Dhirri jaalalakeen akka maraatu gochuuf waan 5 gochuu qabdu

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 2 фев 2025

Комментарии • 465

  • @rozeeoromoo4218
    @rozeeoromoo4218 4 месяца назад +33

    dhirrii yeroo Ammaa jallallaa onnee qulqulluu hin qabuu 😭

    • @na.iimaa.hussen
      @na.iimaa.hussen Месяц назад

      💕💕💕👍👍👍dhuugaadhaa gaallatoomii hiinjiiraa eddaa jaaallalii dhugaa yeerookaanaa uuuuuwwwii attahuu gaaruu Hiin yaaallaamee kaannuumaaniileee 😅

  • @obsa333
    @obsa333 5 месяцев назад +31

    Dhirri bara kanaa tokko tokko jalaala birrii malee jalaala onnee hin qabu 😭😭😭😭💔💔💔

    • @SeadaMohammed-c5q
      @SeadaMohammed-c5q 2 месяца назад

      Dhugaa ketii sanyiofii 😢😢😢😢😢😢

    • @AdanuHiriko
      @AdanuHiriko Месяц назад

      @@obsa333 dhuga jete hini jiru 🤦‍♀️🤦‍♀️🤦‍♀️🤦‍♀️🤦‍♀️🙏

  • @SabboontuuHintalaaWallaaga
    @SabboontuuHintalaaWallaaga 7 месяцев назад +67

    dhirrii jaalalaaf hi maraatuu qarshii yoo dhabee malee

    • @KemilaHasan-jq8ll
      @KemilaHasan-jq8ll 6 месяцев назад +1

      Dhugaakedha

    • @AxndjN
      @AxndjN 6 месяцев назад

      Dhugaa jate

    • @mafa2217
      @mafa2217 6 месяцев назад

      😂😂😂😂😂😂

    • @Tamima-gi8uw
      @Tamima-gi8uw 6 месяцев назад

      Wollah dhugaa ketii😅😅😅😅😅😅

    • @ShitooBaacaaBaacaa
      @ShitooBaacaaBaacaa 5 месяцев назад

      😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @Sifaan321
    @Sifaan321 Месяц назад +6

    Wayoo dhirii dhugaa nama jalatu hin jiruu 😢😢😢😢😢😢😢

  • @BiftuuTulu
    @BiftuuTulu 4 месяца назад +14

    Dhirii bara kana jaalalii wan fakatuu hin beekuu kan jaalalaaf maratuu mitii Kani duurii yoo taa,ee malee kan ama malaqaf marataa malee jaalalaaf hin maratuu

  • @BeshoBurka
    @BeshoBurka 5 месяцев назад +14

    🎉Ani umama kootiin waan ati jettu kana hunda qaba garuu akkanuma gochaa ture atisa galatoomii waan heddutu nama barsiisa

  • @zakiyazakki6316
    @zakiyazakki6316 2 года назад +8

    Wwwwwooooowww Baye Nama gamachisa ♥️♥️♥️♥️♥️☝️galatomaaa

  • @BadiriyaaMahammed
    @BadiriyaaMahammed 10 дней назад +1

    Ini dhugaa keti bro galatomii garu dhirti tenya wanuma jalalaa jedhame hin bekani yo wara duri tahe male wajin rakane wan hunda godhe ala obolesatile tahef aka hadhaan godhe dhisi rabii dhabama isan hin godhu 😢❤❤❤😢😢😢😢

  • @aishaa683
    @aishaa683 3 месяца назад +6

    Rabbiin dabalee sif hakenuu bekumisaa bekumasarani dr kenyaa qalii❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @alemtoli2037
    @alemtoli2037 Год назад +5

    Bayy,ee gaariidha jabaadhu hudduu galatoomi ❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏🙏👍👍👍

  • @YgffGfxd
    @YgffGfxd 2 месяца назад +5

    Dhugaadha ebbifamii qaxalee Koo ♥️ hiriyyaa Koo kana hundaa kesaa jiraa waqayyoo haa ebbifamu

