Namni kun ilmaan dhalattee lafaa oldeemtuufis barbaachisaadha❤❤❤kanaafuu rabbii gaditti sirritti eeggamuu qaba yaa oromoo qulqulluu nama kana jabeessaa🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲❤❤❤❤❤
Wly Rabbiin amrii qabu hamaa kee nu garsiisin insha Allah☝️💗 Nuuf jecha arrii baaste waan ta'eef, kan galata kee wollaaleef cubbuudha! Ani Amantii kiyyaa fi Oromummaa tiyyaaf nama hojjatuu fi dubbatu waanin danda'uun yoomuu ni deeggara❤👍😘 Si'ii fi nama dhugaaf dhaabatu kamuu Rabbi haa gargaaru🤲
Nagaan siif hatau obbolesso, maaloo dhiisi Abiyiin hin xiqeesiin, atti amma biyyaaf gadditee miti angoof malee. Egaa, Obsii flanoof ofqopheess. OLA 's akka qeetti hin deebineef dura hin dhabbatiin. Siyaasi ati qabatte dhufte kun homa nama hin hawwatu. Jibbaafi xiqqootu sii iraa dubbifama. Egaa niti nagadha a barbaanna, ergaa kee gara Nagaatti deebisu yaali.
Lubbu rabbiin hin ajesne abiyin akamiin ajesu danda nama dhibako jawariin umriiii dheeraa qabata inshaa. Allah
Namin siin ajesa jedhu ofif dua argita kuno abiy dura dua bi izni illah. Jawee kennya umriii nuuf dheradhu namni yaadu umrii yaa dheratu
Jawwee leenca fakii namaa
Yaa murannoo kee masha'allaah tabaraka'allaah
Rabbiin umrii kee nuf haa dheeressu
Jabbaa keenyaa Nuuf jiraadhuu waggaa kuma❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Raabbin sihaa eguu jawwee kenyaa qalii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
Rabbii isaa haa ajesuu ufii haa du.uu bakkaa isaa😢😢😢😢
Jawwee koo rabbiin hamtuu sirraa qabee umrii kee nuuf Haa dheressuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Walahi yaa rabbi kiyaa namaa kanaa demsàfi tosumaa nyatafi dhugati kesatis ati egi yaa jawar iji si laltee cilee bishan butee haa tatu daraa buben futee haa tatu ijaa adu laltee haa tatuu rabbin bitafi mirgaa kee durafi dub kee si haa eguu yaa allaa yaa rabbii siti amanaa yaa rabbi kiyaa kaa namaa amanaa nyanee simaa qofaa biraa nuf dhabadhuu yaa jawee koo jabadhuu rabbin si haa jabesuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Amiiiiiiiiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiiiiiiiiin amiiiiiiiiiiiiiiiiin ❤
Aammiiiiin Aammiiiiin😢😢😢😢☝️☝️☝️☝️
Rabbiin Hafitee umurii ketii kesaa Baraka sihakayuu nufujiradhu jirunu tee nubaribachisaa❤💚❤️💚❤️✅️😘
Namni kun ilmaan dhalattee lafaa oldeemtuufis barbaachisaadha❤❤❤kanaafuu rabbii gaditti sirritti eeggamuu qaba yaa oromoo qulqulluu nama kana jabeessaa🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲❤❤❤❤❤
Yaa Jawwee keennaa si jaalannee si jaalannee waan taanu dhabne Rabbiin umrii si haa dheereysuu qaalii keenna
Maashaa Allaah galatoomi Abdii keenya kallattiin dubbii Jawaar nuuf dabarsuu keetiif
Rabbi si haa eegu yoomillee umrii dheertuu siif haa kennu rabbi❤❤
fidaa kee isuma rabbiin haagodhudhigi ummataa lolaa itahee isuma haafudhatu insha allaah
