduu!! Dhalli dhalaketii cubbu atii ummata hiyyessaatti goote kana jalaa hinbahiin!!

  • @shiferawofficial2923
    @shiferawofficial2923 21 день назад +2

    Hojiin isaanii inni guddaan hiyyeessota homaa qabne irraa mana diiguudha😢😢😢😢😢
    Anwar nama jabaa jabaadhu amma illee

  • @demelashwendimu504
    @demelashwendimu504 7 дней назад

    Outstanding Performance of journalism,iam proud of you

  • @tijaniabajihad1237
    @tijaniabajihad1237 23 дня назад +6

    kantiibaa kun afaan oromo hin danda'u Mee dhaggefadhaa siirti

  • @urgessasoressa
    @urgessasoressa 21 день назад +1

    Ayii Anuwaar!! Jagna haati deesse. Nuuf jiraadhu!!❤❤❤❤❤

  • @debelumidwifery
    @debelumidwifery 19 дней назад +1

    Biyyana eessa jiraa qooyi Anuwar rabbii jedhii kantiibootaa akkana osoo nuuf dhiyyeessiyuu baatan down down jechuun naa hawwisisee bee, namnii hinjiru biyya kana keessa qoyii.

  • @KidaneNigatu
    @KidaneNigatu 22 дня назад +1

    Haxefi hattu ogassa kessa jiran yoo akkuma kan ummatin offi kessa saxile base malle gudini hin jiru ati immo oguma kegi jabadhu rabbi umuri sif hakenu

  • @FekiNesredin
    @FekiNesredin 17 дней назад +1

    Cubbuu fi Hattuu rabbiin akkanatti haa salphisu!!! Anwar rabbin sihaatiksu jabaadhu!!!

  • @WorkinehShanko
    @WorkinehShanko 22 дня назад +1

    Abboo maqaa shagaariin uummata hin dararina .Bu'uura misooma guutaaffii ; Dr.hojii ogummaa haa hojjetuu namaa afaan beekuu fi magaaloota bulchuu danda'uu bakka buusaa. Oromoon yoo rakkoon bira jiraate malee namni dandeetii qabu waan qabduf.

  • @user-kl3po8rh5x
    @user-kl3po8rh5x 18 дней назад +2

    Afaan hin beekuu kantibichi Ajaa'iba

  • @nejiahm
    @nejiahm 21 день назад

    Wow gazixesaa akka Anwar jamaal rabbi nuuf haa baayisuu jabaadhuu

  • @sitotawberhanu4279
    @sitotawberhanu4279 22 дня назад +1

    Qaamni bilisa ta"ee Qabxii qophii CAAYAA irratti ka'ee hordofuu jiraachuu qaba. Kanaachi oduu duwaa ta'ee hafa. Galatoomii Anuwaar!!

  • @minteyifru2907
    @minteyifru2907 7 дней назад

    Dear Anwar, You are ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @DagneHailu-f9n
    @DagneHailu-f9n 22 дня назад +1

    Yaadotnii sagantaa Caayaan dhiyatee Bayee kan nama Gamachisuu fi kan jajabefamuu qabuu ta ee.Gafiiwani fi rakkowaan ka aan kanaaf furmataa argaatee irraa debiin kan dhagenyuu ta uu qabaa.Ummani kenyaa rakkoo bulchisaa Garii isaanittii danqaa ta ee isaan rakkisuu kanaraa Sagantaa midiyaa Caayaan qopheesee kanaan furmataa argataan jedhee abdii qabnaa.waqayoo dhugaa yaa tasisuu!!!

  • @WW-hs5fj
    @WW-hs5fj 23 дня назад +2

    Anawar. Keynaa jabaa kaan godina baalee baaha.kaan Magalaa gidhiir kanaa nuu duubbadhuu anawarii kenyaa rakkoo cimarraa jirraa 😔😔😔😓😓

  • @user-rs9um2co5j
    @user-rs9um2co5j 23 дня назад +2

    Kaantibaan Afaan Oromoo waan beeku hinffakkaatu maali inni yaada isaa ibsachuu hin dandeenyee osoo fali itti kennamee.!!!

