baga Rabbiini si gargarre 😢😢😢 sena bayye nama gadisissa hayyii miskina 😢😢😢 garru harmee tettiffi oso dhifama gotte bayye tokko garridha ji.aa 9 garatti si batte si desse haga atti offi bartutti si gudistte cinqini gaffa si dessu argitte suni sena kee kani wogoota heddu kanani wollii maddallu sani worra argettu bekka 😢😢😢😢 kanafi woni isini si gotte garri ta,e oso hin tanee Rabbii kettifi jedhi dhifama godhiffi 😢😢😢😢
Senna akami nama gaadisisa yaa rabbii ati wan sii ulafatuu hin jiruu obollessa kiyya baga rabbi sii garagareee rakko san kessaa sii bassee dhugaa hojjiin nama tokko tokko baayee gaara nama jaabessa ati garu rabbi kan sif ta,ee lalii gara itti laafii
😥😥😥😥😥😥😥😥😥😭😭😭 ya allah bay.ee nama gaddisisaa senaan kee ya oboolesa ko wallahii boohichaniin xumuree seenaa ke bagaa rabbiin similkeesee amalee milka.ii kana caalaa
Baagaa.rabbii.sigarigre.gaaruu..baayye.gaara.naama.naataa.akknamaa.mitii.waaqayon..obbolesako....sena.naama.jijiraa..haagalatomuu.daachadachaanii.❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waaqa si gargaareef galanni haa ta'uu 🙏🙏🙏ati garuu itti araarami gargaarii gaabbisisii garaa dhiifamaa qabaadhu obboleessakoo
😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔💔💔💔
Dhugumatti baay'ee baay'ee nama gaddisiisaa rabiin hundumayyuu sitti agarsiisee har'ammoo lafaa sikaase dhugumatti galata rabbii ammallee umurii kee siif haa dheeressu jireenya har'a calqabdee xumura kee siif haa bareessu❤❤❤❤🙏🙏☝️
Hadhaa keeti dhiisi. Hundaafuu nama si miidhee miidhuu in yaadin waan gaariin deebisu fi yaalii❤❤❤❤
Yoo si dhukkube beeke malee waaeen dhukubaa siigalu
@kibitadese696 lakki anis madaa inuman qabaa garuu garaa dhiifamaa waanan qabuufi malee
Kun dhugadha hin jedhu ani hadhii ofii akkana hin gotii hin jedhu ya rabii 😢😢😢😢😢😢
Mashaallah mashaallah alhaldulyiii baguma gadee sanyaii kiyaa mashaallah alhaldulyiii baguama gadee lubbuu kiyaa qali
Waan baay,eee baay,ee nama Gadisisufii Namatii tolu baga wan sii garagree😢😢😢😢
💔💔💔💔ayi wanti hin darbine hin jiru dhuga obsa danga darbe sif kene waaqayyoos waaqayyoo amale jirenya ke ha barechu❤
Uuuuuuuufff galataa waqayyoo baga keessaa si basee nuufile barumsa guddadha dhiphini ar'a hin darbaa❤❤❤
Ameen Ameen Ameen yaa Waqayyoo dhuma keenya nuuf bareechii ati😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Hojin waaqayyoo guddadhaa bagaa sii gargaaree hadhokoo 💓 harrmeen Akkana jirtii Waaqaf jecha dhifamaa godhif garaadhuma keraa
Well come gammee nam jabaa kenya senichi bayyee nama gaddisisas gammachisas rabbii bagaa seenaa kee jijjire obbollessa maati kef garuu dhifama godhif akka yaddaa koti wan hunda rabbii sababa godhef qabati isani jibbun siti jabbachun tarii sababa ara,a kan ta,u mal
dhiifaama godhiifi waqaayyooraa hin arrgaataa waan taa'eefi 😢❤❤❤
Mashaallah bagaa gamadee sanyaii
Dhugaa.
