Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
Paarkii carcar Baddeessaa irratti dhakaa bu'uraa qofaa miti, kan hojjatamee. Daandiin darajaan meetira 220, dallawnni paarkii fi kaambii gargar baasuu fi carv koonkiriitiin karaa miilaa meetira 320 ta'u ijaarameera. Kan goodinaa dhufee fi kan Naanoo irraa dhufee martisuuraa irratti ka'aa jira waan ta'eef ni mul'ata. Kantiibaanis ibsuu hin dandeenye. Caayaan illii kan arguu danda'ee dhagaa bu'uraa qofaa, ajaa'iiba!!
❤❤❤🎉🎉🎉🎉😢😢😢😢
Achumanuu hawwii guddinaa kootta waa hedduu agartanii. Dhugaan hawaasaa bal'aa caasaa mootummaatiin ukkamfamanii jiran hedduutu jira sabni bal'aan furmaata barbaada maaloo dafaa gara aanaa Hawwii Guddinaa koottaa.
Birin wali galaa m 7.8 kan motummaaDandif M.1.6Qarshii kuma dhibba jaha 600000Kanarraa wani account gubbati hafee jiruu 20000 qofaa jechuun wan nama dhibuudhaa kun
Quushaasha hooganaa goodhaniti biiyya nyaatee
Qarshii Garaa issantiif
waa'ee magaalaa hinbeekne magalaa itii kenameefii qileetti qabee Lixaa jira .falli beekumsaaf dandeetii kantiibaa ta'u ilaalamu qabaa
Great inspections continue beyond by visting to West of Baddesa up to Mecheta the problem is vast than Baddesa.
Magaalaa Machaaraa Harargee Lixaatti argamu nuuf kootta kan kanaa oliifi rakkoo jabduu keessa jira uummanni
Maya city kota ilala
Maayaan quulqulina qabachuu issitini Roobee muuddama arkatee guuddatee
Jabaadhaa Obboleewwan Shimee fi Anuwaar
❤❤ Itti muddi leenca kiyya qashxii sirraa kaase
Waayyoo Waayyoo waan dubatuu dhabee Namiichii safuu waarattuu gudiin sinitii dhufee
Qopheessitu Seegntaa Caayaa waan hedduu tokkoo jiraa nuu Corider limati irraa jiru dhuftan rakkolee hedduutu jira haasofnee hin fixxnu waqyyoo jaa’a 1 nuuf deebiaa yoo duubenee shanee nunjan nyaatamnee dhumne maallo nuuf birmadhaa nuuf jiradha galatooma
Please gara mulata Ana baddannoo Kota
Rakkoon Naannoo Oroomiyaa Keessaa jiruu Yoomiyyuu hin Furaama jedhe hin yaadu ani Yoo Naannoo Magaala Gurguddoo ta'e Malee Keessatu Aanaale Oroomiyaa Rabbii Qoftii haa Furuu Booyicha Hawaasa Oroomo uuuuuuuf
@@MubarekMohammed-o2m 👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
BRAVO ANU KIYA ITTI MUDI!!
Waan bareedaa 🎉🎉🎉
dhugumatti rakkoo bayyee magaalota harargee lixaa keessa jira.baddeessaa kantiibaa hin qabdu
yaa oboleyyaan kiyyaa maalo rabbii jdhatii gara magalaa mayaa kootuu dhimmaa misooma koridarii irraattii midha umannii ittii jiru akasumaas qulqulina misooma koriidarii
MAALOO GAMMA HARARGEE BAHAA KOTAA KEESATUU WAAJIIRA MAGAAD TIRAANISPOORTII KOTAA
hattuun akkatti afaan bareedu agartanii? aanolee oromiyaa hunda keessa kanumatu jira.
