Seenaa Haaraa Dhaggeeffatamuu Qabu

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 6 янв 2025

Комментарии •

  • @mubeshiratabeyezid4795
    @mubeshiratabeyezid4795 2 года назад +2

    Jabaadhu biyya keetti galii jireenya ijolleekee wojjin itti fufiin jedhaan

  • @kennaayesus8465
    @kennaayesus8465 3 года назад +52

    Isaan biyyaa biratii si dabarsanii si gurgurachuuf malee mucaa isanitii si herumsisuuf mittii maloo hadhoo koo yoo siif danda'amee garaa biyyaa keettii debbi'i namotaa meqaa lubbuu isanii dhabee akkaa kana jedhanii biyyotaa arrabaa irraa biyyaa birattii dabarsanii Waaqayyo kan caraa kee sif yaa yadduu nagaan ijolee keef mattii kettii galii maloo uuuuuufffff😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

    • @haliimamuhammadgalan8736
      @haliimamuhammadgalan8736 3 года назад +2

      Galii jolee kee gudiifadhu heerumii amas carra qabeetiidha atii

    • @bbbbjjjj5979
      @bbbbjjjj5979 3 года назад

      Lamii birati hin herumin

    • @ameenaam954
      @ameenaam954 Год назад

      😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

    • @MegertuKetema
      @MegertuKetema 11 месяцев назад

      Maloo biyyaa kee siif wayya yaa haadhoo koo biyyi oromaa namaa nyaataa dafi karaa barbadhu gara biyyattii gaalli Waaqayyoo sii yaa gargaru lubbuu koo

    • @BontuLeliso
      @BontuLeliso 7 месяцев назад

      Galii gara biyyaa ketti ijolee kee😂😂😂😂😂😂

  • @waqayoabdiikotilebanon7204
    @waqayoabdiikotilebanon7204 3 года назад +9

    uuuuufff sennaa bayyee gara nama catuudha obolletii koo Anumatu siin jedhe galii kara biyya ketii wan rabiin sif qodee hin dhabdu galii herumii hayii cara kenyaa kana namnii Aka kosii enuma jiira😭😭😭❤❤☝️☝️

  • @Abdulkarim-e8p
    @Abdulkarim-e8p 11 месяцев назад +1

    Jabaadhu biyya keettii gallii jirenyaa ke ijoolleeke wojjin Jiradhuu

  • @jituuoromiyaa4014
    @jituuoromiyaa4014 3 года назад +2

    Rabbii sii haa lafii suu dhugaa mitii kuni sobaanii sii ajeesuu ykn sii gurguraatuu fakaataa atii haamaa sii dandameen biyaa keetii galufii yalii rabbii sii haa lafisuu

  • @TigistAlhawamdeh
    @TigistAlhawamdeh Месяц назад

    Obboleet keenya biyyaa kee siif wayaa ijoollee keetif ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Farasan-bq2nh
    @Farasan-bq2nh День назад

    Uuuf.haadhokoo.raabi.obsa.sifa.keenu.nagaan..gara.ijoleketii.sagashuu.raabi❤❤❤❤

  • @usaamausaama7873
    @usaamausaama7873 3 года назад +17

    Bagaa ngyn dhuftee Gammachuu tashomee bayi'see sii jalladha anatu dura ilaale like naaf tuqii Gammachuu tashomee bayyee sii jalladha anu seenaa koo siif qooda obsaan naa egii 💔💔💔🙏🙏🙏

  • @leylaleyla8344
    @leylaleyla8344 3 года назад +9

    Ani like osoo siif hin godhiin dhisee bahee hin beeku

  • @lovemom2049
    @lovemom2049 3 года назад +6

    Baadii gara biyyaa keeti gaalii sistu diqalaa biyyaa Amaa irraa maraatuu biyyaa offii woyaa 🥰🙋‍♂️😥

