dhuguman siin jedha ati nama addaati Osoo kophaa ta'uu baattee kan akka keetii kun nuuf bay'atee ;yeroo gabaabaa keessatti badhaadhinni dhugooma ture jabaadhu jabaa koo🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Rabbi si haa tiiysu namni beekan hin bulu mee Gadheen hin dhabamtu uf Eegi Anawaar qoppi caaya kana laale Gazexeessa Gariyya Tullu yadadhe oromoon nama waa beeku hin nyaati
Anawar kenaa rabiin si biraa ha jiratuu atii sodaa toko malee rakiinaa humataa ibsaa jirtaa garuu biyatiin sun nama dhugaaf dhabatuu nama sabaaf jiratuu ufiiratii hin qabatuu rabiin si biraa ha jiratuu ❤
Ati nama jabaadha! Garuu barbaachisa yoo ta'e ati bodyguard si barbaachisa guddaa isa Waaqayyoon nama eega! Ati dhugaa keeti irratti cimii hojjedhi kaabinee waajjira keessa teetee bishaani haayilaandii qofa dhuga jiraatti! Rakkoo Uummata sirritti hojjechuu hin dandeessu😮
Maf sobaa amma namnii kun mal taha dhugaa jiruu dubatee in dandenyuu yo jedhee me ya rabbii hattuu oromiyaa irra nu kasii malo nurra buqisii nu salachayye 😢😢😢😢😢😢 dhugaa oganaa godinaa shawa lixaa magalaa amboo bichaadha kan laphe ko irra dubiin
Baayye si Jaalladha. ..Dubbi jabdhu ati jette!( Biiroon Keessan Balfaan Guutame Magaala Maali Qulqullesituu. ). Ati nama Rakko Ummata Gaafatuu. Gumaa Guddaa Natti fakkaatee!! Shimee...Jaketinke sun Hin bareeddii. 🚗
Dhugaa dubaachuufi ani OBN laluu qatani dhisee jibee ...Amma Aniwwari hordoofani jiraa Jabaadhuu jabaa Saabataa sabaakeefi jiraadhuuu👍👍🥰🥰🥰🥰
Of course
Dhugaa nuu bonsaa jiraa gazeexesaa keenyaa nuuf jiradhuu onnee keenyaa keesaa nuu dubatee🎉🎉❤❤❤
Dhugaa nui bonsai jira gazeexessaa keenyaa nuuf jiradhuu sanyii koo
Dhugaa waaqa Gzx kun bayyee nama ajahibaa bakka ummataa buhee ma dubbata wanumaa gaaraa ummataa keessaa jiruu dubata yeroo hundaa jabbadhuu jabaa keenyaa hallii gaffii kee yeroo hundaa wan dhugarrattii hundaheedha ❤❤❤❤❤❤❤❤
Dhugaa dubachuu an obn takka dhageeffadhee hin bekku garuu amma hangaa Gaazeexesa kan argee daqiqaa daqiqaa senne lalla jiraa jabaadhu hatootaa ij'aa jaraa burusi
Sagureen tenya waggota hedduf ka hin jijjirin jiota murasa kessatti hin jijjjiran ni sobuu malee😢😢
😂😂😂 wolhi namichi waanuma dubbatu wollaale,ani kan na ajaaibe kaabineen hundi jecha ''yeroo gabaabaa'' jedhu kana afaanii hin buufatan sobduu woyii!!