Waniin bekku irra kantibaan maagalaa badessa Obbo Abdala Yuusuuf kun nama ejjeenoo qabu. Haanqiinoota jiran kanna iratti laalu ni dandesa warri obn
👍👍👍👍👍👍
Thank you so much
Rakkoon kan akkanaa jira waan ta'eef obn ordofee dhiyeessuu qaba
Good 👍
Garra aanaalee bahaa kootaaa
Tokofa wahee ispital magalaa badesa nu lalaa😢
Waan gaafatamuu fi waan deebisuu faalaadha haatuu kan hidhaa dhiiga ummataa kan xuuxee kan
Baayye gaaridha qophin kessan namatti tolaa Anuwar jamal gara godina jimma kessatti rakkinni ummata baayye muldhata rakko bulchinsa gaari dhabuun miidha ummata daran dabalaa dhufee jira kanaf xiyyeffanodhaan akka gara sana nudeebitan abdiidhan isin egganna!
Hattuu magaalaa teenya qullifte keessa tokko kana qeeyradhas ni qabdi bakkuma Sani iddoon isaan qushaashaf filanii itti gataa jiranis achuma
Aanaa Limmu kossaa maaliif dhaquu diddan?😢😢
Arraba of nyaate fixee maloo janja'a kana ofuma biratti hidha achuma yaa ta'u! Ulaagalee inni ittiin kantiibaa tahe mee nuti hima!
Haatuun hundii hidhamuu qaba
Namichii mudamee iyani guraa nuu duchaa jiraa😂😂😂😂
Caayaa OBN galtoma
Hatuu kana angoo iraa kasaa
Uufeee nuuf jiradha itti muddii
Yoo caayaan kan sirrii taatee kootta daandii Asfaltii garaa mullatta kana sirrattii akka hojjetama jiruu nuf ilaala maalif yoo jettan daandiin yeroo tolfamuu qulqulinaan yoo hin hojjanee fayidaa hin qabuu
Jabaadha 🫰
Asumaan Gara Bulchiinsa Magaalaa Machaara-Miicataa Koottaa
Aanaa bookee koottu yoo rabbiin sodatte
❤❤❤❤❤❤
Shime jabaadhu
Jiraadhu Anuwaar qophii dhugaa ifatti baasu,biraa hin hafin daanawootu biyya kana balleessaa jiraa
Magaalaa hirnaa nuf kottaa hattuu hirna jirtuuu uuuuuu yoo rabbi sodattan hirna kottaa
Genius journalists ❤ go head
Anaa mi'essoo kootaa harargee lixaa waruma bartee biyaa samaa jiraa dafaa umtaa dhaqabaa yaa boo
Jabadhaa
Sirrittii hacuuci
Nuf jiraadhu
Kunii diili hin qabuuuuu rabbiii
Jabaadhu Anuu Kenya
Saamichi hojii idilee kaadiree mootummaati.
Kantiibaan projaktii magaalaa innii bulchaa jiru hin beeknee itti anaaf kan galchuu kunii bulchaa osoo hinta’in qooddatee bulaa dha.
Wow
Pls sel waliif transport s.c malee irra akka jiru nuagafedu
Maloo shawaa lixaa aanaa dandii magalaa gincii kootaa
KEESAA SI BABADA
Itti mudi anawar mangistii
Oben sagale. Umata
Aanaa Gubbaa Qorichaa koottaa nu ilaalaa hadaraa
Arsii sudde
jabadhu abba caayaa
Machara fi micaata kotaa
Heduu takkaa gallatomaa qophii kessan bayee baredadha Kottaa lalla mee jiratotaa magalla maya wan kessa jiran yeroo hundaa
Wanni nama aja’ibu wan gaafatame kessaa deebin inni deebise tokko jirachu dhabudha waan biyyi itti jirtu irraa quba hin qabu
Jimmy
Anawar Namicha jimma iti keni araba nyacha jira
Afuura kuti warra garaaf jiraattu
Daloiding
❤❤❤❤❤
❤❤❤❤
Paarkii carcar Baddeessaa irratti dhakaa bu'uraa qofaa miti, kan hojjatamee. Daandiin darajaan meetira 220, dallawnni paarkii fi kaambii gargar baasuu fi carv koonkiriitiin karaa miilaa meetira 320 ta'u ijaarameera. Kan goodinaa dhufee fi kan Naanoo irraa dhufee martisuuraa irratti ka'aa jira waan ta'eef ni mul'ata. Kantiibaanis ibsuu hin dandeenye. Caayaan illii kan arguu danda'ee dhagaa bu'uraa qofaa, ajaa'iiba!!