  • @FiromsaHussen-qr8kc
    @FiromsaHussen-qr8kc 18 дней назад +1

    Rabbin sihaa Eegu❤
    iji budaa sin argin

  • @user-zf3hc4ir9h
    @user-zf3hc4ir9h 8 дней назад

    Namni kun dhiifamallee naaf godhadhaa Hasaan isaanii Dhuguma Nama magaalaa shagger bulchuu Nama jachisiisa dhugaa obbo
    Anawar Jamal jabaadhu mataa dhiiraa si jaalanna itti fufi jalaan hafin hamma bakka itti gootanitti
    Galatomi Nuuf jiraadhu korma ko obbo Anawarin baana ❤

  • @WossenBeki
    @WossenBeki 4 дня назад

    Jabadhu Anuar namichi kun asan isas hojin isas namaf hingalu badu qabu namonni akkana

  • @kiyyaa2525
    @kiyyaa2525 22 дня назад +2

    Way yaa Dr.! Muuu! Saba keenyatuu saba keenya miidha duruuu😢😢😢
    Dr Tashome must go!

  • @muraadshamshudin
    @muraadshamshudin 22 дня назад

    🎉🎉dhugaa ketii jabadhu itti fufi

  • @ShiferawTamirat-n5w
    @ShiferawTamirat-n5w 18 дней назад +1

    Jabaadhuu yeroo kamuu dhugaan sawajjiin jiraa qaxalee ilmaa

  • @MohammedAhmed-dg7ee
    @MohammedAhmed-dg7ee 13 дней назад +1

    Dr Tashoma Must go

  • @MegersaHirpa
    @MegersaHirpa 17 дней назад +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤ jagnaa koo ittii muddii

  • @AdemRameto
    @AdemRameto 21 день назад +1

    ❤❤❤❤❤❤ nufii jabadhaa jajabee haqaa

  • @abdikasim2303
    @abdikasim2303 22 дня назад +1

    wanti namichi haasawu nama ajaa'iba dhugaa. Anuu ati garuu ni dandeessa bar dhugaa rabbii. Nuuf jiraadhu

  • @mahdiabdirahman119
    @mahdiabdirahman119 22 дня назад +2

    Jabadha jabadha OBN please ummanii kennyan bulchitotaan midhaama jiru 😢dhugan ummani kenna amma baha jira at list bulcha nama lamafi sadii yoo seran hidhaman muldhiftan kan biroo sirnan ummatta issa tajajila adara jabadha ummata kessan bira dhabadha Qophiin caayaa galatoma

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 21 день назад +1

    ❤Hammeenyaa gurrii dhageeffatuu
    Fageenyii lafaa lafee laftis riqicha diinaa gzx Anawar Jamaal Jamaal wrwrwb Muslim dhageeffaattootnii aswrwb/yooyyaa lafti Eegumsaa

  • @MERSIMOFIKRU
    @MERSIMOFIKRU 8 дней назад

    Nuf jabadhuu sobduu fi hatuu kesaa basii gazexeesa Anwar jamli dhugan hiyesaa si harkaa ❤

  • @CookOut-zb1ck
    @CookOut-zb1ck 19 дней назад

    Wow wow- jabaadha always umataa waajiin dhabadhaa! Good job. OBO shimiles clean all this garbage authorities please.. CAAYAA I DO NOT HAVE WORDS YOU ARE TGE EYE AND EAR OF OUR PEOPLE!!! Galtooma!!

  • @nagayotuulaa1816
    @nagayotuulaa1816 22 дня назад +1

    ❤❤❤ABIYYII AHMAD GALATOOMAA
    OBN TV hayyama kennuu keessaniif akka hattootni saaxilamaniif
    kanatu biyya keenna ajjeese 😭

    • @kiyarsilalusinargu
      @kiyarsilalusinargu 22 дня назад

      Salami Abiyyi Silxaana Tashoomaa kenne malee Obn miti

  • @eliasayalew5708
    @eliasayalew5708 22 дня назад +1

    ጋዘጠኛው ክብር ልቸረው ይገባል ።እውነት የኢትዮጵያ ምድያ ይህንን ያህል አድገዋል።wow!!!!OBN

  • @fireederesaafireederesaa3513
    @fireederesaafireederesaa3513 23 дня назад +3

    Anuwar mee Maagaalaa tuluboloo raakoo gudaa jiraa manaa jireenyaa ❤❤❤❤

  • @lalisaterfa284
    @lalisaterfa284 21 день назад +1

    Namni Afaan Hojii Hin beekne Hojii hojjechuu hin danda'amu. Kun Danqaraa Jireenya Oromootaati.