Gazeexxeessa kenyaa annuuwar umuuri nuuf dheeradhuu hamtuun siin argiin sagaale ummatta kenyaa fii hadholii kenyaa bakka butte afaan jaraa nuuf tatte dubachuu kettif anii akka dhuunfa kotti bayyeen sii gallattefadhaa mottikoo uuuuuuuffffffeeeeee😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤
Anuwaar kun waan bayyee jaajabefamudha jabadhuu gazexessaan uummatasaf akkasit hojetuu biyyaa keenyaara nuuf haa jiratuu❤
Kan an sii dhamuu kantibonni oromiyaa marachutti jirtii ofii eegadhuu❤❤❤❤❤❤
Mee lakofsa. Gs kaani nafi keen
Gaazexeessaan kun dhiira dhugaa! Jabaadhu! Garuu of eeggadhu. Hojiin ati hojjachaa jirtu hojii salphaa miti. Imimmaan uummataa akka haqamuuf daandii saaqaa jirta. Jabaadhu❤
Dhugaa gazexesan kun baayee galatom nuuf jiraadhu atii annaan saaguree baayee ulfata bulchaan isaa❤❤❤❤❤
Maali yaa rabbii kanaa mootummaa biyyiicha goodhi muddii maal namii harkka harkkaati dhugaa dubaatu ❤❤❤
Jabaadhuu Gaazeexeessaa Koo nuf jiraadhuu OBN wan hundumaa caalatti qophii kee kanaa akka yeroo yeroon dawwanu wan na godheef jabaadhuu.Caayaa keessa kiyya
qoopheessaan caayaa nama imanaan sammuun isaa kenneef akkasumaas hogummaa isaatiif amanamee uummataa kanaaf of kennee waan ta'eef guddaa galatoomii fakkeenyummaan kee guddaadha rabbiin bakka jirtuutti si haa eeguu marataan nama hin ilaallatu of eegii dhugaa ummataa kanaa ragaa bahuu kee itti fufi go ahead!
dhuguman siin jedha ati nama addaati Osoo kophaa ta'uu baattee kan akka keetii kun nuuf bay'atee ;yeroo gabaabaa keessatti badhaadhinni dhugooma ture jabaadhu jabaa koo🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Rabbi si haa tiiysu namni beekan hin bulu mee Gadheen hin dhabamtu uf Eegi Anawaar qoppi caaya kana laale Gazexeessa Gariyya Tullu yadadhe oromoon nama waa beeku hin nyaati
Jabadhu obbolessa koo rabbi sii qarqaru hoji gaaridha
Rabbiin hiyeessaa isin qabee yaa hatuu azaabaa sunuun sun ammaa kaa.
Ijaa basee dubataa seraa durati hadhaa yesaa samaa turani am waqaatu isani awardee😂❤
Hojjii bonsaadha. Gazeexessaa laphee keenyaa kessa jiruudha❤❤❤
It's a proud job.He is the journalist in our hearts❤❤❤
Anawar kenaa rabiin si biraa ha jiratuu atii sodaa toko malee rakiinaa humataa ibsaa jirtaa garuu biyatiin sun nama dhugaaf dhabatuu nama sabaaf jiratuu ufiiratii hin qabatuu rabiin si biraa ha jiratuu ❤
Maal yaa rabbii naminii dhimmaa ummaa yadduu hin jiruu hogansii
Aniwar ambassaa dhiiraa oromoon osoo namaa akkakee qabattee dhugaa waaqayyoo yoonaa oromia irraa darbee biyyaattiif badhaadhinaa guddaatuu ta’aa❤❤❤❤❤❤❤❤jabadhuu Siif badhasaa addaatuu malaa 🥰🥰🥰🥰🥰
Rabbiin ammalee dhugaa malee sii hin dubisi, Gazexaeessa atti nuu boonsite jabadhu.
Baye bayen si ajibsifadhe gaazexessa nu jabadhu ummani boha jira
Aswrwb Namoota Aanaan Digaluufii Xiijoo oomishte Hattoota firummaafii Mallaqaan achitti walguuran waan itti heddummaateef qabsoo barbaachisaa goonee gantoota Diimoshiniidhaan gara gammoojjii oromiyaatti boobbaasuun Muuxannoo ga'aa akka fudhatan gochuun dirqama dhaloota qubeerraa eeggamu bahachuu qabna doofaadhaan mataa dhagaraa kan Akka Muhammad Aabbishuu kana achirraa kaasuuf haa qabsoofnuu ijoolleen aanaa keenyaa bakka jirtanii waldammaksaa
Rabbin Umuurii dheera sifa kennuu, Atii keenna addatii Oromiyadhaf.
