Ya oromo Namni mal fakataa janan Jiruu issati Im really sorry 😞 for our artists to have this kind of life What is a reason our legend is not having even a good appearance…physically..+ no financial gain Always fighting for political power not supporting each other for success and even for survive in a prosperous 😭😭😭
You are right, he said he was in grade 1 in 1978 EC( or 1986 in GC) which means he has grown too old very quickly because of hardship. I believe the government should provide artists like him supports they need such as housing, income and professional development.
Haymaanot hedduu galatoomi! Weellistoota yeroodargaggummaa isaanii saba kanaaf of kennanii hojjataa turan har'a garuu jireenyi itti ulfaate kana iyyaafattee nuuf dhiyeessuu keetiif!! weellistoonni Oromoo bahaa bara 80'taa fi 90'oota keessa waan baay'ee hojjatan har'a garuu jireenya kana waliin tarkaanachuu hin dandeenye!!
Ani ragaadha dafi dafi guyya kanniteef
Shogolee mana awwal usmanitti
alii nama cimaa artii oromoo kessaattii gumachaa olanaa godhee
Bilbila Alii mohammed Diimaa nuuf barreessaa
Nama jabaa artii keessa ture.🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤
Adeero Ali mahammad dimaa namaan akkaan jaaladhuu ❤
Umrii dheertuun siif hawwa🥰
Wellisaa ani jalaadhuu dhageefataa guddadhee ❤❤❤
Wooooww tsagayeen akkam godhee sirbee..
Bakka joluman Ra"e itti tisinee nuyadachiffte.jabadhu Mame kegna.
Waan gaarii ilmoo dhalchisani malee waan akkanati miti gara milkii as deebii'i gara ibaada islamummaa
Umrii nuf dheradhu adeeroo❤❤❤❤❤
Waaw mucaa sagaleen ajaaiba
Forever Hararge Artists U are Diamond.
Sagale arti ummatee urmi hin jiruu❤
Abshir Abbaa koo ❤❤
Ajab sire jechuun maali namni debisee badhasaa qaba
Ali ajabsire ani Mr ajaa.ibaadha akkami fayya keeti
Ali Mohammed Dima Ammaa oromoo iyyaafachuu qaba
Alright kinda umrii dheeradhu
Ya oromo
Namni mal fakataa janan
Jiruu issati
Im really sorry 😞 for our artists to have this kind of life
What is a reason our legend is not having even a good appearance…physically..+ no financial gain
Always fighting for political power not supporting each other for success and even for survive in a prosperous
😭😭😭
You are right, he said he was in grade 1 in 1978 EC( or 1986 in GC) which means he has grown too old very quickly because of hardship. I believe the government should provide artists like him supports they need such as housing, income and professional development.
❤❤❤❤❤❤❤
Akkam jirra jirtu
❤❤❤❤🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
🙏🌹
Old is gold
❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉
Hii oromoo beekaa kee maafi gaataanii😢😢😢😢😢😢
❤
❤❤❤❤❤❤
❤
❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