Dorgaggoo Doormii Yunivarsitii Keessatti Gurgurtaa Bunaa Eegalee | VOA Afaan Oromoo

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 16 окт 2024
  • Firaa’ol Ahimad as Yuunaayitid Isteetis keessa barataa Yuunivarsitii ta’ee otuu jiruu doormii isaa keessatti barattootatti buna Itiyoophiyaatii fidee gurguruu jalqabe. Firaa’ol gurgurtaa isaa sana guddisuun amma Kutaawwan Yuunaayitid Isteetis garaa garaatti raabsaa jira.Firaa’ool “Buna Moo’ii” jechuun hojii jalqabe kana gara fuula duraattis darab bal’isee akka itti fufuuf jiru dubbata. Mitikkuu Fiqaaduu tu dubbise.
    Sagaleen Ameerikaa Sagantaan Afaan Oromoo oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawoo, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan Wixataa amma Jimaataatti galgala sa’aa 8:30 irraa jalqabee dhiheessa. Nu hordofaa.
    » Subskiraayib godhaa: bit.ly/43rqZJa
    » Vidiiyoo dabalataa laaluuf: / voaafaanoromoo
    VOA Afaan Oromoo hordofaa:
    » MARSARIITII - www.voaafaanor...
    » FEESBUUKII KEENYA LIKE GODHAA - / voaafaanoromoo
    » INSTAGRAAMII IRRATTI NUHORDOFAA - / voaafaanoromoo
    » TWITERII IRRATTI NUHORDOFAA - / voaafaanoromoo

Комментарии • 1

  • @magebole-p8t
    @magebole-p8t 3 месяца назад +1

    Oromo is gold man ❤❤