Hin saalfatu guyyaa guyyaa qulquleesina jedha😂 . Bismilah, kun namichi homa argan waakata. Anuwar hoji gaarita jirta jabaadhu
😂😂😂😂😊Anii jala salfadhee nama gudaa kijibuu hin mudamee uuufff dhuke ittii kase gazexesaan 👍👍👍🌷🌷🌷
Anuuwar please 🙏 goddinnaa jimmaa deemi sagale nuuf ta,ii ummatta kenyaa maalo🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Anuwaar Dhugaa Atti Gazzixeessa jabaadha dhugaa jirtuu Heeddu baasa jirtaa jabaadhu 🥰
Jiraadhuu goota oromoo koo Anwaar sirritti itti jabaadhu keessattuu Godina Arsii Aanaa Digaluu Fi Xiijoo magaalaaa Saaguree irratti👍👍👍👍👍
Wlh waan gaariidha hanga gaafiin kunin dalagati jijjiramuti sagale tahufi qabna ummataa keenya umrii dheeraa nuf jiraadhu
Anawar baga dhuftee argite dhugaa jirtu wanta ati argite kanaaf nama deebii nuuf kennu dhabne
Nu boonsita jabaadhu jabaa koo rabbiin si waliin haa jiraatu
Bagaa rakoo umataa argitanii halumaa kananii itii fufaa galtomaa ❤❤❤❤
dhugaa baay'ee jabaadhu garuu eegumsi siif barbaachisa anuwaar
Anuwar nuuf jiraadhu baayye sijaallanna
Gazexesaa kana rabbin umirrii si haa dheerresuu ofi egadhuu garruu biyyi tena nam garriifi hin tatuu
Jabaadhu Umaataa dhugaa jalatatuu sii fanaa jiraa
Gazexxessa kana waqayyoo siya eguu🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏
Ati nama jabaadha!
Garuu barbaachisa yoo ta'e ati bodyguard si barbaachisa guddaa isa Waaqayyoon nama eega!
Ati dhugaa keeti irratti cimii hojjedhi kaabinee waajjira keessa teetee bishaani haayilaandii qofa dhuga jiraatti!
Rakkoo Uummata sirritti hojjechuu hin dandeessu😮
Anii waanin jedhuu hin qabu Rabbiin sii haa eguu
Namaa jabba jabeeffammu OBN qabdu keessaa ati nama tokkoo jabadhuu mataa dhiiraa dhugaa ummata oromoo laphee dhibdee alla kanaan midiyaa f dhiyessuun ke❤❤❤❤❤
Anuwar Jabadhuu jabaa namaa. Of-eegi garuu kaabineen si miidhuu dandeessi. Itti fufi si duukaa jirra
Jabadhaa iraa debii, aa hordoofaa warii obn rokkoo bulchiinsa garii haamaatuu jiraa mutumaalee akaa sakataa,uu gafaana galaatomaa
Gazexesaa nuuuuf jiraadhu kan akka kee nuuf haa bayatuu❤
Gaazixxeessaa quuqama ummata keenyaa qabu galatoomi abbaa kiyya.❤
Jabaa ofii Abbaa jaabeefataa Kabbinee sirrittii egadhuu jarrii ofiin qaaqaa karaa irraa demaa jirtii.