  • @Keriyaadam
    @Keriyaadam Месяц назад +3

    Dr shukran gorsaketif galatomi 🙏

  • @AyaTariku-h8k
    @AyaTariku-h8k 10 месяцев назад +2

    ❤❤❤❤❤👍👍👍

  • @TizitaTizitar
    @TizitaTizitar 3 месяца назад +5

    Dhuga keti dofotori nufi jiradhuu ❤❤❤

  • @Tamima-gi8uw
    @Tamima-gi8uw 6 месяцев назад +6

    dhisii yaboo dhirii amaa jallah hin bekuu jallah biriii Qofaa😅😅

    • @Genti-d1o
      @Genti-d1o 5 месяцев назад +1

      Dhugaa jetee qalii dhironi baraa kanaa birii qofaa jalataa malee jalala dubartinfi in qabuu

  • @amnehamneh-v6k
    @amnehamneh-v6k 20 дней назад +1

    Woly you are really thank so much jabadhu ❤❤❤❤❤❤

  • @raamiiraamii5170
    @raamiiraamii5170 3 года назад +7

    Waan gaarii nuuf qoodaa jirtaa galatomi sanyi🥰

  • @Ikaramii
    @Ikaramii Месяц назад +1

    Dhiitii baraa kanaa birrii Qofaa barabadaa malee jaalala hinii jiruu🎉🎉🎉🎉🎉

  • @BiiftuuKadiir
    @BiiftuuKadiir 7 месяцев назад +7

    Nuti muslimooni duruma dhiroonni Akka salaphatti nu argatu hanga xaare jaalala nu gaafatanii,warra keenya gaafachun ulaaga guutachun aarsa kaffalutti nu argatu

  • @Netsanet-q4f
    @Netsanet-q4f 22 дня назад +2

    Dhirribarakanaadhugaajalalahinbeekuu

  • @ZaharaAlemu
    @ZaharaAlemu 7 месяцев назад +1

    Dhugaa barnotaa baay'ee naaamati tolluudhaa🥰🥰Galtommii 🎉🎉🎉🎉

  • @RPiAdem
    @RPiAdem Год назад +12

    Thank you ❤❤❤❤❤

  • @petrabio7482
    @petrabio7482 2 года назад +6

    Gootaa ati dhugaa barumsaa kee irraa baay 'ee baaradhee waaqayoo naa beekaa sii atasisuu obbolesaa koo

  • @كاملهاحمد-ظ5ظ
    @كاملهاحمد-ظ5ظ 2 месяца назад +1

    Biraboo Eyyen dubiin kessan huduu dhugadha 👍👍👍👍👍

  • @Hambise
    @Hambise 2 дня назад +1

    Thenk you so much

  • @QonjtiZalqaatola
    @QonjtiZalqaatola 7 месяцев назад +4

    galatomiii wan bayen irabaradhee jabadhuu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @Kabbaa.Ittisaa
    @Kabbaa.Ittisaa 6 месяцев назад +3

    Galatoommii jeechoota kee kaannaa hundaa rawadhee jaalale kooo Bayyee. Naa jaalata
    Jaalalee koo waggaa 1.tti tole. Jeedhefi. Sii barabdu jeedhe blocked irraa kaaha turee garuu y😂😂 lakkaa birraa bafatee naa dubisaa.
    Achii suuta suuttaa itti hasuu qabe. Amaa waggaa 3 garuu guyyaa tokkoo. Afaan badaa naatti duubatee beeku. Yoon arbaseeyyuu. Anii siitti muufadhuu. Akkaatti sii argadhee naatuu beeka naa jeedha Amalii dhirrota dubarti cimtuu jaalatuu ykn ishee daftee lubbu onnee sii duhaa siif Maradhaa sii malee jiradhuu yoo jeedhani nama tufatuu. Sirreesi tahaa waqaa Shaammarraañ. Kooo ofii busheesin. Ofisi hin guuddisina oke. 😅😅😅😅😅😅😅😅 Anni Akkamii jeedhe itti bareesse beeku ofii saafi. Deedebise dawala saaattii saanitti Dafee irraa kasuu ossumani. Yeroo qabu saatti ganama 12tti yoo dawale Anni 9 tti fanni deebisafi innii garuu aratuumaa Anatuu sii jaalata malee Attii naa jaaltuu naa jeedha garuu kolfetumani jaalaa calisthenics garuu bayyee jaaladhaa😅 jaalala guddaa naafii qabaa