    • @ajiibuuyaasin865
      @ajiibuuyaasin865 3 года назад

      Sin fudhaa natti eruumi jedhi itti naa imii

    • @lovemom2049
      @lovemom2049 3 года назад +1

      @@ajiibuuyaasin865 maalii 🤣🤣🤣

  • @margeetaresagincii8706
    @margeetaresagincii8706 3 года назад +20

    hin herumiin arabatii hiyyeessa biyya abbaa kee sif wayyaa sistukoo 💖

  • @Hiftuu3934
    @Hiftuu3934 Год назад +1

    Abshiir yaa obboleetii koo waqaayoon nagaan Akkaa sii baasseetii nagaan biyaa nagaa maatii nagaatii siiyaa gaalchuu hijolee keetii Lee fulaa hifaa waal isiin yaa argisiisuu issaa bodaa kaan waqaayoon siif qodee hin dhabduu 🤲🤲🤲🙏🙏🙏

  • @zabidaruu
    @zabidaruu 6 месяцев назад

    Oboletii koo jabadhuu biyaa kee galuu yali malee ijolee kee dhifitee hin deminii sii guruguru fii malee wanii sii yadanii sitii fakatinii biyii gadaa kanuma gadatii biyaa kee sii wayaa 🥺🥺💔 iyesii biyaa ketii fanaa caraa kee jirataa waqayoo sii cinaa yaa jiratuu 🥰❤️

  • @haniisabiyyaa7568
    @haniisabiyyaa7568 3 года назад +6

    Abaadan Arabaatti hin Erumiinii Biyya Keetii Galii

  • @rehobotadunyaa4087
    @rehobotadunyaa4087 3 года назад +1

    Waaqayyo addaa sif haa basuu baayee nama ajaayiba dhugaa raabii galatoomi gamee qaxaleekoo

  • @tigistkumaa4581
    @tigistkumaa4581 2 года назад +1

    Hy 💞💕💕♥️💌 unusual

  • @kuwait9692
    @kuwait9692 2 года назад +1

    Hin herumiin kamaa duratii rabbiin nagahani sii haa galchuu habibtii❤❤😭😭

  • @Layla-m9k9w
    @Layla-m9k9w 6 месяцев назад

    oboletii koo biyyaa ketii ilmo ketii galii maloo dhiraa biyyaa ormaa hin amaniin❤❤❤❤

  • @islaamummaanlubbuukootioro8316
    @islaamummaanlubbuukootioro8316 3 года назад +12

    Seenaan kee jalqabarratti koo fakkaata 😢😭😭😭
    Ani xiqqoo tahee abbaan koo nama guddaa qabeenya qabu tokkoof nikhaa na godhan yeroon Ani umrii 12 gahu akka nikhaa qabu dhagaye achi booda hedduu rifadhe akka namicha kana hin barbaanneefi barumsa koo itti fufuu fedhu maatiin kootti Hime maatiin koos Furmaata dhabnaan na dhiisani .Garuu namichi suni bahaa gala na dhoorke otoma guyyuu jalaa miliqee galuu gaaf tokko Rabbi isa narra aansee na bute 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
    Ergasii nikhaa sirraa qaba ati haqa kooti jedhee namni anaaf abbaa tahu kabaja koo narraa fudhate 😭😭😭
    Waan Rabbi fide ofirraa deebisuun ni ulfaataatii anis barumsa koos kabaja koos dhabee jaarsa guddaa kana waliin jiraachuunis na natti ulfaate gidduma kana didee irraa Addaan bahe biyya Alaa deeme ergasii amma ammaatti dhiiraati makamuun na jibbisiisa badooma isaa santu dhiira hunda akkan jibbu na godhe 😔
    Maaloo Mee akkamitti akka namatti makamuuf isin mala naa malaa 😭😭😭
    Ani hiriyaa keessan Dubai irraa 🙋‍♂️

    • @Shamsiyaa-Adaamii-shaashe
      @Shamsiyaa-Adaamii-shaashe 6 месяцев назад

      Luubbuu nikaa ufiraa hisisii 😢

    • @KanNaeguuHinRafuu
      @KanNaeguuHinRafuu 5 месяцев назад

      😭😭😭Osonii Dubisenii Fixinii Naa Marararatee Badee Yaa Carraa Kenyaa😭😭😭😭

  • @hayatiprotube5379
    @hayatiprotube5379 3 года назад

    Anii akkaa kotii galii biyyaa ormaa kanumaa ormatii atii galii biyyaa ABBA ketii hiyyesaa afaan oromoo dubatuu herumii👈👈👈😭😭😭😭😭💔💔💔🙄