Ija kaabinootaa rabbi sirraa haa qabu atis uf eguudhaan hin dagatin
Naman motummaa hojatuu hundii issaa dhimmaa ofi malee dhimmaa sabaa dantaa irraa hin qabduu hatuudha
Jabadha garidha dhugaa ❤❤❤❤❤❤maalo adara rabbi Godina ilu abbaa bora annaa bure guyyaa tokkoo kottaa ❤❤❤❤❤❤
Hojiin Akka wallii galaatti hojjetamaa jiru bakka hundaattu akkasuma waan ta'eef mootummaan sirreessuuf guddisee itti yaaduu qaba
Aniwaar ijji tee aaga yaa agartu javadhu .Waqayyo uurii dheeraa siif yaalaatu! Si ❤
Anuwaar umrii dheeradhuu.Asumanu namionni akkamii akka haawasa gaaggeessanu agarree ofiis tajjabnee.
Magaala saguree dhugumaa qulqullina hin qabanuu kun turee jira
OBN Namnni sagalee waamsisee si'i Anwaar Jamaal Thanks!!🙏
bodyguard guard si barbaachisa
woww dhalii baratee akkanatii ittii cabsee gaafii ummataa gafataa
Duuriyyee qofadha wly umanii kuni jabadhu Anwar❤hojjii gaari
Xiyyeeffannaa addaatiin hojjetamaa jira jechuun maal jechuudha??
gaafii sirrii👏❤❤❤
Anwar Our hero👍👏👏👏
Guyyoo 2ffaa argannera jabadhu Anawar🎉
Jabadhuu imiman hiyyessa angoota aanaa Digelu fi xijo irra Jira.Aanaa kanatti abban qabenya dhabbata konkolatati qarshi 300,000 shedii bitata itti jabadha hiyyessa haqaa yaa argatuu
Anuwaar ati Namaa jabbaa dha bayyeen sii jaaladhaa
Namichii ofiyyuu hin beeku moo
Kkkkkkk so funny
Dhugamatti namootu akkamtu ummata hugganaa jira ,gaafii fi waan qabatamaa gazexxeessan gaafatu akkatti tabtaabbu laalaamee
Anuwar hojimaata mootummaa qabattee sodaa tokko malee hojii boonsaa akkanaa dalaguu keetiif galata guddaa qabda saba biraa 🙏🙏🙏🙏
Anuwaarii keenyaa jabaa uumaatasaf quqaamuu Mee garaa wallaagas deema ilaalamee
Bayye Namatti Tola Wlhi Wow,
Naakirif munkar itti Taate bar 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
😂😂😂😂😂😂
Kkkk🤭😕
😁😁😁😁😁😁
😂😂
Jajaboo koo bayyee tokkoo sardaa jirtaa yeroo Sanaa hojjattonnii hojimataa ittii kennamee bahatuu maloo nannoo abbuu seraa kottuu komilee bayyee qabnaa kan nuu dhagahuu dhabnee malee ,dargaggessaa kenyaa albudotaa gandaa Kenya kessaa jiranirrattii nuu gurmessanii debihanii homaa irraan qabdaan jedhanii nuu dhowwanii tolaa harachaa jiruu please rakkoo bayyee waan qabnuuf nuu dhaqabaa
Anuu gaafa meeqa sa'aatii 12 _7tti eegee dhabe hin sobani gaafa hundaa walgayii jedhanii nuu ari'uu ,
Hanga ammaatti tajaajila argachuu hin dandeenye.
Dhugaa jete
Anaa gadabbi hasasaa kottu anawari rabbi si haa eguu❤❤
Bulchaa Arsii 🤣 🤣
Good job journalist Anuwar!
You did your part; keep it up!
Aanoota Oromiyaa hunda sakata'uu qabdani. Rakko kana caalu argitani, jabaadha. Rakko Uummata amma laala jirtu, sagantaa 'Caayaa' 1ffaa.
Maf sobaa amma namnii kun mal taha dhugaa jiruu dubatee in dandenyuu yo jedhee me ya rabbii hattuu oromiyaa irra nu kasii malo nurra buqisii nu salachayye 😢😢😢😢😢😢 dhugaa oganaa godinaa shawa lixaa magalaa amboo bichaadha kan laphe ko irra dubiin
Rakoon tajaajila hundaa kesa jira sagu- ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😘😘😘😘😘😘
Excellent work by the journalists. We love to see more of this with state level leaders.
