Tamsaasa Guyyaadhaa Guyyaa

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 14 окт 2024
  • » Subskiraayib godhaa: bit.ly/3rWsjRi
    » Vidiiyoo kaan laaluuf: bit.ly/3u2PE5G
    VOA Afaan Oromoo hordofaa:
    » MARSARIITII - bit.ly/2NANSb5
    »FEESBUUKII KEENYA LIKE GODHAA - bit.ly/3anDpZy
    » INSTAGRAAMII IRRATTI NUHORDOFAA - bit.ly/3s00Zlm
    » TWITERII IRRATTI NUHORDOFAA - bit.ly/3beVusb
    Raadiyoon Sagalee Ameerikaa Sagantaan Afaan Oromoo Wixataa haga Jimaataatti Sagantaa Raadiyoo daqiiqaa soddomaa tamsaasa. Qophiileen isaa oduuwwan angafa guyyaa sanaan jalqabee, dhimmoota barbaachisoo irratti gaaffii fi deebii geggeessuu fi qophiilee qindeessu itti fufa. Qophiiwwaan addaa gama Yutubii fi miidiyaa hawaasummaa kaan rratti dhiheessinu hordofaa.

Комментарии • 8

  • @SomoIya-s4h
    @SomoIya-s4h 46 минут назад

    Yooyaa VOA gootoota Oromo 💞💯🌹🌹🌹🌹

  • @QasimAbdii
    @QasimAbdii 2 часа назад

    Bagaa Nagahan Dhuftan Yoyaa

  • @SeynabaaNawaal
    @SeynabaaNawaal 2 часа назад

    Baga.nagaan.dhuftan

  • @Jaaltu
    @Jaaltu 2 часа назад

    Welcome

  • @AlamudinUmar-oh2te
    @AlamudinUmar-oh2te Час назад

    Bayee nubiraa jirtan sagalee America galatomaa

  • @Jaaltu
    @Jaaltu 2 часа назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤and text

  • @MahammadXayb-ud4jb
    @MahammadXayb-ud4jb Час назад

    😮😢😂❤❤😂❤❤❤❤

  • @Kaalidshaafi-t7b
    @Kaalidshaafi-t7b Час назад

    Ummata fixaa jiran kana
    Erraa maaf hindhaabbanne.
    Hanga yoomitti Kan namni nagaan dhumu