Hati kotif abban koo yoo na gataniyuu waqayyo na gatuu, jedha mcf qulqulu 🎉🎉🎉❤❤❤❤❤
Gobaz muca jabadhu garru dhifama godhif mati ketif
Ammaree waqayyoo sii haa gargaruu
Ergaan Annii siif qabu Akkaa kessii kee nagaa Argatuuf hadhaa keef dhifamaa godhiif Aloo yoo namattii qabataan kessii nama nagaa dhabaa❤
Wowwo waaqayoo fii gaalnii haatuu.uu dhugaa waaqayoo seena jiraa . Baagaa baakaa kuuftee hin haafiin❤❤❤❤❤❤
baga Rabbiini si gargarre 😢😢😢 sena bayye nama gadisissa hayyii miskina 😢😢😢 garru harmee tettiffi oso dhifama gotte bayye tokko garridha ji.aa 9 garatti si batte si desse haga atti offi bartutti si gudistte cinqini gaffa si dessu argitte suni sena kee kani wogoota heddu kanani wollii maddallu sani worra argettu bekka 😢😢😢😢 kanafi woni isini si gotte garri ta,e oso hin tanee Rabbii kettifi jedhi dhifama godhiffi 😢😢😢😢
Dhifamaa gochummo waqayyoo in jallataa garaa dhifamaa qabaadhu Ebifaamii
Nagaan WAQAYYOO hunduma kessaanif haa bayaatu game galatomi obbollessa koo WA WAQAYYOO inni senaa kee jijjiree bara baran haa jajjammuu atimoo harmee keef dhifamaa godhiif sababinssayyu yoo nutii walif dhifama gonee WAQAYYOOs ballessaa kenyaaf waqqarra dhifama nu godhaa hamma namaf dhifama gotuti dhifama argachuu hin dandessu kanaf dhifama gafaadhuu silki dawaliiti ❤❤❤
Bayy,eee Nama Gadiisiisaa dhumnii isaa Namatti tolaa Bagaa Waaqayyoon Sii Gargaree Galatomii Gammee
Jabadhuu jabaa ofii ❤❤😊
Uuuuuuuuuuffffiiiii jechaan dhabee dhugaa ❤❤❤❤❤❤harmee keef mee araaramii dhiisifi
Hojii waqqayyoo guddadhaa Baga sii gargaree bro garuu harrmer keetifii dhifamaa gadhiifii❤❤❤
Hojii waaqayyoo dinqiidha akka namaa miti Galata Waaqayyoo baga gammadde🎉🎉🎉 🎉🎉❤❤❤❤❤
Bagaa rabbin waan hundaa keessaa sidabarsee bayee garaa Nama nyataa senans maatii kee walin umurii dheradhaa 🥰🥰
Waqayyoo gaaridhaa 🙏🙏🙏
Bay'ee nama gadisisa waqayo baga sii garigaree❤❤❤
❤❤❤❤❤😢😢😢 Amasii jabadhuu yero hundaa Rabbii kee ufii iraa yadadhuu nanii isatii irtatee homaa hin dhabuu jabadhuu ka namaa hin dhagayinii
Uffiii dhugaadhaa malooo Ani bohichaafu dhagefachuu dadhabee bar yaa rabbii Isa nama hin qabnef ati nama ufffiiiii
bagA waqayoo sigararee jabadhuu ❤❤❤❤❤❤ waqayoo Jiraa
Baggaa waqqayyoonii sii gargaree dhuga sennaa bayyee gara nam nyattuu .obolleessa koo baggaa rabbii asiin sii gahee.😢😢😢😢😢
Uuuuufffff bayee nama gaddasisaa bagaa waqayyon siif dabaresse Abshir jabadhuu homaa mitii
Uuuuuufffffff jalqabarati baga waaqayyoo asiin sii gahe jechaa namni obsa qabu gaddii jedha gaadii jechuu keetuu asin sii gahe namni nama abdatu hin kufa namni waqayyoon abdatu hin kufuu obolesa koo dhugumatii senan kee bayyee nama bosisaa amale waqayyoo sii fana yaa ta.u ani akka kootii firota kees ta.e maatii kee sana ,guyyaa tokkoo itti himu qabda namni harka waqayyooti offi gate akka hin kufne😢😢😢😢😢😢
Rabin amale jirenyaa kee sifaa barechuu
Wollahi imimmaan qabachuu dadhabe
Uuufff seenaa baayee nama gaddisisuu dha garuu waqyoo gargaraadha baga waqyoo sii gargaree hadhoko jabadhuu ammas waqyo dhuma keessan haa bareechuu
Uuuuuuffffffeeeeee maloo baay,eema naa gadisisee obboleessa koo bagaa Waaqayyo gooftaa jireenya kee jijjiiree 😭😭😭😭♥️♥️♥️♥️♥️💯💯💯💯