❤❤❤🎉🎉🎉🎉😢😢😢😢
Achumanuu hawwii guddinaa kootta waa hedduu agartanii. Dhugaan hawaasaa bal'aa caasaa mootummaatiin ukkamfamanii jiran hedduutu jira sabni bal'aan furmaata barbaada maaloo dafaa gara aanaa Hawwii Guddinaa koottaa.
Birin wali galaa m 7.8 kan motummaa
Dandif M.1.6
Qarshii kuma dhibba jaha 600000
Kanarraa wani account gubbati hafee jiruu 20000 qofaa jechuun wan nama dhibuudhaa kun
Quushaasha hooganaa goodhaniti biiyya nyaatee
Qarshii Garaa issantiif
waa'ee magaalaa hinbeekne magalaa itii kenameefii qileetti qabee Lixaa jira .falli beekumsaaf dandeetii kantiibaa ta'u ilaalamu qabaa
Great inspections continue beyond by visting to West of Baddesa up to Mecheta the problem is vast than Baddesa.
Magaalaa Machaaraa Harargee Lixaatti argamu nuuf kootta kan kanaa oliifi rakkoo jabduu keessa jira uummanni
Maya city kota ilala
Maayaan quulqulina qabachuu issitini Roobee muuddama arkatee guuddatee
Jabaadhaa Obboleewwan Shimee fi Anuwaar
❤❤ Itti muddi leenca kiyya qashxii sirraa kaase
Waayyoo Waayyoo waan dubatuu dhabee Namiichii safuu waarattuu gudiin sinitii dhufee
Qopheessitu Seegntaa Caayaa waan hedduu tokkoo jiraa nuu Corider limati irraa jiru dhuftan rakkolee hedduutu jira haasofnee hin fixxnu waqyyoo jaa’a 1 nuuf deebiaa yoo duubenee shanee nunjan nyaatamnee dhumne maallo nuuf birmadhaa nuuf jiradha galatooma
Please gara mulata Ana baddannoo Kota
Rakkoon Naannoo Oroomiyaa Keessaa jiruu Yoomiyyuu hin Furaama jedhe hin yaadu ani Yoo Naannoo Magaala Gurguddoo ta'e Malee Keessatu Aanaale Oroomiyaa Rabbii Qoftii haa Furuu Booyicha Hawaasa Oroomo uuuuuuuf
@@MubarekMohammed-o2m 👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
BRAVO ANU KIYA ITTI MUDI!!
Waan bareedaa 🎉🎉🎉
dhugumatti rakkoo bayyee magaalota harargee lixaa keessa jira.baddeessaa kantiibaa hin qabdu
yaa oboleyyaan kiyyaa maalo rabbii jdhatii gara magalaa mayaa kootuu dhimmaa misooma koridarii irraattii midha umannii ittii jiru akasumaas qulqulina misooma koriidarii
MAALOO GAMMA HARARGEE BAHAA KOTAA KEESATUU WAAJIIRA MAGAAD TIRAANISPOORTII KOTAA
hattuun akkatti afaan bareedu agartanii? aanolee oromiyaa hunda keessa kanumatu jira.
