🔴Maaloo Yaa Artiistoota Biyyaa / Henook George Namoonni Isa Hubatan jiruu?

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 19 окт 2024
  • #subscribe #caalaabultumee #remix
    🔴Maaloo Maaloo Yaa Artiistoota Biyyaa / Henook George Namoonni Isa Hubatan jiruu?

Комментарии • 33

  • @iyobgurmessa6751
    @iyobgurmessa6751 9 дней назад +2

    Eebifaamii jabaadhu warraa dhaloota jallaa fi micciiraama akka barra keenya harraa keessatti nama akka kee argachuun caala waanti nama gammachiisu hin jiru jabaadhu ayaani waqaayyoo siif haa bayyatu

  • @RitaaArfghjj
    @RitaaArfghjj 6 дней назад

    Ameen ayyaana waaqayyotin malee baricha mo'achuu hin dandenyuu ebbiifamii boonsaa barrikee jireenyikee iyesusin kan ebbiifamee haata'uu

  • @DirbeNiguseJesus
    @DirbeNiguseJesus 9 дней назад +1

    Ebbifamiii bayee garidhaa jabadhu❤❤❤

  • @AddisuTeshome-hx9qi
    @AddisuTeshome-hx9qi 9 дней назад +1

    Baay'ee nati tole hojii dhugumanuu jabadhu waaqayyoo si haa eebbisuu obbolleessa koo

  • @DajaneGirmaa
    @DajaneGirmaa 7 дней назад

    Ebbiifamii ebbiifamii

  • @TarikeFikadu-c8o
    @TarikeFikadu-c8o 8 дней назад +1

    💞🙏

  • @DamiDami-wh9fz
    @DamiDami-wh9fz 10 дней назад

    Waaqayyoo isiinitii haa Araaraamuuu😢😢😢

  • @lillil1758
    @lillil1758 9 дней назад

    Jiraadhuù.ebifamii.❤❤❤❤❤

  • @cgvb6766
    @cgvb6766 9 дней назад

    Walumaa galatti farfataa henok seexanni afaan keessa dhungatteetti

  • @Burtukn-r8b
    @Burtukn-r8b 9 дней назад +1

    😂😂😂😂😂😂😂uuuuuuu malooo yaa goftaa koo araraaa

  • @lovemy6167
    @lovemy6167 2 дня назад

    Ayii 😢😢

  • @AddisuTeshome-hx9qi
    @AddisuTeshome-hx9qi 9 дней назад

  • @ARAGASIARAGASI-o2n
    @ARAGASIARAGASI-o2n 10 дней назад

    Ameeen Ebbifamii ❤❤😢😢

  • @LubabaShura
    @LubabaShura 10 дней назад +2

    Waqqayyoo hubuna nuuf haa kenu

  • @TesinDjsism
    @TesinDjsism 10 дней назад

    Dhallottaa nannaa waqaayyoo isinttii hararaamu😭😭😭😭

  • @RahelDane
    @RahelDane 10 дней назад +1

    😢😢😢😢😢

  • @MaraanaataYesuus
    @MaraanaataYesuus 10 дней назад +2

    Dhaloota nanaa waaqayyo sinitti haa araaramu

  • @naae9014
    @naae9014 9 дней назад

    ❤❤❤❤❤❤❤Luq❤❤❤🙏🙏🙏🙏

  • @DdG-bs6wu
    @DdG-bs6wu 2 дня назад

    Namichaa fafataa kanaa jibinee nuttii hin fidinadaraa

  • @hawwiifufaa2680
    @hawwiifufaa2680 10 дней назад +1

    Henook hammayyuu sirbaa hin daganee keessa isaa jira please amantoonni kadhaadhafi

  • @AlamRaggaasaa
    @AlamRaggaasaa 10 дней назад

    Gaxaxa

  • @useruseruser4931
    @useruseruser4931 10 дней назад +1

    😂😂😂😂😂😂😂

  • @LubabaShura
    @LubabaShura 10 дней назад +1

    😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @dameesalaalee
    @dameesalaalee 10 дней назад +1

    😂😂😂😂

  • @KhalHomeworker
    @KhalHomeworker 9 дней назад

    😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @RitaaArfghjj
    @RitaaArfghjj 6 дней назад

    Booonsaaa kkkkkkkkkkkkkk dhugaa rabbii baayee nadinqee shubbisnikee yero faarsaa shubbista yero sirba nama ibsaan qabee fakkaatta😂😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @Ethio-l9s
    @Ethio-l9s 10 дней назад

    Gooftaan nu hagargaru

  • @asteerasteer7438
    @asteerasteer7438 10 дней назад +1

    Atu zim jette waan hika hin qabne fidde waan dhalonni irra baranne mall nama barsisa kun amma atu isaan keessa tokko tateta no comment waanuma nama barsisu wayin wanuma nama bashanansisu hin qabu vidiyyo ati hojettu kan waliti guruf mata malif dhukkubsita qoyi sirbi mana ketu mall godha qoyi ati sagale waaqayyo dubisaa isaanis gurra keti dhageffacha yaa waaqayyoo ati hunduma keenyaa gargari hundumafu vidiyyo ati zim jette dhaqxe tik tok irra walitti hartu kun homa nama hin barsisu nama domsaa adda bafadhu kan gochuuf yalte naf galaa garuu barsistuf jette atu keessa bada jirta hiribaa kee rafii halka kanaf jechaa hiribaa hin dhabin dhugaa baay.ee gadda gin fayyadamu soshal midiyya kanaf hundumafu ebbifami garuu wanti ati gotu ykn hojettu garaa waaqayyoti kan toluu haa ta.u warra walin dhahuu wajjin walin dhahaa warra dhugaa wajiin dhugaa hunduma yeroo baay.ee vidiyo ati hojettu nan lalaa garuu waanuma nama barsisu ykn bashanansisu hin jiruu akka koti rafii boqodhu maloo obbolesa koo

  • @gemechugebre5225
    @gemechugebre5225 7 дней назад

    Nama nana baay'ee gadi najalaa buute. Waan Ati Dhiyeessitu Hundi Isaa Cam caraqii Dhabaa Jira. Isan dur subscribe si godhellee yeroo dhiyoo keessatti unsubscribe si goona hiriyoota ko wajjin.
    Waa'ee faar Daawit Girmaa Immoo Harka Kee Irraa Kaasi. Yoo rakkina addaa irraa qabda ta'e achumatti fixadhu, as baatee nama baay'ee jaal'annuuf kabajnu irratti dubbattu hin barbaannu.
    kennaan garaa gara, akka barbaadetti yoo wqyon faarfate, ati abbaa firdii miti, of danda'i ; waan gadi baatee haasoftu yoo dhabde cufii taa'i nama gargaarsa gaafadhu.

  • @Birahane-e6p
    @Birahane-e6p 6 дней назад

    😂😂😂😂

  • @abczaiter4381
    @abczaiter4381 9 дней назад

    😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