  • @MuheejamaalMuheejamaal
    @MuheejamaalMuheejamaal Год назад +4

    Dhugadhaa.badaa.baraedadhaa

  • @SanyiiAagaa
    @SanyiiAagaa 17 часов назад +1

    Kan da'imma goodhatehoo akkami of jalachisfta lubbuu maloo naaf himi ykn kan ga'ilaa qabu

  • @dessegammachuun2171
    @dessegammachuun2171 7 месяцев назад +4

    Wowwwww wowwwwowww Waan Baay'ee irraattii hubbadhee dhugaa WAAQAYYOO 😢😢😢😢😢

  • @WlWl-o1p
    @WlWl-o1p 2 месяца назад +1

    Gorsa garidha dhuga galatomi my bro ❤❤❤❤❤

  • @DerartuGetechew
    @DerartuGetechew 11 месяцев назад

    Goorsaa nuu kennitanif galatooma ❤❤❤

  • @samiiraa-s1z
    @samiiraa-s1z Год назад +4

    dhugaa ketii

  • @Mawordimam
    @Mawordimam Месяц назад +1

    ❤ galatoomi bro koo beekumssa keessanirra nuufqooduun❤❤❤❤❤❤

  • @ahmadmahamuud5575
    @ahmadmahamuud5575 3 месяца назад +2

    Thank very mucha❤❤

  • @DhfShcs
    @DhfShcs 6 месяцев назад +1

    Mashaallh jabadhu ani wan bayyeen irra baradhe galatomii.

  • @Samera-wy4pc
    @Samera-wy4pc 9 дней назад +2

    Argaa dhiraa zabanaa 🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣👨🏻‍🦯

  • @FaNa-w8j
    @FaNa-w8j 7 месяцев назад +1

    Waan garii nuu barsisaa jirtaa galatomii❤❤❤❤❤❤

  • @genetborshe3321
    @genetborshe3321 3 года назад +2

    Wow bro gudda galatomi itti fufi

  • @ShaltoA-c9l
    @ShaltoA-c9l Год назад +2

    Wow galatomii sanyii ❤❤❤❤❤

  • @Shagituh8
    @Shagituh8 Месяц назад +1

    Galatomi obolesa ko wanta one nama kesa jiru dubate

  • @ودي-ع6ظ
    @ودي-ع6ظ 2 месяца назад +1

    Ati hundafu galtomi dhiriammaa jalaala hin bekku❤❤

  • @efidachasacaka2272
    @efidachasacaka2272 2 года назад +2

    Baye galatomi Ebfami ¢¢🙏🙏🙏🙏😘😘

  • @AlfiaAlfiah
    @AlfiaAlfiah Месяц назад +1

    Dhugaa barumsaa heduu dabarisa ❤❤❤❤❤❤

  • @HdKgd-s3e
    @HdKgd-s3e Год назад +2

    Bayee namati tola ❤❤❤❤

  • @LenchoLencho-f4y
    @LenchoLencho-f4y Год назад +1

    Dhugaa barreeddaa koo❤❤

  • @kalbakalba7071
    @kalbakalba7071 3 года назад +3

    WAL CAME Anaa dhuftuu❤💛💚

    • @alembekagn844
      @alembekagn844 2 года назад

      ❤️🧡💛💛💚💙💜💜🤎🖤🤍

  • @JamelahJ-w6u
    @JamelahJ-w6u 4 месяца назад +1

    4:44 4:46 4:47

  • @kenaoro-lc9vh
    @kenaoro-lc9vh 2 года назад +3

    Wow yeess very very good thank you

    • @obsaadugna3364
      @obsaadugna3364 7 месяцев назад

      Kotu mati naf taimee

    • @Zareaduna
      @Zareaduna 6 месяцев назад

      Barsiisa gaaridha dhugaa galatoomi 🙏🙏🙏🙏🙏👌

  • @Biciye
    @Biciye 5 месяцев назад +3

    Dhira jalaf hinmaratu hinarginne

  • @ZubeyidaAman-u4q
    @ZubeyidaAman-u4q 7 месяцев назад +1

    Waaaaaaauu 5:15 ❤️ 2:52

  • @ZzzZz-j9i
    @ZzzZz-j9i 2 месяца назад +1

    Galatomii. Dhugaa irabii nuuf. Jiradhuu hobalesso ❤❤❤❤

  • @MasafiMasafi-y3j
    @MasafiMasafi-y3j 11 месяцев назад +2

    Www❤❤❤

  • @RabbiQofaa
    @RabbiQofaa 4 месяца назад +1

    Dhugaadhamo???