  • @harmeetoonanyaade302
    @harmeetoonanyaade302 3 года назад +2

    Galii Heerumii Rabbiin nagahaan sihaaglchuu siinjedhaa

  • @hunddahammatukoooromiyaa6508
    @hunddahammatukoooromiyaa6508 3 года назад +29

    Sistuu koo biyya keeti hiyyessa biyya ofi Kan gahu hin jirume 😢

  • @ssaa3445
    @ssaa3445 3 года назад +2

    Biyya ofii maltu nama gaya biyyi abha abuma kanaafu biyya galu si wayya yo didan amo jala badu wayya. Biyya oromati lubbuu ke dhabuu mana biyya keti nagahn jirachu si wayya hirreenis qoda Rabbiti wan rabbiin sif qode hin dhabdu ishaa allaah Rabbiin si wajjin ha jiratu

  • @tekootube
    @tekootube 3 года назад +2

    jabaadhuu gammee...

  • @boniiamboo8414
    @boniiamboo8414 3 года назад +4

    Gali biyya keeti hin Eerumin hadhoko orimi Oromuma gali biyya keeti😭😭😭

  • @IftuuIftu-xy6qi
    @IftuuIftu-xy6qi 7 месяцев назад +1

    Waaqayyoo si gargaaree nagaan sihaa galchuu maatiif ijoollee keeti hadhookoo

  • @waqayoabdiikotilebanon7204
    @waqayoabdiikotilebanon7204 3 года назад

    mee hordoftonii gammee hundii kessanu Asuman Anafiis duwayii naf godha senana ko Akuma ishii kana walfata biyyaa orma kessa galuf kanumatu yado natii ta.ee yoo heruma jedhe ijoollee koo wajiin heruma jedhe yadawa yo uus jedhe umurii koo biyya orma kessatii fiixa jiira homa Aka Amata keesanitii Raabii naf kadhadha mee oromo koo nama namaf yadu Raabii ofii sodatuu siif ha basu nan jedha mee 😭😭😭😭☝️☝️☝️❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

    • @kamsishaaoro1896
      @kamsishaaoro1896 3 года назад

      Rabbiin yaadaaf muraada kee siif haa guutu obboleetti koo akkan yaadutti garuu yoo ijoollee qabaattan garuma biyya galaati ijoolle keessaan guddifadha heerumni bara kana baa'yee faayida hin qabu miidha malee dhiirri amma akkuma beekkamu faayidaaf qofa nama barbaada

    • @ijigaayyoomargaa8878
      @ijigaayyoomargaa8878 3 года назад

      Waqayyoo bakka yadeen calaatti sihaa milkeessuu lubbu

  • @fri8050
    @fri8050 3 года назад

    Xuqoo sena koo nati fakate bay nama gadisisaa jabadu jiru ke jirahu yadhi jabadu ❤️❤️❤️😍😍😍

  • @nonaa383
    @nonaa383 3 года назад +3

    Wolicamee Gammee Qalii KOO kenyaa❤💚❤🌻🌻

  • @MegertuBekele-j3h
    @MegertuBekele-j3h 11 месяцев назад +1

    Garaa biyyakeeti galii obbolletikoo yoo jarii siiddidda birooti bilbilaadhu .sii debbisu biyyati

  • @GanuAbdiisa
    @GanuAbdiisa 11 месяцев назад

    Hin erumiinii bachananiitee jirattaa dayimaa kee walliin❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Burtelove1
    @Burtelove1 3 года назад +3

    Uuufe Bayee namaa gaddsisaa akaa Arbatii hin erumnee galee namaa biyaketi herumii ijolekee biraa jiradhuu yoo sii galchuu didani imoo jalaa badi galii

  • @yerusalemwaqaktole1031
    @yerusalemwaqaktole1031 3 года назад +4

    Bineesi biyyaa ofii namaa nyaachuu wayyaa namaa biyyaa hormaati maal herumata galii biyyaa keetiiti ... .