Oboleesaa koo bagaa rabbii si garee namii nama jibefii homoo hin tanuu namii rabbi qabuu homaa hin tahuu 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Waaqayyoo Garidhaa. Akkaa nama miti waaqni.... Karaa ittiin senaa namaa jijiruu bekkaa. Egga waaqayyoo sii gargaree seenaakee haressee kanaa hin gadisisin mattiketiif dhifamaa godhi. Yasus ossumaa rebbamuu xoffoo rakkinaa dhuguu... Waan godhaan hin bekkani dhisif yaa abbaa jedhee Araraa kadhachafi ture. Attis obbolessakoo hangaam rakkinotaa gurggudaa kessaa darbituyyuu..... Bagaa waaqayyoo garakee goree seenaakee jijiree maalee issaniti qabamtee waaqayyoon hin hadisisin.... Waqayyookee garaa gamachisii akkuumaa innii sigargaree. ❤❤❤❤waa'eekef waaqayyoo haa Ebbifamuu. 🙏🙏🙏🙏👏👏👏👏
Baga rabbii sigargaree kanan sii gahe garuu harme ketiif dhifama godhii rabbii Badi keee siif hadhisuu
Ammasii jabadhuu sanyii ofii
Gaammee koo nuuf jiradhuu anis guyyaa tokkoo seena koo siif qoduun koo waan hin oleedha akka obbolooni koo irra barataniif garuu essa kaasee essat akkan dhabuu wallaaleen ta,a jiraa💔😌🥲🙏
Senna akami nama gaadisisa yaa rabbii ati wan sii ulafatuu hin jiruu obollessa kiyya baga rabbi sii garagareee rakko san kessaa sii bassee dhugaa hojjiin nama tokko tokko baayee gaara nama jaabessa ati garu rabbi kan sif ta,ee lalii gara itti laafii
Ya raabii kunis jiraa raabin hadha mana kee umuri wolin tura garuu hadha kee dhifama gafadhu haqa hadha rabitu ol kase jenani mila hadha jedha raabin malu siti haa gotu ishen anis abban koo akasi naa godhe alhamdilillaa ama baka yade gahen jiraa❤😢
Seenaa.kotiin wal fakataa😢😢😢😢❤
Mashaallah bagaa rabiin si garigare 😢😢😢❤❤❤
Bagaa si gargaree jabadhuu amasi
Imammaan koo qabachuun dadhabee garaa koo na nyaate seenan kee garuu baguma Waaqayyoo nu uumee harka namatin oso umaamnee salphanne baguma gooftaan seena fokkisa kara gaaritti jijjiree haadhokoo amma caali argamii ol malee gadii ta.in jireenyi kee galanni kan waqayyoti 🎉🎉🎉🥰
Uuuuuff waqqaayyoo baga jireenyaa kee jijiree namni waqaati of kene Kan obsaa qabuu baka yaade gahaa bayeen gade 😭😭😭
Uuuuuffff namaa gadisisaa dhugaa wantii hunduu nii darbaa ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Maatii tokko tokko ati guddattee akka siif dabartuuti yaadaniim
Wowu Waaqayyoo seena nama geddaara❤❤❤❤
Seenan kee baayyee nama barsiisaa ammayyu jabaadhuu😢😢😢😢😢😢😢
Dhugaa seenaa bay,ee laphee namaa cabsuu waqayoo bagaa sii gargaree kodee koo😢😢😢😢😢😢
Jabadhu Rabiqabadhuu 🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏
Oboleesaa koo seennaan kee naa boosisee dhuugaa waaqayoo amayuu Jireenyaa kee siifaa ebisuu gaaruu homa miti haadhaa keef dhifam goodhii gaargarii waaqara ,argataa😢😢❤❤❤
Matii naa taii
Baga rabbiin si gamachise dhuma ke🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉😢😢😢😢
😢😢😢😢bagaa rabbiin si milkesee obbolessaa koo
😢😢😢 waaqayo gaariidha❤
Yaa allah garaa jabeenyi hadhi akkana maali garuu si baga rabii similkeese oboleessako ammas rabi sihaa jabesu
Wallahii seena garaakoo.nagubee akkasii inagarrree Baga kutaata taate 😢😢
bagaa rabbii siidabbarassee❤❤❤❤
Dhifamaa maalgotaaf tanaa dhifamaa gotaa akkuma jettee Rakkataa Agaartee tokko biraa hin tariin ka Rabbiin sif dabarsee galataa Rabbii ketii kalchii dhugaa