  • @BiniyamFayisa-p8i
    @BiniyamFayisa-p8i 6 месяцев назад +2

    Barumsaa gariidhaa jabadhu ❤❤

  • @فريدهفريد-ع3ح
    @فريدهفريد-ع3ح 2 месяца назад +1

    Dhugadhaa,jalalaa,one hin bekuu kanii biraa,mallee😂😂😂😂😂😂

  • @مسرىسلطان
    @مسرىسلطان Месяц назад +1

    Akkamiti jarsaa kiyyaa gamachisu qaba

  • @WubeWub-s2c
    @WubeWub-s2c 2 месяца назад +2

    Dhugaa rabi galatoom gudaas

  • @AsiiteriiGaabiiso
    @AsiiteriiGaabiiso Месяц назад +2

    Atii sobidudhaa dhuga ok yo ini beelame ariigachu dhabinani 😂dhiise biira haafa kani biira qabidi jeedhe kaanafu nu hiini wolalichisinii👩🏻‍🤝‍👨🏼 nu goowomisudha jechike

  • @ZhereJemel
    @ZhereJemel 8 дней назад +1

    Dhugaaaketii ❤❤❤❤❤❤

  • @GANITUBE318
    @GANITUBE318 Месяц назад +1

    Dhirii baraa kanaa jalaa birii malee hin bekuu

  • @HamdiyaMahammad-s3p
    @HamdiyaMahammad-s3p 5 месяцев назад +3

    Dhugadha keti 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰👍👍👍💕 galatomi 🙏. Dhirti tatatka aksuma

    • @amiinkhatube-lu3gv
      @amiinkhatube-lu3gv 2 месяца назад

      ❤❤❤❤❤❤❤❤
      ❤❤❤❤❤❤
      ❤❤❤❤❤
      ❤❤❤❤
      ❤❤❤
      ❤❤

    • @amiinkhatube-lu3gv
      @amiinkhatube-lu3gv 2 месяца назад

      Matii waliif ha tanuu❤❤❤❤

  • @AlamtoZaiter
    @AlamtoZaiter Месяц назад +1

    Gorasa ketiif galatoomi

  • @BiliseGaroma
    @BiliseGaroma 2 месяца назад +1

    Utuu jaalalli jiraate kana hunda ofeessuun hin barnaachiisuu jaalala maaltuu jiraa iccciiiii

