Itoophiyaa: Daandilee Gara Nagaa Waaraa|VOA Afaan Oromoo

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 16 окт 2024
  • Kun marii addaa jalqabbiiwwan Itoophiyaa keessatti nagaha buusuuf godhamaa jiranirratti xiyyeeffatee Sagalee Ameerikaatiin qophaahe. Marii kana irratti Aaddee seenaa Jimjimoo, Dr. Milkessa Miidhagaa, Aaddee Biraanee Beekaa, Aaddee Ayishaa Alii fi Obboo Nageessaa Oddoo affeerre. Tigist Gammeetu mariisiisee, daawwadhaa.
    » Subskiraayib godhaa: bit.ly/3rWsjRi
    » Vidiiyoo kaan laaluuf: bit.ly/3u2PE5
    VOA Afaan Oromoo hordofaa:
    » MARSARIITII - bit.ly/2NANSb5
    »FEESBUUKII KEENYA LIKE GODHAA - bit.ly/3anDpZy
    » INSTAGRAAMII IRRATTI NUHORDOFAA - bit.ly/3s00Zlm
    » TWITERII IRRATTI NUHORDOFAA - bit.ly/3beVusb
    Raadiyoon Sagalee Ameerikaa Sagantaan Afaan Oromoo Wixataa haga Jimaataatti Sagantaa Raadiyoo daqiiqaa soddomaa tamsaasa. Qophiileen isaa oduuwwan angafa guyyaa sanaan jalqabee, dhimmoota barbaachisoo irratti gaaffii fi deebii geggeessuu fi qophiilee qindeessu itti fufa. Qophiiwwaan addaa gama Yutubii fi miidiyaa hawaasummaa kaan rratti dhiheessinu hordofaa.

Комментарии • 20

  • @kenenisamohammed1117
    @kenenisamohammed1117 Год назад +4

    Dr. Milkessaan dhugaa qofa wan dubbataanif ha galatooman! ❤❤❤

  • @mohamedbushra8392
    @mohamedbushra8392 Год назад +3

    VOA afaan oromoo yooyya ammallee yooyya baga jiraattan ammallee nuuf jiraadhaa Hora bula umriin tura baayyee isiniin boonna, baayyee isin kabajna. baayyee isin jaallanna .

  • @galmoadam
    @galmoadam Год назад +2

    Shallee birhane tana nurraa kaasaa

    • @geletugg2888
      @geletugg2888 Год назад +1

      Dhugaa wan dhubateefii.
      Isiin hangoo mallee umataaf hinyadanii.
      Biranee kegnaa jabadhuu.

  • @mlbmlb7150
    @mlbmlb7150 Год назад

    Wwwwww Obbo Nagesa BOOYYEE Oromoo iss Guddaa 🤔🐖🐖🐖🐖🐖🐖🐖🐖🐖🐖🐖🐖🐖🐖🐖🐖🐖🐖🐖🐖

  • @mlbmlb7150
    @mlbmlb7150 Год назад +1

    Yooyyaa Baga nagaan dhuftan Dr Milikassa miidhag fi Adee Hayeshaa Alii👌👌💖💖
    Translate to English

  • @firomsatufa5754
    @firomsatufa5754 Год назад +1

    Meequmatti kafalameef laata aaddee Brhane ?

  • @KhadiirCabdi-vw6dh
    @KhadiirCabdi-vw6dh Год назад +1

    Ok

    • @KhadiirCabdi-vw6dh
      @KhadiirCabdi-vw6dh Год назад +1

      ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂😂😂🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉😢😢😢😢😢😢😮😮😮😮😮😅😅😅😅😊😊😊

    • @KhadiirCabdi-vw6dh
      @KhadiirCabdi-vw6dh Год назад +1

      ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂😂😂🎉🎉🎉🎉😢😢😢😢😢😢😢😮😮😮😮😮😅😅😅😅😅😅😊😊😊😊😊 0:52

  • @IndeleGiraba-oe8ue
    @IndeleGiraba-oe8ue 11 месяцев назад

    Shannaan gaddaa (5) oddaa shanananiini yabululudhaa?

  • @geletugg2888
    @geletugg2888 Год назад

    Dr Milkesaa Umataa oromof nama hitane.
    Hatuu siritii ni beknaa.

  • @midagamengistu4928
    @midagamengistu4928 Год назад

    W/ro Birhaanee look like jemarii kadiree react on question raise by participant.

  • @revolutiontube2383
    @revolutiontube2383 Год назад

    Nadheen Seenaa Jimjimoo fi Biranee Beeka sun maal alba'aa jiru? Jarri duraanuu Abiyyi hudduu jaraa Asif achi oofee labalabee alaatti ergate.Isin beekna Yaa burjaajoftuu mara.Ajandaa jijjiiraa Amma.

  • @DhugaaOromo
    @DhugaaOromo Год назад

    Dhiigaan Oromo taniif qofaaf yaadaan Oromo hinta'ini. Kanaaf OPDOn yoomillee sammuun isaanii Oromo ta'uu hindandau. sammuu (software) habashaatiin yaadu. Abbaa Gadaa lafa irraa fixaa ilmaan Abbaa Gadaa ofiin jetti.
    Dr. Milkeessa Waaqayyo akkasuma dhugaa si hadubbisu. Otoo ati marii kana keessa hinjirtu ta'e Oromon heduu miidhama ture. Ennaa gantuun sabaa garaacha ishii guuttachuudhaaf jettee ummatatti qoostu ati dura dhabachuu keetiif seenaan sindagatu, galanni kees guddaa dha.

  • @galmoadam
    @galmoadam Год назад

    VOAn tun PP dha hattuudha

  • @kenatamasgen-pi3tq
    @kenatamasgen-pi3tq Год назад

    akka waliigalaatti nagaa itoophiyaa irra darbee nagaa gaanfa afrikaa eeguuf oromoof oromiyaan nagaa tahuun dirqama oromoon nagaa tahuuf immoo gaaffii oromoon gaafatu deebisuun diqama akka tahe wallaalaanuu beeka garuu akka gaaffiin orommo hin deebine kan dhorke maali? jechuunkoo erga mootummaan amma jiru kun moottummaa oromoodha tahe maaliif gaaffii oromoo deebisuu soodaatan gabaabaa dubbiitti dhugaatti humni sodaatame jira!!!! sababni isaas dr abiyi jibba oromoo qabaatee miti garuu humni sodaatame jira sun maaliiiiiii?????????

  • @mlbmlb7150
    @mlbmlb7150 Год назад

    Berane Gararraa pp 🦎❌❌❌❌