  • @kamilaabdala2131
    @kamilaabdala2131 6 месяцев назад +1

    Biyaa ketii akkaa sigalichani godhii orimiii Fi biyii orimaa orimumaa
    Galii ilimani Kee walinii jiradhu malee jiruu xiqoo tanafi ofi hni ciqinii

  • @mdaliyyiijamaal5870
    @mdaliyyiijamaal5870 3 года назад +3

    Egaa biyatii osoo namani heduu waraqaa ergatu dide ama kana kaa waani isaa hin beyne sanuu lammii biya bira maaliif mari.achuun barbaschise ree kun 100 / 100ti akka yaada kiyaati hin ta.u

  • @ajiibuuyaasin865
    @ajiibuuyaasin865 3 года назад +5

    Isheef jecha jarmani ka.ee dhufuun soba abb ijolle ketii 2 tti debi.ii

  • @ayantuwaqayotube7178
    @ayantuwaqayotube7178 3 года назад +2

    Waaqayyoo caraa biyya keetii debituufi sifi haa mijessuu🙏

  • @oromiyaabiyyaakoo9715
    @oromiyaabiyyaakoo9715 3 года назад

    Garaa biyyaa keetii galatii ijoolee wajinii jiraadhuu haa baratanii galii ijoolee kee biraa dhabadhuu ijoolee kee isii yaaduu hin dhisenee namaanii kamuu hagamaa hamatuuyuu haadha ofii yaaduu hin dhisuu

  • @Sena-l2p
    @Sena-l2p Год назад

    Waqaayo nagayan gara biyaa keet si haa galchu lami biya ormaa hin amanin ishi rabbin kadhadhu jabesiti yoobdandese dafi biyaa keti gali

  • @caaltuuib813alamuu9
    @caaltuuib813alamuu9 3 года назад

    Wel com back gamee

  • @martaalamii3218
    @martaalamii3218 3 года назад +1

    WAAQYYOO kadhadhu inni waan kadhaatan nama hin dhowattu nagan gara biyya kee galii yaa Haadho koo

  • @fatiyaamadii6163
    @fatiyaamadii6163 3 года назад +1

    Weell baga naganii dhuftee arabuma sanitii rako kanara itii herumii achumanii ijolee ketisii gargarta ijolenii higudatii ufii dura wotii martii sifi siraya rabii sifii halafisu

    • @fahaafahaa27
      @fahaafahaa27 3 года назад

      Omg 😭😭😭😭😭😭😭

  • @badhatubadhatu1637
    @badhatubadhatu1637 3 года назад +8

    Tolee gamme siif goona waan hundumaa!🥰

  • @rozahuseenarsii9808
    @rozahuseenarsii9808 3 года назад +1

    Yarabbii Rabbiin sihaa basuu Rabbiin sihaa eguu. Arabatii hin heruumiin jalaa badii

  • @jituuoromiyaa5976
    @jituuoromiyaa5976 3 года назад +3

    Arabootaa jala badii motumatii harakaa kenadhuu garaa biyaa naa galachaa jedhiin yokani namootaa kenaa kan Saudi jiran namaa gari laladhuu birati jala badii arabatii herumuu iraa rakata yokan hiyeessa biyaa ofi woyaa

  • @ebiseoroebbiseetaaddasaa3560
    @ebiseoroebbiseetaaddasaa3560 2 года назад

    😥😥uuuuuuuuuuuuufffffffffffffff yaa caraa shamaraanii gubaataa kaan 😥😥😥😥😥😥tiruukoo toluus baduus nama biyyaa kee siif wayyaa garaa biyyaa kee galii rabbii sii gargaaruu

  • @kushtube3062
    @kushtube3062 3 года назад +3

    Dhiraa Akkamitii innii batii tokkoo nama techisuu isayyuu butiidhan🤔

    • @ijigaayyoomargaa8878
      @ijigaayyoomargaa8878 3 года назад

      Waan gara lafuf 😢

    • @kushtube3062
      @kushtube3062 3 года назад +1

      @@ijigaayyoomargaa8878 eyyee dhugaa ketii jaalallii yeroo tokko tokkos akkaa yadaan namaf hinta'u