Waniin bekku irra kantibaan maagalaa badessa Obbo Abdala Yuusuuf kun nama ejjeenoo qabu. Haanqiinoota jiran kanna iratti laalu ni dandesa warri obn
👍👍👍👍👍👍
Thank you so much
Rakkoon kan akkanaa jira waan ta'eef obn ordofee dhiyeessuu qaba
Good 👍
Garra aanaalee bahaa kootaaa
Tokofa wahee ispital magalaa badesa nu lalaa😢
Waan gaafatamuu fi waan deebisuu faalaadha haatuu kan hidhaa dhiiga ummataa kan xuuxee kan
Baayye gaaridha qophin kessan namatti tolaa Anuwar jamal gara godina jimma kessatti rakkinni ummata baayye muldhata rakko bulchinsa gaari dhabuun miidha ummata daran dabalaa dhufee jira kanaf xiyyeffanodhaan akka gara sana nudeebitan abdiidhan isin egganna!
Hattuu magaalaa teenya qullifte keessa tokko kana qeeyradhas ni qabdi bakkuma Sani iddoon isaan qushaashaf filanii itti gataa jiranis achuma
Aanaa Limmu kossaa maaliif dhaquu diddan?😢😢
Arraba of nyaate fixee maloo janja'a kana ofuma biratti hidha achuma yaa ta'u! Ulaagalee inni ittiin kantiibaa tahe mee nuti hima!
Haatuun hundii hidhamuu qaba
Namichii mudamee iyani guraa nuu duchaa jiraa😂😂😂😂
Caayaa OBN galtoma
Hatuu kana angoo iraa kasaa
Uufeee nuuf jiradha itti muddii
Yoo caayaan kan sirrii taatee kootta daandii Asfaltii garaa mullatta kana sirrattii akka hojjetama jiruu nuf ilaala maalif yoo jettan daandiin yeroo tolfamuu qulqulinaan yoo hin hojjanee fayidaa hin qabuu
Jabaadha 🫰
Asumaan Gara Bulchiinsa Magaalaa Machaara-Miicataa Koottaa
Aanaa bookee koottu yoo rabbiin sodatte
❤❤❤❤❤❤
Shime jabaadhu
Jiraadhu Anuwaar qophii dhugaa ifatti baasu,biraa hin hafin daanawootu biyya kana balleessaa jiraa
Magaalaa hirnaa nuf kottaa hattuu hirna jirtuuu uuuuuu yoo rabbi sodattan hirna kottaa
Genius journalists ❤ go head
Anaa mi'essoo kootaa harargee lixaa waruma bartee biyaa samaa jiraa dafaa umtaa dhaqabaa yaa boo
Jabadhaa
Sirrittii hacuuci
Nuf jiraadhu
Kunii diili hin qabuuuuu rabbiii
Jabaadhu Anuu Kenya
Saamichi hojii idilee kaadiree mootummaati.
Kantiibaan projaktii magaalaa innii bulchaa jiru hin beeknee itti anaaf kan galchuu kunii bulchaa osoo hinta’in qooddatee bulaa dha.
Wow
Pls sel waliif transport s.c malee irra akka jiru nuagafedu
Maloo shawaa lixaa aanaa dandii magalaa gincii kootaa
KEESAA SI BABADA
Itti mudi anawar mangistii
Oben sagale. Umata
Aanaa Gubbaa Qorichaa koottaa nu ilaalaa hadaraa
Arsii sudde
jabadhu abba caayaa
Machara fi micaata kotaa
Heduu takkaa gallatomaa qophii kessan bayee baredadha Kottaa lalla mee jiratotaa magalla maya wan kessa jiran yeroo hundaa
Wanni nama aja’ibu wan gaafatame kessaa deebin inni deebise tokko jirachu dhabudha waan biyyi itti jirtu irraa quba hin qabu
Jimmy
Anawar
Namicha jimma iti keni araba nyacha jira
Afuura kuti warra garaaf jiraattu
Daloiding
❤❤❤❤❤
❤❤❤❤