  • @mergatafa8501
    @mergatafa8501 23 дня назад +3

    Dr. Tashooman magaala Shagar guddisuuf dandeeti hinqabu. dhadhabaadha. malamaltumaa keesa waan jiru fakkaata.

  • @greatgrace9651
    @greatgrace9651 13 дней назад +2

    Dr. Go very low! I didn't expect him to push farmers as enemies!
    Development is for people/farmers not we don't need it! We tired of pushing farmers of his land and property!

  • @tilahuntahiro3483
    @tilahuntahiro3483 22 дня назад +1

    🎉Rakkoo ijoon Magaalota Oromiyaa Iddoo mijataa hojii uumuun walqabatee manni Fincaanii baay;ee rakkoo dha. Kanaaf hunduu of ilaalee irraa barrachuu qaban.

  • @ShemsuAbdu-q2v
    @ShemsuAbdu-q2v 22 дня назад

    Anawar jabadhuu akkanutii itii fuufii mee haragee magala hirna rakko ifa fi bishanii jiraa achasii dhaqii mee kesafuu gada dhagaa

  • @MohamedWario-lm8cc
    @MohamedWario-lm8cc 22 дня назад +1

    Rabbi sihaa tiksu ANWAAR KOO!!

  • @user-du2gd7ml4g
    @user-du2gd7ml4g 20 дней назад +1

    Qophi cayaa kani bayee namati toltuudha jabadha obn sagalee umataa ❤❤

  • @gelankenai9313
    @gelankenai9313 22 дня назад +1

    Dhugaa Uummata
    Dhugaadhumma gaaru kun DR jeenne waamun Ulfaatadha Dhifaama !

  • @webshow5181
    @webshow5181 22 дня назад +1

    Dhugaa dubbachuudhaf namnii kunii Magaala shaggar bulchuu fi misoomsuufis gahumsaa hin qabu,Nama yaada isaale ibsachuu hin dandeene,Magaalan kun magaala adda oromoon bifa adda ta'een nii ijaaramtii jedhee eegudha,wayyooooo wayyooooo ,Anii akka nama tokkootti namnii kun Dr jedhee hin amanuu please Ragaan barnoota isaa qoratamuu qaba.

  • @ANANNOShow-bf2ei
    @ANANNOShow-bf2ei 6 дней назад +1

    Nuufii jiraadhuu ❤❤❤jabadhuu

  • @lemimelakutube5351
    @lemimelakutube5351 22 дня назад

    Wow Anuwar

  • @minteyifru2907
    @minteyifru2907 17 дней назад

    ❤❤❤❤❤❤❤ Amazing

  • @AbduRahman-zm2no
    @AbduRahman-zm2no 22 дня назад

    Nawaakoo jiraadhuu ❤❤ love ❤️

  • @lagetedy5709
    @lagetedy5709 5 дней назад +1

    nuuf jiraadhu Anowaar keenya, qalamni kee kana caalaa haa mirgisu dhalli kee hin rakkatin

  • @mirmirsaafaajjiioromiyaa7411
    @mirmirsaafaajjiioromiyaa7411 22 дня назад

    Hojii gaariidha, jabaadhu.

  • @ararsofixa4163
    @ararsofixa4163 13 дней назад +1

    Rakkoo Namichi Kantibaadha jedhaani kuni Uumufi Sobuu Bayyeetu jira. Dhugaadha Hojiini isaa akkumaa Mulateedha. Nugaafadha.

  • @osmanalsaied476
    @osmanalsaied476 20 дней назад +1

    Raakoon Oromiya maallaamalituumaa
    D/r Abiy Ahmed Alli keesiikeessaa Aduurreen keesii biineesaa Oromoo Jabbeessii !!🎉🎉usa❤❤❤❤

  • @giragnbeyen9512
    @giragnbeyen9512 22 дня назад +1

    Woyyooo Magaalaa Shaggar nama akkamiin gageeffamaa jirtaa? Kkkkkkkkkkkkk😅😅😅😅😅

  • @fissehaabate521
    @fissehaabate521 22 дня назад

    Wow!! Gaazeexessan kun ajaibsifamu qaba qaxalee dhiirati.

  • @user-js1tq6ju8j
    @user-js1tq6ju8j 18 дней назад +1

    Gaaffiin oromoo finfinnee shampoo shagaar kaddiirootaf hundeessu ture Dr.?