  • @asteraster7321
    @asteraster7321 6 месяцев назад

    Ayii yaa jaldu waqayyo isin haa dhisuu dhugaa jirenyaa dubartotaa Kenya karratii in ambasuu kessani waqayyo Sif haa dhisuu

  • @ayshaysh6078
    @ayshaysh6078 2 года назад

    Rabbii siifaa masluu isaatuu beekaadhaa kaan tokkofaa imanotii kee jaabeesiii 💘imaanii oneekee haa waaratuu kaan boodaa rabbii tuu siigaragaraa rabbii saagaragaaruu siin jeedhaa 🥰🥰🥰🥰🥰

    • @YashiKappa
      @YashiKappa Год назад

      Yoo si danda'ama biyyaa keti debiyi obboleti koo Waaqayyoo si haa gargaru

  • @MohaTasfe
    @MohaTasfe Год назад

    Manatti deebi,ii ijollee kee guddiffadhu

  • @geeratube1542
    @geeratube1542 3 года назад

    Welcome baga nagan dhuftee jabadhuu oromia 24

  • @رامااوسيم
    @رامااوسيم 3 года назад +1

    Dafii galii biyyaketii herumii uktikoo😭😍

  • @hawwiitube207
    @hawwiitube207 3 года назад +1

    Biyya keetii akka sii galchanii godhi amalaan ijoollee keetii galii akkas siif wayya koodee

  • @fatimamohammed1661
    @fatimamohammed1661 Год назад

    Galatomi ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @hogeettijaalalaa4547
    @hogeettijaalalaa4547 3 года назад +4

    carraan Akka kee kun Na mudatee ture 😭😭😭hin heerumiin Harmeen isaa si Ajjeeftii
    kadhadhuu gara biyyaa gali

  • @sifanmalaku2369
    @sifanmalaku2369 3 года назад

    😢😢😢😍😍uuffi jabbadhu hadhoko

  • @kiyyaamucaakakuumichuulafa9584
    @kiyyaamucaakakuumichuulafa9584 3 года назад

    Dureessaa biyyaa ormaa irraa hiyyeessaa biyyaa ofii woyyaa hadhoo ko ❤️🙏

  • @qalloowarratuulamaashaggar1477
    @qalloowarratuulamaashaggar1477 3 года назад +1

    Uuff obboolleetti koo kuni hin ta'u dhiiga ofii kan caalu hin jiru hiyyeessa biyya ofii kan caalu hin jiruu karaa itti galtu rabbii siif haa Saaqu 😭😭

  • @demitubeklel
    @demitubeklel Год назад

    Gammee sagallee Kee dhagefachuun dhufee

  • @sifanketema177
    @sifanketema177 2 года назад

    Heerumi ijoollee keef warri kee guddisu hadha isaa immoo hin sodaatin ishee biraa miti Kan jiraatu isaa biraadha malee

  • @dibooraaamanulee2818
    @dibooraaamanulee2818 3 года назад +2

    Dhuugga Ati dubarti cimtuudha garru Arabati hin eerumini gali gara biyya keetii

  • @فقفق-س9ص
    @فقفق-س9ص 3 года назад +7

    Oboleeti ko garaa biyya kee galitii namaa biyaa ketii erumii alaa ittin galtuu waqayoo siif haa mijesuu micaa biyaa ko!❤

  • @demitubeklel
    @demitubeklel Год назад

    Gammee baga nagan dhuftee

  • @seemborak6238
    @seemborak6238 3 года назад +2

    Kotuu ilntaa biyya koo atii karaa keessa si baraadaa sisituu please 😢🤔😭biyya gaallii hardaa kee hadhoo koo malooooo biyya nama keessati atti yoo biyya kee gaaltee ammasi hiree kee In dhabbaduu tolee dirmaa isinnin biyya keeti si galchuu atti polsii itti batee harkaa kennaatee dhugaa waanii biyya lafaa kanii seenaa kee kanaa dachaa kana kanii calluu bayy.ee jiraa kanaafi Abshaarii sistuu waaqayyoo In waani hundaa gochuu danda.uu si garagaruu lafaa jirtuu si basuu