Dhuga rabbi ati nama addati oromoon gaafa si dhabde kufaatin guddon rabbin umri si haa kaayu garu baqqala garba osoo si bira jiraate heddun nutti tole
❤❤❤❤❤ Thank you my Allah protect you
Ammallee Rabbi Umrii Sihaa dhereysuu❤❤❤❤ jawwaishaa❤❤❤
Dear jewar Muhammed legend African man
Masha allaah jawee Rabbii hamatuu siraa haa qabuu yaa Rabbii jawee nufi egii sitti keeniine e😢😢😢😢😢😢 yaaJawee jawee ❤❤❤❤❤❤❤😂😂❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
As wr wb. Jawwe ko Rabbin siha Eguu garuu sirirriti ofegii jalakoo qalii❤❤❤
Dhugaa Waqayyooo sin ajeessa nan jedhee hayyii hacee kenyaa motumaa kanatuu nyatee gafaa motumaatuu ajesee jedhan dhugaa natii fakkatuu turee duraa😢
😭😭😭😭aniis acaluu abiiyiin hinajeesnee jeedhaan turee hangaa har'a dhugaa rabbii
garuuu ammaa naf galeeraa 😭😭😭aceeeee koo 😭😭😭
Rabbin sihaa eeguu jawee ❤❤❤❤❤
Maqaa yesuusiin namicha abiyi jedhamu kuni bineensummaa lagati😢
J koooo wqyo sa egguu ❤❤❤❤
Dhugaa siin jedhaa ati Nama jabaadha waqaa gadiiti jiradhu❤❤
Jawee koo rabbiin sii haa eguu sanyii kiyaa❤❤❤❤❤❤❤❤
Baga Rabbii isaan ergee ammasi lubbuu Guyyaa Rabbii base batii❤❤❤❤ jawwisa my king
Jawee koo rabbiin sii haa eguu wlh baay'een sii jaladha ❤❤❤❤❤❤
Yaa jawaar keenya umrii dheeraa Rabbi sii haa kennu leenca keenya ❤❤❤❤❤❤❤
yarbbiii jawwar urmi issa nuu dheerssii❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Exactly, bro, you are clever man intelligent man
Rabbiin Umrii kee nuf haa dheeresu Inshaa Allah ☝️
Rabbiin sihaa Eegu Inshaallaa Amshir😢❤❤❤
Yaa jawaar kenya qaali rabbiin umrii siif haa dheeressu yaa jawaar ❤❤❤❤❤jawaar jawaar jawaar jawaar jawaar jawaar ❤❤❤❤❤❤❤❤jawaar jawaar jawaar jawaar jawaar jawaar ❤❤❤❤❤❤❤jawaar ❤ rabbiin sihaa tiikssuu
Ada si ajesa jedhane oromo jawari namani aka ija ufiti lala nlbara❤❤❤❤
Mashaallha obo jawaar nuf jiirraadhu wagaa kumaa🎉🎉
Ittihimteeturtee sidhagayudiddanukaa jaweeeekoo ❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤ rabiin umirii kee yaa dhersuu
Amalee hamatunii siarginii inshaallaa jowwarii kenyaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wly Rabbiin amrii qabu hamaa kee nu garsiisin insha Allah☝️💗
Nuuf jecha arrii baaste waan ta'eef, kan galata kee wollaaleef cubbuudha!
Ani Amantii kiyyaa fi Oromummaa tiyyaaf nama hojjatuu fi dubbatu waanin danda'uun yoomuu ni deeggara❤👍😘
Si'ii fi nama dhugaaf dhaabatu kamuu Rabbi haa gargaaru🤲
Raabbi umurii kee ha dheresu inshaalah leencaa faakii nama ❤❤❤🎉😢😢😢😢
Wayoo jawee koo😭😭😭❤️🩹❤️🩹
Dhugaa Dhugaa Dhugaa Dhugaa Dhugaa Dhugaa keeeeeettttiii jaabadhu hayuuukeen❤
jawe khiya sifaana jira ana ferhan gursumi sifanaan baqachufi khunoo si wajjin qabsaawuf
Abiyot bekumasa wani hin qabnef Sodaaa qofaa wani qabuf dantin isaa namaa ajesuu qofaa 😮😮😮😮binnesa kanaa Rabbin nuraa haa kasuuuu.