Abbaan dhugaa isiin haa gargaruu ❤
Jabaadhu ! Maal ta'a namni Akka obn keessatti baayate
Assallaa ttii karaa KM 23 egaa jira!!! Humbaa!!!
Mee magalaa saguree lallaa dhaqaa inumaa hin gudatuu hangaa wogaa meqaatii😢
Baayye si Jaalladha. ..Dubbi jabdhu ati jette!( Biiroon Keessan Balfaan Guutame Magaala Maali Qulqullesituu. ). Ati nama Rakko Ummata Gaafatuu. Gumaa Guddaa Natti fakkaatee!! Shimee...Jaketinke sun Hin bareeddii. 🚗
Dhugaa waaqayyoo Obn amma hoojji gaarri egaaltani ummani raakkate baarane biyyaa Kenya irraati hoojechu hin daadenye
Umriin kee haa dheeratuu ♥️♥️♥️♥️♥️anwar
Obn reef OBN media daawwatan ta'e jedhee yaada ❤❤❤ kan akka keetii dabalamuu qaba. Fakkeenya gaarii taateef jedhee yaada
Uuuuuufee akkasiiti otuu oromiyaa hundaa tuhaatanii nama gamachiiftuu dhugaa
Mee bulchiisaa wallagaa demamee Adaaraa😢😢😢
Kan baadhadhinna dhuuga qabataman hojjataruu sii qofa jabadhuu
Walhii dhugaa atii gazitessa oro kessaa nama jabadha
Abboo jiraadhu umrii kee haa dheeressu
Naff tatee dhugaa 😍 Gaazexessaa abbaa dhuggaa
Maalo Godina Wallagga Bahaa Aanaa Billoo Boshee otoo dhuftani gudii kana caalutu gadi baha. Uuuuuuuuuuuuu😢😢😢😢
Aanaa hamdaa dikssis fayyuummaan ishee akkamii??? Mootummaan keenya adeemsaa nama gammachiisu irra waanjiruuf
Namitchi Kuni hatu dhaa amale namati tabata jiraa beekaa
😮😮😮😮😮😮😮😮🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶 jiradhuu dhugaa isiin nyatee warrii hojimataa jajallistanii hojachaa jirtanii
Gardii jababatuu sii barbachisaa dhugaa rabbii kisii kenyahuu dolchee sumunii dadarbinee siqacaruu qabnaa jabadhuu
አቦ አሪፍ እይታ ነው ያየከው ወንድሜ ሌቦች ናቸው የሞሉት ከምስራቅ አርሲ ከገበያ ከፍተኛ ገቢ ምታስገባ ከተማ ነች ግን ገቢ የለም
walahii nuf jiradhuu Lamii ko jabadhuu
gazeexessaa ummataa,ummataaf sagalee tahuun akkana jabadhuu, ija saba kanaati atii
Gazexeessaa ijoo (Qaalii Oromiyaa keessatti uumame ummanni orommo ija sassataatin si ilaala)
Maaloo Namaa jabaa koo Magaalaa Lagaa Xaafoo nuuf Daawwadhu 👍💪
Dhugaa ummaata keenyaa baasa jirtaa bayyee gltomii Anuwar Jamal asumaa gara Godina Boorana baha magaala nagellee Boorana dhuufte komii ummaata keenyaa haattuu fi dilalaa samama jiruu akka nuuf ilaalatuu si gaafana..
Hhhh namichi soba isaa hin amanuu maali ijoo😂😂😂😂😂 anuwar itti nu fufi🥰🥰🥰
በጣም ጎበዝ ጋዜጠኛ ስራውን ጥንቅቅ አድርጎ የሚያውቅ ለሚያቀርበው ፕሮግራም አስቀድሞ የተዘጋጀ