  • @astuubaqeeyoutube5553
    @astuubaqeeyoutube5553 2 года назад

    Sabona koo jabadhu mati naaf ta e ani maatii sifi ta e

  • @saraa-zy1vc
    @saraa-zy1vc 3 года назад

    abshir saanyii koo waqayoo furmataa siif yaa kenuu biyaa keeti galii herumii malee abdani biyaa ormati hin herumini lakii yaa kodee too maloo jalaa badi gara biyaa galii maloo sanyii koo adaraa kee yoo isaani didani enbasiti bilbiladhuu ykn shorxati bilbili ykn wari saudii jiruu sii gaargara jala badii malee abadan dhiraa biyaa ormaa waaliin jalalaa hin egaliin sareen biyaa ofii nama yaa nyatuu hin. shawadamini adaraa kee waqaayoo sii haa garagaruu saanyii too abshir waanti hunduu nii darbaa yeeroof malee kadhanaa cimii akaa amantii keeti kadhuu😥😥😥😥🙏🙏🙏

  • @madinaganaso2814
    @madinaganaso2814 3 года назад

    Welcome back Gammisha

  • @firiolshawaa7230
    @firiolshawaa7230 3 года назад +1

    Abadaan arabatii hin heruminii garaa biyyaa keeti deebi'i miskinaa biyyaa keeti herumii🙏😭 waqaayyoo daandii ittin biyyaa keeti deebituu sif yaa banuu🙏😭 uuufff jireenyi kun wanumaa itti nama hin geessinee hin qabduu 😭

  • @seenaaririimnyaatuu5818
    @seenaaririimnyaatuu5818 3 года назад +1

    Uuuuuuuufff seenaa ulfaatadha Nagaan ijoole keet galuuf yadii sorechaa biyyaa orimaara iyeesaa biyyaa ofii wayaa hadhoo koo

  • @Salma-kf3vb
    @Salma-kf3vb 4 месяца назад

    Garraa biyyaa keettii gallii ijolled kee guddifadhu.nama biyya ormmaa hi amaniinni didifii gallii garaa Ethopia ..

  • @raremere2803
    @raremere2803 2 года назад

    Biyya ketti gali poolisii wamsisi yoo si didan! 😭😭😭😭😭😭😭

  • @gadiseetulluu4560
    @gadiseetulluu4560 3 года назад

    Sistuu koo ilmaa biyyaa keetiin enyuumaa qixeesii hiree waqayyoo sif qodee essaayuu dhaqquu ijoollee keetitii nagaa galii ilmaa biyyaa ketii herumii

  • @Habeba-gk5xp
    @Habeba-gk5xp 3 года назад +3

    Hin herrumin abaadan galii gara biyyaa keti habibti wan Rabbiin sif qode hin dhabdu lammidhuma kee siif woyyaa isayu kan hati isaa sin jaldhatin akkamitti itti herumta galii gara biyyaa keti senan kee gara nama nyatu garu jarsii kee duranii gara jabata jechun dhirtii habasha hundii gara jabata jechu miti abshir

  • @fahadmuhamme5457
    @fahadmuhamme5457 3 года назад +2

    Biyati gali nama rabbiin sodatu woyii laladhu itii herumi okti Tiyyaa Qalii

  • @lomibiru7015
    @lomibiru7015 8 месяцев назад

    Galii ijoolee kee guddifadhuu

  • @chaltujemal4747
    @chaltujemal4747 3 года назад +2

    Wel come

  • @diboramucaiyesuswallaggaa7630
    @diboramucaiyesuswallaggaa7630 3 года назад

    Aja'ibaa

  • @nurajituuoromiyaa6612
    @nurajituuoromiyaa6612 3 года назад +1

    Hiyesaa biyaa ketii sii woyaa jirenyii biyaa ormaa nyatee qùftus furdatee gabatus gamachuu hin qabuu qalbii kee hin rarasinii ilmaan tetiti galii

  • @keriyashafi1523
    @keriyashafi1523 3 года назад

    Obolumati kiyaa ati garaa biya keti galii yoo si gashiniu jedhani ati wani mana jaqaba jirituu fi ibasi ti imadhuu gara biya ko gallaa jedhini ijollee kee fana jirachuu sifi wayaa

  • @GanuAbdiisa
    @GanuAbdiisa 11 месяцев назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @bedasashifera
    @bedasashifera 9 месяцев назад

