Qophii Caayaa

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 6 сен 2024
  • Qophii Caayaa;Turtii Dura Taa'aa Waldaa Muuziqeessitootaa fi Weellistoota Oromoo Artisti Tsaggaayee Dandanaa( Sayyoo) waliin taasifame.
  • РазвлеченияРазвлечения

Комментарии • 22

  • @gadaaview
    @gadaaview Год назад +7

    Waldaan kun artii fi Artistoota Oromoof Osoo hin taane, Artii fi Artistoota Oromoorratti nama muraasan ijaarrame fakkaata, bakka Weelliftoonni fi muuziqeessitoonni hundi hin jirretti isaan nama meeqan wal filatan? Isaan hoo eenyu? Kuni numalee artistiin biraa jiraachuu hin qabu, fedhii keenya, waan nu barbaannu qofaan haa hojjatu fi kkf hammateera waldaan dhaabneerra jedhamaa jiru kun. kanaafuu bakka artistoonni Oromoo hundi jiranitti filannoon gaggeeffamuu qaba.🙏

  • @Hangaatumedia
    @Hangaatumedia 2 дня назад

    Namicha bofa kana qoy
    Akkatti hin hafnnu 👊🏿👊🏿👊🏿👊🏿👊🏿👊🏿👊🏿👊🏿👊🏿👊🏿

  • @user-jk2kl9gu6r
    @user-jk2kl9gu6r 3 дня назад

    Dulaachi kun😢😢...essaa jiraa

  • @keeoltube618
    @keeoltube618 2 дня назад

    Jaanja'an akka kee artistii uummataa osoo hin taane artistii garaati. Artistii Haacaaluu Hundeessaa,Eeebbisa Addunyaa, Usumayyoo Musaa, Daadhii Galaan ,Yosef Gammachuufaa beekna warra dhugaaf uummaataaf dubbattani lubbuu isaanii Uumataaf kennan

  • @singitanstudio
    @singitanstudio Год назад

    Tsaggaayee dandanaa Artistoota Oromootif anatuu muree murteessa jechaa jira, Oromoo fi Mootummaan yoo danda'an nama kana akka inni gufuu artistootatti hin taane dirqama isaa bahuu qaba.

  • @MilkooGugsaa
    @MilkooGugsaa День назад

    Kun hojii mootummaan artistoota oromoo dallaa itti ijaaree akka ofii fedhutti sirbisisuuf yaadameeti inni kun hin ta'u yoomuu ni yaaddan malee hin milkooftan kuni garbummaa guddadha Artistiin quuqama Oromoo akka hin sirbamne abiyyii waan barbaadudha.

  • @sotkw3405
    @sotkw3405 2 дня назад

    Yaaakijibaa

  • @RoksanaJahan-d4y
    @RoksanaJahan-d4y 2 дня назад

    Harris Charles Lewis Michelle Lopez Paul

  • @AnesaDaba-xp2pn
    @AnesaDaba-xp2pn День назад

    Biraadiisti cacaaba natti fakkaatee fulii namitti xagaee kana😂😂😂😂😂😂😂

  • @TheresaLopez-r7t
    @TheresaLopez-r7t 2 дня назад

    Hernandez Larry Perez Brian Johnson John

  • @FelixJeffrey-k8s
    @FelixJeffrey-k8s 3 дня назад

    Brown Elizabeth Garcia Joseph Miller Michael

  • @LisaAli-b5f
    @LisaAli-b5f 3 дня назад

    Ummata jimmaa malee kani naannoo bira hin ta'u yaadni?

  • @rammeabdi
    @rammeabdi 2 часа назад

    Nuti Artist badhadhina osoo tane Artist oromoo barbana atti sayyoo demi parti kee kessa seni jazba nama

  • @MohamedAbukuli
    @MohamedAbukuli 3 месяца назад

    Alba'aa wahiitti sayyoon!

  • @rammeabdi
    @rammeabdi 2 часа назад

    Kuni jazba dha parti fi oromo addan hin bekuu

  • @HamzaTamam-m7s
    @HamzaTamam-m7s 3 дня назад

    Jarsatti dulattiinkana sirba qabsoo kam baaste gasoo

  • @Beyanabdulhamid
    @Beyanabdulhamid Год назад

    Ani Gaziixeessa obn keessaa Isaa kan baa,yee jaladha yeroo tokko tokko dhugaa keessa Isaa jira haala yeroo malee sirritii dhibbaa Ummuu danda.aa

  • @abdiitoubi
    @abdiitoubi 2 месяца назад

    Anawaar namtiiti duutu kana maf fidee ijii koo ishee aruu hin fedhuu

  • @user-uz4mp7gb8r
    @user-uz4mp7gb8r Год назад

    Ab baay'een itti qaanfadhee. Namichi kun dura taa'aa waldaa Artiistootaa tahee midiyaa guddaa irratti yeroo yaada dhuunfaa isaa fi filannoo isaa akkasummas ejjannoo dhuunfaa isaa yeroo odeessuu nan nahe.

  • @sabaofii8133
    @sabaofii8133 Год назад +1

    Tsaggaayee Dandanaa ati Sirba qabsoo isa kam bara wayyaanee keessattuu FDG irratti sirbitee jijjiirama kana fiddee? Ittiqaa Tafarii, Caalaa Bultumee, Haacaaluu Hundeessaa fi Artistoonni Oromoo biroon maaluma siin jedhu? Ati dhuguma nama safuu beeku miti dhugaa rabbii, ammallee artistoota Oromoo duraa akka maqxu maqaa Haacaaluu Hundeessatiinan si gaafadha.

  • @galmasirrii2515
    @galmasirrii2515 Год назад

    Waggaa 10 ol ani dura taa'aa waldaa artistoota Oromooti jedhee miidiyaa gara garaa irratti lallabaa namni ture kun akkamiin erga eeyyama fudhadhee ji'a shan jedhaa? Namni kuni tokkummaa artistoota Oromoo diigudhaaf deemaa irraa dhaabaa.!!

  • @hajiaman6193
    @hajiaman6193 3 месяца назад

    44rr

  • @Federalistview
    @Federalistview Год назад

    Jaarsi kun Artistoota isa booda dhufaniin isin artii Oromoo keessatti filuu fi filatamuus hin dandeessan, ana qofatuu akka fedhe isin godha jechaanii jira. Maal hojjatee abbaa jijjiiramaa tahe? Isin warri OBN guddaa galata qabdu, nama kana akkasitti gaafachuu keessaniif dukkana Artii fi Artistoota Oromoo haguugee akka ifee Uummatatti muldhatu taasiftanii jirtu🙏

  • @nafyadti3318
    @nafyadti3318 4 месяца назад

    Tortar nama kabajaa kee nyatte gaaraf jette bokoka😢