  • @JkopAlsfhd
    @JkopAlsfhd Год назад +1

    ❤❤❤❤❤dhugaa.wly. ulfadhuu

  • @LensaNegera-y2e
    @LensaNegera-y2e Месяц назад +1

    Kun waan dhugadha

  • @sameeraa7015
    @sameeraa7015 3 года назад +5

    Galatoomii barumsaa gaarii nuuf qodaa jirtaa akkanumatii itti nuu fufii

  • @AZzz-vc8hf
    @AZzz-vc8hf 5 месяцев назад +2

    Galatoomi qaali nuuf jiraadhu wogga kuma 💋 ♥️ ❤️ 😍 👌

  • @Tube-nk7xk
    @Tube-nk7xk 9 месяцев назад +4

    Gorsaa gaariidha jabadhuu👍

  • @AdanuHiriko
    @AdanuHiriko Месяц назад +1

    Hini jiru jalali one kani birii male durani hafe 🤦‍♀️🤦‍♀️🤦‍♀️🤦‍♀️🤦‍♀️😭💓💓💓💓

  • @AyantuElias
    @AyantuElias Месяц назад +1

    Shamare tokkon jaaladheetii maal gochuu qabaree dhugaa

  • @ZubeyidaAman-u4q
    @ZubeyidaAman-u4q 7 месяцев назад +1

    Waaaaaaauu❤️ 2:52

  • @KsaSkaka-uf6cw
    @KsaSkaka-uf6cw 3 месяца назад +1

    💕💕💕💕💕💕💕

  • @EdatyAlwabsy
    @EdatyAlwabsy 5 месяцев назад +1

    Jalala.fagenyarratii.wan.naa.jedhimee

  • @NaaziiMohammed
    @NaaziiMohammed 6 месяцев назад +1

    Masahalaa tabarakalaa wan gudaa siraa baraneee❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @JomilaEthiopia
    @JomilaEthiopia Месяц назад +2

    Yero amaa dhirti surii qabdu hin jirti ta suree malee dhirii amaa jalalaa hin betuu

  • @Amera-e3z
    @Amera-e3z 13 дней назад +1

    🎉🎉❤❤❤❤❤

  • @مكيها-س8ك
    @مكيها-س8ك 28 дней назад +1

    Galatoomi qalii koo 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @Tariq-br1xm
    @Tariq-br1xm 2 месяца назад +1

    Doctor ani otoon video kee in lalinan jaalalaati galeeree nan shawadame😱😱😱😱😱😱😱garuu doctor dhiri bara kanna jaalalaa irraa birr filaata mal nuf wayya itti nuf himi mee isatis 😂😂😂😂

  • @EmebetYazo-z6y
    @EmebetYazo-z6y 5 дней назад +1

    ❣️❣️❣️❣️

  • @Shagituh8
    @Shagituh8 Месяц назад +1

    An gafi tako si gafadhu yo woli fudhan ilmo rganan malif namti tabatuu

  • @minuteshamra7078
    @minuteshamra7078 Год назад +2

    Galatomi bro

  • @ناتيناتي-ت6ت
    @ناتيناتي-ت6ت 4 месяца назад +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @kebebush5200
    @kebebush5200 6 месяцев назад +1

    Thank you bro

  • @JamelahJ-w6u
    @JamelahJ-w6u 4 месяца назад +2

    ❤❤❤❤ dhugaa 'ketii

  • @FeyineTefera
    @FeyineTefera 22 дня назад +1

    Dhugaa kedhaa❤❤

  • @Sereta-o3p
    @Sereta-o3p 2 месяца назад +1

    galatoomii barsiisaa waa bayyee siraa baraneeraa

  • @Birtukan-h6y
    @Birtukan-h6y 6 месяцев назад +2

    Qarshii qofaf gagabu dhironi malee jalaalaf bubule jira

  • @BasaMieso
    @BasaMieso Месяц назад +1

    100❤❤❤ dhugaa kessan

  • @ShaltoHlalat
    @ShaltoHlalat Месяц назад +1

    3:24

  • @FaantuuAbabba
    @FaantuuAbabba 11 месяцев назад +2

    Ebbifamii Dhugaa bayee namati tolaa 🫶🫶💖💖💖

  • @ZubeyidaAman-u4q
    @ZubeyidaAman-u4q 7 месяцев назад +1

    ❤️ 2:52

  • @GodeAdisu
    @GodeAdisu 23 дня назад +1

    Tekyu ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @SifaanKoo-k4e
    @SifaanKoo-k4e 3 месяца назад +1

    Wow 🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤ dhugaa jiru kana

  • @WasaneeBokonaa
    @WasaneeBokonaa Месяц назад +1

    Warii ga,ilaa Keessahoo? Jiruu,o ?????

  • @AsmaMohammad-j2y
    @AsmaMohammad-j2y 3 месяца назад +1

    Dhiri jallalan hin maratuu yoo birii tahee mallee

  • @AlhamdulillahYaallah-q5m
    @AlhamdulillahYaallah-q5m 2 месяца назад +1

    Maashallah tabarakallah

  • @NureeN-k1x
    @NureeN-k1x Год назад +2

    Jajjl

  • @ZhereJemel
    @ZhereJemel 8 дней назад

    Dhugaaaketii.❤❤❤❤❤❤

  • @GuyoElema-s1l
    @GuyoElema-s1l 10 дней назад +1

    Yes