    Galii ijoolee keetti

  • @zaydashas4726
    @zaydashas4726 Год назад

    ❤❤❤❤❤❤

  • @kuulleetube9383
    @kuulleetube9383 3 года назад +1

    Hiyyeessa biyyaa ofii kan caaluu hin jiruu dhirroonni hundumtu tokko mitti kanaaf galii biyyaa keetti herumii ijjoollee kees guddiffaadhu yoo ormaatti herumtee qormaata isa dabarsitee kan caaluutu sii mudaata obboleetti koo

  • @ananiiilluu2217
    @ananiiilluu2217 3 года назад

    Rabii naganii siaa galchuu hadhokoo jirenyii biyaa ormaa hin ulfataa

  • @lovemamiko7326
    @lovemamiko7326 3 года назад

    Yaa rabbii namni bareedaa jiraachuu dadahuu bareedumi qormaata dubartiiti dhugaa ati wa bifa bareeda qabduuf nati fakkata😢😢

  • @ganathailuu7254
    @ganathailuu7254 2 года назад

    Jabadhu

  • @safiyasafiya8812
    @safiyasafiya8812 3 года назад

    Herumaa heruumii garu biyyaa keti malee biyyaa biratii hin heruminnii

  • @adanetmokonen6514
    @adanetmokonen6514 3 года назад +3

    Akkami jirtaa gammee sanyii oromoo koo bagaa nagga dhuftee leencaa sanyii koo natu Duraa ilali kaa oromoo

  • @safiyasafiya8812
    @safiyasafiya8812 3 года назад

    Dafi gara biyyaa keti galii ilmaa ufitii sii gurguruuf miti si gurguratanii sii qalchiisuuf malee 😢😢

  • @hawiiabdii4446
    @hawiiabdii4446 3 года назад

    Oboleti to issn sii soban nama gara birrati qarsh gudan sii gurgurachu male illma issannti sii errumisufi miti hin gowwomin iyesa biyya kee sii qaya saretu sii nyatta bicha beki yoo issan sii galchu didan jaala badi to hin galta annu achi jira yoo barde sii gargara mati ketifi ijole tetin galii 🙏

  • @naimamohammedabbaadikoo7326
    @naimamohammedabbaadikoo7326 3 года назад

    Baga nagaan dhuftee gamicoo kenyaa 🙄dhageftaan jiraa duraan guyaa tokkoo nabee hin bekuu sagantaan kee garuu ergaa Hacee💔😭 nujalaa boqatee eduu kesii koo wanii baqonaa dhabeefii sagantaa kee narkkaa badee wly.

  • @djdi5697
    @djdi5697 3 года назад +1

    Dhifama kun hudii Dhugaa hin tahuu

  • @hffhhg8062
    @hffhhg8062 3 года назад

    welcome gamee noru jene🙏🙏🙏🙏

  • @zedted1368
    @zedted1368 3 года назад

    Uuuuuuufffff bayee ulfataa 😭😭waqayoo namaa akaa garaa ketii sif yaa basuu

  • @asyadhufa2612
    @asyadhufa2612 3 года назад

    Welcome gamee😍❤❤

  • @nabiyaatsulxii9012
    @nabiyaatsulxii9012 3 года назад +2

    😭😭

  • @madinaa1452
    @madinaa1452 3 года назад

    Yaa oboleti tiyaa isaa adda yoo bate woma raako hin qabu erumi dhamsi ani sif kenu kanuma ❤❤😭😭😭🙏🙏🙏🤦🏻‍♀️🤦🏻‍♀️

  • @jamilahaji3233
    @jamilahaji3233 3 года назад +1

    Arabatii Hin Herumiin Shaqalaa Funee Siini Jedhuu Hiyesaa Biyyaa Ketitii Gali Herumii Horaa Sani Birallee Hin Hojatin Ufi Egadhuu Sumii Sii Nyachiisuu😥

  • @kadiijaaoromoo1764
    @kadiijaaoromoo1764 3 года назад

    Rabii eamata sihaa godhuuuu

  • @mhratmhrat2201
    @mhratmhrat2201 3 года назад

    Welcome 🙏 gamee