Rabbin sii haa eguuuu Jaweee ❤❤❤❤bekaa namaa❤❤
😢😢😢😢😢 adwan isaa haa du,u❤❤❤❤
Abiyyi ahimad biyya ijaaruu dan dhabnu jig suun sal bhaa dhaa je dhee 😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮
❤❤❤❤❤❤Naajabaadhu sicinajirr
jawwee koo rabbii siyaa eguu 😪
Rabbi umrii sii ha dheressu haji kenya qalii ati nu barbachisata
Rabbi isin haa tiysu❤❤
❤mashalaa jawejiradhuu
Maashaa Allaah haasawa Akkaan namatti toluudha❤
Rabbiin sii haa eguu jawwee koo ❤❤❤
❤❤❤❤hanga Bilisoomsituu Hamttuu sirraa haa qabu🎉🎉🎉
Rabbi.sii.haa.egu😊😊😊😊
Jaaweee ko my hero❤❤❤🎉🎉🎉🎉my king 🎉🎉❤❤❤❤❤my damaa ko❤❤❤
Jawee rabbi umrii haa dheeressuu
Rabbi si ega jawe ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Dhugaa kheeti anuu silaa turtuun gaara seenee haalaatuu naa mijatinii🎉🎉🎉🎉🎉
Wowwww❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Kijiba namtichi kun oofu insha,allah hin milkoftu
❤❤❤❤❤❤❤
Jawwee lencaa oromon qabduu rabbii sii haa egu
Jawwe koo rabii sii bira haa jiratuu
Rabbii keen ammaayuu harkaa diinakee karaatti haa deebisuu
Abiy Afaan isaatiin Biyyiti tuni nama barate hin barbaachiftu jedhe yoo kan yaadattanii
Nugusni Manaamaa
Aboo dhugatti fayyaa nuuf ta'ii hamtuun sin argin jawwee koo beekaa namaa umrii nuuf dheeradhu
Yaa jawwee hojii kee nyadhu ❤❤❤
Gorgis , Sheek Husseen fii Jawaara sheek Husseenitti namni amanu hajji osoo dhaquu baatee irra jira . Tawhida hin beeku . Islaamummaa hin qabu .
Uuss bakti😂
😅😅😅😅
Dhugaa keeti
Maatii naa tahaa❤oliin rabbi isin haa deemu❤
Namit Ati faya qabda Bakka gete hundatu mati naa ta'a jedha kadhata demtufi 😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅 baka hundatu sima kadhatu qofa Arga 😮😮😮😮😮
Jawar moo abiytu Cala . Siyasan jawar itti hin amanu ani Akka dhunfatti
Yoom inni siyaasa koyyatti amanii na deeggari jedhee si kadhate ree😂😂😂
Amantus amanu baatus 95% jawaritti Amane jiraa atin Abiyi waliin jiraadhu gaafa tokko ni baratta Abshir
Daddakoo Rabbinsihaaeguu💋💋💋💋💋💋
Namni wali qabamee jawaariif harka rukutu Kun gowwaadha ofiifuu
Jawar Mohamed akka biyyatti hin debbinee Gorssaa namoni itti dhiyattaan Biyya keniyaa sanittu akka hin debbinee Harkkii Abiyi dherradhaa malqaa guddaa kafalee motummaa keniyatti Jawar qabe ethiopiati galchuu danda,aa 😢
Jiraadhu naaf jawwee koo ❤❤❤❤
Jawwe ingilifaan itti mudii❤❤
Bagaa rabbii sii basee
Jaweee koo🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Mashalla mashalla Aalhamala ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
kijibaa ergaasi esaa turee
Raabbiin sii haa qajelchu kitaaba kee us gurguradhu
Nafii jiradhuu luubuu kiyaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Nuuf jiraadhu juhaar❤
Annan najallaadha , sana na jibbaa dha dubbiin kee.😢😢
Maalumaan siif ta,a leenca koo nuuf jiraadhuu malee
Rabbii sii haa eguu lenca koo
Namni jawaarin ajeessu hin jiru rabbi qofa
Namni biyya yaadu gonqumaa hin du'u. Maqaan isaatilee seenara hin badu.
Mashallaa❤❤❤❤❤❤❤🎉
Rabbin sihaa eegu❤
Aboo namtichaa kanaa kasaaraan umataa oromo tiraa horiisaamatuuf deema
Jawee my lubbuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jiiradhuu uumurii dhertu siif haawaa jaawee
Abdu keenya baay'ee galatoomi barsiisaa kooti a ati waan hedduu sirraa baradhe amma immoo barsiisaa akka kee tahuu barbaada guddaa galatoomfadha.
Yaa jawwee koo humaa rabbi mataa sihaa ol qabuu baga sidesse yee waggaa Kuma dhubba jiraadhu warra 🎉🎉
Ayiii jawaraa ❤❤jiradhu umurii dheradhaa ❤
Nagaan siif hatau obbolesso, maaloo dhiisi Abiyiin hin xiqeesiin, atti amma biyyaaf gadditee miti angoof malee. Egaa, Obsii flanoof ofqopheess. OLA 's akka qeetti hin deebineef dura hin dhabbatiin. Siyaasi ati qabatte dhufte kun homa nama hin hawwatu.
Jibbaafi xiqqootu sii iraa dubbifama. Egaa niti nagadha a barbaanna, ergaa kee gara Nagaatti deebisu yaali.
Jabaa keenya❤❤
Abiyot wolalaa iraa bodati wolay 😮😮
dhugaa keeti ❤❤