Uuy yaa Rabbii Hatii Akkanaa ni jirtii nama kessayyuu garalafettin hadhaa mali uumaa rabbii
Love this
Ayii akaa namafii mitii akaa rabitii jiratuu😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Wanti darbamnee hn jiru bagaa Rabi sii dabarsee
bagaa rabbii sii gargaree
Alhamdulillah baga rabbin kessa si baase
Subhana allah😢 obsi wa heduu kessa nama dabarsa
Dhugaa seena kana dhageffadhee seenaa heyyumaa waan beekuf imimaan sammuu naa dhumee uuuuff wanti hin jijjiramne hin jiruu 😢😢😢😢😢😢😢
😢😢🥺Uuuuuuufffffff hadhoo kooo Abshir waqayyoo seenaa jijiraa baga sii gargaree😭😭😭😭😥😥😥😥malii hatii akkanas jirtiimll
Oboleesaakoo bagaa waqayoo seenaakee jijiree garuu kanaratii ubadhuu waqayoo abbadhifamatii bagaamidhamtee omamiitii hin gargariin garuu dhifamaa tasisiif matiii keetii rabii sodadhutii hin abbadhifamaa wantaefi waqayoo jedhii dhisifi kan cala milkoftaa
Bagaa nagadhani dhufite ❤❤❤
bagaa waqayyoo sii gargaree ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤seenaa gara nama nyaatuu❤❤❤💔❤💔❤💔💔😭💔😭💔💔😭
www dhugaa galatoomi seenaa kanarraa waan heddu baradhe
ufff miskiina koo dhaggeeffadhee fixuu dadhabe
Ammiieeennnnn sifi waqyy seedsu💔💔💔💔🤲🤲🤲🤲
baga rabbinke bakka kuftetti sin hanbisin argaa firati jiruun sitti ha toluu hatii akkasis cinifatte nama desse jennare😢😢
😢😢😢😢😢😢😢dhuguma baye.e nama gadisisa😢😢😢😢😢
Boohaan dhaggefadhee😢😢
Ani imiimaan koo too'achuun dadhabe 😢 Waaqayyoo guyyaa isaatti garii godha
Dhiibbaa namoonni jireenya namaa irratti gaggeessan yeroo baay'ee milkaa'ina sirrii ta'eef nama qopheessa, ulfaadhu obbolleessa nana. ammas jireenyi ke ha tolu ❤
Dhugaa bayee namaa gadissisaa 😢
Baay'ee nama gaddisiisa dhugaa. Bagaa rabbii hundaa keessaa sii dabarsee
Uuuufffff 😭😭 bayye garaa nama nyaa💔💔💔 abshir
Dhugaa dubbachudhaf heddun gadde booye garuu namuutu seena adda addaa qaba tahus isiin haadha wan taatef dhifama godhiif jirenya kee ammas kana caalaa siif haa milkeysu
😭😭😭😭😭😭Uuuuuuffff waqqayyoo bagaa sii Garee bro koo
😥😥😥😥😥😥😥😥😥😭😭😭 ya allah bay.ee nama gaddisisaa senaan kee ya oboolesa ko wallahii boohichaniin xumuree seenaa ke bagaa rabbiin similkeesee amalee milka.ii kana caalaa
Bagaa nama gadissi 😢😢😢😢😢😢
Uufff seenan kee bayee nama gadissisa hatii akkanatis jirtii baga rabii dhumaraa si gamachisee kaana calaa si gamachisuu jirenyaa milkii jiradhuu
Waqqayyoo jirraa ☝🏼☝🏼🤲🤲🤲🤲🤲😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Bagaa Rabbiin sii gargare❤❤
Uuuuf😢😢😢😢 bagaa waqqayyoo si gargare
Ayiiiiiii senaa ko tokkoo natii fakatee💔😭😭😭😭😭😭
baga waaqayyoo sii gargaare galanni waaqayyoof haa ta'u innoo akka nama mitii garuu waaqayyoo dhiifama taasisi dhiifama isinif taasifama jedha namaf jette osoo hin taane waaqayyoof jedhi nagaa argachuuf jedhi dhiifama godhif
Oboleess koo bagaa rabii rakkoo Sani keessaa si basee 😢😢amasi bakka gudda si haa gahuu bayee nama gaddisisa worron ilmoo tessani rakkisaa jirttani worroni garaa fudura Lee ilmaan archuu fi jirttani Senna kanna irraa wani bayee baratuu jedhee yaddaa😢😢
Walih senaa kun senaa kiyaa fakataa walih dhugaa Rabin sif haa dhabatuu
Seenaa bayee nama gaddisisudha Nan bahee wantii hundii ni darbaa bagaa waaqayyoo sif dabarsee
Bagaa waqayyoon sii gargaree
Bayee garaa namaa nyataa😢😢😢😢