OSFNA Bara Kanaarratti Gareen Oromiyaarraa Dhufu Akka Himaatu Himame| VOA Afaan Oromoo

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 16 окт 2024
  • Federeshiniin Ispoortii Oromoo Ameerikaa Kaabaa OSFNAn Festivaala Ispoortii fi Aadaa wagga waaggaadhaan dhiheessu, kan waggaa 27ffaa, bara kana Adoolessaa 27 Yunaayitid Isteets kutaa Minisootaa magaala Seent Poolitti jalaqaba. Dorgomtoonni dargaggoonni dhalata Oromoo hedduun biyyoota ammbaa irraa qophii kanatti akka hirmaatan Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf kan ibse, Prezidaantiin OSFNA, Obbo Kamaal Qaabatoo, bara kana, bara kana gareen taphattootaa tokko Itiyoophiyaa, naannoo Oromiyaa irraa dhufee kan itti hirmaatullee dubbate. “Qophii OSFNA baranaa keessatti waanni addaa maal tu jira?” jechuun kan Bafiqaaduu Morodaa gaafateef, deebii kennuun eegala - Obbo Jamaal.
    Sagaleen Ameerikaa Sagantaan Afaan Oromoo oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawoo, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan Wixataa amma Jimaataatti galgala sa’aa 8:30 irraa jalqabee dhiheessa. Nu hordofaa.
    » Subskiraayib godhaa: bit.ly/43rqZJa
    » Vidiiyoo dabalataa laaluuf: / voaafaanoromoo
    VOA Afaan Oromoo hordofaa:
    » MARSARIITII - www.voaafaanor...
    » FEESBUUKII KEENYA LIKE GODHAA - / voaafaanoromoo
    » INSTAGRAAMII IRRATTI NUHORDOFAA - / voaafaanoromoo
    » TWITERII IRRATTI NUHORDOFAA - / voaafaanoromoo

Комментарии • 1